cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

DHANGAA OROMUMMAA

Hundinuu jira nooraa❤️💚❤️ Ispoortii, odeeffannoo haqaa, amanamoo, Kitaabbilee asoosamaa, xiinsammuu, walaloo, weedduu jaalalaa suurawwaan mimmiidhagoo hunduma nubiraa argattuu Yaadaaf 👉 @firaaol4 nuquunnamaa

Больше
Рекламные посты
2 475
Подписчики
-224 часа
Нет данных7 дней
+8930 дней
Время активного постинга

Загрузка данных...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Анализ публикаций
ПостыПросмотры
Поделились
Динамика просмотров
01
Isin hin darbiin . Carraa kana fayyadamaa. Haala salphaan eegaltanii guyyoota Hafan keessatti coinoota walitti qabadhaa. Link kana hunda seenuun dalaga. Avacoin https://t.me/avagoldcoin_bot?start=ae3a0ae21a86428ca53e Yescoin https://t.me/theYescoin_bot/Yescoin?startapp=fkh085 Dotcoin https://t.me/dotcoin_bot?start=r_1774239772 Hamster https://t.me/hamster_kombaT_bot/start?startapp=kentId1178243575 CEX.IO https://t.me/cexio_tap_bot?start=1716712060789969
2851Loading...
02
♻️♻️♻️JECHOOTA HAYYOOTA♻️♻️              --------- @Jechoota_kakaumsaa1 -------------- ♻️~. Maallaqni hin dubbatu,garuu soba dhugaa fakkeessa. (South African) ♻️~Namni akka itti jiraatu beeku, beekumsa ga'aa qaba. (Swedish) ♻️~Iccitiin akkuma Simbirroo ogguma nama harkaa baatu balali'uu eegalti. (Saudi Arabia) ♻️~Waa'ee Qilxuu, Qilxuu irraa baradhu, waa'ee Birbirsaa immoo Birbirsa irraa baradhu. (Zen) ♻️~Beekumsa (ogummaa) kee guyyaa tokkoof yoo dagatte, inni immoo guyyaa lamaaf si dagata.(Chinese) ♻️~Yoo manni kee laga qarqara ta'e, naacha fira godhadhu. (Indian) ♻️~. Duuti maqaan isaa hin tolu. Ykn ni ture jedhu;ykn immoo ni ariifate jedhu. (Engliz) ♻️~ Nama Giriikii tokko erga harka fuutee booda,quboota kee lakkaawwadhu. (Albanian) ♻️~. Keessummummaa ganda harree dhaqxee waa'ee gurraa hin haasa'iin. (Jamaican) ♻️~. Simbirroon Allaattii duuba fiigdu, waan inni baqatu seeti. (Japanese) ♻️~. Jabanaan kee inni haaraan akka bishaan baatu hanga mirkaneeffattutti, isa moofaa hin gatiin.Swedish) --Dubistee utuu hin xuqiin hin darbiin👍share --------- 🇯‌‌🇴‌‌🇮‌‌🇳‌_‌🇺‌‌🇸‌☟︎』 ☛ @Jechoota_kakaumsaa1  ☜︎
3336Loading...
03
https://t.me/hamster_Kombat_bot/start?startapp=kentId1178243575 Ammuma seenii fayyadami booda nii gaabbita start godhii eegali
3600Loading...
04
t.me/BlumCryptoBot/app?startapp=ref_zybiYTPd7m Kunimmoo coin haaraa dha kan mirkanaa'edha itti fayyadamaa maallaqa guddaa kaffala
3730Loading...
05
https://t.me/hamster_kombaT_bot/start?startapp=kentId1178243575 Akkuma seentaniin gayyaa guyyaan bonus million 5 argattuu seenaa Start godhaa
4761Loading...
06
https://t.me/hamSter_kombat_bot/start?startapp=kentId1178243575 Kana ammuma start gootanii guyyaa guyyaadhaan 5000000 bonus isiniif Kenna ammuma seenaa hojjedhaa
400Loading...
07
https://t.me/cexio_tap_bot?start=1716712060789969 CEXP tokens farming major upgrade! Two is better than one! Join my squad, and let's double the fun (and earnings 🤑)! CEX.IO Power Tap! 🚀
1594Loading...
08
Warri amantanii Avacoin hojjechaa turtan baga gammaddan. Warri isin jala darbemmoo kunoo Blum kan jedhu kana seena. Booda hin gaabbiin, ammuma seeni.
