cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Diraamaa Afaan Oromoo❤️

Channela keenya kana irraa:- ☑️Jechoota jaalala ☑️Baacoo fi Afoola ☑️Dubbiste irraa baratta ✅ diraamaa Afaan oromo ✅kitabiilee asoosama 👉channela YouTube koo plse subscribe naf godha! 👇👇👇👇👇👇👇 https://youtube.com/channel/UC97vMW3A4tJXDWzwQpGmczA

Больше
Финляндия981Английский50 728Спорт9 336
Рекламные посты
6 353
Подписчики
+1124 часа
+1397 дней
+64730 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

. GOSOOTA JAALALAA    TYPES OF LOVE 💗💗💗💗💗💗💗💗💗 💗  Jaalalli araada (suusidha). Kanaaf guutuu ta'ee hin argamne. Jaalalli si'eessssituu mataa isaa qaba. Ishiin ammuma itti baay'attu fi keessa hir'attu amala jaalalaa jijjiirti. Jaalalli yoo xiqqaate miira, walitti dhiyeenya fi iftoomina walii qabaachuu gaafata. Jaalalli gosuma tokko kan qabu ta'uyyuu haala namaatin gargar hiramuu danda'a. 💖 Jaalala obbolummaa/Affectionate Love Jaalalli gosa kanaa waliin jireenya fi walitti dhiyeenya irraa madda. Kabaja walii qabaachutu mul'ata. Jaalala hiriyummaati. Darbee gara jaalala biraattis guddachuuf carraa qaba. 💖 Jaalala Ho'aa/Romantic Love Namoonni gosa jaalala kanaan kufan boca qaama ilaalaniiti. Haala deemichaa, dhaabbii qaamaa, hawwannaa qaama ishii/isaa ilaalanii jaalalatti seenu. Warri jaalala gosa kanaa keessa seenan ulagaalee kan akka sabummaa, amanti fi kan kana fakkaatu dhimma isaanii miti. Boca/shape waan ta'eef namni biraa akka ilaalu hin fedhan. Inaaffan kan guuttamaniidha. Wal dhoksuu barbaadu. Osoo danda'amee wal liqimsanii yeroo ofii barbaadan qofa dirreetti wal baasuu barbaadu. 💖 Jaalala Miiraa/ Passionate Love Warri jaalala kanaan qabaman warra miiran hogganamaniidha.  Garuu kan turu amma miirri sun qorrutti fi walqunnamtii saalaa jalqabaa booda laafaa deemuu danda'a. Sirumaayyuu yoo ture jibbisiisadha. 💖 Jaalala Fakkaataa/Logical Love Jaalala karooran gaggeeffamuudha. Irra caalatti ishiif inni wantoota wal fakkaatu qabaachuu qabu. Umurii, hojii, saba, amantaa fi kan kana fakkatan kan ilaalcha keessa galaniidha. Mi'aa baay'ee qabaachuu baatus hin nuffisiisu. Wanti bitaa namatti galu muraasa. 💖 Jaalala sababaa/Casual Love Jaalala dhimmi yookin rakkoon wayii walitti isaan fideen uumamuudha. Warra rakkoo, iccitii walii walitti himaniidha. Akka oolmatti hin lakka'amu. 💖 Jaalala Gowwaa/Foolish Love Waanuma xiqqoo arguudhan warra jaalalaan kufaniidha. Suura isaa/ishii qofa arguudhan, barreeffama qofa yookin sagalee qofa dhaga'uudhan warra jaalalatti seenaniidha. Kan karaa feesbuukii taasifamu fakkeenya gaarii kanaaf ta'uu danda'a. 💖 Jaalala Tarkaanfataa/Possessive Love Jaalala beekkamtiidhaf taasifamuudha. Nama sirritti beekkamu kan ofii godhachuu kan jibbu hin jiru. Jaalallee nama beekkamaa ta'uuf dhamaatii gaggeeffamuudha. Garuu nama san biratti nu tuffachiisuu hin oolu. 💖 Jaalala Oolmaa/UnSelfish Love Warri jaalala kanatti seenan warra rakkoo yookin miidhaa wayii irraa nu baraare tokkoof tole jechuudha. Jaalalli nama sanii nu qabee osoo hin taane oolman inni/ishiin nu oole nutti waan ulfaatuf of dabarsanii laachudha. 💖 Jaalala Taphaa/Game playing Daa'imti yeroo dhoqqee keessa gangalattee of daallessitu omaa itti hin fakkaatu. Kuni jaalala jedhamuu baatus fedhii ofii ba'uuf kan taasifamuudha. Dheebuu fedhii foonii ba'uuf kan itti seennamuudha. Gosti jaalala kanaa jechoota hawwatoo fi mimi'aawaniin kan guuttaman kan salphaatti onnee baqaqsanii seenaniidha. 💖 Jaalala Duwwaa/Empty Love Jaalala omaa hin qabneedha. Jaalalli kun waanuma salphaadhan otoo omtuu hin uumamne siifan du'a, siifan maraadhe, si malee jireenyi naaf hin taatu jedhanii sobaan garaa wal guutudha.           💖 Jaalala Ofittummaa/Selfish Love Jaalala of jaalannaa irraa madduudha. Amma qabeenyi jirutti qofa kan turuudha. Gaafa waa jiru ho'ee mul'ata. Fayidaa ofii karaa ittiin guutan barbaaduu malee jaalalli hiriyaa keenya baay'ee kan nama dhiphisu miti. 💖 Companion Love Jaalalli kun hawwii dheeraa kan qabuudha. Irra caalatti kanaaf dubaratu saaxilama. Daftee jaalala ho'aa keessa seenun bultii ijaarrachuudhaf fiigdi. Dhaluudhafis heedduu sardamti. Jaalala ilmoo warra qabaniidha. 💖 Jaalala hanga du'aa/Consummate Love/Enduring Jaalala umurii dheeraa qabuudha. Jaalala uuma fi uumamni jaalatuudha. Jaalalli dhugaan isa kana. Warraa wal jaalatanii amma du'anitti kan itti fufaniidha. Walqixa jireenya ofii keessatti lachuu kan dhama'an. Warra jaalalan kufan osoo hin taane warra jaalalaan ijaarramaniidha.
Показать все...
:¨·.·¨: ❤️   `·. Galatoomaa 🙏🙏🙏 share godha   ♡    ㅤ   ⌲      ✉️    ˡᶦᵏᵉ  ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ 👉https://t.me/Dirama_Afaan_Oromoo
Показать все...
Diraamaa Afaan Oromoo❤️

