cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

🌼 Keneni Begna Regasa Channel 🌼

Chaanaalii kiyya irratti wantin maxxansu kamiyyuu siyaasa, amantaa fi dhimmoota gartummaa agarsiisan irraa walaba kan tahedha. https://www.facebook.com/kenenibenga?mibextid=ZbWKwL

Больше
Рекламные посты
201
Подписчики
Нет данных24 часа
-17 дней
-630 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Фото недоступноПоказать в Telegram
ደንብ ቁጥር 395/2009 ዓ/ም የመንገድ ትራንስፖርት ትራፊክ መቆጣጠሪያ ደንብን ለማሻሻል የወጣ የሚኒስትሮች ምክር ቤት ደንብ
Показать все...
👍 1
Показать все...
Let's connect on Facebook Lite!

It's small, fast and saves data. Download the app here:

"Hogganaan loogii agarsiisu, gama tokko deeggaru, yaada namoota birootiin garmalee liqimfamu, fakkeenya gaarii ta’uu hin danda’u. ወገንተኝነትን የሚያሳይ፣ ለአንዱ ወገን የሚደግፍ እና በሌሎች አስተያየት ከልክ በላይ የሚነካ መሪ ጥሩ ምሳሌ ሊሆን አይችልም። A leader who shows bias, favors one side, and is overly influenced by the opinions of others is not setting a good example." JBC
Показать все...
Namni Waanyoo hin qabne, nama gatii hin qabneedha. Waanyoo hin qabdu taanan ati duutee jirta waan ta'eef dafii waanyuu uummadhu. Kana jechuun hojiitti hin jirtu jechuudha. Nama hojjatutti namni hinaafu hin dhabamu waan ta'eef ምቀኛ የሌለው ሰው ዋጋ የሌለው ሰው ነው፤ ምቀኛ ከሌለህ ሞተሃልና እንደምንም ምቀኛ ፍጠር። ይህ ማለት ሥራ ላይ የለም ማለት ነው። የሚሠራ ሰው ምቀኛ አያጣምና
Показать все...
Mul'ata guddifachuuf:-  ☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆ ☆  Nama guddaa ta'uuf waan guddaa irraa eegaluu hin qabdu. ☆ Ol baatee Mul'achuuf dirqama gaara irratti Dhalachuu hin qabdu. ☆  Gaggeessaa biyyaa ta'uudhaaf abbaan kee yookiin haati kee gaggeessaa ta'uu hin qaban. ☆  Fageessitee arguudhaaf dirqama biyya fagootti dhalachuu hin qabdu. ☆  Dursuudhaaf dirqama dura jalqabuu hin qabdu. ☆  Beekaa ta'uudhaaf beekumsa irraa jalqabuu hin qabdu.
Показать все...
2👍 1
Sirni kabaja Guyyaa Raayyaa Ittisa Biyyaa 116ffaan Finfinnee addabaabayii Masqalaatti raawwatamaa jira. Ayyaanicharratti hooggantoonni olaanoo hojii mootummaa, qondaaltonni waraanaa, miseensonni raayyichaafi kutaaleen hawaasaa adda addaa argamaniiru. Dabalataan ataasheewwan waraanaa biyyoota Afrikaa adda addaa hirmaataa jiru. Guyyichi guyyaa Raayyaan Ittisa Biyya waadaa isaa haaromfatuu fi gootota Raayyaa Ittisa Biyyaa birmadummaa Itoophiyaa kabachiisuuf wareegama olaanaa kanafalan kan itti yaadatamanidha. "Yeroo hundaa qormaata keessatti kan cimu Raayyaa injifannoo" mata duree jedhuun guyyichi sirnoota adda addaan kabajamaa jira.
Показать все...
Sammuu keetti nagaa yaadnan, Raafamni kamiyyuu si hin jeequ!
Показать все...