cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Great Business

🅦🅔🅛 🅒🅞🅜🅔 🅣🅞 Great Business #Share & invite to your friends

Больше
Финляндия509Язык не указанКатегория не указана
Рекламные посты
3 836
Подписчики
Нет данных24 часа
-227 дней
-11530 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Показать все...
Allegro Store | Earn 100-200$ a day buying and selling. | Spend 15 minutes a day

Allegro Store area where we can earn money by buying and selling a goods, spending 15 minutes a day.

Показать все...
🌹Earn ETB 10000 Easily in Two Hours a Day 🌹

bonsamekonen invites you to make money with your mobile phone, no investment, no requirements.

Показать все...

Qeerroo *** Waa dubbiin sii galtee? Kaayyoon manii hin geenyee Obbaafadhe jettee Dhoobamtee akka hin teenye. *** Bar… hin obbaafattu Qabsoon dhaalaan darbaa Kaayyoon tasa hin cittu Diinniis kaayyoo qabaa Qabsoonsaas hin cittu Kansaas dhaalaan darbaa Ofiif gooftaa ta’uuf Siin taasisee garba. *** “Buddeen nama quubsu Eeleerraa beeksisa” Akka hawwii keetiif Spoonjirra raftee, sponjirra teessa Akka yaada kootiif Bar… spoonjirra raftee, sponjirra hin teessu Qoraattirra raftee, qoraattirra teessa Akka ammaa-ammaa quuqee si damaqsu. Galfata abbootii fi egeree dhalootaa Eenyutti dagattee bashanantee rafta? *** Kanaafuu yaa qeerroo Qeerroo morma jorroo Bashanana balfi Kaayyo hin dagatini Ija tokkoon rafi Tasa hin liphsatini. Qeerroon kaayyoo eegu Yeroo argatee hin mugu. *** Qeerroon biyya eega Qeerroon kaayyoo eega Yoom dagate rafa Yoom dagatee muga. Qeerroon kaayyoo eegu Diilallaan dhiqata Qeerron taa’ee hin dhugu Utuu fiiguu unata Sussukaa cuffata Sussukaa alanfata Sabbata Waaqayyoon mudhiisaa hidhata Galfata abbootii mataasaatti baata Hallaallichi ilmaa eessaa cillaanfata Waliin jigii bahaa, harka wal qabata Qeerroon xaddee miti, marmee wal haammata. Kan sabata Waaqayyoon mudhiisaa hidhatu Kan galfata abbootii mataasaatti baatuu Kan jigii waliin bahu harka walqabatu Xaddee kan hin ta’in marmee wal haammatu Qalbiinsaa hin shommoqu dugdi hin cillaanfatu. *** Qeerroon qalbiin fiigu Qeerroon kaayyoof dhiigu “Akka gugee kaataa Harka buleen nyaata” Tullurraa, tulluutti Tulluu tarkanfata; Qaamaan huuqqatee Qalbiidhaan gabbata. *** Zelealem Aberra Tesfa 30.09.2019 Helsinki / Finland
Показать все...
Фото недоступноПоказать в Telegram
Показать все...
ደፋር ሰራተኛ ! ምርጥ አስቂኝ ቪዲዮ ከናቲ ጋር Tewnet

Фото недоступноПоказать в Telegram
DV LOTTERY 2024 galmeen xumuramuuf guyyoota 3 qofatu hafee jira namootni hin guutiin jirtan carraa kana of hin dabarsinaa
Показать все...
Фото недоступноПоказать в Telegram
Contact me👉 @kings9991 @kings9991
Показать все...
Фото недоступноПоказать в Telegram
Namtichi agartan kun fixed ticket jira jechuun sobaan maallaqa nama irraa nyaata kanaaf irraa of eeggaadhaa
Показать все...
I'm on Instagram as @bonsa_mekonnen. Install the app to follow my photos and videos. https://www.instagram.com/invites/contact/?i=bfk5xml3f1a4&utm_content=2o39pzq
Показать все...