Oromia Bank
Oromia Bank is continually adopting modern approaches to optimize operations, add value and provide enhanced superior customer experiences.
Больше70 292
Подписчики
-524 часа
+2307 дней
+4 55230 дней
Время активного постинга
Загрузка данных...
Find out who reads your channel
This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.Анализ публикаций
Посты | Просмотры | Поделились | Динамика просмотров |
01 5th Round Telegram Bot Refer and Win Challenge Winners List!
Congratulations!🎊🍾🎈🎉 | 4 360 | 7 | Loading... |
02 ኦሮዲጂታል ለደንበኞቻችን ምን አዲስ ነገር ይዞ መጣ?
ተመራጭነቱስ በምን ይገለፃል?
በተከታታይ ከምንለቅላችሁ አጫጭር ምስለ ድምፅ ይረዳሉ?👆
የኦሮዲጂታል ቤተሰብ ይሁኑ።
Play-Store
https://play.google.com/store/apps/details...
Apple-Store
https://apps.apple.com/us/app/oroodigital/id6444023355 | 7 571 | 10 | Loading... |
03 OrooDijitaal Maamiltoota Keenyaaf waan haaraa maal fidee dhufe?
Filatamummaan isaahoo maalin ibsama?
SuurSagalee Gagabaaboo isiniif qoodnu irraa ni hubattu?
Maatii OrooDijitaal ta'aa.
Play-Store
https://play.google.com/store/apps/details...
Apple-Store
https://apps.apple.com/us/app/oroodigital/id6444023355 | 6 954 | 3 | Loading... |
04 Baankiin Oromiyaa Waldaa Ogeessota Dinagdee Itiyoophiyaa waliin hojjechuuf waliigaltee Mallatteesse.
Waligalticha kan mallatteessan Chiif Ofiserii Korporeet Baankiingii fi Daldala Idil Addunyaa Obbo Fayisal Yasin fi Piresdaantii Waldaa Ogeessota Dinagdee Itiyoophiyaa Prof, Xaasewu W/Hannaa dha.
Dhaabbileen Lamaan qorannoo fiqo’annoo, leenjii fi dandeessittii Raawwachiisummaa cimsuu akkasumas dhimmoota dinagdee biro irratti waliin hojjechuuf waliigalanii jiru.
Baankiin Oromiyaa waldaalee Ogeessotaa, dhaabbilee dhuunfaa fi Mootummaa garagaraa waliin michumaan hojjechaa jira.
ኦሮሚያ ባንክ ከአንጋፋዉ የኢትዮጵያ የኢኮኖሚ ባለሙያዎች ማህበር ጋር በአጋርነት ለመስራት ተፈራረመ፡፡
ስምምነቱን የፈረሙት የባንካችን የኮርፓሬት ባንኪንግ እና አለም አቀፍ ንግድ ቺፍ ኦፊሰር ኦቦ ፈይሰል ያሲን እና የኢትዮጵያ የኢኮኖሚ ባለሙያዎች ማህበር ፕሬዝዳንት ፕ/ሮ ጣሰዉ ወ/ሀና ናቸዉ፡፡
ሁለቱ ተቋማት በጥናት እና ምርምር፣በፋይናንሺያል ተደራሽነት፣ በስልጠና እና አቅም ግንባታ እንዲሁም በሌሎች የምጣኔ ሀብት ችግር ፈቺ ጉዳዮች ላይ በትብብር ለመስራት ተስማምተዋል፡፡
ኦሮሚያ ባንክ ከማህበሩ ጋር በጋራ ለመስራት ፈር ቀዳጅ የግል ባንክ መሆን ችሏል፡፡፡
ኦሮሚያ ባንክ የሙያ ማህበራትን ጨምሮ ከበርካታ መንግስታዊ እና መንግስታዊ ካልሆኑ ድርጅቶች ጋር በአጋርነት እየሰራ ይገኛል፡፡ | 8 257 | 5 | Loading... |
05 OrooBarakaan tajaajila Baankii dhala irraa bilisaa seera Shari’aa bu’urefachuun hojjetu yoo ta’u, tajaajila Baankii dhala irraa bilisaa yeroo jalqabaaf biyya keenyaatti Baankii Oromiyaan eegaledha.
Tajaajilli kunis Ulama’oota fi Goorsitoota beekumsa amantii Islaamaa qabaniin hoogganama.
Tajaajila Baankii Dhala irraa Bilisaa Baankii keenyaa fayyadamaa! Jumaa Gaarii Baankii Oromiyaa irraa!
