5 425
Подписчики
Нет данных24 часа
-207 дней
-14230 день
Архив постов
5 425
Bibelilogy ....
Namni hundinu Macaafa Qulqulluu Akka fedhasaati bara hiiku keessa Jira, sababa issan nu Kenan immo haffurra Qulqulluuttu nu hiika jedhu....
Dhugaaadha laata wanticho?
5 425
Keeyyata Sadaffaa
Qulqullummaa
Nan amana Hafuura Qulqulluutti. Tokkicha qulqullaa'aa Waldaa Kristaanaatti, tokkummaa qulqullootaatti, dhifamuu cubbuutti, du'aa ka'uu fooniitti, jireenya bara baraattis, Ameen.
Kun maal jechuu dha?
Nan amana kan ofi koo qalbiidhaa fi aangoodhaan Gooftaa Butkoo Yesus Kristositti amanuun, yookiis gara Isaa dhufuun akka anaaf hin danda'amne, Hafuura Qulqulluutu wangeelaan ana waame malee. Kennaa Isaatiinis anaaf ibsee, amanti dhuga-qabeessattis ana qulqulleessee, ana eeges. Kristaanota hundumaa biyya lafaa irratti kan waamu, kan walitti qabus, kan isaanif ibsus, kan isaan qulqulleessu, amanti isa tokkicha dhuga-qabeessatti, Yesus Kristositti kan eegu Isa. Waldaa Kristaanaa kana keessatti, anaa fi amantoota hundumaaf guyyaa guyyaatti arjoomee cubbuu hundumaa in dhiisa.
Guyyaa dhumaattis anaa f warra du'an hundumaa in kaasa; amantoota hundumaa wajin Kristositti jireeaya bara baraa anaaf kenna. Kun dhugaa dha.
😇😇😇😇
Telegram
@bilal_truthforall
Group
https://t.me/incarnation_defender
5 425
Keeyyata Lammaffaa
Fayyina
Nan amana tokkicha Ilma Isaa Yesus Kristos Gooftaa keenyatti. Kan ulfeeffames Hafuura Qulqulluudhaan, kan dhalate Maariyaam durba irraa, kan dhiphate bara Philaaxoos Phenxenichaatti, kan fannifames, kan du'es, kan awwaalames, Si'olittis kan gadi bu'e, guyyaa sadaffaattis du'aa kan ka'e, gara waaqaattis kan ol ba'e, hundumaa
Isa danda'u gara mirga Waaqayyo Abbaas kan taa'u, achiis kan deebi'u, warra jiranii fi warra du'anitti murteessuudhaaf.
Kun maal jechuu dha?
Nan amana Yesus Kristos Waaqayyo dhugaa akka jiru, baroota hundumaa duras Abbaattii kan dhalate, nama dhugaa immoo akka jiru, Maariyaam durba irraa dhalatee Inni Gooftaa koo akka ta'e. Ana nama bade, kan anatti murtaa'es, cubbuu hundumaa, du'aa fi gooftummaa seexanaa keessaa akka ana fayyise, ana furates; warqeedhaan yookiis qarshiidhaan miti, Isa Qulqulluu, Isa ulfina qabeessa dhiiga Isaatiin, balleessaa malee dhiphachuu Isaatii fi du'uu Isaatiin malee. Dhuunfaa Isaa akka ani ta'uufitti, Mootummaa Isaa keessa, Isa jala jiraadhee akka ani Isaaf hojjedhuuf, qajeelummaa bara baraatti, qullaa'ummaattis, eebbattis. Inni du'aa akkuma ka'e, bara baraan in jiraata, in mo'as. Kun dhugaa dha.
😇😇😇😇
Telegram
@bilal_truthforall
Group
https://t.me/incarnation_defender
5 425
Dhuga-ba'umsa Amanti Kristaanaa fi hiika issaan.
The Creed.
Kutaa 1ffaa.
Keeyyata Duraa.
Nan amana hundumaa kan danda'u Waaqayyo Abbaatti, Uumaa waaqaatii fi lafaatti.
Kun maal jechuu dha?
Nan amana Waaqayyo anaa fi uumama hundumaa akka uume: foonii fi lubbuu, ijas, gurras, bu'aa dhagnaas hundumaa; qalbiis, hubachuus akka anaaf kenne, hamma har'aattis akka ana eegu; Akkasumas, manas, araddaas, haadha manaas (abbaa manaas), ijoollees, horiis, mi'as hundumaa akka anaaf dabale, foon kootii fi lubbuu koo kan barbaachisu yeroo hundumaa akka ana soore. Miidhama hundumaattii ana oofkalchee, hamaa hundumaa irraas ana eegee na oolche. Kanas hundumaa arjummaa, gaarummaa fi araara Abbummaa fi Waaqayyummaa Isaatiif jedhee anaaf godhe malee, gaarii hojii kootiif miti. Waan kana hundumaafis Isa galateeffacuun, Isa jajachuun, Isaaf hojjechuu fi Isaaf abboomamuunis dirqiitti anaaf ta'a.
