GUTEE TECH
Открыть в Telegram
Odeeffannoo technology kamiyyuu ni argattu Kanaafan filannoon Keessan Gutee tech haa ta'u
Больше5 766
Подписчики
-724 часа
-317 дней
-17730 дней
Архив постов
5 765
Repost from 𝑶𝑹𝑶 𝑴𝑨𝑵𝑪𝑯𝑬𝑺𝑻𝑬𝑹 𝑼𝑵𝑰𝑻𝑬𝑫™
📢 BEKSISA BITTAA CHAANAALII TELEGRAMAA!
Chaanaalii Telegramaa bitachuu barbaadduu?
Chaanaaliiwwan Telegramaa gatii madaalawaa ta'een bitachuuf carraa gaarii isiniif dhiyeessina.
✅ Gatii madaalawaa ✅ Waliigaltee ifaafi amanamaa ✅ Adeemsa saffisaa fi salphaa
💰 Gatiin hordoftoota, ilaalcha (views) fi sochii chaanaalichaa irratti hundaa'uun murtaa'a.
📩 Chaanaalii bitachuu yoo barbaaddan, DM @PlirisMT irratti na qunnamaa.
🤝 Bittaa amanamaa, gatii madaalawaa!
Nu quunnamuuf 👉 DM @PlirisMT
01 нояб., 09:55
02 нояб., ~04:16
5 765
🇺🇸 ODEEFFANNOO HAARAA DV LOTTERY 2027 🎯
🟢 DV LOTTERY 2027 — GUYYAA GALMEE FI QOPHII BARBAACHISAA!
📢 Namoota DV Lottery 2027 galmaa'uuf karoorfattan hundaaf!
Odeeffannoon guyyaa galmee, ajaja mana murtii fi ulaagaalee galmee ilaalchisee tamsa'aa jira.
⚖️ 1️⃣ AJAJA MANA MURTII (COURT INJUNCTION)
Odeeffannoon tamsa'aa jiru akka ibsutti, ajajni mana murtii federaalaa Ameerikaa sagantaa DV-2027 ilaalchisee kennameera jedhama.
🔹 Guyyaa beeksisaa jedhame: Onkoloolessa 29, 2026
🔹 Guyyaa galmeen itti banamu jedhame: Sadaasa 1, 2026
🔹 Turtii galmee jedhame: Guyyaa 30
📅 2️⃣ GUYYAA GALMEE DV-2027
🟢 Jalqaba : Sadaasa 1, 2026
🔴 Xumura: Sadaasa 30, 2026
⏳ Turtii: Guyyaa 30
🏆 3️⃣ GUYYAA BU'AAN FILANNOO BEEKSIIFAMU
📢 Odeeffannoon tokko tokko bu'aan filannoo DV-2026 Muddee 3, 2026 akka beeksifamu ibsa.
⚖️ 4️⃣ OL'IYYANNOO MOOTUMMAA AMEERIKAA
Odeeffannoo tamsa'aa jiru keessatti mootummaan Ameerikaa ajaja mana murtii irratti ol'iyyannoo dhiheesseera jedhama.
Kanaaf:
🔸 Guyyaan galmee jijjiiramuu danda'a.
🔸 Qajeelfamni galmee fooyya'uu danda'a.
🔸 Beeksisa mootummaa hordofuun murteessaa dha.
📋 5️⃣ WANTOOTA GALMEE DURA QOPHEEFFACHUU QABDAN
🛂 A. PAASPOORTII (PASSPORT)
✅ Paaspoortii kee yeroo isaa hin dabarre qopheessi.
✅ Odeeffannoo dhuunfaa kee sirriitti mirkaneessi.
✅ Maqaa fi guyyaa dhalootaa kee wal bira qabi.
⚠️Ulaagaan paaspoortii,kaffaltiin DV-2027 irratti hojii irra oolu, qajeelfama mootummaa isa dhumaa irratti hundaa'a.
📸 B. SUURAA DIJITAALAA (DIGITAL PHOTO)
Suuraan kee:
✅ Haaraa ta'uu qaba.
✅ Fuula kee ifatti agarsiisuu qaba.
✅ Duuba adii ykn adii fakkaatu qabaachuu qaba.
✅ Safartuu mootummaan gaafatu guutuu qaba.
👨👩👧👦 C. ODEEFFANNOO MAATII (FAMILY DETAILS)
Namoonni fuudhaa ykn heeruma keessa jiran odeeffannoo hiriyyaa gaa'elaa isaanii qopheeffachuu qabu.
Akkasumas, odeeffannoo ijoollee:
✅ Umriin isaanii waggaa 21 gadi ta'e.
✅ Kan hin fuune ykn hin heerumne.
✅ Kan qajeelfama galmee keessatti hammachiisuun dirqama ta'e.
30 окт., 04:07
5 765
Daqiiqaa 30 booda ni haqamaa
Gaaffii badhaasa qarshii 500 qabu irratti hirmaachuuf ammoo dafaatii bakka GET 💥 jedhu tuquudhaan irratti hirmaadha 👇👇👇
24 сент., 14:54
25 сент., ~03:37
5 765
Daqiiqaa 30 booda ni haqamaa
Gaaffii badhaasa qarshii 500 qabu irratti hirmaachuuf ammoo dafaatii bakka GET 💥 jedhu tuquudhaan irratti hirmaadha 👇👇👇
23 сент., 15:07
25 сент., ~03:37
5 765
🔥🔥🔥 Oduu gammachiisaa!
Amma irraa kaasee hanga boru sa'aatii kanaatti internetii daangaa hin qabne Unlimited kennameera.
