cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Belbeltuu❤️

Больше
Рекламные посты
193
Подписчики
-224 часа
-17 дней
+130 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Фото недоступноПоказать в Telegram
#BEEKSISA_GUYYAA_QORMAATA_MADAALLII_GAHUMSA_OGUMMAA_BARSIISUMMAA --------------------- Waajjira Barnootaa Godinaalee 21fi Bul. Magaalota 23tiif ------------------ BBO- Caamsaa 30/2016 Biiroon Barnootaa Oromiyaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa qulqullina barnootaa mirkaneessuuf kallatti hedduun irratti hojjachaa jiraachuun ni beekama. Qulqullina barnootaa mirkaneessuu keessatti gaheen barsiisaafi hogganaan mana barnootaa hundaa ol murteessaafi wanti bakka isaanii bu'u gonkumaa kan hin yaadamneedha. Kanaafuu, barsiisaafi hoggansa mana barnootaa qulqullina barnootaa mirkaneessuuf gahee olaanaa qabu kana gahumsa isaa mirkaneeffachuun barbaachisaadha. Haaluma kanaan biiroon keenya barsiisotaafi hoggansa manneen barnootaa Qormaata Madaallii Gahumsa Ogumnaa qoruun mirkaneeffachuuf  guyyaa qormaataa kanaan dura Waxabajjii 09/2016 jedhamee ture fooyyessuun #Waxabajjii_13/2016 ta'uusaa xalayaan ergameera. Kanaafuu, barsiisotni kanaan dura qormaataaf filatamtan; #Barsiisotni_Manneen_Barnootaa_Sadarkaa_1ffaafi 2ffaa ilaalata
Показать все...
👍 1
Показать все...
Blum

Trade, connect, grow and… farm Blum Points! Made by @blumcrypto team 🌸

t.me/BlumCryptoBot/app?startapp=ref_nucTKp87Xa Got 101 BP! Join me and try to top my score!
Показать все...
Blum

Trade, connect, grow and… farm Blum Points! Made by @blumcrypto team 🌸

BeyanAminDo quizzes to earn US dollars, easily earn 1 US dollars in 1 minute, and anyone who logs in to our website will get 10 US dollars. https://m.payquiz.top/26957668791418761/?s=tg
Показать все...
🕖Take quizzes to make money. 🕚

Answer the questions and challenge to earn one dollar per minute.

Gaariidha
Показать все...
Hi
Показать все...
#Barattoota_kutaa_6ffsafi_8ffaa Qormaata Naannootiif qopheessun(#shaakalsiisun) murteessaadha jedhame. ------------------- BBO- Caamsaa 17/2016 Qormaata xumura sad. 1ffaa(Kutaa 6ffaa)fi giddu galeessaa( kutaa 8ffaa) naannoo bara 2016 torban lama boodaa kennamu ilaalchisee barattootaa kutaa 6ffaafi 8ffaa gamanum shaakalsiisun barbaachisaa ta'uun himameera. Qormaata moodeela kutaa 6ffaafi 8ffaa guyyaa 14-16/2016 akka waliigalatti kenname kennamee ture bu'uura gochuun keessattuu, barattootni kutaa 6ffaa qopheessuun/shaakalsiisuun murteessaa jedhameera. Qabxiileen irratti xiyyeeffatamu qaban keessaa gurguddoon; #Maqaa_guutuu_qubee guddaan(capital letter) fayyadamuun barreessuu, #Godina/magaalaa, aanaafi maqaa mana barnootaa, #Lakk. galmee(Admission Number) #Koodii_Akaakuu_Barnootaa(Subject Code) #Deebii_qormaataa saanduqa kenname keessatti of eeggannoon akka gurraachessan shaakalsiisuu, #Gaaffilee_dubbisuun yeroo murtaa'e keessatti deebii kennuu, _Saanduqa_gurraacha'uu qabu guutuusaa haalan gurraachessuu, #Haala_guutichaafi_gurraachessuu waraqaa deebii irratti taasifamu shaakalchiisuun hundaa'ol murteessaa ta'uu, #Gaaffii tokkoof deebiin kan deebi'u daqiiqaa tokko keessatti qofa waan ta'eef, gaaffii tokkoof daqiiqaa tokkoofi gaditti akka deebisuu danda'an shaakalsiisuu, #Akaakuu barnootaa tokkoof ss'aatii/daqiiqaa kennameef keessatti akka xumuruu qaban shaakalsiisuun barattoota kutaa 6ffaafi 8ffaa qorumsa naannootiif qopheessuu akka qaban hoggantootni waajjira barnootaa godinaalee adda addaa yaada kennaniiru. Kanaafuu, barattootni keenya qabxii gaarii akka galmeessisan hoggantootni manneen barnootaa, barsiisotniifi maatiin barattootaa barattoota shaakalchiisuufi tasgabbiin qormaata akka fudhatan daran jajjabeessuun keessan itti fufuu qaba jenna. #CARRAA_GAARII !
Показать все...
https://t.me/cexio_tap_bot?start=1716399236052489 CEXP tokens farming major upgrade! Two is better than one! Join my squad, and let's double the fun (and earnings 🤑)! CEX.IO Power Tap! 🚀
Показать все...
CEX.IO Power Tap

🤩 Farm CEXP tokens and earn rewards! CEX.IO App makes it simple and secure to buy, exchange, and store cryptocurrencies

Показать все...
🌹Earn ETB 10000 Easily in Two Hours a Day 🌹

Muhammed invites you to make money with your mobile phone, no investment, no requirements.

✅ Daily USDT Mining | Just Launched 💎 Share your referral link and earn 10 $USDT per referral 📆 Claim Free Tether (USDT) Every Day 🖇 Link Bot: https://t.me/Daily_USDT_AirDrop_Mining_bot?start=1755937341
Показать все...
✅ Daily USDT Mining

💎 Claim Tether (USDT) Directly To Your Wallet Daily