ኦሮበረካ የኦሮሚያ ባንክ ከወለድ ነፃ የባንክ አገልግሎት ሲሆን የሸሪዓውን መርህ ያከበሩ የተሟላ የባንክ አገልግሎት በመጀመር በሀገራችን የመጀመሪያው እና ፈር ቀዳጅ ነው።
ይህ አገልግሎት በሸሪዓዉ ከፍተኛ አውቀት እና ልምድ ባካበቱ ዑለሞች ይመራል፡፡ የባንካችንን ከወለድ ነፃ የባንክ አገልግሎት ይጠቀሙ።
መልካም ጁመዓ ከኦሮሚያ ባንክ!
Join our Telegram Channel: https://t.me/OromiabankOfficial | 7 596 | 3 | Loading... |
06 Tajaajilli Baankii akkas haala salphaan dhiyaatee hin beeku!
OrooDijitaal toora gara garaa saddeetiin tajaajila Baankii mijataa ta’e kennaa jira. OrooDigitaaliin Teknoloojii Baankii Jabanni irra gahe dhamdhamaa.
Liinkii armaan gadii kana fayyadamuun Google-Store fi App-Store irraa Applikeeshinii isaa buufachudhaan Maatii OrooDigital ta'aa!
የባንክ አገልግሎት እንዲህ ቀለል ብሎ አያውቅም!
ኦሮዲጂታል ከስምንት በላይ በሆኑ አማራጮች የባንክ አገልግሎትን አቅርቧል። ዘመኑ የደረሰበትን የባንክ ቴክኖሎጂ በኦሮዲጂታል ያጣጥሙ።
ከታች ያለውን ማስፈንጠርያ በመጠቀም ከPlay-Store እና App-Store አሁኑኑ መተግበሪያውን በማውረድ የኦሮዲጂታል ቤተሰብ ይሁኑ።
Play-Store
https://play.google.com/store/apps/details...
Apple-Store
https://apps.apple.com/us/app/oroodigital/id6444023355 | 9 766 | 10 | Loading... |
07 To all eligible applicants, please complete the forms and attach the necessary documents using the following link:
https://forms.gle/zE6JtDze7qWtHEJS8 | 11 644 | 30 | Loading... |
08 External Vacancy Announcement
Oromia Bank invites competent and qualified candidates. Vacancy News: https://www.oromiabank.com/vacancy-news/ | 10 890 | 7 | Loading... |
09 Seamless Experience, Unmatched Personalization!
OrooDigital goes beyond being just another banking app. It offers a user-friendly experience accessible across eight different channels .The interface remains consistent and adjusts to suit your specific needs. With real-time account updates and personalized notifications, you stay informed and empowered to take control of your finances.
To learn more about OrooDigital, please click on the following link provided: https://www.oromiabank.com/oroodigital-new-article-0022/ | 10 999 | 6 | Loading... |
10 Har’a Dameelee Baankii Oromiyaa hunda keessatti gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa
ዛሬ በሁሉም የኦሮሚያ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ
Exchange Rate Applicable for Tuesday May 14, 2024 | 11 043 | 11 | Loading... |
11 OrooDijitaal - Baankii Oromiyaa irraa!
OrooDijitaaliin tajaajila baankii dijitaalaa omni-channel hunda bakka tokkotti hammate fi Tajaajila baankii ammayyeesse dha. Tuttuuqqaa qubaa muraasa qofaan tajaajila baankii hunda galeessa, ammayyaa, nageenyi isaa eegamee filannoo danuun argattu.
OrooDijitaal maamiltootaaf furmaata akkamii fidee dhufe? Tajaajila baankii hoo akkamiin jijjiire? Filannoowwan kam fa'aan fayyadamuun danda’ama?
Geessituu armaan gadii tuquun gaaffiilee armaan oliif deebii qubsaa, ibsa dabalataa waliin isiniif dhiyeesineera: https://www.oromiabank.com/oroodigital-new-article-0022/
ኦሮዲጂታል ከኦሮሚያ ባንክ!
ኦሮዲጅታል የባንክን አሰራር በእጅጉ የቀየረ፣ በአይነቱ ለየት ያለ የኦምኒ ቻናል የዲጂታል ባንኪንግ አገልግሎት ነው። በውስን የጣትዎ ንክኪ ብቻ ሁሉንም የባንክ አገልግሎቶች በበርካታ አማራጮች የሚገኝበት ኦሮዲጂታል እጅግ ፈጣን፣ ዘመናዊ እና ድህንነቱ የተጠበቅ ነው።
ኦሮዲጂታ ለደንበኞች ምን መፍትሄ ይዞ መጣ?
የባንክ አጠቃቀማችንስ እንዴት ይቀይራል? በየትኞቹ አማራጮችስ መጠቀም ይቻላል?
