cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

አርሰናል ብቻ Arsenaal Qofa

ለየትኛውም የአርሰናል ዜና አለው! Oduu Arsenaal kamiifuu Jira! Join! 👇 ⚽️ ARSENAL ⚽️ 🔴 "London Is Red" 🔴

Больше
Эфиопия2 919Язык не указанСпорт8 661
Рекламные посты
6 875
Подписчики
-724 часа
-357 дней
-8730 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Фото недоступноПоказать в Telegram
🚨🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 የአርሰናል ሁለቱ ተጫዋቾች ቡካዮ ሳካ እና ዲላን ራይስ የእንግሊዝ ካምፕ ደርሰዋል።💥 🚨🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Taphatooni Lamaan Arsenaal Bukaayyoo Saakaa fi Deeklaan Raayis gara mooraa Ingilaandii gahaniiru.💥
Показать все...
15👍 5🥰 2
Фото недоступноПоказать в Telegram
🚨 ሚኬል አርቴታ በፕሪምየር ሊጉ ከፍተኛ ደሞዝ ከሚከፈላቸው አሰልጣኞች አንዱ ለመሆን ተዘጋጅቷል፣ አዲሱ ውል በአመት ከ10 ሚሊየን ፓውንድ በላይ እንደሚሆን ይጠበቃል። 🚨 Miikeel Arteetaan leenjistoota Piriimiyerliigii Ingiliiz keessatti kaffaltii olaanaa argatan keessaa tokko ta'uuf kan jiru yoo ta'u, walii galteen isaa haaraan waggaatti £miliyoona 10 ol akka ta'u eegama.
Показать все...
👍 12👏 2🤡 1
JOIN TAPSWAP!🤞 Its Verified bot channel..Just Like 'NOTCOIN try your chance here!🙏?? 👉 https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_1190663982 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
Показать все...
👍 5 2💯 2👏 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
🚨 በዚህ ክረምት የአርሰናል የመሀል ሜዳ ኢላማ ሆነዋል: 1. ፍሬንኪ ዴ ጆንግ 2. ብሩኖ ጉማሬስ 3. ማርቲን ዙቢሜንዲ 4. ጆአዎ ኔቭስ 5. ዳግላስ ሉዊዝ 6. ኪየርናን ዴውስበሪ-ሆል 🚨 Ganna kana sarara gidduu Arsenaal irratti xiyyeeffate: 1. Firaankii De Joong 2. Biruunoo Giimaaraas 3. Maartiin Zubimendi 4. Joo'oo Neevees 5. Daaglaas Luwiiz 6. Kiernan Dewsbury-Hall
Показать все...
👍 11🔥 3 2👏 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
🚨 ፉልሀም አዲሱ የኤሚል ስሚዝ ሮው ፈላጊ ክለብ ሆኖ ብቅ ብሏል። [ዴሊ ሜል] 🚨 Fuulhaam kilabii haaraa Emile Smith Row barbaadu ta'ee mul'ateera። [Daily Mail]
Показать все...
👍 12😁 4 2😢 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
🚨 አርሰናል ቶማስ ፓርቲን በገበያ ላይ አዉጥቷል። ናፖሊ በአሁኑ ሰአት ለቶማስን ፍላጎት እያሳየ ነው አርሰናል ለእሱ £15M ይፈልጋል። ቶማስ ፓርቲ በክረምቱ አርሰናልን ይለቃል ተብሎ ይጠበቃል።💥 🚨 Arsenaal Toomaas Paartee gabaaf dhiyeese jira. Naapooliin yeroo ammaa kana Toomaasiif fedhii agarsiisaa jira, Arsenaal £15M isa irra barbaada. Toomaas Paartiin ganna kana Arsenaal gadhiisee ni deema jedhamee eegama.💥
Показать все...
11👏 4🥰 1🤔 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
⭕️ ኤደን ሃዛርድ ከኖርዌይ ምርጥ እግር ኳስ ተጫዋች ማን እንደሆነ ተጠይቆ፡ 🗣 ሃዛርድ: "ኦዴጋርድ" 🔴 ጋዜጠኛ፡ “ሀላንድ አይደለም! ኦዴጋርድ?” 🗣 ሃዛርድ: "ኦዴጋርድ ነው ምክንያቱም ከእሱ ጋር ስለተጫወትኩ ነው።" ⭕️ Eden Hazard taphataa kubbaa miilaa cimaa Noorweey keessa eenyu akka ta'e gaafatamee: 🗣 Haazard: "Odegaard" 🔴 Gaazexeessaa: "Haalaand miti!" Odegaardi?” 🗣 Haazard: "Odegaardidha sababiin isaas waanan isa waliin taphadheef."
Показать все...
👍 11💯 3 2🥱 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
🚨 አሮን ራምስዴል በእርግጠኝነት ይለቃል ተብሎ ይጠበቃል ነገርግን እስካሁን ድረስ ከየትኛውም ክለብ ጋር ምንም የላቀ ንግግር የለም ስለዚህ አርሰናል ከሱ ምን ያህል እንደሚያገኝ እስካሁን ግልጽ አይደለም። የሱ ተተኪ ለዴቪድ ራያ መጠባበቂያ ሆኖ እንዲያገለግል ከማደረጋቸው በፊት ለራምስዴል የሚቻለውን ምርጥ መፍትሄ ማግኘታቸውን ማረጋገጥ ይፈልጋሉ። [ፋብሪዚዮ ሮማኖ] 🚨 Aaron Ramsdale bahuun isaa beekamaadha, garuu hanga ammaatti kilabii kamiinuu waliin mariin olaanaa waan hin godhamneef Arsenaal hangam akka isarraa argatu ifa miti. Raamsdeeliif furmaata hundarra gaarii ta'e argachuu isaanii mirkaneessuu barbaadu, osoo bakka bu'aa isaa akka lammaffaati Deevid Raayaatti kan aanu osoo hin argatiin hin gadhiisan. [Fabrizio Romano]
Показать все...
👍 8 2🔥 2🥰 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
🔴 ሪዮ ፈርዲናንድ ዊሊያም ሳሊባን የሊጉ ምርጥ ተከላካይ በማለት መርጧል።👍 🔴 Riyoo Ferdinaand Wiliyaam Saalibaan taphataa sarara ittisaa cimaa liigii kanaati jechuun filate.👍
Показать все...
13👍 7🥰 2👏 2
⭕️ አርቴታ የግሎባል ሶከር የፕሪመር ሊጉ ምርጥ አሰልጣኝ ስለማሸነፉ፡ 🗣 "ከአራት አመት በፊት በጀመርነው በዚህ ጉዞ ቀናቴን አስደሳች፣ አበረታች እና ድጋፍ ስላደረጋችሁልኝ ሁሉም ተጫዋቾች፣ የአሰልጣኞች ቡድን እና በእግር ኳስ ክለብ ውስጥ የተሳተፉትን ሁሉ አመሰግናለሁ እቅዳችን ብዙ ዋንጫዎችን ለማሸነፍ ከፍተኛ ደረጃ ላይ ይደርሳል ብለን ተስፋ እናረጋለን።" ⭕️ Arteetaan leenjisaa cimaa Piriimiyerliigii Kubbaa Miilaa Addunyaa injifachuu isaa irratti፡ 🗣 "Taphattoota, leenjistootaa fi namoota kilabii kubbaa miilaa kana keessatti hirmaatan hundaaf imala waggaa afur dura jalqabne kana keessatti guyyaa koo gammachiisaa, jajjabeessaa fi deggersa taasisuu keessaniif galatoomaa."
Показать все...
👍 12 4🔥 3👏 1