TASHEE COMPUTER TRAINING CENTER
828
Подписчики
+124 часа
+57 дней
+6330 дней
- Подписчики
- Просмотры постов
- ER - коэффициент вовлеченности
Загрузка данных...
Прирост подписчиков
Загрузка данных...
Namoonni baaneeri hojjeechiifachuu barbaadan nuuf bilbilu dandeessuu lakk. 0925730788
▪️For Fresh Graduates🎴Kerchanshe Equipment🎴
▪️Job Position - Cashier
Required Qualification and Experience
Education: University degree in Finance or Accounting from a reputable institution
▪️Find More Details here
💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/kerchanshe-equipment-may-31-24/
▪️Deadline: June 10/24
👍 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
Namoonni Paaspoortii Guyyaa Beellama Keessanii Dhufanii Fudhachuu Hin Dandeenye Hundaaf, Qubee Maqaa Keessanii Jalqabaan Guyyaa Keessa itti Dhufanii Fudhachuu Dandeessu.
Wiitaxa:- A,B,C,D,E,F,G
Kibxata:- H,I,J,K,L,M,N,O,P,Q,R
Roobii :- A,B,C,D,E,T
Kamisa:- I,J,K,L,M,U,V,W,X,Y,Z
Jimaata:- A,F,G,H,N,O,P,Q,R
Sanbata Duraa :- M,S,T,U,V,W,X,Y,Z
❤ 5
Erga Paasportii baafannee booda yoo #maqaa fi #umurii keenya sirreeffachuu/jijjirachuu barbaanne maal gochuu qabna?
#Maqaa_jijjirachuuf
Maqaa isa dura fayyadamaa turre yoo jijjiranneerra ta'e, Ragaa Mana murtii irraa nuf kenname qabachuun maqaa keenya isa Paasportii irraas jijjirachuu dandeenya.
#Umurii_Jijjirachuuf
Umurii keenya isa Paasportii irra jiru yoo gadi butuu ykn dabaluu feene, Ragaa dhaloota (Lidet Kardii) iddoo dura baafanne
deemnee bara dhaloota keenya jijjirachuun Ragaa (Waraqaa) Dhaloota isa haaraa qabaachuun tajaajila argachuu dandeenya.
👉Yeroo maqaa ykn umurii keenya jijjirannu #ashaaraa irra deebinee waan hin kennineef Passport keenya dafee nu qaqqabuu danda'a.
#Hubaachiisa
Tajaajilli isaa karaa #Online qofaan kennama isiin Paasportii keessan fudhachuu qofaaf deemtu malee tajaajila kanaaf qaamaan isiin hin keesumsisan.
Yoo nu quunnamuu feetan.
☎️ 0925730788
Passport Registration Info
ICS online registration. JOIN TO OUR CHANNEL
https://t.me/officialpassportregisterationOur bot @Passport_onlineregistration_bot
👍 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
Namootni Paasportiin keessan
👉 Kan isiin jalaa bade
👉 Kan Expired ta'e
👉 Kan Cite/ faayidaa ala ta'e
irra deebitanii asharaa kennuu waan hin barbaachifnef, #passport_copy fi suura 3×4 keessan erguun yoo beellama qabsiifattan turti ji'a 2 hin guunne keessatti irra deebitanii argachuu dandeessu.
Tajaajila Akkasii yoo feetan, nu quunnamaa.
Addis Ababa Revenue Bureau Jobs 2024💯✔️
---—----------------------------
✅ በ0 አመት እና በልምድ
✅ Fresh Graduate- Addis Ababa Revenue Bureau would like to invite qualified and competent applicants to apply for the following vacant post.
Qualification: Accounting and Finance , Management , Accounting , Economics , Marketing Management , Cooperative Business Management , Business Administration and Information System , Economics Logistics and Supply Chain Management, Public Administration and Development Management study field .
How To Apply
🟥 ፈጥነው ታች ባለው ሊንክ ይመዝገቡ
⁉️ ማሳሰቢያ:- VPN ወይም Psiphon መጠቀም ይኖርባችሗል
👇👇👇👇👇Apply Now👇👇👇👇👇👇
👇👇👇👇
https://addiszemenvacancy.com/2024/04/15/addis-ababa-revenue-bureau-jobs-2024/
--------Follow Our Website--------
👇👇👇👇👇👇
https://addiszemenvacancy.com
----------Join Our Telegram-------
👇👇👇👇👇
https://t.me/Addis_Zemen_Vacancy
አዲስ ዘመን ጋዜጣ| Addis Zemen Vacancy
ለፈጣንና ለታማኝ የስራና የጨረታ ማስታወቂያ Contact Us @addiszemenvacancybot
https://addiszemenvacancy.com👍 1
Abyssinia Bank
===
Muuxannoo:0 year
Gita hojii: IT Trainee
Ogummaa: BSC Degree in Computer Science, Software Engineering, Information System, Electrical and Computer Engineering, or other related fields.
Year of Graduation: 2023 and 2024 graduates
GPA: 3.00 and above
Age: 25 and below
Exit Exam Result: 70% and above
Bakki hojii: Finfinnee
Galmeen Online:16/9/2016
https://vacancy.bankofabyssinia.com
Bank of Abyssinia Careers
JOIN OUR TEAM
👍 1