cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

ᴋᴀʟɪʏᴇ خلد Official️

As wr wb Akkam jirtan Hordooftoota Chanala kaliyye خلد Baga Jiraattan Amata Kuma Jiraadha isiniin Jecha Chanala Kana Keessatti Wantoota Adda Adda information Adda adda fi Wantoota Dubbise sammuu teetif Gaari Hundi ni Jiruu Koottaa😜🙅🙅

Больше
Страна не указанаЯзык не указанКатегория не указана
Рекламные посты
182
Подписчики
Нет данных24 часа
Нет данных7 дней
Нет данных30 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

💵 𝑲𝒂𝒍𝒊𝒅 የእርስዎ መጋበዣ ሊንክ ———————————————- https://t.me/AwashBirrBot?start=r0921231766 ———————————————- እስካሁን በእርስዎ ግብዣ የገባ ሰው ብዛት 0 ነው። ✅ በእርስዎ ሊንክ 1 ሠው ሲገባ 15 ብር ያገኛሉ። የሠሩትን ብር ከ 150 ብር ጀምሮ (10 ሰው በመጋበዝ) ማውጣት ይችለሉ።
Показать все...
Фото недоступноПоказать в Telegram
Hoordoftoota amnti isalaamaa maraaf baga ji'a ebbifamaa ji'a Ramadaanaa naagaan gessan !!
Показать все...
Watch "Qophii Ramadaana Shabaaba Magaalaa Baabbilee haala oowwaa taaen qoohaa'a jirra😍🥰😇" on YouTube https://youtu.be/LEe9KtJNIBg
Показать все...

Фото недоступноПоказать в Telegram
Raayyaan Ittisaa dahoo xumuraa nageenyaa ta’uu isaan ummata fi biyya keenyaaf yeroo kamiiyyuu ni hojjenna – Fiild Maarshaal Birihaanuu Juulaa Finfinnee, Gurraandhala 20, 2014 (FBC) – Qajeelchi Waliigala Humna Qilleensa Ityoophiyaa balaliiftoota, Teeknishaanootaa fi Poolisii qilleensaan leenjisaa ture ni eebbisiiseera. Raayyaan Ittisaa dahoo xumuraa nageenyaa ta’uu isaan tasgabbii ummataa fi biyya keenyaaf yeroo kamiiyyuu ni hojjenna jedhan Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humna Waraanaa Fiild Maarshaal Birihaanuu Juulaan sirna eebbichaarratti argamuun haasawa taasiisan. Akkasumas wayita duula birmadummaa… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/raayyaan-ittisaa-dahoo-xumuraa-nageenyaa-tauu-isaan-ummata-fi-biyya-keenyaaf-yeroo-kamiiyyuu-ni-hojjenna-fiild-maarshaal-birihaanuu-juulaa/
Показать все...
Watch "•New Walaloo Ramadana Tan Afowna Lillah by Kalid oro lij" on YouTube https://youtu.be/2aKsEzt_C_E @kalidOfficials
Показать все...
•New Walaloo Ramadana Tan Afowna Lillah by Kalid oro lij

