cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

NEW ORO REAL MADRID FANS™

Chaanaalii kana irratti: ▫️Seenaa hundeeffama Riyaal Madriid ▫️Seenaa taphattootaa Riyaal Madriid ▫️Tapha Riyaal Madriid kallattiin ▫️Odeeffannoo jijjiirraa taphattootaa fi.k.kf argachuu dandeessu Creator @kiya_junior

Больше
Финляндия1 677Язык не указанСпорт11 570
Рекламные посты
3 516
Подписчики
+4524 часа
+3787 дней
+30430 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Фото недоступноПоказать в Telegram
✅️Riyaal Maadriid uffannaa isaanii bara dorgommii dhufuuu erga beeksisani gurgurtaa jalqabaniin booda,toora miidiyaa isaanii irratti guyyaatti Yuuroo 400k hanga 500k akka argatan ibsaniiru.🤍🔥 📃[Marca] 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲ @Oro_real_madrid                     @Oro_real_madrid
Показать все...
Фото недоступноПоказать в Telegram
✅️Har'a guyyaa dhalootaa isaa kabajachaa kan jiru taphataan sarara fuulduraa garee biyyaalessaa Biraazilii fi Riyaal Madriid Viiniishiyes Juuniyeer istaatiksii inni Chaampiyoonsiliigii Aawurrooppaa irratti qabu: 🎽Taphoota 56 taphate ⚽️ Goolii 21 lakkoofsise 🅰 Kubbaa goolii tahan 22 mijeessee kenne 🔝Tapha xumuraa Championsleague Aawurrooppaa 2 irratti gooliiwwan murteessoo lama lakkoofsise. 🏆🏆 Waancaawwan lama injifate. Ballon d'or 🔜⌛️ 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲ @Oro_real_madrid                     @Oro_real_madrid
Показать все...
Фото недоступноПоказать в Telegram
Taphataan Riyaal Madriid duraan Jeems Roodriigeez har'a guyyaa dhalootaa isaa waggaa 33ffaa kabajachaa jira.🇨🇴🥰 HBD LEGEND🥳🎂🎉 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲ @Oro_real_madrid                     @Oro_real_madrid
Показать все...
📋 OFFICIAL | Sadarkaa kilaboota Awurooppaa keessa jiranii,Riyaal Madriid Sadarkaa 2ffaa irratti argama. 😳🤷‍♂ 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲ @Oro_real_madrid                     @Oro_real_madrid
Показать все...
Фото недоступноПоказать в Telegram
🇧🇷Taphataa sarara fuulduraa qarqaraa garee biyyaalessaa Biraazilii fi Riyaal Madriid kan tahe Viiniishiyes Juuniyeer har'aa guyyaa dhaloota isaa waggaa 24ffaa kabajachaa jira. HBD VINI JR🥳🎂🎉 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲ @Oro_real_madrid                     @Oro_real_madrid
Показать все...
🎉 12🔥 4
Фото недоступноПоказать в Telegram
🚨Kilabni keenya Riyaal Madriid taphataa sarara ittiisaa kilaba Liil kan tahe Leenii Yooroon mallatteessifachuu yoo baatan,taphaataa sarara ittisaa laaziyoo kan tahe Maariyoo Gilaan jijjiirraa ganna kanaan fudhachuu akka barbaadan himaniiru.👀 [diario_as] 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲ @Oro_real_madrid                     @Oro_real_madrid
Показать все...
👍 6
Фото недоступноПоказать в Telegram
🚨Gooliiwwan 27 Juud Beeliinghaam bara dorgommii kana lakkoofsise keessaa gooliin 19 kan galan osoo gareen isaa wal qixarra jiruu goolii injifannoof galanii ittiin injifatanidha.😳🔥 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲ @Oro_real_madrid                     @Oro_real_madrid
Показать все...
9
Фото недоступноПоказать в Telegram
🚨Andiree Luuniin🗣 "Tiiboo Koortuwaan gooli eegdota ciccimoo tahan keessaa isa tokkodha garuu immoo taphachuun barbaada anis." 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲ @Oro_real_madrid                     @Oro_real_madrid
Показать все...
👍 13
Фото недоступноПоказать в Telegram
James Rodriguez 🗣 "Kiristiyaanoo duukaa taphachuun baayyee nama gammachiisa, taphattoota ciccimoo jedhamanii beekamanii fi taphattoota ani hanga ammaatti ani duukaa taphadhe keessaa inni addadha." 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲ @Oro_real_madrid                     @Oro_real_madrid
Показать все...
16
Фото недоступноПоказать в Telegram
🌤Akkam bultan Maatiin New Oro Real Madrid⛅️ 🤍Guyyaa gaarii akka suuraa kanaa qabaadhaa🥰 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲ @Oro_real_madrid                     @Oro_real_madrid
Показать все...
👍 9
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.