1100Loading...
09
t.me/BlumCryptoBot/app?startapp=ref_fD73H7mSqR
1072Loading...
10
Hin gowwomiin kana hojjedhu . Amma kunoo haala addaan kan hojjetu Galaxy Wallet hojiirra ooleera. Kan Isin dhibu akkuma start gootanii hojjechaa adeemtaniin balance keessan Dollar n siniif agarsiisaa deema. Kun Isin hin darbiin.  Bonus immoo Mission jala seenuun Sassabbadhaa.
1630Loading...
11
Kana dura Notcoin nudarbee baayyee aaraa turre. Amma kunoo haala addaan kan hojjetu Galaxy Wallet hojiirra ooleera. Kan Isin dhibu akkuma start gootanii hojjechaa adeemtaniin balance keessan Dollar n siniif agarsiisaa deema. Kun Isin hin darbiin. Bonus immoo Mission jala seenuun Sassabbadhaa.
1831Loading...
12
https://t.me/galaxywallet_bot/walletapp?startapp=1774239772
2203Loading...
13
https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_1178243575 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift Guyyaan isaa dheerateera kunimmoo carraa guddaadha ammuma Start jalqabaa itti fayyadamaa @ haqummaaf
1970Loading...
14
Inni dur siif jira jedhuu Har'a dhabamee bakkaa Jiruun kiyya yoo taates Halkan waarii walakkaa ~ Roobni yoo natti roobee Aduunis yoo na waadee Hundumtu na tuffatee Naan jedhus wanta yaadee ~ Ergan fayyaa qabaadhee Waarees barii barraaqaa Halkaniif guyyaa kaadhee Nan fiiga nan carraaqaa ~ Gurmuu kiyya utuu raasuu Obsee danda'een baadhaa Rakkoof hin qabu naasuu Dhagaa guureen jiraadhaa! ~ Via Amena Teferi #@haqummaaf
6611Loading...
15
Qophii Qaroo-Haqaa Namni dubbisuu danda'u hunduu akka dubbisu barbaada. #Biyyi_kun_Biyya_reenfa_Jajju! Nama keenya utuu inni lubbuun jiruu xinnoo inni hojjete waliif jajuu, wal jabeessuu, wal onnachiisuun biyya kanatti akka hirmiitti lakkaa’ama. Inumaayyuu mudaa isaa xiqqoo afarsuutu akka eebbaati. Oolmaa isaa guyyaa hedduu, gargaarsa isaa yeroo baay'ee gataniitu-dogoggora sekoondii tokkoo afarsu. Biyya hirmii. Erga inni du'ee badduu ba'ee garuu as yaanee Miidiyaa hawaasaa RIP dhaan macheessina. Gammuchuu dhokataa of keessaa qabaaf hin qabuu isaa waan beeknu hin qabnu. An nama jabaa saba kanaaf bu'aa buuse harka caalu erga inni du'ee boodan marsariitii hawaasaa irratti bare. Utuu inni lubbuun jiruu lafatti suuraafi qaamaan utuu namni isa jajuu hin argine. Kan gaaf tokko bishaan kubbaayyaa tokko hin budduuksineeftu boolla kee daadhiin haa guutu jedha. Boolli maal godha daadhii dhugee? Mee maali fayyidaan isaa? Nagaan boqodhu jedha akka waan gaafa inni jiru nagaa yaadeefii beekuu. Mee maali kun? Biyya kanatti gaafa ati dhukkubsattee qarmammeettii du’aa irra jirtu hospitaala dhufee si gaafachuuf kan yeroo hin qabne gaafa ati duutu dacha’ee karaa darbaa wal dhorkee, hidhii xuuxaa, wayyaa ol-bachaa, girrisee iddoo awwaalcha keetti wal gaha. Waan du’uu namaatti gammadanii lafa dhiitan fakkaata! Biyya du’aaf beekamti laattu! Har'a maaliif namoota hawaaasa kanaaf bu'aa buusan yaadanne gaaffii isaaniif deebii hin taanu? Maaliif iddoo isaan jiran hin ilaallu? Yeroo jiru dhiisanii yeroo du'u jajuun maaliifi? Telegram #Qaroo_waamaraa #join godhadhaa! 👇👆👇👆👇👆👇👆👇 ╔════════════╗ ➡️Qaroo_Waamaraa💌 ╚════════════╝ 🪵 ♻️Join & 🔗SHARE 👇👆👇👆👇👆👇👆👇👆 https://t.me/ForAllthingsEye