#walalo #walalo #Walalo

Repost from ABDII SABAA
#DHAAMSA BARATTOOTA YUUNIVARSITIILEE SAAYINSIIFI TEEKNOOLOOJII . 👨‍🎓"Hayyee hayyee ASTU irraa department pharmacy, industrial chemistry, applied chemistry akka jiru barattootaaf page kee irratti hin maxxasineem. Isaan Kunis jiru keessumaa immoo ijoolleen pharmacy barbaadan waan jiraniif osoo qamaa ilaallatu gaafatani gabaaba keessatti baraatoota keenyaf heertani 😭😭Jabaadha saba guddaa waan taanef miidiyaa guddaatu Nuuf mala" 👨‍🎓"Qormaatni isaanii salphaadha. dabalatees barataan isaan kuffisan hin jiru jechuu dandeessa. Garuu AASTU 'n yoo guutee qabxii kee ilaalani gara adaamaa (ASTU) si dabarsu kanaaf ijoollen keenya baayyee akka hin sodaanne. Qormaata online fudhattu university isinitti dhihoo jiraniin." 👨‍🎓"Ani barataa AASTU'ti, Barattoonni keenya baay'een jaraa Fiildii Sooftweeriif kan mooraa keenya dhufaniif. Garuu kan argatu barattoota muraasa qofadha. Sababni isaas dorgomsiisanii fudhatu waan ta'eef. Yeroo baay'ee barattoonni filannoo 2ffaa osoo hin qopheefatin dhufu ijaa ta'eef fresh man course gaafa xumuran software engineering dhabuusaaniif sadarkaa mooraa gadhiisanii ba'uu osoo gahanii argaa jirra. Kanaaf barattoonni haaraan hubannoo kana osoo qabaatanii gaariidha. Galatoomaa!" 👨‍🎓"Akkam jirta ani barataa AASTU marsaa darbe seenedha haalan waan muraasa semesteera sadan barachaa jiru kana keessatti arge siif qooduufi...kanan sirriitti jechuu dandahu ijoollee baayyeee cimina hin qabneef xinnoo ni ulfaata. haala barumsaa, barsiisotaa fi qormaataatti baruun ni ulfaata. ijoollee dandeetti calculation irratti qaban yoo seenan baay'ee filatamaadha. Mooraa engineering tahuu isaarran kan kahe. Sanaan ala akka dhamahanitti argachuu ni dandahama. Dursa garuu fedhii ofii namni sirriitti adda baafate field engineering seenuuf of murteesse yoo seene wayya gaabbiin ijoollee irratti mul'atu isa kanafaadha. barumsi isaanii ni ulfaata, maal osoon akkas godheera tahee kan jedhan heedduudha." 👨‍🎓"An baraata Senior ASTU dha. Hojiin kessan kan bayyee namatti toluuf kan nama jajjabbeessuudha dhugaa jabaadha. Applied science jalaatti pharmacy's fi industrial chemistry akka dabalamee jiruu isiinif qoodu barbadeenidha. Namootni bayyen abdiin sabaa hin jiruu jedhe jedhani naa gafaacha turaani namonni departmenticha barbaddan. Kanaafiyyuu akka jiruu oddeeffanno isiinif kennu barbaadeni!! Galatooma!" SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA 📡MIIDIYAA📡 @ABDII_SABAA @ABDII_SABAA 📹YOUTUBE📹 https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa 📚KITAABA BARATAA📚 @Student_Textbook @Student_Textbook📩 Yaada📩 @YaadaafQeeqabot @YaadaafQeeqabot
Показать все...
Фото недоступноПоказать в Telegram
ትምህርት ሚኒስቴር የፈተናውን ውጤት ትክክለኛ ቀንና ሰዓት አልተናገረም።‼️ ተማሪዎች ዛሬም ይሁን ከነገ በኋላ ያሉትን ቀናት ትዕግስት በተሞላ ጉጉት እንድትጠብቁ እንላለን። የ12ኛ ክፍል ማጠናቀቂያ ፈተና ውጤት የሚወጣው በሀገር አቀፍ የትምህርት ምዘናና ፈተናዎች ኤጄንሲ ዋናው ድረ ገፅ http://result.neaea.gov.et ላይ ስለሆነ በተለያዩ ቴሌግራም እና ፌስቡክ ላይ ውጤት እናሳያለን በሚሉ #ሃሰተኛ ገፆች እንዳትታለሉ እናሳስባለን:: ውጤት እስካሁን ድረስ #ስላልተለቀቀ በትእግስት እንድትጠብቁ እያልን ሲለቀቅም በመገናኛ ብዙሃን እና እኛም በቻናላችን ላይ የምናሳውቅ መሆኑን ለመግለፅ እንወዳለን። @TIMIHIRT_MINISTER @TIMIHIRT_MINISTER
Показать все...
Фото недоступноПоказать в Telegram
Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa naannoo Somaaleef deeggarsa meeshaalee fayyaa Meetirik toonii 50 taasise Finfinnee, Gurraandhala 14, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa naannoo Somaaleef deeggarsa meeshaalee fayyaa, qorichaa fi nyaata madaalamaa Meetirik toonii 50 taasise. Deeggarsichi naannichatti lammiilee hongee fi weerara dhibeewwan garaagaraan miidhamaniif kan oolu ta’uu ibsameera. Deeggarsichi baatii tokko dura dhaabbatichi naannichaaf dhiyeessee kan turerraa kan itti fufe ta’uu eerameera. Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru,… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/dhaabbanni-fayyaa-addunyaa-naannoo-somaaleef-deeggarsa-meeshaalee-fayyaa-meetirik-toonii-50-taasise/
Показать все...
❤️
Показать все...
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.