Mulisa Ejeta Walene ሙሊሳ ኤጄታ ወለኔ
Открыть в Telegram
620
Подписчики
Нет данных24 часа
+67 дней
+1730 дней
Архив постов
Repost from Minda Girma Law Office ምንዳ ግርማ ህግ ቢሮ 0910126619
ይህ ረቂቅ ጽሑፍ ነው። ለሕግ መጽሔት ሕትመት የታሰበ በመሆኑ ብቁነቱን ለማረጋገጥና ጥራቱን ለመጠበቅ ሙያዊ ትችት ያስፈልገዋል ብዬ አሰብኩ!!
@አልማው ወሌ
Repost from Gonfa Atoma
Seera Deemsa Falmii Yakkaa fi Ragaa Gaazexaa Seeraa (Nagaariit) irratti maxxanfameedha.
ነጋሪት ጋዜጣ ላይ ታትም የወጣ አዲሱ የወንጀል ሕግ ሥነ ሥርዓት እና የማስረጃ ሕግ ነው።
Repost from Mulugeta F.Binegde
Mirgi deebii dhiyeeffachuu himatamaa kan bira dabrame yoo ta’es, himatamaan guyya dhagaha falmiitti dhiyaatee- dhimmi himataan dhiyeesse dhimma gar gar qoodamee dhiyaate waan ta’eef bu’uura SDFHH keewwata 216 tiin kufaadha jechuun mormii sadarkaa duraa afaaniin yoo dhiyeesse- Manni Murtii mormicha ilaalee ajaja barbaachisaa kennuu danda’a.Mormiin sadarkaa duraa aangoo hundee dubbii Mana Murtii fi mormiin SDFHH keewwata 5 bu’uureffatee dhiyaatus haala wal fakkaataadhaan keessummaa’uu danda’a.
Repost from Desalegn B.
Barreeffama Gabaabaa Mata Duree "በግንባታ ውል ክርክር ላይ በተሰጡ ፍርዶች ላይ የቀረበ አስተያየት" Jedhuun Ogeessa 'ፋሲል ታደሰ' Jedhamuun Barreeffame. 👉Barreeffamichi kan ture ta'us hawwataadha; seenaanis irraa baratama. Join:-@desberofMM Desalegn B.
Repost from Desalegn B.
Barreeffama Gabaabaa Mata Duree "አርክቴክቶቹ፣ስቪል መሐንዲሶቹ እና የሕግ ባለሙያዎቹ" Jedhuun Ogeessi 'ፋሲል ታደሰ' Jedhamu Barreesse. Join:-@desberofMM Desalegn B.
Repost from Desalegn B.
"Arkitektichi (Diizayinerichi) haala addaatiin waliigaltee isaaniitiin bu'aa nan fida jedhee dirqama yoo seene malee bu'aa fiduu dhabuu isaatiin itti hin gaafatamu. Hariiroon kun hariiroo abukaatoofi maamila, akkasumas ogeessa yaalaafi dhukkubsataa gidduu jiru waliin walfakkaataadha. Gama birootiin, akkaataa waliigaltee ijaarsaatti itti gaafatamummaan kontiraakteraa bu'aa fiduudha. Kontiraakterri, sanadoota garaagaraa ijaarsa gaggeeffamu ibsan sirriitti hordofuun, akkasumas seerota rogummaa qaban kan waliigaltee ijaarsaa abbooman kabajuun ijaarsicha xumuree harkaan gahuuf dirqama qaba. Hojjechiisaan hojiin diizayiniidhaan ibsame dhugumatti lafa bu'ee kan hojjechuu danda'u ta'uu kontiraakteraaf mirkaneessuuf (wabummaa kennuuf) dirqama hin qabu. Kontiraakterri diizayinoota qorachuufi dogoggoroota ogeessaan adda bahuu danda'an hojjechiisaa isaatiif ykn injinera gorsaadhaaf beekisuu qaba. Dirqamni kun yeroo ammaa kanatti Labsii Gamoo Lakk.624/2001 kwt 53(1)(b) jalatti ifatti tumamee argama" (Barreeffama Gabaabaa Mata Duree "አርክቴክቶቹ፣ስቪል መሐንዲሶቹ እና የሕግ ባለሙያዎቹ" Jedhuun Ogeessi 'ፋሲል ታደሰ' Jedhamu Barreesseefi olitti (👆👆👆) dhoobame keessaa kan fudhatame) Hubachiisa: 👉Labsiin Lakk.624/2001 Labsii Lakk.1356/2017 fooyya'ee jira. 👉Sirnoota (Caaseffamoota) Piroojektiin Ijaarsaa Ittiin Raawwataman (Project Delivery Systems), kanneen akka Design-Bid-Build (DBB) fi Design-Build (DB) ilaalchisee ogeeyyiin garaagaraa bifa garaagaraatiin kan ibsan ta'ullee barreeffamni kun seenaa isaaniis dabalatee kan ibsuufi caalmaatti ifadha. Join:-@desberofMM Desalegn B.
Repost from Desalegn B.
Seera Deemsa Falmii Yakkaafi Ragaa FDRI Haarayaa የኢትዮጵያ ፌዴራላዊ ዴሞክራሲያዊ ሪፐብሊክ የወንጀል ሕግ ሥነ ሥርዐት እና የማስረጃ ሕግ (Madda: Chaanaalii Tgm 'The Legal Oracle' jedhu irraa kan fudhatame) 👉Bifa koodiitiin qophaa'uun ala Gaazexaa Nagaritii irratti kan maxxanfame ta'uufi dhabuun ifa miti. Join:-@desberofMM Desalegn B.
Repost from Desalegn B.
This article, titled "When the Expert Turns into a Witch: Use of Expert Opinion Evidence in the Ethiopian Justice System," is written by Simeneh Kiros Assefa & Cherinet Hordofa Wetere. 👉It is worth reading! Join:;-@desberofMM Desalegn B.
Karoora Hojii Gannaa Manneen murtii Oromiyaa 2018 2019.pdf
Karoora Hojii Gannaa Manneen Murtii Waliigalaa Oromiyaa
