cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Muzeyan Abdurhaman official

Channalii kanarra waa hedduu argattu kaneen keessaa gors,wolaloo da'awaa,seenaa fi kkf Jion godha jzk YAADAAF @Muzaa4121 Irratti nu qunnam ⓕⓔⓒⓑⓞⓞⓚ https://www.facebook.com/100049923632579/posts/318946 ⓨⓞⓤⓣⓤⓑⓔ https://youtube.com/shorts/SQ8klmuXvi0?featu

Больше
Рекламные посты
7 343
Подписчики
+6424 часа
+4187 дней
+1 67830 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

🧶Chaanaalota   Akkamii  barbaadduu❓ Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa 🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ❓ ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ        𝐓𝐡𝐢𝐬 𝐈𝐬 𝐇𝐨𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧          𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦           𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬        --------------- 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬 10𝐊+ 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐖𝐚𝐯𝐞𝐫 @Rafiqul_Islaam
Показать все...
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐊𝐮𝐛𝐛𝐚𝐚
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐖𝐨𝐥𝐚𝐥𝐨𝐨
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐚𝐬𝐡𝐚𝐧𝐧𝐚𝐧𝐬𝐢𝐢𝐬𝐨𝐨
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐃𝐚'𝐚𝐰𝐚𝐚𝐥𝐞𝐞
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐃𝐢𝐧𝐪𝐢𝐬𝐢𝐢𝐬𝐨𝐨
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚𝐚
𝐇𝐨𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
𝐀𝐝𝐝 𝐀𝐥𝐥 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥
Maaltu sammuu kee si gubaa maaliif kophaa gubattaa: Dubbisii waa hubattaa: Amantii kee yaadattaa: Cinqii ofirraa kaaftaa: Sammuutu boqataa Wave @Abu_Amaar1
Показать все...
🕌 Ummata muslimaa😌
🌏 Addunyaa islaamaa🌎
🌐 Media Islaamaa🌐
💵 beeksisa hojii 💵
🧕Dubartii islaamaa🧕
📡💻 Tecnology📱💻
💉🩺 Gorsaa Fayyaa🩺💉
🧠 Xinsammuu🧠
🏆🥇 Dorgomanii badhaafamuu🏆🥇
📚 Kuusaa Kitaabaa📚
💰💵 Hojii Online 💰💵
🗞 Risaalaa Rasuulaa🗞
💍 Fudhaa fi Heeruma💍
🏠 Gaa'ila islaama🏠
Seenaa Bareedduu Ajaa’ibaa Tana Obsaan Dubbisaa ••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••• Dubartii ulfaa takkaatu baayyee dheebottee gaaddisa mukaa tokko jala taa'aa turte, bishaan baayyee dheebottus garuu argachuu hin dandeenye. osuma gaaddisa kana jala teessu copha bishaanii mukarraa gadi cophu argitee meesha bishanii xiqqoo tokko fuutee jala keessee copha bishaanii kana kuusuu jalqabde, Gaafa meeshan isheen jala keesse cophni kuni walakkaa gahu gammaddee dhuguuf qophooftee gaafa jettu simbirti dhuftee meeshicha kana dhooftee jalaa kuffiftee bishaanicha dhangalaaste. Irra deddeebin si'a sadi gaafa akkas jalaa ta'u baayyee aartee dhagaa fuutee simbira tana rukuttee ajjeeste. Simbira tana erga ajjeesteen booda, bofa guddaa mukarraa bu'uuf gadi loo'u argite, Sana booda copni mukarraa cophaa ture suni copha bishaanii osoo hin taane hadhaa ykn summii afaan bofaa keessaa cophaa ture akka ta'e hubatte. Sana booda baayyee rifattee simbirti isheen ajjeeste suni lubbuu ishee akka oolchiteef hubatte, sinbira sana ajjeesuttis gaabbite! Yeroo tokko tokko rabbiin akka sinbira tanaati! yeroo nuti hadhaa ykn gaarii nutti fakkaatee waan jireenya keenya miidhuu danda'u waan lubbuu keenya balleessuu danda'u gaafa inni nu dhoowwu rabbiurratti gungumna! wanti nuti itti boonyee barbaannee dhabne suni tarii summii jireenya keenya galaafatu ta'uu danda'a, Akka nu miidhu waan beekuuf rabbiin nu dhoowwata, Kanaaf tarii inni ati barbaaddee dhabde suni isa si kuffisuu fi si balleessuu ta'uu danda'a. Warreen balaa adduunya fi akiraa jalaa ba'uu nuhaa tasiisu.
Показать все...
1𝐆𝐁 𝐆𝐚𝐫𝐚 𝐌𝐁 𝐓𝐢𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐘𝐨𝐨 𝐉𝐢𝐣𝐣𝐢𝐢𝐫𝐚𝐦𝐞 𝐌𝐞𝐞𝐪𝐚 𝐓𝐚'𝐚𝐚⁉️       »»» Click Here «««       »»» Click Here «««       »»» Click Here «««       »»» Click Here «««       »»» Click Here «««       »»» Click Here ««« 𝐀𝐝𝐬: 👇 @Hope_promotions @GurgurtaaChaanaalii
Показать все...
2024 MB
1500 MB
1024 MB
1000 MB
☝️☝️☝️☝️☝️     #HUBACHIISA ✅Namoota #tapswap hin hubatiniif✍️ ✍️Link gadii kanaan seentanii #Screen-bilbila keessanii #tap-tap gochuun coin kuma hedduu wallitti qabattu🤙✍️Kunis guyyaa muraasa booda gara maallaqaatti jijjirama akkuma notcoin yeroo darbetti ✍️Tapswap kun kan inni tilmaamamu $#dolarani kunnimmoo birri Ethiopian birri 12000 olitti waan tilmaamamu hojjachuu dandeessu jechuudha😊✍️Ammuma seenaa tursitanii bulchitanii biran bulinaa😁😍😍👏🤝 👇👇👇👇👇👇 https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_1723649771 https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_1723649771 🤌🤌🤌🤌🤌🤌🤌🤌 🍀🍀Ol Seenaa🍀🍀
Показать все...
✍ Sahaabaabonni Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wasallam), Hadiisa Rasuularraa fuudhanii nutti geessan. isaan keessaa kan hedduu odeessetu jiras, kan muraasa odeessetu jiras. 1ffaan: #Abuu_Hureeyraadha...sahaàbota hunda keessaa, namni hadiisa hedduu hedduu himeedha. Hadiisa 5374 odeesse. ● فأبو هريرةَ هو أكثرهم حديثاً فقد روى 5374 حديثا 2ffaa: #Abdallaa Ibnu Umar Hadiisa 2630 odeesse. ● ثم عبدالله ابن عمر روى 2630 حديثا 3ffaan: #Anas binu Maalik Hadiisa 2286 odeesse. ● ثم أنس بن مالك روى 2286 حديثا 4ffaan: Haadha muslima maraa @Aa'ishaadha Hadiisa 2210 odeessite. ● ثم أمُّنا عائشة روت 2210 حديثا 5ffaan: #Abdallaa binu Abbaasa Hadiisa 1660 odeesse. ● ثم ابن عباس روى 1660 حديثا 6ffaan: #Jaabir binu Abdillaah Hadiisa 1540 odeesse. ● ثم جابر بن عبدالله روى 1540 حديثا 7ffaan: #Abuu_Sa'iid Alkudriyyii Hadiisa 1170 odeesse.... ● ثم أبو سعيد الخدري روى 1170 حديثا رضيَ اللّٰهُ عنهم (Radiyallaahu anhum jamii'a). ✍Sahaabonni torban kunniin warra hadiisa gurguddaa galmeessuudhaan beekamaniidha.... hin dagatinaa... Share👇 https://t.me/tafak_or
Показать все...
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍 قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام. Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam) Yaadaaf👇

