cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Dr. Gurmuu

Fayyaa keenya haa eeggannu

Больше
Финляндия972Язык не указанКатегория не указана
Рекламные посты
7 147
Подписчики
-924 часа
-247 дней
-2130 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Faayidaa ijoo kennaa Urjii(STAR 🌟) Tapha 🌟 kan Eegale Dhaabbatuma Telegramiidha. Faayidaan 🌟 hedduudha jedhamee himama, ammatti dhaabbatichi ni jalqabe malee icciitii duuba jiru hunda hin ifoomsine. Haatahuu malee ammatti Faayidaaleen ijoon ifatti beekkaman muraasa yoo tahu, isaan keessaa 》Kafaltii adda addaa Telegram irratti 🌟 dhaan raawwachuun akka danda'amu... 》 🌟 kallattiin gara mallaqaatti jijjiirachuu.... 》Telegram premium bitachuuf 🌟 fayyadamuu akka danda'amu fikkf.... kennaa urjii(star) walitti qabachuu hin irraanfatinaa .. . 👇 join me here https://t.me/major/start?startapp=939219716 https://t.me/major/start?startapp=939219716
Показать все...
👍 2
⭐️ Telegram stars Akkuma beektan TikTok'n namootni hedduun Kennaa coin TikTok jedhamu kanaan jireenyi isaanii akka jijjiiramu gargaareera. TikTok hordofuun Telegram ammoo Gift Coin haaraa, Telegram Stars jedhamu, kan maamiltootni Telegram kennaa isaanii gara maallaqaatti jijjiiruuf dandeessisu dhiyaateera. Kana beeksisuuf Telegram waan Airdrop fakkaatu Major jedhamu kan namoota affeeruun salphaatti Telegram Star Coins argachuuf isin dandeessisu baasee jira. Yeroo nama 1 affeertan urjii 15⭐️⭐️ argattu Kana akka airdrop hin ilaalinaa, qarshii dhugaa waan ta'eef jarana, ammuma jalqaba 💥👇🏻👇
Показать все...
Major

Hello, future major! Welcome to @Major⭐️ Your task is to become the best of the best in the player rating. Vote for others by stars and collect stars yourself⭐️ The coolest majors will receive a valuable token in the future!

