ru
Feedback
Qajeelchaa Barsisaa@@ Teacher guide grade 9_12

Qajeelchaa Barsisaa@@ Teacher guide grade 9_12

Открыть в Telegram
965
Подписчики
+324 часа
+57 дней
+4930 дней
Архив постов
Repost from OBDI MEDIA
Nagaan waaqayyoo gooftaa isiniif haa baay'atuu hordoftoota Obdi Media fi warri du'ee du'aa ka'uu gooftaa keenya Yesus Kristoositti amantan hundumti keessan baga geessaan baga waliin nu ge'ee jechaa walaloo kanatti ebbifamaa👇👇 .. Nuuf jettee dhiphattee jirma jiidhaa baattee. qooda lubbuu keenyaa lubbuu kee kan laatte!!!argineerra Yesus akka nu jaallatte.×2 Eenyu nurraan baasu baay'inaa cubbuu keenyaa foon ufattee dhuftee ati qooda keenya nuuf jettee ol baatee gaara golgootatti cabsitee arfii du'aa nu baafte ifatti!!! Biyyi lafaa kun dukkanaan guutamee dhugaa fi jaallinnis walii wallalamee yeroo murtoo ta'etti baduu biyya lafaa foon uffatee dhufe Yesus waaqni nagaa. ol bahee faannootti ibse dukkanicha karraatti haanbiseraa kaayyoo seexanichaa×2 Yakka hojatee miti ati kan dhiphatte hattota giddutti kan nuuf rarafamte nuuf jettee dhiphattee Yesus abba kenya si'i kan nuuf du'e qoodda lubbuu keenyaa kaan akka kee eenyu kan lubbuu nuuf latu ofii isarra calaa kan nama jaallatu dhugumaan jaalala ati yaa mootii araraa!! #T.B

+5
G12-English-STB-2023-web.pdf15.38 MB

+5
G12-Agriculture-STB-2023-web.pdf39.23 MB