ከታች ያለው ማስፈንጠሪያ በመጫን ሁሉንም መልሶች ከተጨማሪ ማብራሪያ ጋር ይዟል።
https://www.oromiabank.com/oroodigital-new-article-0022/ | 10 560 | 3 | Loading... |
12 English Premier League 37th Round Match Prediction Winners List!
Congratulations!🎈🎉🍾🎊 | 11 540 | 4 | Loading... |
13 Har’a Dameelee Baankii Oromiyaa hunda keessatti gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa
ዛሬ በሁሉም የኦሮሚያ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ
Exchange Rate Applicable for Monday May 13, 2024 | 12 869 | 2 | Loading... |
14 Tajaajila Baankii kamiifuu gara dameelee Baankii Oromiyaa isinitti dhiyoo jiranitti goruun daawwadhaa!
Torbee Hojii Gaarii Baankii Oromiyaa irraa!
ለየትኛውም የባንክ አገልግሎት በአቅራቢያዎ የሚገኙትን የኦሮሚያ ባንክ ቅርንጫፎችን ይጎብኙ።
መልካም የስራ ሳምንት ከኦሮሚያ ባንክ!
Find all your banking solutions at the nearest Oromia Bank branches!
Wishing you a fantastic new week from Oromia Bank! | 10 612 | 1 | Loading... |
15 Happy Mother’s Day!
Maqaa haadha keessanii Saanduuqa Yaadaa Fuula TikTok Baankii keenyaa jalatti barreessuun, like fi share gochuun Birrii 1000.00 injifadhaa!
የተወዳጇን የእናትዎን ስም በቲኪቶክ ገፃችን ኮሜንት ላይ ይፃፉ ይህን ቪዲዮ ላይክ እና ሼር ያድርጉና የ1000.000 ብር ሽልማት ያሸንፉ!
Win 1000 Birr by commenting your beloved Mother's Name!
10 comments with the highest likes will be rewarded!
Don't forget to Like and Copy Link (Share) this video!
TikTok Link: https://www.tiktok.com/@oromiabankofficial?is_from_webapp=1&sender_device=pc | 13 095 | 24 | Loading... |
16 Media files | 17 844 | 9 | Loading... |
17 Media files | 13 018 | 2 | Loading... |
Фото недоступноПоказать в Telegram
5th Round Telegram Bot Refer and Win Challenge Winners List!
Congratulations!🎊🍾🎈🎉
🙏 56❤ 12👍 9👏 9👌 7🔥 6
00:54
Видео недоступноПоказать в Telegram
ኦሮዲጂታል ለደንበኞቻችን ምን አዲስ ነገር ይዞ መጣ?
ተመራጭነቱስ በምን ይገለፃል?
በተከታታይ ከምንለቅላችሁ አጫጭር ምስለ ድምፅ ይረዳሉ?👆
የኦሮዲጂታል ቤተሰብ ይሁኑ።
Play-Store
https://play.google.com/store/apps/details...
Apple-Store
https://apps.apple.com/us/app/oroodigital/id6444023355
👍 35❤ 9🙏 5🔥 2
01:04
Видео недоступноПоказать в Telegram
OrooDijitaal Maamiltoota Keenyaaf waan haaraa maal fidee dhufe?
Filatamummaan isaahoo maalin ibsama?
SuurSagalee Gagabaaboo isiniif qoodnu irraa ni hubattu?
Maatii OrooDijitaal ta'aa.
Play-Store
https://play.google.com/store/apps/details...
Apple-Store
https://apps.apple.com/us/app/oroodigital/id6444023355
🙏 12👍 4👏 3🔥 2
Baankiin Oromiyaa Waldaa Ogeessota Dinagdee Itiyoophiyaa waliin hojjechuuf waliigaltee Mallatteesse.
Waligalticha kan mallatteessan Chiif Ofiserii Korporeet Baankiingii fi Daldala Idil Addunyaa Obbo Fayisal Yasin fi Piresdaantii Waldaa Ogeessota Dinagdee Itiyoophiyaa Prof, Xaasewu W/Hannaa dha.
Dhaabbileen Lamaan qorannoo fiqo’annoo, leenjii fi dandeessittii Raawwachiisummaa cimsuu akkasumas dhimmoota dinagdee biro irratti waliin hojjechuuf waliigalanii jiru.
Baankiin Oromiyaa waldaalee Ogeessotaa, dhaabbilee dhuunfaa fi Mootummaa garagaraa waliin michumaan hojjechaa jira.
