cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

SAGALEE BAHAA BIIFTUU

📩📩@Abdi_saba5 📬. nuuf erga 💪🙏 Cabsee gad nu qabuuf Yoo fiiges abbaan humnaa wanta kaleessa didne Har'as inuma didna!🔴🔴🟢🟢🔴🔴

Больше
Финляндия1 147Язык не указанКатегория не указана
Рекламные посты
1 290
Подписчики
Нет данных24 часа
+17 дней
-3930 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

YOOYYAA Akkam jirtu saba koo oromoon martuu 🖐🖐🖐🖐 Duraan dursee waraana bilisummaa Oromoo WBOF jaalalaaf kabajaa ulfina saba kanatti godhuuf nan galateefadha 🙏🙏🙏🙏🙏 *Itti Aansuun ummata Oromoo gara Harargee bahaaf Lixaa keessa jiran maraaf dhaamsa qabna 👂👂👂👂👂 1, waraanni bilisummaa Oromoo WBOn dur daran sochii ciccimoo godha jira akka quba qabdan. 2, Akkuma waraana kutaa kamuu eeru fi cinaa dhabachuun dirqama keessan baha. 3,waraanni kan inni cimee diina isaa qa’ee keessa dhabamsiisuu danda'u gaafa ummanni jabaatee waraana isaa cinaa dhabateedha kanafuu damaqinaan waraana keessan cimsaa. 4, waraana RIB milishoota gaachana sirnaa jattani hawaasa dararaa jirtan Akasumas waraana dura batannii aarsaa hin barbaachifne kafalchiisu irraa of qusadhaa akeeka dhumaatti.!!? 5 kan dhumaa immoo DABALEEN zoonii Haragee keessan jirtan kan dur daran sochii madheee ijaaruu hawaasa damaqsuu cimsatannii itti fufuu qabdu 🙏🙏 Injifannoo ummata Oromoof 💪💪💪💪 https://t.me/oro_Lb_Arm
Показать все...
SAGALEE BAHAA BIIFTUU

📩📩@Abdi_saba5 📬. nuuf erga 💪🙏 Cabsee gad nu qabuuf Yoo fiiges abbaan humnaa wanta kaleessa didne Har'as inuma didna!🔴🔴🟢🟢🔴🔴

Baga ayyaana ramadana 1444 geessan muslimoonni martuu ayyaana jaalala tokkummaafi injifannoo isiniif ha ta’u 🙏🙏🙏🙏😍😍😍😍🦁
Показать все...
Фото недоступноПоказать в Telegram
#Oduu_injifannoo_WBO_Zoonii_Bahaa Irree fi Gaachanni ummata oromoo WBOn  zoonii bahaa  godina harargee lixaa Aanaa Doobbaa araddaa #Gujee bakka gaara #shurrubbee jedhamututti humna waraanaa PP sakatta’uu baate irratti tarkaanfii fudhateen RIB nama 30  milishaa fi HAOrraa nama 80  waligalaatti nama 110 ajjeesuun.Akkasumaatti maddoo ulfattuu 200fi salphaa18 tasisee jirra.Lollii hanga ammatti itti fufee jira.Dhamsi ummata kenyaaf qabnu haala isiniif danda'aame hundaan  haala isin mudaate hundaan WBO cinaa dhabbaadha.Rabbii gaditti abdiin bilisummaan teenya WBO qofa!
Показать все...
waraannii bilisummaa Oromoo WBOn zoonii bahaa #cibraan_jarraa_abbaa_gadaa Injifannoo ajaa'iba galmeessa jiran lolaa walitti dhaabata irraa jiru. Injifannoo booda walitti dachaana💪💪💪
Показать все...
#Aammee! Boorana Bahaa Aanaa Gumii Eldalloo Kaampii PP Boobaaf Bulbuliitti Argamtu Soddomii Booro Baarudaan Macheessaa Jira!✊ Kaayomsi Waaqi🤲
Показать все...
#𝙄𝙧𝙗𝙪𝙪_𝙎𝙝𝙞𝙣𝙣𝙞𝙞𝙜𝙜𝙖𝙖! Dukkana bara hamaa Soorata biyyee taatan Oromummaaf jachaa Boolla tokko seentan,. Yaadannoo bara dheera Guggubaachuu Sabaa Kan dagachuun hin taane Nuuf yaadannoo jabaa,. Kumaaf dhibba sagalii keessa saddeettamaa Oromummaaf oflaatan Gootichi onneen kumaa,. Kan waggaan yaadannuu Yaadannoo ji'a keessi Ebla Gootonnii haqa sabaa Nurra qabaan goblaa,.. Kan nuuf dhangalaasan Gootni bishaan miti dhiigaa Madaa bara dheeraa Yaadannoo irbuu shinniigga, Saba dhugaan utubu malee Hindibne dhoqqeef-faltii Oromoonni bakka jirtanii Baga geessan jala bulti... Seenaa keessan yaadanne Yoo gaddinees garmalee Waan jechaa hin qabnu Nuuf Galatoomaa! malee!! #𝙄𝙧𝙗𝙪𝙪 #𝙎𝙝𝙞𝙣𝙣𝙞𝙞𝙜𝙜𝙖𝙖 #𝙀𝘽𝙇𝘼15 #𝙂𝙪𝙮𝙮𝙖𝙖 #𝙢𝙪𝙧𝙖𝙖𝙨𝙖𝙖𝙩𝙪 #𝙃𝙖𝙛𝙚 𝙒𝙖𝙧𝙧𝙖 #𝙄𝙧𝙗𝙪𝙪 #𝙂𝙤𝙤𝙩𝙤𝙤𝙩𝙖𝙖 #𝙂𝙖𝙡𝙢𝙖𝙖𝙣 #𝙂𝙖𝙝𝙪 #𝙣𝙪𝙝𝙖𝙖_𝙜𝙤𝙙𝙝𝙪..
Показать все...
Repost from QBO Zoonii Lixaa
Godina Wallaggaa Bahaa #Angar_Guutee,ukkee fi Mandar 10 faannoon waraana banuuf qophii xummurteetti.Uummanni keenya of eeggannoo tolchaa! @qbozoniilixaa
Показать все...
Repost from QBO Zoonii Lixaa
Obboleessa ishee Mana hidhaa Keessaa baasee mootummaa garboonfataan ajjeesnaan, Obboleettiin gumaa isaa baasuuf hidhatte diina kuffisaa jirti.Isinis warra gumaa nyaatu Utuu hin taane warra gumaa baasu ta'aa!
Показать все...
Repost from QBO Zoonii Lixaa
Фото недоступноПоказать в Telegram
Baga nagaan dhuftan mooraa diina irra gara mooraa qabsoo bilisummaa Oromootti!❤ @oromia1post
Показать все...
Kaleessarraa eegalee mandii daandii guddicha asoosaa geessu itti cufuun tumaa jira gootni!💪
Показать все...
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.