ru
Feedback
Mindset Study

Mindset Study

Открыть в Telegram
3 483
Подписчики
-724 часа
-347 дней
-14230 день
Архив постов
በ2016 ዓ.ም. በሁለተኛ ደረጃ መልቀቂያ ፈተና የሚሰጡ የትምህርት አይነቶችን በሁለቱም ዘርፎች ስድስት፡ ስድስት የትምህርት አይነቶች እንዲሆኑ እንደሚከተለው ተወስኗል፡፡ ከተፈጥሮ ሣይንስ (Naturals) - English - Maths - Biology - Physics - Chemistry - SAT (Aptitude) ከማህበራዊ ሣይንስ (Socials) - English - Maths - History - Economics - Geography - SAT (Aptitude) የፈተና አወጣጡን በተመለከተ ከኢኮኖሚክስ በስተቀር ፈተናው የሚወጣው፡ - ከ9ኛ-11ኛ በነባሩ /በአሮጌው ስርአተ ትምህርት እና - 12ኛ ክፍል በአዲሱ ስርአተ ትምህርት ይሆናል:: የኢኮኖሚክስ ፈተና ብቻ ከ12ኛ ክፍል ብቻ ፈተናው ይዘጋጃል። ምንጭ፡ ትምህርት ሚኒስቴር ለክልል ትምህርት ቢሮ ከላከው የተወሰደ https://t.me/Educational_Entertainment

Ministeerri Barnootaa akkaataafi gosa barnootaa barattoonni kutaa 12ffaa bara 2016 qoramuu qaban irratti ibsa kenne. Buu'uuruma kanaan dameewwan lamaanuu ykn Dameen Saayinsii Hawaasaa fi Saayinsii Uumamaaf gosa barnootaa isaan qoraman irratti ministeerichi beeksiseera. Barattoota Saayinsii Uumamaaf 👇👇 Afaan Ingiliffaa Herrega Fiiziksii Keemistirii Baayoloojii fi Aptiituudii Yemmuu ta'u, Saayinsii Hawaasaaf Ammoo:- 👇👇 Afaan Ingilizii Herrega Seenaa Ji’ograafii Ikkoonomiksii Aptiituudii dha. #Hubachiisa 1.Qormaanni Ikkoonomiksii bara 2016 kutaa 12ffaa irraa qofa kan ba'u ta'a. 2. Gosa barnootaa Ikkoonomiksii irraa kan hafe gosti barnoota biroo kutaa 9-11ffaa irraa eegalee kaarikulamii duriin kan qophaa’u ta'a. 3.Gosti barnootaa kutaan 12ffaa  kaarikulamii haaraa amma barataa jirtan irraa kan ba'u ta'a. https://t.me/Educational_Entertainment

Dear Visitors As it is known "YouTube Channel" |Educational_Entertainment| on the 12th grade national examination |1995-2015| We have promised to prepare all the questions in chapters! Based on this, we #Enentrance_Exam_from |1995-2015| On #biology_grade_12_unit-3 We are remembering a short video for you! Today, we will post #part_2 in a wonderful way so please subscribe to our Youtube channel and stay tuned! #Thank you! https://www.youtube.com/@Educational_Entertainment1 ውድ ጎብኝዎች "የ YouTube ጣቢያ" ስለሚታወቀው, የትምህርት_አስተማር በ 12 ኛው ክፍል ብሄራዊ ምርመራ | 1995-2015 | በምዕራፍ ውስጥ ያሉትን ሁሉንም ጥያቄዎች ለማዘጋጀት ቃል ገብተናል! በዚህ መሠረት, እኛ #nynest_exam_from :05-2015 | በ # ባዮሎጂ_12_UNIT-1 እኛ አጭር ቪዲዮ እያሰብን ነው! ዛሬ, አስደናቂ በሆነ መንገድ # ከፊል_2 እንለጥፋለን ስለሆነም እባክዎን ለ YouTube ጣቢያችን ይመዝገቡ እና እንደገና ለመመዝገብ! #አመሰግናለሁ! https://www.youtube.com/@Educational_Entertainment1 kabajamtootaafi jaalatamtoota daawwattoota keenya akkuma beekkamu "YouTube channel" |Educational_Entertainment| irratti qormaata biyyooleessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa |1995-2015| tti gaafiilee jiran hunda boqonna boqonnaan qindeessee isiniif qopheessuuf waadaa isiniif galuun keenya ni yaadatama! kana bu'uura godhachuun nutiis #ENTRANCE_EXAM_FROM |1995-2015| ON #BIOLOGY_GRADE_12_UNIT-3 Video gabaabduu takka isiniif hojjachuuf keenya ni yaadatama! Har'a immoo bifa ajaa’iba ta’een #part_2 isiniif maxxansina kanaafuu YouTube keenya Subscribe gidhaa obsaan nu eegaa isiniin janna! #Galatoomaa! https://www.youtube.com/@Educational_Entertainment1