ኦሮሚያ ባንክ ከአንጋፋዉ የኢትዮጵያ የኢኮኖሚ ባለሙያዎች ማህበር ጋር በአጋርነት ለመስራት ተፈራረመ፡፡
ስምምነቱን የፈረሙት የባንካችን የኮርፓሬት ባንኪንግ እና አለም አቀፍ ንግድ ቺፍ ኦፊሰር ኦቦ ፈይሰል ያሲን እና የኢትዮጵያ የኢኮኖሚ ባለሙያዎች ማህበር ፕሬዝዳንት ፕ/ሮ ጣሰዉ ወ/ሀና ናቸዉ፡፡
ሁለቱ ተቋማት በጥናት እና ምርምር፣በፋይናንሺያል ተደራሽነት፣ በስልጠና እና አቅም ግንባታ እንዲሁም በሌሎች የምጣኔ ሀብት ችግር ፈቺ ጉዳዮች ላይ በትብብር ለመስራት ተስማምተዋል፡፡
ኦሮሚያ ባንክ ከማህበሩ ጋር በጋራ ለመስራት ፈር ቀዳጅ የግል ባንክ መሆን ችሏል፡፡፡
ኦሮሚያ ባንክ የሙያ ማህበራትን ጨምሮ ከበርካታ መንግስታዊ እና መንግስታዊ ካልሆኑ ድርጅቶች ጋር በአጋርነት እየሰራ ይገኛል፡፡
👍 30❤ 24🙏 6👏 5🔥 4
Фото недоступноПоказать в Telegram
OrooBarakaan tajaajila Baankii dhala irraa bilisaa seera Shari’aa bu’urefachuun hojjetu yoo ta’u, tajaajila Baankii dhala irraa bilisaa yeroo jalqabaaf biyya keenyaatti Baankii Oromiyaan eegaledha.
Tajaajilli kunis Ulama’oota fi Goorsitoota beekumsa amantii Islaamaa qabaniin hoogganama.
Tajaajila Baankii Dhala irraa Bilisaa Baankii keenyaa fayyadamaa! Jumaa Gaarii Baankii Oromiyaa irraa!
ኦሮበረካ የኦሮሚያ ባንክ ከወለድ ነፃ የባንክ አገልግሎት ሲሆን የሸሪዓውን መርህ ያከበሩ የተሟላ የባንክ አገልግሎት በመጀመር በሀገራችን የመጀመሪያው እና ፈር ቀዳጅ ነው።
ይህ አገልግሎት በሸሪዓዉ ከፍተኛ አውቀት እና ልምድ ባካበቱ ዑለሞች ይመራል፡፡ የባንካችንን ከወለድ ነፃ የባንክ አገልግሎት ይጠቀሙ።
መልካም ጁመዓ ከኦሮሚያ ባንክ!
Join our Telegram Channel: https://t.me/OromiabankOfficial
❤ 16👍 14🔥 3👏 2👌 2🙏 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
Tajaajilli Baankii akkas haala salphaan dhiyaatee hin beeku!
OrooDijitaal toora gara garaa saddeetiin tajaajila Baankii mijataa ta’e kennaa jira. OrooDigitaaliin Teknoloojii Baankii Jabanni irra gahe dhamdhamaa.
Liinkii armaan gadii kana fayyadamuun Google-Store fi App-Store irraa Applikeeshinii isaa buufachudhaan Maatii OrooDigital ta'aa!
የባንክ አገልግሎት እንዲህ ቀለል ብሎ አያውቅም!
ኦሮዲጂታል ከስምንት በላይ በሆኑ አማራጮች የባንክ አገልግሎትን አቅርቧል። ዘመኑ የደረሰበትን የባንክ ቴክኖሎጂ በኦሮዲጂታል ያጣጥሙ።
ከታች ያለውን ማስፈንጠርያ በመጠቀም ከPlay-Store እና App-Store አሁኑኑ መተግበሪያውን በማውረድ የኦሮዲጂታል ቤተሰብ ይሁኑ።
Play-Store
https://play.google.com/store/apps/details...
Apple-Store
https://apps.apple.com/us/app/oroodigital/id6444023355
❤ 26👍 16🙏 6👌 5👏 4🔥 3
To all eligible applicants, please complete the forms and attach the necessary documents using the following link:
https://forms.gle/zE6JtDze7qWtHEJS8
👍 56❤ 4👏 4👌 3🔥 2🙏 2
Фото недоступноПоказать в Telegram
External Vacancy Announcement
Oromia Bank invites competent and qualified candidates. Vacancy News: https://www.oromiabank.com/vacancy-news/
👏 13🙏 5👍 3
Фото недоступноПоказать в Telegram
Seamless Experience, Unmatched Personalization!
OrooDigital goes beyond being just another banking app. It offers a user-friendly experience accessible across eight different channels .The interface remains consistent and adjusts to suit your specific needs. With real-time account updates and personalized notifications, you stay informed and empowered to take control of your finances.
To learn more about OrooDigital, please click on the following link provided: https://www.oromiabank.com/oroodigital-new-article-0022/
👍 15🙏 9❤ 6👏 3🔥 2👌 2
Фото недоступноПоказать в Telegram
Har’a Dameelee Baankii Oromiyaa hunda keessatti gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa
ዛሬ በሁሉም የኦሮሚያ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ
Exchange Rate Applicable for Tuesday May 14, 2024
👍 34❤ 11👏 6🔥 5🙏 5