6910Loading...
16
Walaloo 🙉🙉 Dur shaashii walii bitu Yoo fedhan dirba dirii Amma jiraatti wal fixu Silaafis hin qaban birrii Isheen akka jettuuni Ganama bariin kaatee Liiphistikiif Kuulii bitii Yoo na jaalatta taatee Silaa utuu waa jedhiin Aartee manaa baatee Innis akkas dhabeetu Dur hin jiru kun hundisaa Yoo ta'u ta'e ittan dhiisaa Miindaa ji'aan argadhuu Qoonqoofuu na geessu Karaa biraa kiraa manaati Kuulii bituun dandeessu Isheenis deebiftee Silaa kan wal jaalate Lubbuullee walii kenna Garaa natti jabaatiin Mee tole waliif Jenna Ati miindaaf hin boo'iin Innoo dhuma hin oolu Yoon kuulii malee bulee Tolee natti hin toluu. Innis; irra deebisee Miinii siifan hodhisiisa Mudhii keetti safarsiisee Mormiin jaalala keetii Qarshii koo na ficcisiisee Telegram #Qaroo_waamaraa #join godhadhaa! 👇👆👇👆👇👆👇👆👇 ╔════════════╗ https://t.me/Jechoota_Kakaumsaa_Afaan_Oromoo1
7471Loading...
17
https://t.me/hamSter_kombat_bot/start?startapp=kentId1774239772 Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop! 💸 2k Coins as a first-time gift 🔥 25k Coins if you have Telegram Premium Telegram Kee irra maallaqa argamsiifachuu yoo barbaadde , ammuma link Olii kana tuuquudhaan start kan jedhu tuqi. Sana booda tap tap gochuudhaan coin walitti qabachuudha. Earn fi task jala seenuun bonus coin argattu. Yoo guyyaan hojiisaa dhaabbatu immoo coin guurrattan haala salphaa ta'een karaa gurgurattan Isin beeksifna. Amma hojii hojjechuu qofaadha. Ammuma seenaatii start godhaa.
4520Loading...
18
Seeroota warqee(Top 15 Golden Rule) hariiroo nama walinni ilaalchisee hubachu qabdu: * 1.Dhaggeeffataa cimaa ta’i(Be an active listener):- •Deebii kennuu dura ilaalcha nama biraa dhugaadhaan dhaga’uun hubachuu qabdu 2.Amanamummaa fi iftoomina qabaachuu(Be honest and transparent) :- •Amanamummaan wal amantaa uumuu fi hariiroon cimsa deemuudha. 3.Gaarummaa fi kabajaan dubbadhu(Speak with kindness and respect): •Jechoonni nutti fayyadamuun ol kaasuu ykn diiguu waan danda’aniif ogummaadhaan filadhu dubbadhu. 4.Tilmaama hin godhin(Don't make assumptions):- •yeroo hunda gaaffii gaafachuu fi hubannoo dogoggoraa akka hin uumamneef ibsa barbaaduun qalbeeffachu. 5.Haasawa tokko tokkoon taasifamuuf yeroo rammadi(Set aside time for one-on-one conversations): •Hariiroo gadi fageessuuf yeroon qulqullina qabu barbaachisaa dha. 6.Galata ibsuu(Express gratitude): •Amala gaarii fi gocha nama biraa dinqisiifachuu fi beekamtii kennuu dubbii walinni keessatti murteessadha. 7.Garaadhaan dhiifama gaafadhu(Apologize sincerely): •Dogoggora kee irratti abbummaa fudhadhuu sirreessii sanan boodaa laphee irraa dhifamma godhi. 8.Garaa laafina agarsiisi(Show empathy): •bakka nama biraa of kaa’iitii miira isaa hubachuuf yaali malee hinmudaminni. 9. Komachuu fi salphisuu irraa fagaachuu(Avoid blaming and shaming): •komachuu bayyisuu dhiistee furmaata barbaaduu irratti xiyyeeffadhu. 10.Yeroo hundaa jechaa "ati" jedhu dhiistee "ani" jedhu fayyadamuu(Use "I" statements instead of "you" statements): kana jechuun Miiraa fi yaada keetiif itti gaafatamummaa fudhacha deemu qabda. 