Ibsa ammanti ergamoota ( apostolic creed). Hiika issa faana. Luther cathacisim irraa Kan fudhatame. 😇😇😇
5 425
Kiristaanoni "IREECHI IRREE KEENYA" jettan nagumaka issin garruu?
Isaayaas 1
28 warri irra daddarbanii fi
warri cubbuu hojjetan
garuu walii wajjin in caccabu,
warri Waaqayyo irraa deebi'anis in badu
29 qilxuu jalatti hirreefattanii
itti gammaddan sanaaf
yeella'uuf jirtu,
iddoo dhaabaa isa fo'attan sanaafis
salphachuuf jirtu;
Ani Akka kooti waaqqeffana ossoo aadaatti gargar baaftani natti tolla.
Keessa seene Akkan irratti1 dubbadhu Yoo barbaadan natti himma.
Telegram
@bilal_truthforall
Group
https://t.me/incarnation_defender
5 425
🔥🔥🔥🔥DHOKSAWWAN MACAAFA QULQULLUU KESSA KANEEN NA DINQIISISAN KESSA MURAASA.🔥🔥🔥🔥
LEENCI NAMA WAAQAYYO SANA NYAATE HAARE DHIISE BIRA DHAABACHU ISSA.
😇😇1MOOTOTA 13:24😇😇
HAREE ISHEE AFAAN NAMA HAASOFTE.
😇😇SEERA LAKKOFSAA 22:28😇😇
MACAAFA YAASHAR
QANOONA GUYYA HARDHA KESSA KAN HIN JIRE GARUU MACAAFNI QULQULLU MACAAFA QULQULLOTA KAN INNI JEDGE WAAMU.
😇😇MACAAFA IYAASU 10:13😇😇
BAY'INNA BARA JIREENYA MATUSAALA.
WAGGOOTA 969 NAMA LUBBUDHAN ADDUNYA KANA IRRA JIRAATE.
😇😇UMAMA 5:27😇😇
ADUUN BAKKA JIRTUTI DHAABACHU ISHE.
BARAA IYAASU ADDUN GUYYA LOLAA IRRATTI ITTU HIN DHIHIN DHAABACHU ISHEE.
😇😇IYAASU 10:13😇😇
NAMA DU'A HIN ARGINE.
AKKA WARREN KAANITTI HENOK ITTU DUHA HIN ARGIN NAMA GARAA WAAQATTI OLFUDHAME.
😇😇UMAMA 5:24 IBROTA 11:5😇😇
NAMOOTA DU'A KAHANI ADDEMAN.
DU'AA KAHU GOOFATA KEENYA IYYESSUS KIRISTOOS BOODA QULQULLONI DU'ANII TURAN MANDARITTI KESSA ARGAMU ISSAANI.
😇😇WANGEELA MATIWOOS 27:52-53😇😇
Tiktok
bilal_truthforall
Telegram
@bilal_truthforall
Group
https://t.me/incarnation_defender
5 425
DHOKSAWWAN MACAAFA QULQULLUU KESSA KANEEN NA DINQIISISAN KESSA MURAASA.
LEENCI NAMA WAAQAYYO SANA NYAATE HAARE DHIISE BIRA DHAABACHU ISSA.
1MOOTOTA 13:24
HAREE ISHEE AFAAN NAMA HAASOFTE.
SEERA LAKKOFSAA 22:28
MACAAFA YAASHAR
QANOONA GUYYA HARDHA KESSA KAN HIN JIRE GARUU MACAAFNI QULQULLU MACAAFA QULQULLOTA KAN INNI JEDGE WAAMU.
MACAAFA IYAASU 10:13
BAY'INNA BARA JIREENYA MATUSAALA.
WAGGOOTA 969 NAMA LUBBUDHAN ADDUNYA KANA IRRA JIRAATE.
UMAMA 5:27
ADUUN BAKKA JIRTUTI DHAABACHU ISHE.
BARAA IYAASU ADDUN GUYYA LOLAA IRRATTI ITTU HIN DHIHIN DHAABACHU ISHEE.
IYAASU 10:13
NAMA DU'A HIN ARGINE.
AKKA WARREN KAANITTI HENOK ITTU DUHA HIN ARGIN NAMA GARAA WAAQATTI OLFUDHAME.
UMAMA 5:24 IBROTA 11:5
NAMOOTA DU'A KAHANI ADDEMAN.
DU'AA KAHU GOOFATA KEENYA IYYESSUS KIRISTOOS BOODA QULQULLONI DU'ANII TURAN MANDARITTI KESSA ARGAMU ISSAANI.
WANGEELA MATIWOOS 27:52
5 425
DHOKSAWWAN MACAAFA QULQULLUU KESSA KANEEN NA DINQIISISAN KESSA MURAASA.
