cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Ustaaz Alisham Mohammed

Dear Followers Of Our Channel, Please Join Follow Subscribe Comment Share For More Videos. https://www.youtube.com/@Alishammedia

Больше
Страна не указанаЯзык не указанРелигия и духовность132 685
Рекламные посты
194
Подписчики
Нет данных24 часа
-17 дней
-530 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Jechoota Hayyootaa ➊. Addunyaa Kana irraa Waani Baay'ee Nama Gaddisiisu, Osoo ija qabanii Mul'ata dhabuudha! — (Helen_keeler) ➋. Hiyyumnis Ta'u Soorumaa Bu'aa ilaalcha Keenyaati! — (Naappooliyoon_Hill) ➌. Muka ija qabutti Dhagaan Baay'ata! — (Shiiv_Keeraa) ➍. Yoo Dandeesse Barrisi Yoo Barrisuu Dadhabde Fiigi! Yoo Fiiguu Dadhabde Daddafii Deemi! Yoo daddaftee Deemuu Dadhabde Tiradhu! Yoo Tirachuu Dadhabde Dee'mi! Yoo Dee'muu Dadhabde Socho'i! Akka Fedhee Yoo Ta'ellee Socho'uu Hin dhaabiin! — (Maartiin Luuter Kiing) ➎. Aangoon Naachaa Bishaan Keessattidha!! — (South_African) ➏. Daandii Bosona Keessaa jaldeessa Dulloomaa Gaafadhu!! — (Congulese_people) ➐. Namoonni "Ni Danda'ama" jedhanii Yaadan, Murtoon Kamiyyuu Hanga Ta'e Rakkina Akka qabu Ni Beeku! — (Roobert_H.Chuuler)
Показать все...
Фото недоступноПоказать в Telegram
Roobert Mugaabee Dubbii isaa ▬▬▬▬▬▬▬▬ ⩩ "Guyyaa mindaan siif kenname foon lukkuu nyaatta; ⩩ Gaafa mindaan sun xiqqoo hir'atte immoo oomisha lukkuu (hanqaaquu) nyaatta; ⩩ Yoo mindaan kee xiqqaachaa dhufu immoo nyaata lukkuun nyaattu (boqqolloo, mishingaafaa...) nyaatta; ⩩ Yeroo mindattiin dhumtu, atumti mataan kee lukkuu taatee oliif gadi deemtee yeroo kee fixxa!
Показать все...
👍 1
Baankiin Raammisiifi Majlisni Oromiyaa waliin hojjachuufi Baankiin Raammisiifi Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Naannoo Oromiyaa waliin hojjachuuf waliigaltee mallatteessaniiru. Pireezidaantiin Baankii Raammis Obbo Alii Ahimad Baankiin Raammis erga hojii eegalee ji'oota 10 kan lakkoofsise tahuu ibsanii aadaa qusannoo uummata Musliimaa cimsuuf waliigaltee hojii Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa waliin taasisuun murteessaa tahuu eeran. Itti dabaluun baankiilee guutummaan guutuutti tajaajila dhala irraa bilisaa kennaan keessaa tokko kan ta'e Baankiin Raammis guddina faayinaansii seerota sheri'aa Islaama bu'uureffatee keessatti gaheesaa kan ba'atuufi aadaa qusannoo hawaasa muslimaas kan jabeessuudha jedhan Obbo Aliin. Pireezidaantiin Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Nannoo Oromiyaa Sheyik Jamaal Muusaa gama isaaniitiin uummani Musliimaa Baankii dhala irraa bilisaatti qusachuun Shari'aa seerota sheri'aa babal'isuu qaba jedhan. Wliigalteen kun waliigaltee isa jalqabaa Manni Marii Dhimmoota Islaamummaa Naannoo Oromiyaa dhaabbata daldalaa dhuunfaa waliin taasise ta'uus Sheyik Jamaal himaniiru.
Показать все...
DHAAMSA YEROO السلام عليكم ورحمة الله وبركاته Obboleeyyan kiyya ummata islaamaa Muslimtoota keenya wanni waliif dhaamnu sodaa Rabbii ta'uu qaba . ✍️ Nuti Nama ummanni jala deemu waan taaneef, ✍️ Nuti Beytoota ( علماء ) waan taaneef , ✍️ Nuti warra bakka bu'oota Nabiyyii (محمد )ﷺ waan taaneef, ✍️ Nuti Rabbii(ﷻ) Amala gaariin Qur'aana keessatti (أشداء على الكفار رحماء بينهم ) jachuun nu dubbatee jira waan ta'eef. ✍️ Nuti Waldhabbii irraa dhoowwamnee jirra waan taheef. ✍️ Waldhabuun Nama Diigdee, Biyya diigdi waan ta'eef. ✍️ Waldhabbiin Aakhiraa nama hoongeessiti waan ta'eef. ✍️ Yoo nuti Ummata Rabbi sodaatu hin taane Eenyuutu Rabbi sodaata⁉️ ✍️ Hundi kheenyaahuu Guyyaa Qiyaamaa tokko tokkoon fuula Rabbii ﷻ) dhaquuf teenya. ✍️ Khanaaf Rabbi haa Sodaannuu, waan Tokkummaa ummata kheenyaa Diigu irraa fagaachuu qabna. Galatoomaa !!! وشكرا !!!
Показать все...
Показать все...

Показать все...
Let's connect on Facebook Lite!

It's small, fast and saves data. Download the app here:

Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.