cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Qeerroo Sabaa

Biyyaa Afaan qaaween diigaamtee qaweedhumaatuu ijaraa WBO force✊

Больше
Страна не указанаЯзык не указанКатегория не указана
Рекламные посты
255
Подписчики
Нет данных24 часа
Нет данных7 дней
Нет данных30 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

sticker.webp0.15 KB
Jaal Galmoo Oromoo fi Jaal #DaandiiElemoo Ijoolleen kunneen lameen miseensota woraana Bilisummaa oromooti. Qaruuxeewwan sabaa warra harka mirgaatiin Ulee dhiiraa Qaawwee) kilaashii qabatanii bakka dhiirti ooltu oolu. Of qusannaa,sodaafi rifaasuu tokko malee lalani lolchiisu.Qaamaan dirree lolaatti lixanii harka mirgaatiin dhukaasaa,harka bitaatiin Gabaasu,dirree kolaa keecha deemanii sagaleessanii olkaasanii,Bifa midhaagaafi hawwataa taheen,sochii WBO oolmaa,injifannoofi tarkaanfii woraanichi golee oromiyaa hunda keessatti fudhatuu fi galmeessu sagalee kiloolee Qillistuu sanaan lallabanii saba baldhaa gurra buusu. Mirgaan diina raasaa waxalaa kuffisaa,afaaniin immoo oolmaa WBO Qaaccessanii,bareechanii,calalanii,gabaabsanii Gurra hordoftoota,deeggartoota,mararfattootaa fi dinqisiifattoota woraana Bilisummaa oromoo Karaa #RaadiyooArraataBiyyoolessa oromiyaa tiin buusu.
Показать все...
#Canada nis Bilxiginnaa gante jechuudha? Dheengadduma kana mataan Bilxiginnaa Muummicha minister Canada waliin waan heddurratti waliif galle hin jennee? Kunoo Canadan inni jedhu sun kaleessa gara #Ethiopia hin imalinaa jettee Ibsa baaftee Jirti. Lammiilee Ishii as jiranis Daddafaa Bahaa jechaanii Jirti. 😁 Waliin galteen akkanaa Kun Cimee itti fufuu qaba jennagaa! Kaadren Bilxiginnaa nama kana amanuu isaanitu na ASAAZZANA ayii Yaa badhoo!
Показать все...
Akka Sabni Keenya Jaalatutti Qabsoofna Malee akka Ormi Nu Jaalatuuf Miti
Показать все...
Oromoo kiyya Abshiir yeroo geesse ni Injifanna! Amma gadaan keenya mataa ol qabadhaa!
Показать все...
Waraani Lixa Biftuu Nuu Bonsee Har'a 💪💪
Показать все...
@QeerrooSaba Mee wan kana qilleensarra nuf olchi Godina Harargee bahaa Aanaa Fadisitti Deeggarsa RIB jedhanii humnaan ummatarraa guuruun akkuma itti fufetti jira. Yeroo ammaa Qaallittiin kana dura Hooggantuu waajjira PP turtee dhiheenya kana immoo Bul.Aanaa Fadis taatee muudamte Soozit jedhamtu akkuma amma dura aangoof gaggabaa turte hoggaa hanqina isii tuqan boohuu fi shiraan aangoorra turuu jaalattu tun dhiyeenya kana hawaasa magaalaa hanga baadiyyaatti deeggarsa RIB humnaan funaanuuf murteessite kaabinee isii bobbaaftee maallaqa deeggarsaa bifa kanaan funaanuuf ummata cinqaa jirti. Baadiyyaa hanga magaalaatti warra konkolaataa qabu hunda dirqamaan mata mataatti karoorsiteefii @warra konkalaataa yuudii fi Tiraampi qabu qarshi 10,000(Kuma kudhan kudhan) @ warra daaynaa qabu qarshii 8,000 warra Tiraakteer qabu qarshii 6,000 warra baajaaj qabu qarshii 5,000 hatattamaan derggarsa raayyyaa ittisaaf hirmaachuu qabdan ja'anii lubbutti dhiibachaa jiran . Kana booda namni namni Deeggarsa RIB kennu hundi nama maallaqa isaatiin azaaba bitate ta'uu isaa ummanni akka hubatu dhaamnaaf.
Показать все...
Raayyaan ittissa Biyyaa inni Nuti Beeknu #WBO dhaa Inni biraa Raayyaa ittisa Aangooti
Показать все...
Yeroo Muraasa booda Oromiyaan kan ishee jaalatuu fi kan isheen Jaalattuun Bulti @WBO Abbaa Biyyaa
Показать все...
Falli Oromoon ammatti qabu ijoollee mataa daabee, qeerroo mataa guduu bira dhaabbachuu qofa!!
Показать все...
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.