cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

GADAO Yuunibarsiitii wallaggaa

Iccitiin cimina oromoo kaleessaa tokkummaan jiraachuu Gamtaan hojjechuu fi Gaafa rakkoo waliif birmachuudha Yaada qabdan kamiifuu @Magarssaa Fayyadamaa

Больше
Рекламные посты
646
Подписчики
Нет данных24 часа
-57 дней
-3030 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Repost from N/a
Фото недоступноПоказать в Telegram
The Ethiopian Commercial Bank gives 200 ETB for subscribing to its Telegram channel! Each Ethiopian can get 200 ETB for subscribing to the ECB channel, channel below 👇🇪🇹
Показать все...
Easy 200ETB! Subscribe to the channel!
Фото недоступноПоказать в Telegram
BEEKSISA ! #Eebbifamtoota barattoota Yuuniversiitii Wallaggaa bara kanaa hundumaaf, guyyaan eebba keessanii #Adoolessa 13/11/ 2015 E.C akka ta'e ifoomeera . Wanti jijjiiramu yoo jiraate kan isin beeksifnu ta'a. Qormaata Gaarii isiniif hawwina !
Показать все...
Oduu Gammachiisaa “#Xiyyi mooraa Yuunibarsiitii Wallaggaa seenee jira.” Akkam jirtu hordoftoota keenyaa, torbee tokko dura kitaabni kuusaa asoosamoota gaggabaaboo mat-dureen isaa ‘Xiyya’ jedhu barataa Yuunibarsiitii Wallaggaafi miseensa garee aartii gumii keenyaa ‘#Dachaasaa_Ga'eeraa’ jedhamuun barreeffamee maxxanfamuu gabaasuun keenya niyaadatama. Waan baay'ee nama gammachiisu, yeroo ammaa kana ammoo imala fe'iisaa Finfinnee gara Naqamtee nagaan oofkaluun, mooraa Yuunibarsiitii Wallaggaa seenuu danda'ee jira. Kitaabni kun baatiidhuma kana keessa galma Yuunibarsiitii Wallaggaatti eebbifamuu karoorfamee kan jiru yoo ta'u, eebba isaafis qophiin karaa #GADAO eegalamee kan jiruudha. Waaqayyoo nama yerosii nu haagodhu!
Показать все...
Barattoota oromoo mooraa yuunibarsiitii wallaggaa Keessatti argamtan hundumaaf ! Gumiin keessan gumiin GADAO dhaloota ofbeekee waan ofii beeku horachuuf, qophii hunda xumuruun barattoota miseensa gumii Kana ta'uu barbaadan hundaaf haala mijeesseera ! Kana hubattanii ijoolleen oromoo mooraa kana keessa jirtan, kibxata boruu 01\09 2015 irraa egaltanii hamma Jimmata (jimaata) 04/09/2015 tti dhufattanii akka galmooftan isiniin jechuu barbaanna ! Iddoon galmee, biiroo GADAO galma guddaa jalatti argamuudha ! Odeeffannoo dabalataaf, 0921147031! "GUDDAA TURRE AMMAS DEEBINEE GUDDAA TAANA "
Показать все...
Фото недоступноПоказать в Telegram
Фото недоступноПоказать в Telegram
Beekkumsi saba keetiif hin taane, qabeenyi saba keetiif hin taane, jireenyi saba keetiif hin taane siifis hin ta'u ! Dhaloota ofta'ee waan ofii isa ta'e isin haa taasisuun eebba guuyyaa arraati !
Показать все...