Biiroo Barnoota Oromiyaa
1. OBN Education TV Position 8.0⁰ West Satellite Eutelsat/hotbard 8 West B Frequency 11512 Polarization Vertical Symbol rate 27500 2. MOE Television Position: 8.0⁰ West Satellite Eutelsat 8 West B Frequency 12520 Polarization Vertical Symbol rate:- 27500
Больше- Подписчики
- Просмотры постов
- ER - коэффициент вовлеченности
Загрузка данных...
Загрузка данных...
1. OBN Education TV Position 8.0⁰ West Satellite Eutelsat/hotbard 8 West B Frequency 11512 Polarization Vertical Symbol rate 27500 2. MOE Television Position: 8.0⁰ West Satellite Eutelsat 8 West B Frequency 12520 Polarization Vertical Symbol rate:- 27500
Dogoggora Uumamu irraa Ni Baratama, Ni Sirreeffamas; Qeeqa Dogoggoraatiif Immoo, Hubannoon Kennamuun Barbaachisaadha.-------------- BBO-Waxabajjii 17/2016 Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaafi 8ffaatiin walqabatee Afaan Ingilizii kutaa 8ffaa Biiroon Barnootaa Oromiyaa qoheesse dogoggora kan hin qabne yoo ta'u, namootni tokko tokko qormaata dogoggoraa maddi isaa hin beekamne miidiyaa hawaasaa irratti akka waan BBO'n qopheessee godhanii hafarsaa jiran sirrii akka hin taane beeksisuun barbaachisaadha. Waraqaan qormaataa biiroo keenyaa haala adda ta'een(barreeffama sirriitti hin mul'anneen Godinaalee/Magaalota ibsuun) kan qophaa'e waan ta'eef adda baafachuun ni danda'ama. Kanaafuu, #Qormaatni_Afaan_Ingilizii_kutaa_8ffaa_BBO'n #qopheesse_dogoggora_tokkollee_hin_qabu. Kan #fuula_miidiyaa_hawaasaa_irra naanna'u #kan_BBOtii_miti. Biiroon Barnootaa Oromiyaa qulqullina barnootaa mirkaneessuuf kallattii hundaan hojjataa kan jiru yoo ta'u, bu'aa barachuu barattootaa madaaluuf qormaatni qophaa'us hayyoota Yunivarsiitii muuxannoo olaanaan qabaniin kan qopheeffamu, ogeeyyota biiroo keenyaatiin kan gulaalamuufi icciitiin isaa karaa eegameen kan dhihaatudha. Haaluma kanaan BBO'n Gosoota qormaata kutaa 6ffaaf 9 , 8ffaaf immoo, 12, #walitti_gosoota_qormaataa (#booklet) #21 qulqullinaan qopheessuun barattoota #miiliyoona 1.4 ol nagaafi tasgabbiin qorsiisee xumuruun ni beekama. Haata'u malee, gosoota qormaataa(booklet) 21 qophaa'e keessaa waraqaa qormaataa #barnoota_Gadaa/Safuu Kutaa 6ffaa fuula tokkorratti dogoggorri qubee uumameera. Qormaatni kan qophaa'e barsiisota Yunivarsiitiitiin yoo ta'u, kan gulaalan oggeessa biiroo keenyaa ta'uun beekameera. Ogeessi waraqaa qormaataa barnoota Gadaa/Safuu gulaalan dogoggoraan fuula tokko irra waan utaalaniif dogoggorri qubee mul'ateera. Walumaa galatti, #dogoggora_qubee_uumameef #Dhiifama_gaafachaa, hojii fuuladura hojjatamuufis of eeggannoofi muuxannoon olaanaan irraa argatameera. #share t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa
1. OBN Education TV Position 8.0⁰ West Satellite Eutelsat/hotbard 8 West B Frequency 11512 Polarization Vertical Symbol rate 27500 2. MOE Television Position: 8.0⁰ West Satellite Eutelsat 8 West B Frequency 12520 Polarization Vertical Symbol rate:- 27500
Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!
🌐 Oduu - BBC News Afaan Oromoo BBC Afaan Oromoo irratti Oduu, odeessaa fi taateewwan haaraa Itoophiyaa, Afriikaa fi guutuu addunyaa irratti ta’an argattu Yeroo mara waan haaraa jiru baruuf gara keenya koottaa, waan isinitti dhagahamus nutti himaa. 📩
Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!
Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!
Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!
1. OBN Education TV Position 8.0⁰ West Satellite Eutelsat/hotbard 8 West B Frequency 11512 Polarization Vertical Symbol rate 27500 2. MOE Television Position: 8.0⁰ West Satellite Eutelsat 8 West B Frequency 12520 Polarization Vertical Symbol rate:- 27500
Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.