ru
Feedback
Oromia Construction Corporation

Oromia Construction Corporation

Открыть в Telegram

Construct new roads, upgrade and maintain existing roads, construct bridges and culverts, construct buildings, construct water works etc.

Больше
8 648
Подписчики
Нет данных24 часа
-47 дней
-6230 день
Архив постов
photo content

​Manaajimantiin Koorporeeshinii Ijaarsa Oromiyaa (OCC), ayyaana Iid al-Adhaa (Arafaah) 1447ffaa sababeeffachuun hojjattoota keenya, dhaabbilee qooda fudhattoota kabajamoo fi guutuu ummata Itiyoophiyaatiin baga geessan jechaa, hawwii gaarii qaban ibsu. ​Ayyaanni Iid al-Adhaa barumsa fedhii ofii aarsaa gochuu, amanamummaa fi itti gaafatamummaa gamtaa barsiisa. Koorporeeshiniin keenya kan hojii misooma biyyaalessaarratti bobba’e ta’uusaan, duudhaaleen kunniin hundee guddina keenya isa waloo fi deemsa ce'umsa hawaasummaa keenyaati jedhee amana. ​Carraa kanaan, hojjattoota keenyaaf ogummaa fi kutannoo isaan agarsiisaniif, akkasumas qooda fudhattoota fi michoota keenyaaf amantaa fi tumsa Istiraatejawaa nuuf gochaa jiraniif galata qabnu ibsuu feena. ​Ayyaanni qulqulluun kun biyya keenyaaf nagaa waaraa, tokkummaa fi badhaadhina kan fidu, akkasumas hawaasa hunda gidduutti waloomaa fi obbolummaa kan cimsu akka ta'u hawwina. ​Iid Mubaarak. ​Manaajimantii Korporeeshinii Ijaarsa Oromiyaa ​ለመላው የኮርፖሬሽናችን ሰራተኞች፣ ለክቡራን ባለድርሻ አካላት እና ለመላው የኢትዮጵያ ህዝብ፤ ​ለ1447ኛው የዒድ አል-አድሃ (አረፋ) በዓል እንኳን በሰላም አደረሳችሁ እያልን፣ የኦሮሚያ ኮንስትራክሽን ኮርፖሬሽን ማኔጅመንት  የተሰማቸውን ጥልቅ ደስታና መልካም ምኞታቸውን ይገልጻሉ። ​የዒድ አል-አድሃ በዓል የመስዋዕትነት፣ የታማኝነት እና የጋራ ኃላፊነት መገለጫ ነው። ኮርፖሬሽናችን በሀገር ግንባታና ልማት ላይ የተሰማራ ተቋም እንደመሆኑ መጠን፣ እነዚህ እሴቶች ለጋራ እድገታችን እና ለሀገራዊ ብልጽግናችን መሰረት መሆናቸውን ይገነዘባል። ​በዚህ አጋጣሚ ለሰራተኞቻችን ላሳያችሁት ከፍተኛ ሙያዊ ቁርጠኝነት፣ እንዲሁም ለባለድርሻ አካላት እና ለደንበኞቻችን ላደረጋችሁት ቀጣይነት ያለው እምነትና ስትራቴጂካዊ ትብብር ላቅ ያለ ምስጋናችንን እናቀርባለን። ​ይህ የተቀደሰ በዓል ለሀገራችን ዘላቂ ሰላምን፣ አንድነትን እና ብልጽግናን ይዞ እንዲመጣ፣ በህዝቦች መካከልም ያለውን የወንድማማችነት ትስስር ይበልጥ እንዲያጠናክር እንመኛለን። ​መልካም የዒድ በዓል! ከኦሮሚያ ኮንስትራክሽን ኮርፖሬሽን ማኔጅመንት Management of Oromia Construction Corporation (OCC) extend their most profound greetings and best wishes to our dedicated employees, esteemed stakeholders, and the entire people of Ethiopia. ​Eid al-Adha embodies the timeless principles of sacrifice, devotion, and collective responsibility. As an organization committed to national development, we recognize that these very values form the foundation of our shared progress and societal advancement. ​We take this opportunity to express our sincere appreciation to our staff for their unwavering professionalism, and to our partners and stakeholders for their continued trust and strategic collaboration. ​May this sacred holiday bring enduring peace, unity, and prosperity to our nation, and may it inspire continued solidarity across all communities. ​Eid Mubarak. ​The Management, Oromia Construction Corporation