Bakka "Free Internet" jedhu tuquudhaan CONNECT godha fayyadamaa 👇👇👇
23 сент., 14:26
23 сент., ~14:57
5 765
⏰ Daqiiqaa 30 booda ni haqama!
🎁 Namoota dursanii dhufanii bakka “JOIN” jedhu tuquun, ADD bakka jedhu tuqan keessaa namoota muraasaaf badhaasa Qarshii 500 qopheessineerra.
Amma dafaatii seenaa! 👇
23 сент., 14:19
25 сент., ~03:37
5 765
Daqiiqaa 30 booda ni haqamaa
Gaaffii badhaasa qarshii 300 qabu irratti hirmaachuuf ammoo madafaatii bakka GET 💥 jedhu tuquudhaan irratti hirmaadha 👇👇👇
23 сент., 14:04
25 сент., ~03:37
5 765
🔥🔥🔥 Oduu gammachiisaa!
Amma irraa kaasee hanga boru sa'aatii kanaatti internetii daangaa hin qabne Unlimited kennameera.
Bakka "Free Internet" jedhu tuquudhaan appichaa buufadhaa; 👇👇👇
21 сент., 15:44
22 сент., ~00:37
5 765
Gooooooooooooooooooooooooooooool 🔥🔥🔥
Taphaa manchester yunaayitid fi fulham gidduutti taasifamaa jiru tamsaasa kallattii qulqullina olaanaa daawwachuuf bakka LIVE 🏮 jedhuu tuquun ammuma seenaa 👇👇
20 сент., 11:33
21 сент., ~06:02
5 765
Daqiiqaa 30 booda ni haqamaa
Gaaffii badhaasa qarshii 300 qabu irratti hirmaachuuf ammoo madafaatii bakka GET 💥 jedhu tuquudhaan irratti hirmaadha 👇👇👇
20 сент., 10:20
20 сент., ~10:59
5 765
gooooooooooooooooooooooooool 🔥🔥
taphawwan amma taphatamaa jiran kallattiin telegram irratti hordofuuf kana hordofuu barbadaan tuquun seenaa daawwadhaa 👇
20 сент., 09:51
20 сент., ~10:59
5 765
gooooooooooooooooooooooooool 🔥🔥
taphawwan amma taphatamaa jiran kallattiin telegram irratti hordofuuf bakka live jedhu tuquun seenaa daawwadhaa 👇
bournemouth 🆚 liverpool
maanchistar siitii 🆚 saandarlaand
leeds united 🆚 crystal palace
20 сент., 09:34
20 сент., ~10:59
5 765
🔥🔥🔥 Oduu gammachiisaa!
Amma irraa kaasee hanga boru sa'aatii kanaatti internetii daangaa hin qabne Unlimited kennameera.
Bakka "Free Internet" jedhu tuquudhaan appichaa buufadhaa; 👇👇👇
19 сент., 14:50
20 сент., ~00:15
5 765
🔥🔥🔥 Oduu gammachiisaa!
Amma irraa kaasee hanga boru sa'aatii kanaatti internetii daangaa hin qabne Unlimited kennameera.
Bakka "Free Internet" jedhu tuquudhaan appichaa buufadhaa; 👇👇👇
18 сент., 16:05
18 сент., ~22:42
5 765
Goooooooooooooooooooool 🔥🔥🔥🔥🔥
Tapha man United f Man City amma taphatamaa jiru Networkii xiqqaadhaan 🏮 LIVE ilaaluu yoo barbaaddan ammuma bakka Live jedhu tuquun Add godhaa ilaaalaa 👇👇👇👇👇
13 сент., 11:54
13 сент., ~12:53
5 765
📌 Windows 11 irratti Feature tokko qofa ON gochuun kompiyuutarri keessan akka Server Microsoft-tti tajaajiluu akka danda'u beektuu?
💡 Rakkoon Isaa Maali?
Kompiyuutara keessan akkuma bantaniin Intarneetiin (Net) keessan garmalee laafee fi dhiphatee isin rakkisaa jiraa? Sababni isaa Feature "Delivery Optimization" jedhamu waan banaa ta'eefi.
🔍 Feature kun Akkamitti Hojjeta?
Microsoft dhiphina Server isaa hir'isuuf jecha sirna akkuma Torrent (Peer-to-Peer / P2P) fayyadama. Kompiyuutarri keessan Update haaraa erga buufatee booda, kompiyuutara biraa kan naannoo keessan jiruuf kompiyuutara keessan akka Server-tti fayyadamuun Update sana isaaniif qooda share godha Kun immoo daataa fi dandeettii kompiyuutara keessanii garmalee fixa!
🛠️ Akkamitti OFF Gochuu Dandeessu?
1️⃣ Settings seenaa
2️⃣ Windows Update filadhaa
3️⃣ Advanced options tuqaa
4️⃣ Delivery Optimization kan jedhu seenaa
5️⃣ "Allow downloads from other PCs/devices" kan jedhu yoo banaa ta'e OFF godhaa!
❓ Isin dhimma kana irratti maal jettu?
09 сент., 11:47
5 765
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐚𝐤𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮? 👀
👇 𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐠𝐚𝐝𝐢𝐢 𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐝𝐝𝐚𝐧, 𝐟𝐢𝐥𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚! 𝐀𝐦𝐦𝐮𝐦𝐚 𝐉𝐎𝐈𝐍 𝐠𝐨𝐝𝐡𝐚𝐚 𝐡𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚! 👇👇
04 сент., 14:51
05 сент., ~11:01
5 765
The must-have search engine for Telegram — Argo helps you precisely find the groups, channels, videos, and music you want!
01 сент., 02:48
01 сент., ~08:47
5 765
The must-have search engine for Telegram — Argo helps you precisely find the groups, channels, videos, and music you want!
31 авг., 02:42
01 сент., ~08:47