HAREE ISHEE AFAAN NAMA HAASOFTE.
SEERA LAKKOFSAA 22:28
MACAAFA YAASHAR QANOONA GUYYA HARDHA KESSA KAN HIN JIRE GARUU MACAAFNI QULQULLU MACAAFA QULQULLOTA KAN INNI JEDGE WAAMU.
MACAAFA IYAASU 10:13
BAY'INNA BARA JIREENYA MATUSAALA.
5 425
Raajjotta baranaa
IYESUS ofii issatii natti muldhate guyya gaafa September 24-25, kanna jechuun guyyaa barreeffamni kun itti barreefame guyya tokko durse, dhufeen waldaako ishee dhugaan fudhadha na jedhe jechuun dubbatte. Namonis kanaraa Kan kahe qabeenya issaani gatii gadi buhaan gurgura jiru.
Kana hundaafa Akka kahumsa doggograati Kan kahe. Raajumafi, doggogora GOOFTAN KENYA IYESUS KIRISTOS dhufe waldaa issa fudhata barumsa jechudha.
Meeqan kessan barumsa kanaati Akka amantan mee NAT hima. (RAPTURE).
5 425
KIRISTAANI BARANEE, yenaa issan nuti wangeela dubbisne beekna qoranne xumureera jedhan.😂😂
Ogastin (Augustine) MACAAFNI QULQULLUU Ijoolle warra tahanif ittu issaan hin liqimsiin irra Kan dhugan, Warren gurguddoo beekumsa wangeela qaban( theologian ) itti lixanii Akka gallaanati yoo daakan dhidhima galaanicha jalla yoomu Kan hin gahamnedha.
Warri beekna schoolarota hin fudhanu jettan Akkam jirtu nagumaka.
5 425
Macaafa qulqulluu hiikachuf Qulfi nutti beekun qabnu 5.
1⃣
SEENA FAANA( HISTORICAL CONTEXT)
Bara macaafici barreefame maaltu Taha ture? Taatewan, fi aadda hiika barrefama macaaficaf hiika sirri kenne Sana qorachu.
2⃣
HIIKA AFAAN JALQABA ( LINGUISTICS ANALYSIS)
Hiika jecha issa jalqaba Kan afaan hibru fi giriik. Akkata barreefamafi hiika maccafa issa sirri Kan nuu kennu.
3⃣
HIIKA KARAA AADA (CULTURAL CONTEXT)
Akkami inni barresefi inni barreefamef sun hubattani itti jirtan. Bifa fakkenyaa (metaphor) fi akkata aadda issanitin sababni issa aadda iddo iddoti garaa gara waan tahef.
4⃣
Literary Genres
Dubbii dubbin, bifa wallalon, bifa raajjuman fi kkf. Hundi issaniyu akkata Mattaa issa dandahanin hiikamu waan tahef.
5⃣
WAAQQEFANAAF. (THEOLOGICAL APPLICATION)
Akkami Akka Dhugaaf yaada Waaqayyo wallin jiraanuf, Jireenya Kenya hardha akkamin Akka tahu qabu walin walqabsisu.
5 425
Ayyanaa fi Araara waaqayyon kan fillatamtan hundi kessan akkam jirtu?
sababa mataakof baayye badeen ture, amma waanan deebihef waa'e wangeella hassahun itti fuffa. 🔥
5 425
Dhalli Nama addunya kannara yenna jiraatu waan heddu xuxxuqqee ilaala. issaan kessa adda durreen maallumasa barrudha. inni eessa akka dhuffe maallirra akka uumame barruf dhammahudha, namnis akkan barbaaddeti of ibsuu nan dandaha jechuun maddassa dubbattata, inni tokko akka saayissitti, inni tokko akka amanttati dubbattata, eggaa "ollan akkam bultee beeka akka itti bulle abbaatu beeka" akkuma jedhammu abba caala kan of beeku hin jiru, kan ani amnti hin qabu offin jedhu lakki ani JALDDESSA🦍 irraan dhufe jechuun jaldeesa🦍 yenna of godhu inni akkako waaqayyotti amanu garru akka ani nama fakkaati waaqayyon kanan uumame jechun bineensara adda of baasa, kanna qofa osso hin taane amntaama kessa dhokkateelle ani dhoqee ajaaha akka supheeran uumame jechuun waaqa hamaa baasa kaneen akka islaamotati issanimo, hundumaafu akka akka issaatti deebii kenuuf barreeffamota gaari kaneena macaafa qulqulluu keessa dhufan, abbootta amanta amntaa warreen barra ergamootta irraa kaassani laffa irra jiraacha adarraa wangeella nu harkan gahan maal akka issaan barsiisa turan irraa jalla wal faana baranaa waan tahef addarraa channel kana, nammota christaana tahan hundumaf share godha, akkasumale obbolloota islaamota hundumaf.