photo content

Baga Ayyaana Du’aa Ka’uu Gooftaa Keenya Iyyesuus Kiristoos (Faasikaa) Bara 2018 Geessan! ​Faasikaan hiika guddaa du’a injifachuu, abdii dhabuu keessaa gara jireenya haaraatti ce’uu fi ifti dukkana irratti dhalachuu isaa nuuf mirkaneessa. Akkuma Gooftaan keenya du’a mo’ee ka’uun addunyaaf abdii haaraa kenne, ayyaanni kun hunda keenyaaf kakuu haaraa, hamilee dachaa dabalamee fi nagaa fiixee hin qabne akka nuuf fidu ni amanna. ​Nutis akka maatii Korporeeshinii keenyaatti, hiika "Du’aa Ka’uu" kana irraa barumsa ijaarsaa fi haaromsaa fudhannee, tajaajila keenya qulqullinaa fi amanamummaan maamiltoota keenyaaf dhiheessuuf waadaa keenya ni haaromsina. Hojjattoota keenya ija ijjannoo cimaan hojjataniif, maamiltoota keenya abdii nuun qabaniif fi uummata hundaaf ayyaana hiika amantii isaa eege, kan eebbaa fi badhaadhinaa isiniif haa ta’u. ​Ayyaana Gaarii! ​እንኳን ለጌታችንና ለመድኃኒታችን ለኢየሱስ ክርስቶስ የትንሳኤ በዓል በሰላም አደረሳችሁ! ​ትንሳኤ ሞትን ድል አድርጎ የመነሳት፣ የጨለማው ዘመን አልፎ የብርሃን ወገግታ የታየበት እና ለሰው ልጆች ሁሉ አዲስ ተስፋ የታወጀበት ታላቅ የድል በዓል ነው። ይህ በዓል ከውድቀት መነሳትን፣ ከመቃብር መውጣትንና አዲስ ሕይወትን እንደሚያበስር ሁሉ፤ እኛም በሥራችንና በራዕያችን ሁልጊዜ የታደሰ መንፈስ ይዘን ለመጓዝ መነሳሳትን የምናገኝበት ወቅት ነው። ​ድርጅታችን ይህንን መንፈሳዊ ትርጉም መነሻ በማድረግ፣ ለሠራተኞቹና ለደንበኞቹ የሚሰጠውን አገልግሎት ይበልጥ በማሳደግና በታማኝነት በመሥራት አገራዊ ግዴታውን ለመወጣት ቃል ይገባል። ለሠራተኞቻችን፣ ለደንበኞቻችን እና ለመላው የክርስትና እምነት ተከታዮች በሙሉ በዓሉ የሰላም፣ የፍቅርና የበረከት እንዲሆንላችሁ ከልብ እንመኛለን። ​መልካም የትንሳኤ በዓል! ​Happy Easter 2026 – Celebrating the Triumph of Life! ​Easter is the ultimate symbol of victory over death and the renewal of hope. It marks the profound moment when light overcame darkness, offering humanity a new beginning and eternal promise. This sacred day teaches us that through faith and perseverance, every challenge can be overcome, and every end is but a new beginning. ​Drawing inspiration from this message of resurrection, our corporation remains committed to building a brighter future with integrity and excellence. As we celebrate this season of grace, we extend our heartfelt gratitude to our hardworking employees and loyal clients. May the spirit of Easter bring peace to your homes and prosperity to your endeavors.

photo content
+2

photo content
+9

photo content
+9

photo content
+9

#Beeksiisa ! Korporeeshiniin Ijaarsa Oromiyaa Wiirtuuwwan Oomisha Galteewwan Ijaarsaa qabu hunda keessatti oomishaalee qulqullinaan ISO irraa beekamtii argatan kanneen akka:- 💦Bilookeetii Gosa Addaa Addaa 💦Teeraazoo " " " 💦Taayilsii " " " 💦Shakakkee (Cirracha) Wiirtuuwwan isaa 📍Adaamaa 📍Dukam 📍Calcal 📍Mattuu 📍Arjoo irratti oomishaman gatii giddu galeessaan gabaaf dhiheessa jira. Oomishalee kanneen wiirtuuwwan Korporeeshinichaarra bitachuu kan dandeessan ta'u isin beeksisa. OCC — Furmaata Hunda Galeessaaf ! Odeeffannoowwan Dabalataaf Facebook: https://www.facebook.com/share/1CY4oo2iiS/ Tiktok: https://www.tiktok.com/@occ4solutions?_r=1&_t=ZS-944VdXmAC4T Telegram: https://t.me/Oroconsncorprn Youtube: https://www.youtube.com/@OCCplus

photo content
+3

photo content
+9

Ijaarsi Buufata Konkolaataa Qindaawaa Asallaa sadarkaa xumuraa qaqqabe. Finfinnee, Bitooteessa 19, 2018 (OCC)- Ijaarsi Buufata Konkolaataa Qindaawaa Asallaa sadarkaa xumuraa qaqqabeera jedhan Hoji Gaggeessaan Ijaarsa Piroojeektichaa Injiinar Seenaayad Taammiraat. Korporeeshinii Ijaarsa Oromiyaan ijaaramaa kan jiru Buufatni Konkolaataa Qindaa'a Asallaa baasii Birrii Miiliyoona 800 fi miiliyoona 36 fi kuma 600 hojjetamaa jiraachuu kan himan Injiinar Seenaayad Taammiraat, wayita ammaa ijaarsi pirojektichaa sadarkaa xumuraa irra gahu dubbatan. Piroojeektichi xumuramee rakkoo geejjibaan wal qabatee mul'atu bu'uura irra akka furuuf Korporeeshiniin Ijaarsa Oromiyaa xiyyeeffannoon hojjeta jiraachuu himuun ji'oottan itti aanan keessatti tajaajila ni eegalas jedhan. Buufanni konkolaataa kun bifa ammayyaan kan ijaaraameefi tajaajiloota kanneen akka Kaafteeriyaa, Mana Qorichaa, Baankii, Suuqiiwwan, Buufata boba’aa fi tajaajiloota biroo kan of keessatti haammate ta'us kaasaniiru. OCC - Furmaata Hunda Galeessaaf ! Odeeffannoowwan Dabalataaf Facebook: https://www.facebook.com/share/1CY4oo2iiS/ Tiktok: https://www.tiktok.com/@occ4solutions?_r=1&_t=ZS-944VdXmAC4T Telegram: https://t.me/Oroconsncorprn Youtube: https://www.youtube.com/@OCCplus

