cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

BBC News Afaan Oromoo

🌐 Oduu - BBC News Afaan Oromoo BBC Afaan Oromoo irratti Oduu, odeessaa fi taateewwan haaraa Itoophiyaa, Afriikaa fi guutuu addunyaa irratti ta’an argattu Yeroo mara waan haaraa jiru baruuf gara keenya koottaa, waan isinitti dhagahamus nutti himaa. 📩

Больше
Рекламные посты
9 726
Подписчики
+2124 часа
+1317 дней
+81530 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Indiyaa keessatti dhaabbanni bilbila appilii dhiyeessu Foxconn dubartoota heerumaniif hojii kennuu didee jechuun himatame. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Dk14rbZ
Показать все...
Indiyaatti warshaan iPhone 'dubartoota heerumte hin qacarru' jechuun himatame

Indiyaa keessatti dhaabbanni bilbila appilii dhiyeessu Foxconn dubartoota heerumaniif hojii kennuu didee jechuun himatame.

👍 1
Falmii pirezidaantummaa Ameerikaa jalqabaa bara kanaan Joo Baayiden dubbii Tiraampi ofirraa qolachuu irratti laafan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/7Cwk1jP
Показать все...
Falmii Pirezidaantummaa jalqabaa irratti Joo Baayiden dubbii Tiraampi ofirraa qolachuuf rakkatan

Falmii pirezidaantummaa Ameerikaa jalqabaa bara kanaan Joo Baayiden dubbii Tiraampi ofirraa qolachuu irratti laafan.

Yeroo addunyaan gara Addeessaatti arreedaa jirtu keessaa jirra, dorgomtoonni heddummaataniiru. Ofii waan addeessarra jiru abuuruuf eenyutu qophiidha? Hundi keenya qaama hawaa nutti dhiyaattee jirtu kana qooddachuuf qophiidhaa?Moo Addeessi kan nama, kubbaaniyyaa yookiin biyya muraasaa ta’uuf deemti? via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/H05Cqzg
Показать все...
Imala hawaa: Addeessa eenyutu dhuunfata? Waldhibdeen dacheerraa achittis mul'achuu malaa?

Yeroo addunyaan gara Addeessaatti arreedaa jirtu keessaa jirra, dorgomtoonni heddummaataniiru. Ofii waan addeessarra jiru abuuruuf eenyutu qophiidha? Hundi keenya qaama hawaa nutti dhiyaattee jirtu kana qooddachuuf qophiidhaa? Moo Addeessi kan nama, kubbaaniyyaa yookiin biyya muraasaa ta’uuf deemti?

3
Moggaasni isaa lammummaa ogeessota hojii ijaarsa riqicha kana hojjetaniin akka mogga’e kan himamuuf Riqichi Poorchugaal, Godina Shawaa kaabaa aanaa Giraar Jaarsoo Ganda Warxuu jedhamu keessatti argama. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Ja8Zuh0
Показать все...
Riqicha Poorchugaal: Itoophiyaatti riqicha umrii waggaa 500 caalu lakkoofsise

Moggaasni isaa lammummaa ogeessota hojii ijaarsa riqicha kana hojjetaniin akka mogga’e kan himamuuf Riqichi Poorchugaal, Godina Shawaa kaabaa aanaa Giraar Jaarsoo Ganda Warxuu jedhamu keessatti argama.

Roonaaldoon gosa bofaa akkaan guddaa fi cimaadha. Umriinsaa amma waggaa 13 guuteera. Reppitaayiloota shifii ta'an kan uummate kolleejjii magaalaa Portsmouth keessatti. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/rNCvQbt
Показать все...
Bofa kormaa Roonaaldoo jedhamu, quunnamtii malee ilmaan hanqaaqu

Roonaaldoon gosa bofaa akkaan guddaa fi cimaadha. Umriinsaa amma waggaa 13 guuteera. Reppitaayiloota shifii ta'an kan uummate kolleejjii magaalaa Portsmouth keessatti.