𝑪𝑯𝑨𝑨𝑵𝑨𝑨𝑳𝑰𝑰 𝑨𝑲𝑲𝑨𝑴𝑰𝑰 𝑩𝑨𝑹𝑩𝑨𝑨𝑫𝑫𝑼𝑼⁉️ 𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️ 5K+ 𝐒𝐮𝐛𝐬𝐜𝐫𝐢𝐛𝐞𝐫𝐬 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝒓: @Rafiqul_Islaam

#BIOLOGY_GRADE_12_UNIT-3 ENTRANCE EXAM WITH DETAILS EXPLANATIONS FROM 1995-2015 Kabajamtootaafi jaalatamtoota maatiiwwaan jaanaalii keenyaa sagantaa ammaan duraa keessatti Gaafiilee Entrance bara 1995-2015tti jiran irraa muraasa isaanii waliin ilaallee turre, Warri hin ilaalin YouTube keenya jala seenaa daawwadhaa! Akkasuma Har'a sa'aatii 11:30 irratti #part-2 isiniif maxxansina. Hammasitti channel keenya Subscribe gidhaa, obsaan nu eegaa isiniin janna!

harka kee Rabbiitti ol fuute kan kadhattu yeroo Rakkinaa fi  dhiphinaa qofa yoo tahe    kana mushrikonni duriillee waan godhaa darbaniidha... رَكِبُوا۟ فِى ٱلْفُلْكِ دَعَوُا۟ ٱللهَ مُخْلِصِينَ لَهُ ٱلدِّينَ فَلَمَّا نَجَّىٰهُمْ إِلَى ٱلْبَرِّ إِذَا هُمْ يُشْرِكُونَ﴾ Yeroo doonii yaabbatan, amantii Isaaf qulqulleessuun Allaah qofa kadhatu  Yeroo Inni gara dachiitti nagaan isaan baase immoo yeroma san (Rabbitti) qindeessu. Mu'uminni yeroo hunda Rabbii isaa kadhata  yeroo nagaas tahe yeroo rakkinaa. Yoo Rabbii kee waliin yeroo nagaa wal bartee, yeroo rakkinaa si beeka 👤 Rafiiqul Islaam      🏠Geeraa🏠 🆔 CODE #51 Plzzz...Share naaf godhaa.🙏🙏 👍Dorgommii irratti hirmaatuf👍                          Join                        👇👇👇             ╔══━▒๑•ั🌹•ั๑▒━━═╗                   @DeraJemea                   @DeraJemea                   @DeraJemea           ╚═━━▒๑•ั⭐️•ั๑▒━══                        👆 👆👆 Erguuf @Derajemea99_bot    

𝑪𝑯𝑨𝑨𝑵𝑨𝑨𝑳𝑰𝑰 𝑨𝑲𝑲𝑨𝑴𝑰𝑰 𝑩𝑨𝑹𝑩𝑨𝑨𝑫𝑫𝑼𝑼⁉️ 𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️ 5K+ 𝐒𝐮𝐛𝐬𝐜𝐫𝐢𝐛𝐞𝐫𝐬 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫 @Rafiqul_Islaam

Repost from BURQAA BEEKUMSAA
CHAANAALII GURGURTAA Namni chaanaalii bituu barbaaddan dafaa na qunnamaa caarraan kun akka isin hin dabarfannee 11.7K 2.5K 2.
CHAANAALII GURGURTAA Namni chaanaalii bituu barbaaddan dafaa na qunnamaa caarraan kun akka isin hin dabarfannee 11.7K 2.5K 2.2K 2.1K 1.7K Namni bituu fedha qabdan yeroo dhuftan kallattiidhaan gara haajaa keessanii seenaa!!! Karaa kanaan na qunnamaa ══════════ Contact info: Channel- @GurgurtaaChaanaalii Phone Number - 0901347788 Username - @Rafiqul_Islaam Email - Furkanawel440@gmail.com

harka kee Rabbiitti ol fuute kan kadhattu yeroo Rakkinaa fi  dhiphinaa qofa yoo tahe    kana mushrikonni duriillee waan godhaa darbaniidha... رَكِبُوا۟ فِى ٱلْفُلْكِ دَعَوُا۟ ٱللهَ مُخْلِصِينَ لَهُ ٱلدِّينَ فَلَمَّا نَجَّىٰهُمْ إِلَى ٱلْبَرِّ إِذَا هُمْ يُشْرِكُونَ﴾ Yeroo doonii yaabbatan, amantii Isaaf qulqulleessuun Allaah qofa kadhatu  Yeroo Inni gara dachiitti nagaan isaan baase immoo yeroma san (Rabbitti) qindeessu. Mu'uminni yeroo hunda Rabbii isaa kadhata  yeroo nagaas tahe yeroo rakkinaa. Yoo Rabbii kee waliin yeroo nagaa wal bartee, yeroo rakkinaa si beeka 👤 Rafiiqul Islaam      🏠Geeraa🏠 🆔 CODE #51 Plzzz...Share naaf godhaa.🙏🙏 👍Dorgommii irratti hirmaatuf👍                          Join                        👇👇👇             ╔══━▒๑•ั🌹•ั๑▒━━═╗                   @DeraJemea                   @DeraJemea                   @DeraJemea           ╚═━━▒๑•ั⭐️•ั๑▒━══                        👆 👆👆 Erguuf @Derajemea99_bot    

𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐉𝐚𝐥𝐪𝐚𝐛𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢𝐟 𝐌𝐚𝐝𝐢𝐢𝐧𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐈𝐦𝐚𝐚𝐦𝐚 𝐓𝐚'𝐮𝐮𝐧 𝐌𝐮𝐬𝐥𝐢𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐒𝐚𝐠𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐞 𝐄𝐞𝐧𝐲𝐮𝐮?

#EDUCATIONAL_ENTERTAINMENT Oduu gammachiisaa Furtuu milkaa’inaa barattoota keenya maraaf! Akkuma beekkamu You Tube channel keenya (Educational_Entertainment1) irratti bifa video gaafiilee qormaata biyyooleessaa (Entrance Exam) bara barnootaa 1995-2015 tti jiran gosa barnootaa hunda irratti boqonna boqonnaan qindeessee ibsa ballaa wajjiin isiniif qopheessuu eegallee jirra, kanaafuu barattoonni keenya nu faana tahaan afeerraa teenya tan kabajaati!

harka kee Rabbiitti ol fuute kan kadhattu yeroo Rakkinaa fi  dhiphinaa qofa yoo tahe    kana mushrikonni duriillee waan godhaa darbaniidha... رَكِبُوا۟ فِى ٱلْفُلْكِ دَعَوُا۟ ٱللهَ مُخْلِصِينَ لَهُ ٱلدِّينَ فَلَمَّا نَجَّىٰهُمْ إِلَى ٱلْبَرِّ إِذَا هُمْ يُشْرِكُونَ﴾ Yeroo doonii yaabbatan, amantii Isaaf qulqulleessuun Allaah qofa kadhatu  Yeroo Inni gara dachiitti nagaan isaan baase immoo yeroma san (Rabbitti) qindeessu. Mu'uminni yeroo hunda Rabbii isaa kadhata  yeroo nagaas tahe yeroo rakkinaa. Yoo Rabbii kee waliin yeroo nagaa wal bartee, yeroo rakkinaa si beeka 👤 Rafiiqul Islaam      🏠Geeraa🏠 🆔 CODE #51 Plzzz...Share naaf godhaa.🙏🙏 👍Dorgommii irratti hirmaatuf👍                          Join                        👇👇👇             ╔══━▒๑•ั🌹•ั๑▒━━═╗                   @DeraJemea                   @DeraJemea                   @DeraJemea           ╚═━━▒๑•ั⭐️•ั๑▒━══                        👆 👆👆 Erguuf @Derajemea99_bot    

harka kee Rabbiitti ol fuute kan kadhattu yeroo Rakkinaa fi  dhiphinaa qofa yoo tahe    kana mushrikonni duriillee waan godhaa darbaniidha... رَكِبُوا۟ فِى ٱلْفُلْكِ دَعَوُا۟ ٱللهَ مُخْلِصِينَ لَهُ ٱلدِّينَ فَلَمَّا نَجَّىٰهُمْ إِلَى ٱلْبَرِّ إِذَا هُمْ يُشْرِكُونَ﴾ Yeroo doonii yaabbatan, amantii Isaaf qulqulleessuun Allaah qofa kadhatu  Yeroo Inni gara dachiitti nagaan isaan baase immoo yeroma san (Rabbitti) qindeessu. Mu'uminni yeroo hunda Rabbii isaa kadhata  yeroo nagaas tahe yeroo rakkinaa. Yoo Rabbii kee waliin yeroo nagaa wal bartee, yeroo rakkinaa si beeka 👤 Rafiiqul Islaam      🏠Geeraa🏠 🆔 CODE #51 Plzzz...Share naaf godhaa.🙏🙏 👍Dorgommii irratti hirmaatuf👍                          Join                        👇👇👇             ╔══━▒๑•ั🌹•ั๑▒━━═╗                   @DeraJemea                   @DeraJemea                   @DeraJemea           ╚═━━▒๑•ั⭐️•ั๑▒━══                        👆 👆👆 Erguuf @Derajemea99_bot    

Repost from BURQAA BEEKUMSAA
🅱REAKING NEWS Ati Barataadha Taatee Chaanaalota Kana Hin Qabdu Taanaan Homaayyuu Hin Qabduu!!! Maarree Furmaanni Isaa Kunootii Join Kan Jedhu Tuqii Ittiin Barnoota Argadhuu!!! Namni Chaanaalii bituu barbaaddan asirratti argachuu dandeessuu https://t.me/GurgurtaaChaanaalii 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