cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Mul'aata fi Kayyoo ofii beekun Daandii Milkaa'inati (knowing our vision & goal is the road to succeed)

Kayyoon chaanalii kana dhaloota mul'aata fi Kayyoo ofii beeku horaachudha

Больше
Страна не указанаЯзык не указанКатегория не указана
Рекламные посты
189
Подписчики
Нет данных24 часа
Нет данных7 дней
Нет данных30 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Urgent Notice August 14, 2022 at burayu town there is New business owner orentation. The legend use the opportunity and started success road how with us? Don't miss the opportunity. Hagaayya 8-2014 Magaala buraayyuutti leenji orentation abbaa business of dandaa'e waan jiruuf irraa hin hafiina. Bektoonni carraa argaatan ittii fayyaadamun deemsaa milkaa'ina egaalaniru isin hoo? Akkaa isin hin dabaarre.
Показать все...
Enjoy business
Показать все...
"Guyyaan boru kan warraa har'a qophaa'aniti" Malkom #Kun carraa Warqeedha bektoonni dafaani egaalaniru atis yeroo qabda kottaa wajjiin hojjeenna wajjiin milkoofnan dhaamsa kooti. Fagaatani ilaalu caala itti dhiyaatani ilaalun hubaannoo guutu argaadha. Warrii waansa gaffii isiinitti uume kessaan na dubbisa Bilb ...+251922303703
Показать все...
DHALANNEE YOO BANNE, MALEE NU DHALOOTA HIN BANNE!!! ━━━━━━━━━━━━ ❏ Dhalli namaa eenyummaa guutuu fi namummaa guutuudhaan yommuu dhalatu addunyaa kanatti dhufa. Nama waan ittin jedhan hin qabnee fi waan namaan jedhu hin beeknetu gadameessa haadhaa keessaa gara addunyaa oduu gadhee fi gaariin guutamte kanatti gadi ba'a. ❏ Namni nama hamaa ta'ee dhalatu hin jiru, erga dhalatee booda hammeenya of keessatti guddisaa deema malee. ❏ Dhalli namaa yommuu dhalatu wantoota barbaachisoo fi murteessoo ta'an sadan armaan gadii wajjin dhalate. ➊) Sammuu qulqulluu wajjiin dhalata. ➋) Onnee qulqulluu wajjiin dhalata. ➌) Yaada garaa qulqulluu wajjin dhalata. ❏ Namni erga guddatee karaa qajeelaa irra jireenya isaa gaggeeffachuu akkamitti danda'a??? ⁃ Yaada qajeelaa qabaachuu fi yaaduu! ⁃ Namoota yaada qajeeltoo qaban waliin dabarsuu! ⁃ Yeroo hundumaa gaarummaa yaaduu fi karoorsuu! ⁃ Hammeenya irraa fagaachuu! ⁃ Waa'ee mataa ofii irratti xiyyeeffachuu fi jireenya ofii guyyuu sakkata'uu! ❏ Namni wantoota kana hundumaa yoo raawwate kaayyoo lafa kana irratti dhalateef guutummaatti raawwatee itti gammadee jireenya isaa gaggeeffachuu danda'a. IF WE ARE BORN AND LOSE, WE ARE NOT BORN!!! ━━━━━━━━━━━━ ❏ Human beings come into this world when they are born with full identity and full humanity. A person who has nothing to say and does not know what to say to others comes out of the womb into this world full of bad and good news. ❏ No one is born a bad person, but after birth he develops evil in himself. ❏ When human beings are born, they are born with the following three essential and crucial things. ➊) He is born with a pure mind. ➋) He is born with a pure heart. ➌) It is born with a pure heart. ❏ How can a person lead his life on the right path after growing up??? ⁃ Have a positive attitude and think! ⁃ Share with people who have a positive attitude! ⁃ Always think and plan for good! ⁃ Avoid evil! ⁃ Focus on yourself and check your life every day! ❏ If a person does all these things, he can live his life fully fulfilling the purpose for which he was born on earth. @HundaafJiradhuu ©From segni gudeta telegram channel
Показать все...
Namoonni tarkaanfi xiqqaadhan deemsa egaalan namoota gadii ta'aani deemsa dheeraa karoorsun har'a boruutti yeroo guban caalaa milkaa'odha. Kottaa yeroonis ammaa hallii mijaatanis ammuuma kan affeerames isiinuma wajjiin hojjeenne wajjiin milkoofna isiinin jedha carraa kanaatti fayyaadama. Yeroo kamiyyuu torrii keenya banaadha kessaan nu qunnaamu dandeessu #bilbila_+251922303703
Показать все...
Dhabbanni keenyaa Adeemsa akkanaa irraa Jira.Congraaaa baga gammadan STANDARD BANK OF SOUTH AFRICA waliin waligaltee mallattesse Jira .Deemsi keenyaa Kan dura caalaa yaa cimuu. Namoonnii halaala ilaalaa turtaan itti dhiyaadhan ammaas daddabalee dhamsaa kooti.For more information inbox me. #lets_work_together& succeed together is my message #Personal #Developmental #Training
Показать все...
Ashaama harkaa fuune jalaatamtoota channeeli kana maraaf oduu gammaachisa fudhee as siniif baheera dilbaata dhufu 10-11-2014 sagaanta leenjii ijaarsa dhunfaa ittii kennaamu buraayyu finfinneetti bifa hoo'a ta'en qophaa'e isiin eega jira abbaa business ta'u ni barbaaddu mul'aata kessaan hoo milkeessu ni feetu eyyeen yoo ta'e deebin kessaa carraan warqeen kuni akkaa isin hin baane itti fayyaadama. Odeefanno dabaalata Bilb +251922303703 Email: [email protected] Nu argaachu dandeessu #Don't miss the opportunity.
Показать все...
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.