cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Musa.H.Ⓜ️.Law Room

A blog About Ethiopian Law and Free legal education

Больше
Рекламные посты
6 922
Подписчики
+2424 часа
+1807 дней
+73130 дней
Время активного постинга

Загрузка данных...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Анализ публикаций
ПостыПросмотры
Поделились
Динамика просмотров
01
Media files
2003Loading...
02
📎Qajeelfama Keessummeessa Qabiyyee Lafa Magaalaa Ragaa Hin Qabnee fi Ijaarsa Seeraan Alaa Sirna Qabsiisuuf Bahe,Lakk.05/2008
1623Loading...
03
𝐌𝐮𝐫𝐭𝐢𝐢 𝐃𝐡𝐚𝐝𝐝𝐚𝐜𝐡𝐚 𝐈𝐣𝐢𝐛𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐃𝐡𝐢𝐦𝐦𝐚 𝐀𝐫𝐚𝐚𝐫𝐚𝐧 𝐃𝐡𝐮𝐦𝐚𝐭𝐞 𝐈𝐥𝐚𝐚𝐥𝐜𝐡𝐢𝐬𝐮𝐮𝐧 𝐌𝐮𝐫𝐭𝐞𝐞𝐬𝐞. Dhaddachi Ijibbaataa mana murtii waliigalaa federaalaa lakkoofsa galmee 196228 ta'e irratti waliigalteen araaraa bitaa mirga irratti mirgaa fi dirqama kan gatu waldhabdee uumameef gama furmaata kennuutiin akka Murtiitti lakkaa'amee dhimma waliigalteen xumurame irra deebi'amee sababa himannaa ta'ee akka hin dhiyaanne dhoorkuuf bu'aa kan qabu ta'us waliigalteen kun hanga mana nurtii dhiyaatee bu'uura seera adeemsa falmii hariiroo hawaasaa keewwata 277 tiin hin mirkanoofnetti akka nurtiitti lakkaa'amee raawwiif hin dhiyaatu jechuun murtii dirqisiisaa kannee jira. Yoo namoonni lama fi isaa ol akkaataa seera haiiroo hawaasaa keewwata 3307-3324 jalatti tumamee jiruun waliigaltee araaraa taasiisuun qaama sadaffaa dhimma isaan irratti waliif galan irratti murtii dirqisiisaa kennu filatanii dhimma isaanii haala kanaan murtii araaraa qaama sadaffaatin xumuratan ta'e immoo waliigalteen araaraa haala kanaan raawwatame bu'ura SDFHH keewwata 277 ttiin mana murtiiti dhiyaate mirkaneessuun osoo hin barbaachifne akkaataa SDFHH keewwata 319 jalatti tumamee jiruun akkuma murtii manni murtii murteesse tokkootti mana murtiiti dhiyaate raawwatamu danda'a. ✍
1 08928Loading...
04
Media files
9934Loading...
05
Media files
1 07713Loading...
06
Media files
1 1260Loading...
07
Himatni Doonaald Tiraamp 34, kan akka malee abbootii seeraa mufachiisee fi ragaa baatota hedduu hiriirsise ture. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/JiojRK0
1 0782Loading...
08
Iraan keessatti adabbiin du'aa raawwatame heddummaachuun, bara 2023 akka addunyaatti lakkoofsi namoota du'aan adabamanii akkaan akka dabalu taasiseera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/tlEpkb6
9970Loading...
09
Media files
1 1902Loading...
10
Media files
1 2012Loading...
11
jirtuu?Wixinee Dambii ittiin Bulmaata Waldaa Wal gargaarsaa Ogeessota Seeraa Naannoo Oromiyaa kan jedhu wixineen jalqabaa kunooti. ilaaluun yaada keessan irratti kennaa. ulfaadhaa
10Loading...
12
Media files
1 2506Loading...
13
Media files
1 39310Loading...
14
Seerota Bulchiinsa Investimentii Mootummaa FDRIfi Naannoo Keenyaa: Waldiddaa Dhimmoota Investimentii Hiikuu Keessatti Qaamoleen Gahee Qaban Eenyu fa'aati?     Desalegn B.
9835Loading...
15
Media files
1 3144Loading...
16
Media files
1 98419Loading...
17
Media files
1 6112Loading...
18
የኢሰመጉ 40ኛ መደበኛ መግለጫ የኢሰመጉ የሰብዓዊ መብቶች ጥሰቶች ምርመራ ግኝቶች ዓመታዊ መግለጫ የኢሰመጉ 40ኛ መደበኛ መግለጫ-ግንቦት 20/2016 ዓ.ም ቻናላችንን ለመቀላቀል ከታች ያለውን ማስፈንጠሪያ ይንኩ። https://t.me/ehrcow
1 2351Loading...
19
Lecture on law of evidence (Arsi University law School) By Elias Kasa -May 30-2024 https://t.me/eluLaw
7794Loading...
20
Media files
1 7713Loading...
21
Media files
4 89150Loading...
22
jirtuu?Wixinee Dambii ittiin Bulmaata Waldaa Wal gargaarsaa Ogeessota Seeraa Naannoo Oromiyaa kan jedhu wixineen jalqabaa kunooti. ilaaluun yaada keessan irratti kennaa. ulfaadhaa
