cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

BEKACHANNELL

👉jaalalaafi wolaloo 👉saayikooloojii 👍Asoosama garagaraa ✋mudannoo jireenyaa 👍taphoota garaa garaa 😍gaafii fi deebii 👍dagaaginna aartii saba keenyaaf ni hojjanna karaa @muhe024 tiin nu qunnamaa

Больше
Страна не указанаЯзык не указанКатегория не указана
Рекламные посты
173
Подписчики
Нет данных24 часа
Нет данных7 дней
Нет данных30 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

bio siriti hojadha
Показать все...
Watch "Gelana Garomsa Pencil realistic sketch" on YouTube https://youtu.be/A22XMzVH2G4
Показать все...
Gelana Garomsa Pencil realistic sketch

#onnee_horadhee_kutaa_3faan dhufee jiraa #galata_rabi🙏 Eerga billbila koon fudheen boda lakkofsa ishin baase irati dhahuun sodadhe ergasi booda inuma billbila jedheen lafaa ka'ee iratti gadi dhahe bilbilli ishis na hin rakkisnee inuuma naaf seene ergasii na jalaa kaastee #ani haloo #ishiin haloo #anii akkam jirta sanyii too❤ #ishiin atti hoo nagahumaa #anii an nagaayaa garuu wan sin jechuu barbaada #ishii na gaafadhuu waan barbadee naan jete #anii sin baqa dhis😤 #ishii na hin sodatini dubadhuu #Anii tolee sin jaaladhaa bultiif sin barbada keesa koo #ishin kana na sodaata ree anis baayyeen si jaladha❤ #anii dhuguma jeta moo #ishi eeyan dhugumaan jedhan keesa koo #anii dhuguma jeta eesat wol haa agaruu #ishi kaafee Gadaa kan naanawa phiyaasat argamuuti kootu #anii tolee tole Jedheen bilbila koon cufadhee ergasii qaama koon dhiqadheen babareedee abaaboo biteen 🌹🚕taksii yaabadhe ergasii boda ballan konkolatatiin miidhamee ergasii matiin koo dhufanii gara mana yaala xuqur hanbasa(leenca gurachaat) na geesa yeroma sanit bilbilii koo badee ishiin akka taatee hin beeku an mana yaala wogaa 2fi ji'aa 1fibulti3tureen bahee erga fayeen barbacha isheen egale🚶‍♂. #ni_arga_mo_hin_arguu_laata kan jedhu kutaa4faa keesat laala hangasiif nagayaan naaf jiradhaa🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏 @murt_show @murt_show 🏮share🏮
Показать все...
Mudannoo jireenyaa Kutaa 1ffaa Latii fi Hawwiin kutaa barnootaa keessatti baratu akkasumas baayyee wol jaalatu . Kutaa 10ffaa baratu yerio kana kutaa 11 ffaa baratu. Latiin wogaa 17 Hawwiin woggaa 16 . Hiriyyoota baayyee wol jaalataniidha . Maayiin hawwii hawwii heerumsiisuuf dargaggeessa tujjaara tae kan maqaan isaa Gadaa jedhamutti heerumsiisuuf ture. Kutaan ciisicha hawwii fi maatii ishii wolitti dhiyaata. Haati hawwii obbo Gulumaafii Adde Ayyaantuun akkana jedhanii wijjiin haasayan"abbaa Hawwii Gadaan nucaa gaariidha jettee yaaddaa ana homaayyuu natti hin tolle mucaan kii barumsuma naa haa barattuu malee heerumsiisuu hin barbaadu" jettiin . Obbo Gulummaanis bifa aariitiin akkamitti akkan jettaa mucaa eega kenninee booda yaa gaabbannuu barbaaddaa yaa biyyoo na nyaadhu duee bada malee ani hin raawwadhu maqaan na bada" jedha yeroi kana hawwiin haasawa woraa ni dhageetti baayyee gaddite hiribni ishii fudhachuu dide latii koo jechaa baayyee bootti Hubadhaa hawwiin hanga latii wijjiin hiriyaa taate wiggaa 3 lakkoofsifteetti. Ganama barii irrratti Aadde Ayyaantuun nyaata hojjattee" Hawwiin hoo abbaa hawwii mucayyoon sun hiribaa hin kaanee mee dhaqaa kaasaa saatiin barumsaa ittigahee "jedhaa nyaata qopheessitikutaa lammmaffaa itti fufa
Показать все...
@Akkam jirtu hordofttoota @BEKACHANNELL KUN MIDIYAA KEESAN BEKA CHANNNALLIIDHA QOPHII KEENAN WOLITI DEEBINEE JIRSA GALANI KAN RABIITI🙏
Показать все...
'Jaalala' Kutaa 1ffaa Barrii isaa 1992. jaalannen woggaa 5 Abdiin wogaa 7 mana barumsaa galan jaalannee fi abdiin barumsa isaanii irrati jaboo waan ta'niif barsiisotaa fi barattoota biratti maqaa guddaa qabu. Yeroo mana barumsaa dhaqanis tae yeroo galan wol wojjiin deemu addan hin bahanu. Kan isaan hin beekne obbolaadha isaaniin jedhu.sababni obboleeyyan jedhaniifis sababa addaa qaba Hawwiin hojjaan ishii akka dheerattuu taatee dhaabbata gaarii kan qabduudha baayyee barreeduudha. Abdiinis akkasuma. Wolumaa galatti lamaan isaaniiyyuu baayyee babbreedoodha. Hubadhaa maatiin jaraa baayyee wol jaalatu ollaadhas. Haatii fii abbaan jaalannee intalli isaanii gaafa heeruma geessee dureessatti /sooressatti heerumsiisanii hiyyumnaa keessaa bahuuf yaadu. Kanaaf haalli isaanii intala isaanii ittiin too'atan baayyee cimaadha. Abdii akka obboleessa ishiit yaadan. Dhugumayyuu mana barumsaattis tahee bakka biraatti jaalannee harkatti galfachuuf dargaggeessi ishee kajeelu hedduudha. Hubadhaa Abdiin barataa baayye cimaa waan taheef kutaa 1ffaa simisteera 1ffaa sadrkaa qabachuun gara kutaa lammaffaati darbe Abdiin kutaa 2ffa yeroo ture jaalanneen immoo kutaa 1ffaa turte . Bara kana ammoo woggaan woggatii otoi jedhuu jaalanneen kutaa 9ffaa Abdiin kutaa 10ffaa dha.durbi dhiira dura daftee guddattee sababbii geessuf ijji dargaggoota mana barumsaa jaalannee irra bueera . Akkuma allaattii foon lafatti argitee irra marsituu dargaggootatis irra marsuu jalqabaniiru. Garuu kolphaa isheetti argachuu waan hin dandeennef Abditti baayyee aaru. Carraa isaa kanatti baayyee hinaafu "utuu rabbii isa na godhee ?" Jedhanii hidhii of ciniinu. Karaa ijoollee durbaa hawwii woliin barataniin wolqunnamtiin uumuufis baayyee dhamaa turan . Haala saniin mijjaahuufii dhabnaan gaaffii isaanii xalayyaan barreessuun dabtara ishii keessaa kaauu jalqaban . Suuraa onnee ,eboon woraante kaasanii wolaloo barreessanii kan ishee kadhatan baayyeedh. Gaafa tokko barumsi guyyaa raawwachuu isaa kan beeksisu bilbilli mana barumsaa saatii 10:30 irratti akkuma bilbilameen manatti ggaluuf meeshota barumsaa ishee utuu walitti qabattuu , dabraroota ishee keessaa poosata lamaa argitee "eenyutuu as keess kaahe ? Kan eenyuuti "jechuudhaan poostaa sana sana gaggraglshitee ilaalte kutaa 2ffaan akka isinii dhufuuf @join godha @bekamemes
Показать все...
Watch "Xalayaa Haacaaluu Hundeessaaf - Lataa Qana'ii Aagaa" on YouTube https://youtu.be/Jsld2Gm0m-4
Показать все...
Xalayaa Haacaaluu Hundeessaaf - Lataa Qana'ii Aagaa