👏 1
Hordoftoonni Amantii Waaqeffannaa 79 Jimaata darbe ALI Waxabajjii 14, 2016 Magaalaa Baabbilee keessatti hidhamuu Dhaabbanni Hordoftoota Amantii Waaqeffannaa komate. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ZcCrDNT
Показать все...
Baabbileetti waaqeffattoonni 79 hidhamuurratti qaamni mootummaa maal jedhe?

Hordoftoonni Amantii Waaqeffannaa 79 Jimaata darbe ALI Waxabajjii 14, 2016 Magaalaa Baabbilee keessatti hidhamuu Dhaabbanni Hordoftoota Amantii Waaqeffannaa komate.

5
Addunyaarratti maallaqoota 180 ittiin daldalamu keessaa humna bituufi gurguuruun kan doolaara caalan jiru. Isaan keessaa Dinaarri Kuweet isa tokko. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/jiSacy9
Показать все...
Sharafa alaa Itoophiyaan biyyi mallaqnishee doolaara dachaa sadiin caalu, Kuweet biyya akkamiiti?

Addunyaarratti maallaqoota 180 ittiin daldalamu keessaa humna bituufi gurguuruun kan doolaara caalan jiru. Isaan keessaa Dinaarri Kuweet isa tokko.

👍 4
Taateen Wiiliyaam Ruutoo wixinee baajataa mootummaan isaanii qopheesse akka dhiisan dirqisiise ardii dargaggootaan guutamte Afrikaa keessatti humni qeerroo hammam jabaa akka tahe agarsisa. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/SamFM5G
Показать все...
Wiiliyaam Ruutoo harka kennachuun humna 'qeerroo' Afrikaa agarsiisa

Taateen Wiiliyaam Ruutoo wixinee baajataa mootummaan isaanii qopheesse akka dhiisan dirqisiise ardii dargaggootaan guutamte Afrikaa keessatti humni qeerroo hammam jabaa akka tahe agarsisa.

1
Himata Somaaliyaan loltootni Itoophiyaa eeyyamakoo malee daangaakoo seenan jechuun Mana Maree Nageenyaa UN irratti Itoophiyaa himachuun ishee himata ''bu'uura hin qabnedha'' jedhan Dubbii himaan Ministeera Dhimma Alaa Itoophiyaa. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/TJzH5YU
Показать все...
Himanni Somaaliyaan waraana Itoophiyaa irratti dhiyeesite 'bu'uura hin qabu'- Itoophiyaa

Himata Somaaliyaan loltootni Itoophiyaa eeyyamakoo malee daangaakoo seenan jechuun Mana Maree Nageenyaa UN irratti Itoophiyaa himachuun ishee himata ''bu'uura hin qabnedha'' jedhan Dubbii himaan Ministeera Dhimma Alaa Itoophiyaa.

Biyyoota Awurooppaa keessaa Xaaliyaanin bakka barattoonni Afrikaa carraa barnootaa argatanii itti baratan keessaa ishee ijoodha.Akka ragaan Dhaabbata Walta’iinsa Diinagdeefi Misoomaa agarsiisutti, bara 2021tti barattoonni Afrikaa 72,000 ol ta’an Xaaliyaanitti barnootarra turan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Hgjrzn6
Показать все...
Barattoota Itoophiyaa Xaaliyaanii jiran qormaata maaltu mudata? Maalif dafanii hin eebbifaman?

Biyyoota Awurooppaa keessaa Xaaliyaanin bakka barattoonni Afrikaa carraa barnootaa argatanii itti baratan keessaa ishee ijoodha. Akka ragaan Dhaabbata Walta’iinsa Diinagdeefi Misoomaa agarsiisutti, bara 2021tti barattoonni Afrikaa 72,000 ol ta’an Xaaliyaanitti barnootarra turan.

Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.