11.Yeroo barbaachisaa ta'etti boqonnaa fudhadhu(Take breaks when needed): •Yeroo miirrii ol ka'u duubatti deebi'anii wal hubacha deemuun murteessadha. 12.Sammuu banaa(Be open-minded): •yaada garaa garaa dhaggeeffachuu fi ilaalcha biroo gaarii ummachuun Wal hubachuuf Sammuu banaa qabachu. 13.Waadaa hordofuu(Follow through on commitments): Amanamummaan amantaa kan ijaaruu fi kutannoo agarsiisa. 14.Jireenya nama biraatiif fedhii agarsiisuu(Show interest in the other person's life): •waa’ee hojii bohaartii,fedhii fi hawwii isaanii gaafadhu. 15. Obsaa(Be patient): •Hariiroo cimaa ijaaruun yeroo fi carraaqqii gaafata,garuu ammoo bu'aan isaa gatii guddaa qaba. ♻️Share Galatoomaa👇 https://t.me/Jechoota_Kakaumsaa_Afaan_Oromoo1
6554Loading...
19
https://t.me/Hojionlinebot?start=r06662519620
4180Loading...
20
#Annie_Belin jedhamti. Umurii dheeraa jiraatte. Waggaa 102ffaa ishee yommuu kabajattu gaazexeessaan gaaffii gaafate. Gaazexeessaa: “Icciitiin umurii dheeraa jiraachuu keetii maali?” Annie Belin: “Icciitiin umurii dheeraa jiraachuu koo dhimma na hin galchine keessa galuu dhiisuu kooti. Hirriba nagaan rafa.” Galgala kana hirriba nagaa raftee buluu barbaaddaa? Dhimma si hin galchine keessa hin galiin, yoo galteetta ta’e ammuma bahi! Via leta Namni baayyeen jireenya mataa isaa dhiisee, abjuu isaa milkeessuu dhiisee waa’ee jireenya namaa cinqamaa oola @haqummaaf
7390Loading...
21
Kuni faallaa Notcoin dha. Ammuma seenaatii start godhaa. Mine tahuuf guyyaa gabaabduutu hafe. Hamma dandeessan fayyadamaa.
7961Loading...
22
https://t.me/theYescoin_bot/Yescoin?startapp=fkh085
5975Loading...
23
Haala salphaan 5Mil. Akkamitti galla warra jettaniif, guyyaa guyyaan miiliyoona 5 fudhadha.
5170Loading...
24
Media files
5211Loading...
25
Akkas godhi. 5M argatta, iddoo mallattoo gaaffii jiru irratti suuraa ani irra kaae sana warran jala sarare keessa barbaadiitii biti. Innuu siif kennaa deema. Ammuma
4590Loading...
26
Kana dura warri isin darbe kunoo kana ammuma eegaluun coin walitti qabadhaa. Hojii gaarii
6712Loading...
27
https://t.me/hamster_kombat_bot/start?startapp=kentId1774239772 Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop! 💸 2k Coins as a first-time gift 🔥 25k Coins if you have Telegram Premium
6907Loading...
28
https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_1178243575 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift Ammas irra deddeebi'een sinitti hima start godhaa itti fayyadamaa booda akka hin gaabbine @haqummaaf
5130Loading...
29
Yeroo tokko ilma maanguddoo dadhabaa tokkotu maallaqa hatteen shakkamee poolisotaan qabamee mana hidhaatti darbatame. Mana hidhaa keessattis qorannoon yeroo dheeraa irratti gaggeeffamaa ture. Guyyaa tokko abbaansaa kan dinnicha oomishuun ilmasaa guddisaa ture kun xalayaa barreessee ilma isaaf erge. Xalayichis, "Ilma koo, ani amma dadhabeera. Humnas dhabeera. Akka durii lafa diddiquun boroo mana kootii dinnicha facaafachuu hin dandeenye. Osuu na bira jiraattee na gargaarta ture" kan jedhu ture. Ilmi isaas irra deddeebisee rakkoo abbaasaa itti