1 1982Loading...
23
SANADA CAALBASII IDILEE (SCI) BITTAA IJAARSAA CAALBASII IFAA BIYYOOLESSAA BIIROO MAALLAQAA OROMIYAATIIN QOPHAA’E
8325Loading...
24
Murtii Dhaddacha Ijibbaataa MMW Oromiyaa lakk. galmee 453309 gaafa 13/9/2016 sagalee calmaan kenne. 👉Labsiin Too'annaa Gabaa fi Qulqullina Bunaa Federaalaa labsiin lakk. 1051/2017 dhimma yakkaa qulqullinaafi daldala bunaan walqabate naannoo Oromiyaa keessatti raawwatameef raawwii hin qabu. labsiin roggummaa qabu labsii 234/2013 baheedha. 👉sagalee addaas qaba dubbisa. 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/eluLaw 🤔🤔🤔🤔🤔🤔
8057Loading...
25
Media files
1 5014Loading...
26
Aksiyoonni (Share) Gosoota Adda Addaa Qabamoo Hin Qabu? Gurgurtaan Aksiyoonaa Seera Fuulduratti Fudhatama Qabu Raawwatameera Jedhamuuf Waliigalteen Raawwatamee Waraqaan Ragaa Aksiyoonaa (Certificate of Share) Bitataaf Kennamuun Gahaadhamoo Maqaa Nama Bitateetiin Galmaa’uu Qaba? Yoo Galmaa’uu Qaba Ta’e Galmee Kam Irratti? Dhaddachi Ijibbaataa MMWF Gama Kanaan Waan Murteesse Qabaa?                  Desalegn B.
1 2587Loading...
27
Media files
5 26624Loading...
Repost from Firew Law Office
📎Qajeelfama Keessummeessa Qabiyyee Lafa Magaalaa Ragaa Hin Qabnee fi Ijaarsa Seeraan Alaa Sirna Qabsiisuuf Bahe,Lakk.05/2008
Показать все...
👍 3
𝐌𝐮𝐫𝐭𝐢𝐢 𝐃𝐡𝐚𝐝𝐝𝐚𝐜𝐡𝐚 𝐈𝐣𝐢𝐛𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐃𝐡𝐢𝐦𝐦𝐚 𝐀𝐫𝐚𝐚𝐫𝐚𝐧 𝐃𝐡𝐮𝐦𝐚𝐭𝐞 𝐈𝐥𝐚𝐚𝐥𝐜𝐡𝐢𝐬𝐮𝐮𝐧 𝐌𝐮𝐫𝐭𝐞𝐞𝐬𝐞. Dhaddachi Ijibbaataa mana murtii waliigalaa federaalaa lakkoofsa galmee 196228 ta'e irratti waliigalteen araaraa bitaa mirga irratti mirgaa fi dirqama kan gatu waldhabdee uumameef gama furmaata kennuutiin akka Murtiitti lakkaa'amee dhimma waliigalteen xumurame irra deebi'amee sababa himannaa ta'ee akka hin dhiyaanne dhoorkuuf bu'aa kan qabu ta'us waliigalteen kun hanga mana nurtii dhiyaatee bu'uura seera adeemsa falmii hariiroo hawaasaa keewwata 277 tiin hin mirkanoofnetti akka nurtiitti lakkaa'amee raawwiif hin dhiyaatu jechuun murtii dirqisiisaa kannee jira. Yoo namoonni lama fi isaa ol akkaataa seera haiiroo hawaasaa keewwata 3307-3324 jalatti tumamee jiruun waliigaltee araaraa taasiisuun qaama sadaffaa dhimma isaan irratti waliif galan irratti murtii dirqisiisaa kennu filatanii dhimma isaanii haala kanaan murtii araaraa qaama sadaffaatin xumuratan ta'e immoo waliigalteen araaraa haala kanaan raawwatame bu'ura SDFHH keewwata 277 ttiin mana murtiiti dhiyaate mirkaneessuun osoo hin barbaachifne akkaataa SDFHH keewwata 319 jalatti tumamee jiruun akkuma murtii manni murtii murteesse tokkootti mana murtiiti dhiyaate raawwatamu danda'a. ✍
Показать все...
👍 17
Фото недоступноПоказать в Telegram
👍 6
Himatni Doonaald Tiraamp 34, kan akka malee abbootii seeraa mufachiisee fi ragaa baatota hedduu hiriirsise ture. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/JiojRK0
Показать все...
Yakkamaa kan jedhaman Tiraamp filannoo pirezidaantummaa irratti hirmaachuu danda'uu?

Himatni Doonaald Tiraamp 34, kan akka malee abbootii seeraa mufachiisee fi ragaa baatota hedduu hiriirsise ture.

4
Iraan keessatti adabbiin du'aa raawwatame heddummaachuun, bara 2023 akka addunyaatti lakkoofsi namoota du'aan adabamanii akkaan akka dabalu taasiseera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/tlEpkb6
Показать все...
Adabbii du'aa bara 2023 akka addunyaatti raawwatame keessaa Iraan %74 qooddatti- Amnestii

Iraan keessatti adabbiin du'aa raawwatame heddummaachuun, bara 2023 akka addunyaatti lakkoofsi namoota du'aan adabamanii akkaan akka dabalu taasiseera.

Фото недоступноПоказать в Telegram
👍 5