Channela keenya kana irraa:- ☑️Jechoota jaalala ☑️Baacoo fi Afoola ☑️Dubbiste irraa baratta ✅ diraamaa Afaan oromo ✅kitabiilee asoosama 👉channela YouTube koo plse subscribe naf godha! 👇👇👇👇👇👇👇

https://youtube.com/channel/UC97vMW3A4tJXDWzwQpGmczA

1
https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_1844498758 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
Показать все...
https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_1844498758 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
Показать все...
🔥 1
" #Abbaan koof Abbaan kee wajjiin nagaadu afaan koof afaan kee waliit ha'a #qadaadu"!💋 #jette_intaali💉 Galatoomaa 🙏🙏🙏 share godha   ♡    ㅤ   ⌲      ✉️    ˡᶦᵏᵉ  ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ 👉https://t.me/Dirama_Afaan_Oromoo
Показать все...
Diraamaa Afaan Oromoo❤️

Channela keenya kana irraa:- ☑️Jechoota jaalala ☑️Baacoo fi Afoola ☑️Dubbiste irraa baratta ✅ diraamaa Afaan oromo ✅kitabiilee asoosama 👉channela YouTube koo plse subscribe naf godha! 👇👇👇👇👇👇👇

https://youtube.com/channel/UC97vMW3A4tJXDWzwQpGmczA

👎 1
#Beekusa! Re'ee Korbeessi Re'ee ishee dhaltuu ofitti hawwachuuf (jaalalaan kuffisuuf) mataa, areedaa fi miilla isaa fuulduraa irratti fincaa'a jedhu qorattoonni.😁 #Ati garuu shamarran hawwachuuf urgooftuu(shittoo) qarshii 30,000 dibatta isumaanuu shamarri si baqatti🤔 #Istafurula😁 Galatoomaa 🙏🙏🙏 share godha   ♡    ㅤ   ⌲      ✉️    ˡᶦᵏᵉ  ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ 👉https://t.me/Dirama_Afaan_Oromoo
Показать все...
Diraamaa Afaan Oromoo❤️