Walaloon kun yaadannoo waggaa 1ffaa goota keenya Haacaaluu Hundeessaaf kan qophaa'edha.

Mudannoo jireenyaa Kutaa 1ffaa Latii fi Hawwiin kutaa barnootaa keessatti baratu akkasumas baayyee wol jaalatu . Kutaa 10ffaa baratu yerio kana kutaa 11 ffaa baratu. Latiin wogaa 17 Hawwiin woggaa 16 . Hiriyyoota baayyee wol jaalataniidha . Maayiin hawwii hawwii heerumsiisuuf dargaggeessa tujjaara tae kan maqaan isaa Gadaa jedhamutti heerumsiisuuf ture. Kutaan ciisicha hawwii fi maatii ishii wolitti dhiyaata. Haati hawwii obbo Gulumaafii Adde Ayyaantuun akkana jedhanii wijjiin haasayan"abbaa Hawwii Gadaan nucaa gaariidha jettee yaaddaa ana homaayyuu natti hin tolle mucaan kii barumsuma naa haa barattuu malee heerumsiisuu hin barbaadu" jettiin . Obbo Gulummaanis bifa aariitiin akkamitti akkan jettaa mucaa eega kenninee booda yaa gaabbannuu barbaaddaa yaa biyyoo na nyaadhu duee bada malee ani hin raawwadhu maqaan na bada" jedha yeroi kana hawwiin haasawa woraa ni dhageetti baayyee gaddite hiribni ishii fudhachuu dide latii koo jechaa baayyee bootti Hubadhaa hawwiin hanga latii wijjiin hiriyaa taate wiggaa 3 lakkoofsifteetti. Ganama barii irrratti Aadde Ayyaantuun nyaata hojjattee" Hawwiin hoo abbaa hawwii mucayyoon sun hiribaa hin kaanee mee dhaqaa kaasaa saatiin barumsaa ittigahee "jedhaa nyaata qopheessitikutaa lammmaffaa itti fufa
Показать все...
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.