yaade. Fala ta'a jedhee kan yaades lafa kaa'e. Xalayaa barreessee abbaa isaaf erge. Xalayichis, "Abbaa koo osuun si bira jiradhee si gargaree natti tola. Garuu akkas jettee boroo mana keenyaa hin diddiiqiin. Maallaqan hate bakka sanan dhoksee" kan jedhu ture. Yeroo inni xalayaa kana abbaa isaaf erguuf jedhutti poolisoonni xalayicha argan. Bananiis ni dubbisan. Baay'ee gammadan. Osuu yeroo hin fudhatiinis laficha jedhame sana diddiqanii maallaqa awwaalame akka barbaaduu qaban ajajni darbe.
9090Loading...
30
Namoota sammuun tuqame sadiitu yaalamuuf hospitaala seene. Erga yeroo dheeraaf wal'aanamaa turanii boodas doktorri isaanii qorumsa isa dhumaa qoree yoo kan fayyan ta'e gadhiisuu barbaade. Kanaanis tokkoon tokkoo isaanii gaaffii gaafachuu eegale. Maraataa isa jalqabaa, "2+2" meeqa jedhee gaafate.Maraatichis, "3700" jedhee deebiseef. Doktorichis, "Ati sammuutti waan hin deebineef asuma turta" jedheen.Maraataa isa lammaffaas, "2+2" meeqa jedhee gaafate. Maraatichis, "Wixata" jedhee deebiseef. Doktorichis, "atimmoo tasumaa du'arraa adda fagoo hin jirtu. Atis asuma turta" jedheen. Dhumarratti maraataa isa sadaffaas gaaffiima walfakkaataa, "2+2" meeqa ta'a jedhee gaafate. Maraatichis "4" jedhee deebiseef. Doktorichis baay'ee gammaduudhaan, "BRAVO! Ati deebii sirrii deebifte.Akkamitti argatte?" jedheen.Maraatichis, "3700 wixataaf hireen argadhe" jedheen.Doktorichis gaggabee lafa dhahe.Amma hospitaalicha keessa maraattota afurtu jira. @haqummaaf
7232Loading...
31
🌟Invite Friends🌟 This is your referral link: https://t.me/getcapybot/now?startapp=MTc3NDIzOTc3Mg== Share it with friends to earn HUGE bonuses!
6913Loading...
32
Kun bot haaraa hojii eegalee jira. Link kana tuquun eegala. Carraa gaarii.
6410Loading...
33
Erga start gootanii tartiiba kana hordofaa
8120Loading...
34
Ammas carraan kun isin hin darbin itti fayyadamaa
8330Loading...
35
https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_1178243575 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
8310Loading...
36
Erga link Olii start gootanii tartiiba kana hordofaa isa lakkoofsa 2 irra jiru sana gadi xuxxuqaa
8920Loading...
37
Isin hin darbin itti fayyadamaa maallaqa guddaa irraa argattuu start godhaa seenaa conii hedduu hojjechuu dandeessu guyyaatti hanga miiliyoona 2 .5 hojjechuu dandeessu booddee itti gammaaddu
6180Loading...
38
https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_1178243575 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
6330Loading...
39
Haala salphaa ta'een link kana tuquun start jechuun eegala. Kaffaltiin Isaas dhuyaateera. Kanaafuu itti fayyadamaa.
6410Loading...
Isin hin darbiin . Carraa kana fayyadamaa. Haala salphaan eegaltanii guyyoota Hafan keessatti coinoota walitti qabadhaa. Link kana hunda seenuun dalaga. Avacoin https://t.me/avagoldcoin_bot?start=ae3a0ae21a86428ca53e Yescoin https://t.me/theYescoin_bot/Yescoin?startapp=fkh085 Dotcoin https://t.me/dotcoin_bot?start=r_1774239772 Hamster https://t.me/hamster_kombaT_bot/start?startapp=kentId1178243575 CEX.IO https://t.me/cexio_tap_bot?start=1716712060789969
Показать все...
AVACOIN

