cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

JIRAATA MEDIA

Of beekun formula hin qabu.

Больше
Не указана странаНе указан языкНе указана категория
Рекламные сообщения
260Подписчики
Нет данных24 часа
Нет данных7 дней
Нет данных30 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Показать все...
JIRAATA MEDIA

Of beekun formula hin qabu.

Subscribe Like Share Comment
Показать все...
Показать все...
JIRAATA MEDIA

Of beekun formula hin qabu.

Faarfanna haaraa dhufaa jira. Faarfattu shibire bacha banti Yeroo dhiyootti nu eega Coming soon!!! Like Subscribe Share Comment
Показать все...
Показать все...

Watch "WE HAVE THE MIND OF CHRIST" on YouTube https://youtu.be/QMtjBpM9F9w
Показать все...
WE HAVE THE MIND OF CHRIST

Watch "WE HAVE THE MIND OF CHRIST" on YouTube https://youtu.be/QMtjBpM9F9w
Показать все...

Efe. 5 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ¹ Akka ijoollee jaallatamootti fakkeenya Waaqayyoo fudhadhaa! ² Kristos akkuma nu jaallate, isinis immoo jaalalatti jiraadhaa! Inni aarsaa fooliin isaa tolu, qalma Waaqayyoof dhi'aatus godhee nuuf jedhee of kenneera. ³ Akka warra Waaqayyoof qulqullaa'aniitti jiraadhaa malee; halalummaan, xuraa'ummaan hundinuu, sassatis isin giddutti hin dhaga'amin iyyuu. ⁴ Dubbii galateeffachiisu malee, dubbiin gurratti hin tolle, dubbiin midhaan hin qabne, qoosaan hin taanes hin dubbatamin. ⁵ Namni halaleen, yookiis xuraa'aan yookiis sassataan mootummaa Kristosii fi mootummaa Waaqayyootti galuu akka hin dandeenye beekaa! Namni sassataan waaqayyolii tolfaman waaqessuu isaa ti. ⁶ Sababii waan kana hundumaatiif dheekkamsii Waaqayyoo warra isaaf hin abboomamne irratti in dhufa; homtinuu dubbii hundee hin qabneen isin hin gowwoomsin! ⁷ Hidhata namoota akkasii hin ta'inaa! ⁸ Isin dur dukkanaa'oo turtan, amma garuu karaa gooftaa iftaniittu; egaa akka ijoollee ifaatti jiraadhaa! ⁹ Wanti ifa keessaa ba'u, gaarummaa, qajeelummaa, dhugaa hundumaa keessatti in argama. ¹⁰ Wanta gooftaatti tolu qoraa bira ga'aa! ¹¹ Hojii dukkanaa, wanti dhimma baasuu keessaa hin baanee, bakkeetti baasaa malee ittii hin hirmaatinaa! ¹² Namoonni hojii akkasii keessaa qaban jiru; wanta isaan dhoksaatti hojjetan immoo dubbachuun iyyuu yeelloo dha. ¹³ Wanti ifichi bakkeetti baasuu hundinuu mul'ataa in ta'a; ¹⁴ wanti bakkeetti baafamuu hundinuu ifaa dha. Kanaaf,"Ati yaa isa raftuu, dammaqi! warra du'aan keessaa ka'i. @Join #JIRAATA_MEDIA
Показать все...
Watch "jireenya ija qabu" on YouTube https://youtu.be/et0Z6cghOH4
Показать все...

May 13, 2022 http://sharevideo1.com/v/OUZJYzZaVG5hWHc=?t=ytb&f=sy 🔥Trending video shared via VidMate🔥 🎉Best downloader for video and image on YouTube, WhatsApp status, Facebook, Instagram... 🎉Platform for FREE latest movies🎥🎥 👇Download VidMate Now!👇 https://www.vidmateapp.com/?subpub=sharing
Показать все...