👍 6
Dubartiin Tokko Fedhiin Wal Quunnamtii Saalaatiif Qabdu Yoom Ol Ka'a? □•••••••••••••••••••••□••••••••••••••••••□ ■ Waa'ee fedhii wal quunnamtii saalaa dubartootaa waan beekuu qabdan haala armaan gadiin gaggabaabsinee haa ilaallu. 1. Yeroo laguun ishee irraa badee kaasee hanga laguun ishee itti aanu eegaluuf guyyaan sadii hafutti fedhiin ishee ol ka'aa deema. Gaafa guyyaan sadan hafanii jalqabee osuma laguun hin dhufiniyyuu fedhiin ishee gadi bu'a. Kanammoo isheen beektee osoo hin taane hoormoonii qaama ishee keessaatu ajaja. 2. Akka umurii isheetti yoo ilaalle immoo, dubartiin takka waggaa 13 irraa kaastee hanga waggaa 20tti haala wal fakkaatuun fedhiin ishee waxalaa deema. Gaafa 20 irra geessee kaasee suuta suuta gadi bu'uudhaan naannoo waggaa 40 yoo geessu yeruma tokkoon jibbisiisuu jalqaba. Kanas hoormonitu akkas godha. 3. Dubartiin tokko abbaa warraa ykn hiriyyaa ishee waliin jaalala gaarii hin qabdu yoo ta'e fedhiin ishee baay'ee gadi bu'a. Kanaafuu dubartii qirqirsaa, taphaa fi jaalalaan fedhii ishee itti cimsuun ni danda'ama. 4. Rakkoo xiin-sammuu irraa bilisa yoo taate, dubartiin fedhii wal quunnamtii saalaa cimaa qabdi. Aarii fi yaadni itti baay'ata taanaan wal quunnamtii saalaaf iddoo dhabaa deemti. Kanas ilaalcha keessa galchuun dirqama. 5. Daa'ima dhaltee ji'oota muraasaf fedhii dhabuu malti. Kanas jaarsi ishee obsaan dabarsuu qaba. ○••••••••••••••••••••○••••••••••••••••••○ Waan Dubbistaniif Galatoomaa!!! Fayyaan faaya!!! Fayyaa ta'aa!!! Channel fayyaa Miidiyaa jedhu kana hiriyyoota keessaniif ergaa join godhanii barnoota fayyaa haa baratanii Link kana ergaafii ofiifis join godhaa 👇👇👇 https://t.me/fayyaaMiidiyaa https://t.me/fayyaaMiidiyaa
Показать все...
👍 5 1
#Dubbiin_kun_jabduudha telegram🔎😻🙏💃 Hubachuufillee nama rakkisa, garuu qabatama jiru walhubachiisaa adeemuu gaafata. 》Telegram yeroo jalqabaaf "tapha" akka #TikTok kennaa bifa mallaqaatiin waliif kennuuf gargaaru eegaluuf ifoomse. Innis kan #Major jedhamu eegale. Kunis, kennaa (bittaa fi gurgurtaa) ofkeessaa qabu #Star[Urjii] jedhee moggaasee beeksiseera. Tapha Telegiraamiin haaraa fide kun kennaa 🌟  kallattiidhumaan gara TON jijjiiramuudha. #TON tokko Doolara 7 olitti sharafama. Hiriyyoota keessan yoo affeertan 🌟  15 ol isiniif kenna, Premium yoo tahe ammoo 🌟 50 isiniif kenna. Hiriyyoota keenyaaf #referral linkii erguun jalqabuun, #Hojii adda addaa guyyuu raawwachuudhaan, kennaa #Urjiilee namoota biroof arjoomuu fi fudhachuun sadarkaa fi badhaasa argachuu dandeenyutu jira.🤗 Guyyaa guyyaan hojii sasalphaallee isiniif kennee 🌟  isiniif badhaasa. #sirnakafaltiihaaraa (#cryptocurrency) Telegram eegale jedhamee miidiyaaleen ajandaa godhateera. Kanaafuu kallattiidhaan TON gara wallet keessanitti dabarfachuu (withdraw) gochuu kan isin dandeessisu yoo tahu, baayinna TON keenyaatiin bu'aan Telegram irraa argannu garaagarummaa qabaata. Erga eegalee guyyaa shan kan hin guunne Miliyoonota 5 olitu fayyadamuu eegalee jira. Affeeramaa, wal-affeeraa Mee 👇👇👇👇👇👇👇 haa jalqabnu 👉 https://t.me/major/start?startapp=939219716 https://t.me/major/start?startapp=939219716 Itti-adeemaa jirra. . . 💃🚶🏃 Dhimma kana akka hunduu hubachuu danda'utti baldhinaan itti deebina.
Показать все...
Major

Hello, future major! Welcome to @Major⭐️ Your task is to become the best of the best in the player rating. Vote for others by stars and collect stars yourself⭐️ The coolest majors will receive a valuable token in the future!

👍 4 2
Фото недоступноПоказать в Telegram
👍 2
Guyyaa 3 qofatu hafe akka isiin darbine! Akka isiin hin darbine. Preton yeroo sadaffaaf TONI 2000 dabalaniiru. Link asii gadii Hiriyyoota keessanifis share godhaa bonus argachuuf. 👉🏾https://t.me/preton_drop_bot?start=68182ffc-2ba0-478b-8acd-a0d41dad6304
Показать все...
$PRETON DROP

Preton community: @preton Preton community: @preton_cis Chat: @chat_preton Cooperation: @eleidans

👍 3
Akka isiin hin darbine. Preton yeroo sadaffaaf TONI 2000 dabalaniiru. Jarri kun jabaadha preton hanga dandessan walitti qabadha. Link asii gadii Hiriyyoota keessanifis share godhaa bonus argachuuf. 👉🏾https://t.me/preton_drop_bot?start=68182ffc-2ba0-478b-8acd-a0d41dad6304
Показать все...
$PRETON DROP

Preton community: @preton Preton community: @preton_cis Chat: @chat_preton Cooperation: @eleidans

👍 2 2
Kun ammoo kan biraati. Nama tokkoof gaafa ergita. 0.007 TON isiniif kaffala. Carraa argame of Jala hin dabarsinaa 👇 https://t.me/wontonairdrop_bot?start=939219716
Показать все...
$WONTON BOT

