cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Sagalee Jireenyaa 📚📖🗞️📖 ✝️

Yesuus Karaadha Dhugaadha Jireenya

Больше
Рекламные посты
235
Подписчики
+424 часа
+57 дней
+1530 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Meeshaan Lolaa Kan Waaqayyoo Maal Fa’a? Efeesson 6:10-17 1. #Dhugaa. Mudhii kee akka sabbataatti dhugaadhaan hidhadhu. 2. #Qajeelummaa. Qajeelummaa akka maddaa sibiilaatti uffadhu. 3. #Wangeela. Wangeela akka kopheeti ka’adhu. 4. #Amantii. Amantii akka gachanaatti fudhadhu. 5. #Fayyina kara goofta yesus arganne. Fayyina akka gonfoo sibiilaatti fudhadhu. 6. #Sagalee waaqayyoo. Sagaleen waaqayyoo akka bilaa gar lamaan qarameetti fudhadhu. Kana hundumaa hafuura qulqulluu biraa fudhadhaa! Samy 😍 Eebbifamaa ❤️🥰
Показать все...
1🥰 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
Bolla meeqa lixnee Karaa kamis yaallu Karaa yesuus malee Jireenya hin dhaallu! ❤️🙌🙏🥰🥰🥰🥰 YESUUS YESUUS
Показать все...
2🥰 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
Mom🥰🥰 Isa ta'eef sin galateeffadha Isa hin taanefis sin galateeffadha Jiraachuu koof sin galateeffadha Waan hundumaaf sin galateeffadha YESUUS ❤️❤️❤️
Показать все...
2🥰 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
“Ani du'a namaatti hin gammadu, kanaaf yaada garaa keessanii geddaradhaatii jiraadhaa!” jedha Waaqayyo gooftaan. His__18:32 “የምዋቹን ሞት አልፈቅድምና፥ ይላል ጌታ እግዚአብሔር፤ ስለዚህ ተመለሱና በሕይወት ኑሩ።” — ሕዝቅኤል 18፥32🙏❤️
Показать все...
2🥰 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
“Ani du'a namaatti hin gammadu, kanaaf yaada garaa keessanii geddaradhaatii jiraadhaa!” jedha Waaqayyo gooftaan. His__18:32 “የምዋቹን ሞት አልፈቅድምና፥ ይላል ጌታ እግዚአብሔር፤ ስለዚህ ተመለሱና በሕይወት ኑሩ።” — ሕዝቅኤል 18፥32🙏❤️
Показать все...
1🥰 1
Показать все...
WORSHIP MEDIA

Worship songs

Фото недоступноПоказать в Telegram
Duuka buutuu Kiristoos ta'uun amma qoonqootti miti ammaa gonfootti 👑
Показать все...
5👍 1🥰 1💔 1
Waaqayyoon warri eeggatani hin ba'u humna haareeffatanii giimiin booba'aan ibiddaa harkasaan darba barri gaddaa
Показать все...
2🥰 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
💬“Nuyi garuu, Kristoos isa fannifame in lallabna;...” — 1Qor. 1:23 Waa'ee Muka Inni Irratti Fannifame Utuu Hin Taane, Isa Irratti Fannifame Kristoosiin Lallabuutu Ogummaadha❤️❤️🥰🥰🙏📖
Показать все...
👍 3🥰 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
Yesus Kristos kaleessa isuma ture, har'as bara baraanis isuma sana! Ibroota 13:8
Показать все...
🥰 1
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.