Channela keenya kana irraa:- ☑️Jechoota jaalala ☑️Baacoo fi Afoola ☑️Dubbiste irraa baratta ✅ diraamaa Afaan oromo ✅kitabiilee asoosama 👉channela YouTube koo plse subscribe naf godha! 👇👇👇👇👇👇👇

https://youtube.com/channel/UC97vMW3A4tJXDWzwQpGmczA

👍 2😁 1
Yeroo tokko tokko wantoota jechoonni yaaluu hin dandeenye waan jiraniif callisnee ilaalla.
Показать все...
👍 5 3
" dhiirri akkuma fageessee fincaa'uu fageessee yaadaa jette intalli" 🥴
Показать все...
👍 11👏 2
#Otuu mataatti baattuu Kabaja kee tuffannaan Akka uffata moofeetti Haaraa sirraan uffannaan Obsi kees gowwummaatti Hiikkamnaan gatii dhabee Tasuma cabdeen booyin Kan si dhabeetu cabee Irbuufi kennaan kankee Darbatamnaan lagaatti Itti dhiisi-n jijjiiruu Bishaan jigsuun dhagaatti Dammi ati abdattes Jijjiiramnaan gagaatti Gaggeessi biraa hafi Atis biyya nagaatti "Dhiisi si-n baasu" jedhiin Hulaa cubbuu bantootaaf 'Hadaraa' sitti haa ta'uu Naaf dubbisi gantootaaf
Показать все...
6👍 5
KANA BEEKTUU? KUTAA 2 Wantoota ajaa’ibsiiso 👉Hiikkaan ri’oo dejeneeriyoo (Rio De Janeiro) “laga ammajjii” (January river) yommuu ta’u maqaan kunis dogongoraan kan moggaafamedha. 👉Biraazil keessatti gosti boororo jedhamu tokko keessa namoonni jiran hunduu gartuu dhiigaa O qabu. 👉‘Nomophobia’ sodaa mobaayilaan ala taa’uuti. Moobaayila darbuun tapha aadaa fiinlaanditi. 👉Daree qoraa keessaa yeroo rafnu carraan abjuu arguu keenyaa guddaadha. 👉Hammaa ati hima kana dubbistee xumurtutti seelonni kuma shantama du’anii seelonni haaraatiin bakka bu’amaniiru. 👉Sammuu namaa keessatti wal-nyaatiinsi kuma dhibba sokkoo ol sekondii tokkoo keessattti ni taasifama. 👉Namni ga’eessi tokko atoomota oktiiliyoona 7 (laakkoofsaan yoo kaawamu 7,000,000,000,000,000,000,000,000,000!) irraa kan ijaaramedha 👉Ilkaan qaama namaa keessaa kan ofiin of yaaluu hin dhandeenyedha. 👉Osoo rifeensa sammuu namaa dhaloota isaa irraa eegalee hanga du’utti osoo ciratuu baatee hanga km 725 guddachuu danda’a. 👉Daandiiwwan chaayinaa keessa jiran iddoo tokkootti osoo qabsiifnee lafa kana si’a 2 naannawuu ni danda’u. 👉Ayaanni waggaa chaayinaa guyyoota 15’f kabajama. Osoo kan biyya keenyaa akkas ta’ee hoo? 👉Deenmaarki keessatti alaabaa biyyaa biraa gubuun seeraan kan dhoorkamedha. Garuu kan biyya ofii gubuun immoo seeraan kan eyyamamedha. 👉‘Eifel tower’ kessatti baalbii ifaa kuma digdamatu jira..ITTI FUFAA https://t.me/Dirama_Afaan_Oromoo
Показать все...
Diraamaa Afaan Oromoo❤️

Channela keenya kana irraa:- ☑️Jechoota jaalala ☑️Baacoo fi Afoola ☑️Dubbiste irraa baratta ✅ diraamaa Afaan oromo ✅kitabiilee asoosama 👉channela YouTube koo plse subscribe naf godha! 👇👇👇👇👇👇👇

https://youtube.com/channel/UC97vMW3A4tJXDWzwQpGmczA

👍 5 2