cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Takwinal ummah Islamic Jama'a

Takein ummah Islamic Jama'a Ergaa gaggaarii, yaadannoo gaggabaaboo, Da'awaa Islaamaa, jechamoota gaggaarii, Beekkumsa waliigalaa, Seenaawwan barsiisoo, Dinqiiwwan adda addaa argachuu yoo barbaaddan media kana join godhaa. Yaadaaf👇 https://t.me/quranyee

Больше
Страна не указанаЯзык не указанКатегория не указана
Рекламные посты
178
Подписчики
Нет данных24 часа
Нет данных7 дней
Нет данных30 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Фото недоступноПоказать в Telegram
Obboleeyyaan keenya Islaamaa masjida keessatti dabalatee haala sukkanneessaan godina wallagaa fi bakkaa addaa addaatti ajeefamaa jiru. Eenyunu dalagee, essattu dalagee yakki yakkuma! Juma'a harraa irraatti obboleeyyan Islaamaa nujalaa ajjeefaman maraaf Salaatul Gaa'ib ha salaannu! Rabbiin biyyaa keenyaaf nagaa akkabuusu nikadhannaa. በርካታ ሙስሊም ወንድሞቻችን በመስጂድ ዉስጥ ጨምሮ በወለጋ ዞን በአሰቃቂ ሁኔታ ተገድለዋል።በተለያዩ የሀገራችን አከባቢዎችም የንጹሃን ሕይወት እየተቀጠፈ ነው። ወንጀል በማንም ይፈጸም የትም ቦታ ይፈጸም ወንጀል ወንጀል ነው! በመሆኑም በያለንበት በዛሬው ጁምዓ ለተገደሉብን ወንድሞቻችን ሰላቱል ጋኢብ እንሰግዳለን። አላህ በሀገራችንም ሰላሙን እንዲያሰፍንልን እንለምነዋለን።
Показать все...
ነብዩ ሙሀመድ (ሰ ዐ ወ) በዬት ሀገር ነበር የተወለዱት? Prophet Muhammad (S A W) in which country he was born ?Anonymous voting
  • Madina መዲና
  • Eyarusalem እየሩሳሌም
  • Makkah በመካ
  • None of all above ከላይ ያሉት በሙሉ አይደሉም
0 votes
Yemmuu ilmi namaa Rabbiif Sujuudu Sheeyxaanni ni booha! Haadiisa Abii Hureeyraa irraa (RA) odeeffame keessatti, Ergamaan Rabbii (ﷺ) akkana jedhan: "Ilmi Aadam yeroo qara'ee sujuuda (Talaawat) sujuude sheeyxaanni irraa fagaatee 'yaa badii isaa (yaa kasaaraa isaa)' jechuun booha. Riwaayaa Abii Kureeybi keessatti ammoo 'yaa sheenaa tiyya yookaan yaa badii tiyya' jedha. ilmi Aadam sujuuduudhatti ajajameeti sujuude; jannataatu isaaf jira; Ani sujuuduudhatti ajajameetiin dide; ibiddaatu naaf jira jedha"jedhan. Sahiih Muslim عَنْ أبِي هُرَيْرَةَ رَضِيَ اللهُ عَنْهُ قالَ: قالَ رَسُولُ: «إذَا قَرَأ ابْنُ آدَمَ السَّجْدَةَ فَسَجَدَ، اعْتَزَلَ الشَّيْطَانُ يَبْكِي، يَقُولُ: يَا وَيْلَهُ،-وَفِي رِوَايَةِ أبِي كُرَيْبٍ: يَا وَيْلِي، أُمِرَ ابْنُ آدَمَ بِالسُّجُودِ فَسَجَدَ فَلَهُ الجَنَّةُ، وَأمِرْتُ بِالسُّجُودِ فَأبَيْتُ فَلِيَ النَّارُ». أخرجه مسلم. ▪▪▪▪ ➖🍃➖➖➖➖ Channeli muslim dawah and education ⬇️ 👉 👉Share and join ⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️ @maherlll @maherlll @maherlll @maherlll =================
Показать все...
Masha Allah
Показать все...
Namni yeroo duraatiif salaamta AS WR WB jedhe enyu ? Sahaabaa Rasuulaa kheysaaAnonymous voting
  • Khalid bn waliid
  • Omer bn khaxxab
  • ABAA ZARRIL GHIFAARI
  • Aliyyi bn abii xaalib
0 votes
Wal dorgommii hifzii qur'aanaa idil Addunyaa kan guyyaa har'aa biyya keenyatti gaggeeffame irratti 1ffaa kan bahe obboleessa keenya kana biyya Ordon irraa Allaahu akbar
Показать все...
#Guyyaa Qur'aanaa ti Wal dorgommii hifzii qur'aanaa idil Addunyaa kan guyyaa har'aa biyya keenyatti gaggeeffame irratti 1ffaa kan bahe obboleessa keenya kana biyya Ordon irraa 1ffaa orodon 2ffaan yaman 3ffaan suudan Hundumtuu muslima waan tahaniif nu gammachiisa Allaahu akbar @Alrisala1
Показать все...
#SUURAA HAR'AA Dorgommii Qur'aanaa
Показать все...
#Ammee Wal dorgommiin Qur'aana itti Addunyaa Itoophoyaa tti Qophaa'a jedhame istaadiyeemiin dhoorgatame Eddoon Biroo barbaadamaa Akka jiru gabaafame. #kanuma Dubbiin Itoophiyaa
Показать все...
Фото недоступноПоказать в Telegram
Kun ulfina guddaa dha. Faaya Seenaati. Kabaja akka gaafa Sahaabotni biyya keenya dhufaniiti! Bara 2022 addunyaa keessaa biyyi keenya wal-dorgommii Qur'aanaatiif filatamte! Ilma namaa dura RABBITU nuun filate! Dilbatni as deemu ammoo istaadiyeemii finfinneetti raajitu ta'uuf deema! @Alrisala1
Показать все...
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.