https://t.me/Ibrahim_92taf

𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂. 𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+ 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2
Показать все...
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐗𝐢𝐢𝐧-𝐒𝐚𝐦𝐦𝐮𝐮
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐎𝐝𝐮𝐮 𝐈𝐬𝐩𝐨𝐨𝐫𝐭𝐢𝐢
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐭𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐖𝐨𝐥𝐚𝐥𝐨𝐨𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐌𝐢𝐦𝐦𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐨𝐨
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐌𝐢𝐦𝐦𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐨𝐨
𝐌𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚'𝐢𝐧𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚
𝐃𝐚𝐚𝐧𝐝𝐢𝐢 𝐌𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚'𝐢𝐧𝐚𝐚
𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐐𝐮𝐫'𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚
𝐇𝐚𝐝𝐢𝐢𝐬𝐚
𝐙𝐢𝐤𝐢𝐫𝐢𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟𝐢𝐢 𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚
Maaltu sammuu kee si gubaa maaliif kophaa gubattaa: Dubbisii waa hubattaa: Amantii kee yaadattaa: Cinqii ofirraa kaaftaa: Sammuutu boqataa Wave @Abu_Amaar1
Показать все...
🕌 Ummata muslimaa😌
🌏 Addunyaa islaamaa🌎
🌐 Media Islaamaa🌐
💵 beeksisa hojii 💵
🧕Dubartii islaamaa🧕
📡💻 Tecnology📱💻
💉🩺 Gorsaa Fayyaa🩺💉
🧠 Xinsammuu🧠
🏆🥇 Dorgomanii badhaafamuu🏆🥇
📚 Kuusaa Kitaabaa📚
💰💵 Hojii Online 💰💵
🗞 Risaalaa Rasuulaa🗞
💍 Fudhaa fi Heeruma💍
🏠 Gaa'ila islaama🏠