Gold is where you find it.

♻️♻️♻️JECHOOTA HAYYOOTA♻️♻️              --------- @Jechoota_kakaumsaa1 -------------- ♻️~. Maallaqni hin dubbatu,garuu soba dhugaa fakkeessa. (South African) ♻️~Namni akka itti jiraatu beeku, beekumsa ga'aa qaba. (Swedish) ♻️~Iccitiin akkuma Simbirroo ogguma nama harkaa baatu balali'uu eegalti. (Saudi Arabia) ♻️~Waa'ee Qilxuu, Qilxuu irraa baradhu, waa'ee Birbirsaa immoo Birbirsa irraa baradhu. (Zen) ♻️~Beekumsa (ogummaa) kee guyyaa tokkoof yoo dagatte, inni immoo guyyaa lamaaf si dagata.(Chinese) ♻️~Yoo manni kee laga qarqara ta'e, naacha fira godhadhu. (Indian) ♻️~. Duuti maqaan isaa hin tolu. Ykn ni ture jedhu;ykn immoo ni ariifate jedhu. (Engliz) ♻️~ Nama Giriikii tokko erga harka fuutee booda,quboota kee lakkaawwadhu. (Albanian) ♻️~. Keessummummaa ganda harree dhaqxee waa'ee gurraa hin haasa'iin. (Jamaican) ♻️~. Simbirroon Allaattii duuba fiigdu, waan inni baqatu seeti. (Japanese) ♻️~. Jabanaan kee inni haaraan akka bishaan baatu hanga mirkaneeffattutti, isa moofaa hin gatiin.Swedish) --Dubistee utuu hin xuqiin hin darbiin👍share --------- 🇯‌‌🇴‌‌🇮‌‌🇳‌_‌🇺‌‌🇸‌☟︎』 ☛ @Jechoota_kakaumsaa1  ☜︎
Показать все...
👍 7 1
https://t.me/hamster_Kombat_bot/start?startapp=kentId1178243575 Ammuma seenii fayyadami booda nii gaabbita start godhii eegali
Показать все...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

👍 2
t.me/BlumCryptoBot/app?startapp=ref_zybiYTPd7m Kunimmoo coin haaraa dha kan mirkanaa'edha itti fayyadamaa maallaqa guddaa kaffala
Показать все...
Blum

Trade, connect, grow and… farm Blum Points! Made by @blumcrypto team 🌸

https://t.me/hamster_kombaT_bot/start?startapp=kentId1178243575 Akkuma seentaniin gayyaa guyyaan bonus million 5 argattuu seenaa Start godhaa
Показать все...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

👍 3
https://t.me/hamSter_kombat_bot/start?startapp=kentId1178243575 Kana ammuma start gootanii guyyaa guyyaadhaan 5000000 bonus isiniif Kenna ammuma seenaa hojjedhaa
Показать все...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

https://t.me/cexio_tap_bot?start=1716712060789969 CEXP tokens farming major upgrade! Two is better than one! Join my squad, and let's double the fun (and earnings 🤑)! CEX.IO Power Tap! 🚀
Показать все...
CEX.IO Power Tap

🤩 Farm CEXP tokens and earn rewards! CEX.IO App makes it simple and secure to buy, exchange, and store cryptocurrencies