cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Darsii Usuulu salaasa

Рекламные посты
223
Подписчики
+124 часа
+17 дней
+230 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Repost from N/a
Milkaawaan Namaa; Nama Rabbiin ﷻ Qur'aana qara'uutti,barachuutti,barsiisuu fii itti ta'aabuudhatti biizii isa godhuun isa khabajeedha. Kuni Mata galaa fii ijoo Hojii anbiyootaati ture. 💜
Показать все...
Repost from N/a
Milkiin; Dhugumaan Rabbi ﷻ irratti irkachuufii ergasii Waan Rabbiin ﷻ siifii sirratti Murteesse jaalachuu kheeysa jirta. Silaa kakadhu jedhamee Wallahi irrattiin kakadha. 💜. اللهمّ ارزقنا صدق التّوكّل وتمام الرضى بقضائك💜
Показать все...
Repost from N/a
Ganna ganna yeroon fajrii fii asrii boodaa dheeraadha. Inni bareedaan; hifzii fii muraaja'aa subhii booda,kitaaboota dubbisuu fii mutuunoota ilmii haffazuudha. Yeroo boqonnaa dheeraa khana irraa fiirii buufadhu. Barattootaan baana.💜
Показать все...
Repost from N/a
Yaa Warra balbala Rayyaan; Ji'a Muharram keessa soommanuun Soomana ji'a Ramadaanaatti aansee irra Caalaa Soommanaati. Rasuulli ﷺ " Sooma Ramadaanaatti aansee irra caalaan soommanaa Sooma ji'a Muharrami. Salaata Dirqamaatti aansee irra caalaan salaataa; Salaata halkaniiti " jedhan. رواه مسلمٌ.💜.
Показать все...
Repost from N/a
★|[ Gaafa gara namootaa irkachuun kee baay'atee isaan irra faayidaa khajeelte; balbala salphinaa fii hadhaawaa seentee jirta. Kanaaf jecha Nama gara rabbii isaa khajeellaa qabaate Rabbiin ﷻ Rahmataa fii tasgabbeeysa isaatiin isa bohaarseeti makhluuqa kadhachuurraa isaaf of gahee yeroo isaan kadhate didiinsa isaanitirraayillee nagaya isa baasa. Rabbiin ﷻ irkoo ari'aamaa hundaa fii bakka deebii darbamaa bakka dhabaa hundaati. Subhaanahu Al-barru Al-Rrahiim ]|*. 💜
Показать все...
Repost from N/a
★*|[ Dhimmoota Jaalala Allaahaa ﷻ Namaaf argamsiisan keessaa tokko; Sababoota biizii nama godhan kan Rabbii ﷻ fii qalbii addaan gaarraddu irraa fagaachuudha. ]|*💜.
[الإرشاد إلى صحيح الاعتقاد للشيخ الفوزان حفظه الله (صـ٨٨)].
Показать все...
Repost from N/a
★. *|[Namni tokko gaafa gara rabbii haajomummaa isaa mul'ifatee isa kadhatee,walitti fufiinsaan kalaamaa allaahaatii ﷻfii kalaamaa rasuulaa ﷺ,kalaama sahaabootaa,taabi'ootaa fii imaamman muslimtootaa keessa gad lallaaluu baay'ise; Kharaan Qajeelloo isaaf banama. ]|*💜
شَيْخُ الْإِسْلَامِ ابْنُ تَيْمِيَّةَ - رَحِمَهُ اللَّهُ تَبَارَكَ وَتَعَالَى- 【 مجموع الفتاوىٰ (٥ / ١١٨)】
Показать все...
Repost from N/a
★.*|[ Allaaha Allaaha! Yaa obboleewwan kiyya gorsa fii nasiihaa isiniif godhamtu fudhadhaa osoo guyyaan saaxilamuu fii salphifamuu hin dhufneen duratti ]|*💜
ابن الجوزي رحمه الله بستان الواعظين ٥٩
Показать все...
Repost from N/a
★. Hiriyyaan kee inni dhugaa isa yeroo hamtuu sirraa arge dhoksee siif nasiiha godhu,isa yeroo kheeyrii sirraa arge gammadee rabbi ﷻ siif kadhatu,isa yeroo dagannaa sirraa arge suuta si yaadachiisuu,isa yeroo kheeyriileerraa hifachuu khee si arge mirqaana sitti godhee si kakaasu,isa yeroo balaa fii yaaddoon sitti buute qalbiitee bohaarsuu fii isa yeroo isa agarte fuulli khee hiikkatee gammadu, isa yeroo isa wajjiin teeysee wajjiin haasooytu yaadaa fii wanti sitti jirtu sirraa deemtuudha. ]|*💜.
Sheikh Suleiman Al-Ruhyli Hafuzahullah.💜
Показать все...
Repost from N/a
★. Nama Suurat Al ikhlaas,Suurat Al-Falaq fii Suurat Al-Nas Yeroo bariisifatee fii dhiisifate yeroo Sadii Sadii qara'e Sharrii fii hamtuu waan hundaa irraa isaaf of geeysi💜
خرجنا في ليلةِ مَطَرٍ وظُلْمَةٍ شديدةٍ نطلبُ رسولَ اللهِ صلى الله عليه وسلم لِيُصليَ لنا ، فأدركناه ، فقال : أصليتم ؟ فلم أقلْ شيئًا ، فقال : قلْ . فلم أقلْ شيئًا ، ثم قال : قلْ. فلم أقلْ شيئًا ، ثم قال : قلْ : فقلتُ : يا رسولَ اللهِ، ما أقولُ ؟ قال : قل هو الله أحد والمُعَوِّذَتين حينَ تُمسي وحينَ تُصبحُ ثلاثَ مراتٍ تُكفيك مِن كلِّ شيءٍ. الراوي : عبدالله بن خبيب | المحدث : الألباني | المصدر : صحيح أبي داود الصفحة أو الرقم: 5082 | خلاصة حكم المحدث : حسن
Показать все...
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.