The fastest growing community on TON. Wonton channel: @cryptowonton Help: @WontonSupport

👍 5
Fayyaa qaama saalaa fi walhormaataa eeggachuu (Sexual and reproductive health tips) ✏°°°°°°°°°° Qaamni saalaa kan dhiiras ta'ee kan dubartii yoo kunuunsa ykn eeggannoo barbaachisaa ta'e hin goonuf ta'e, madda dhukkuboota hedduu, hanga dhala dhabuu fi rakkoo fayyaa yeroo dheeraa ta'uu danda'a. Keessattuu qaamni saalaa shamarranii foddaa gara keessa qaama namaa waan ta'eef(door to abdomen🙄), wanti karaa buqushaa olseene hanga keessoo garaachaatti olfulla'uu danda'a. Rakkoowwan dhufuu malan kunneen, sababa qulqullina gahaa dhabuu, miidhaa sababa balaa adda addaatif dhufu, dhukkuboota walqunnamtii saalatiin daddarban, fedhii ofiin ofirraa baasuu qulqullina hin qabne, fi sababa barteewwan duubatti hafoon uumamuu danda'u. Rakkoon fayyaa walhormaataas waan armaan olitti laallen baayyee kan walirraa hin fagaanne yoo ta'u, fedhii saalqunnamtii gaarii dhabuu, dhala argachuu dadhabuu fi maatii gaarii uummachuu(family health) hanqachuu dabalata. Mee gabaabumatti fayyaa qaama saalaa fi sirna wal hormaataa eeggachuuf wantoota nuti gochuu qabnu haa ilaallu🙄. 1) Warri shamarranii yeroo kamiyyuu hanga danda'ametti waan kamiyyuu gara qaama saalatti galchuu dhiisuu. Fknf, keessa qaama saalaa qubaanis ta'ee meeshaan dhiquu dhiisuu, kondomii fayyadamuu irra saalqunnamtii hin barbaachisne durumaa gochuu dhabuu, qubaan ykn waan biraa qaama saalatti galchuun fedhii ofirraa baasuu dhiisuu fi kkf. 2) Naannoon qaama saalaa jiidhee yeroo dheeraf akka hin turre eeguu. Kunis sababa wayyaa jiidhaa uffachuu ykn fedhii keessa galuudhaan qaamni saalaa dhangala'aa maddisiisee jiidhinsa qabachuun ta'uu danda'a. 3) Warreen dhiiraa qunxurroo murachuu🙄. Gogaa hin barbaachisne fuuldura qaama saalaa teessu sana ogeessaan ofirraa kutuun riiskii fayyaa qaama saalaa fi dhukkubootaa ni hir'isa. 4)Walaqunnamtii saalaa daangaa hin qabne irraa of eeggachuu. Guutuu isaa telegram channel Koo join godhaa dubbisaa 👇👇 Akka isiin hin darbine. Preton yeroo sadaffaaf TONI 2000 dabalaniiru. Jarri kun jabaadha preton hanga dandessan walitti qabadha. Link asii gadii Hiriyyoota keessanifis share godhaa bonus argachuuf.  👉🏾https://t.me/preton_drop_bot?start=68182ffc-2ba0-478b-8acd-a0d41dad6304
Показать все...
$PRETON DROP

Preton community: @preton Preton community: @preton_cis Chat: @chat_preton Cooperation: @eleidans

👍 17 1
Bara kana namni telegram irraatti Airdrop hin waan jiru hin se'u. Waan akkana Kun waggaa dheeraa booda dhufa. Ijoolleen keenya carraan Kun akka isiin Jala darbinee Airdrop Isa filatamaa Fi haala gaariin kaffalaa jiru kana link asii gadiin seenuun ammuma hojjachuu jalqabaa. Akkasumaas hiriyyoota keessaniif share godhaa 👇 https://t.me/preton_drop_bot?start=bcc23a76-84ed-4eba-bd8b-97eb809a3d66
Показать все...
$PRETON DROP

Preton community: @preton Preton community: @preton_cis Chat: @chat_preton Cooperation: @eleidans

👍 6
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.