photo content

As we mark the end of the holy month of Ramadan, a time of profound reflection, discipline, and spiritual growth, I want to extend my most heartfelt Eid Mubarak to our employees, partners, and the entire community. ​At Oromia Construction Corporation (OCC), we believe that our greatest strength lies in our diversity and the shared values that bring us together. This Eid is not just a celebration of breaking the fast, but a celebration of the kindness, perseverance, and togetherness that define us. May this blessed day bring you and your families peace, abundant prosperity, and lasting happiness. Let us carry the spirit of Ramadan—gratitude and compassion—into everything we do. ​ Engineer Ashenafi Daba Abdi CEO of Oromia Construction Corporation Xumura ji'a qulqulluu Ramadaanaa, kan irratti xiinxallii gad-fagoo, of-qabannoo fi guddina hafuuraa itti agarsiisne hordofuun, maqaa kootiinii fi maqaa Korporeeshinii Ijaarsa Oromiyaatiin, baga ayyaana Id-al-Faxirii nagaan geessan jechuun barbaada. ​Nuti Manaajimantii fi hojjattootni Korporeeshinii Ijaarsa Oromiyaa, humni keenya inni guddaan garaagarummaa keenya kabajuu fi duudhaalee nu tokkoomsu irratti kan hunda’eedha jennee amanna. Ayyaanni kun sooma hiikuu qofa osoo hin taane, hiika gaarummaa, obsaa fi tokkummaa nu gidduu jiru kan itti mirkaneessinudha. Ayyaanni eebbifamaan kun isiniif, maatii keessaniif nagaa, badhaadhina fi gammachuu itti fufiinsa qabu akka fidu nan hawwa. Eebbaafi gara-laafummaa ji'a Ramadaanaa keessa baranne hojii keenya hunda keessatti haa calaqqisiifnu. Id Mubaraak! ​Injiinar Ashannaafii Dhaabaa Abdii Hoji Raawwachiisaa Olaanaa Korporeeshinii Ijaarsa Oromiyaa የመረዳዳት፣ የትዕግስት እና የጽናት ወር የሆነው የረመዳን ጾም ተጠናቆ ለታላቁ የዒድ አልፈጥር በዓል እንኳን በሰላም አደረሳችሁ። እኔና በኦሮሚያ ኮንስትራክሽን ኮርፖሬሽን ውስጥ የምንገኝ የስራ ባልደረቦቼ በሙሉ ለእናንተ፣ ለወዳጅ ዘመዶቻችሁ እና ለመላው የእስልምና እምነት ተከታዮች ልባዊ የእንኳን አደረሳችሁ መልዕክታችንን እናስተላልፋለን። ​በኦሮሚያ ኮንስትራክሽን ኮርፖሬሽን የእኛ ጥንካሬ ምንጩ ልዩነታችን እና እርስ በእርስ የምናሳየው አክብሮት እንደሆነ እናምናለን። ይህ በዓል የጾም መፍቻ ብቻ ሳይሆን፣ በመካከላችን ያለውን አንድነት፣ ፍቅር እና መልካምነት የምናከብርበት ወቅት ነው። ይህ የተቀደሰ ቀን ለሁላችሁም ሰላምን፣ ብልጽግናን እና ዘላቂ ደስታን ይዞላችሁ እንዲመጣ እመኛለሁ። በረመዳን ወር ያሳየነውን የመረዳዳት እና የደግነት መንፈስ ለወደፊትም በጋራ በምናደርጋቸው ስራዎች ሁሉ እንድንደግመው ጥሪዬን አቀርባለሁ። መልካም በዓል! እንጂነር አሸናፊ ዳባ ​የኦሮሚያ ኮንስትራክሽን ኮርፖሬሽን ዋና ሥራ አስፈፃሚ

photo content

Baga Ayyaana Iid Al-Faxrii kan bara kuma 1 fi 447 Nagaan Geessan ! Finfinnee, Bitootessa 10, 2018 (OCC) - Korporeeshiniin Ijaarsa Oromiyaa Hordoftoota Amantaa Isilaamaa Hundaan Baga Ayyaana EID Al Faxir kan bara kuma 1 fi 447 Nagaan Geessan jedha. Ayyaanichi kan jaalalaa fi kan badhaadhinaa akka isiniif ta'u hawwa. EID MUBARAK!! OCC-Furmaata Hunda Galeessaaf !

photo content
+4

photo content
+9

photo content
+9