cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Arga dhaggeetti Adunyaa Joon

@free Oromo All political Oduu Ammee Amma Ammatti Arkachuf kono joon Goodha hundi keessan Oduu biyyaa keessa Fi Allah hunda wal qabatee Argachuu nii dandeessa joon Godhuu hiin dagatinaa https://telegram.me/Argadhageetiiwboforce

Больше
Финляндия1 846Язык не указанКатегория не указана
Рекламные посты
517
Подписчики
Нет данных24 часа
Нет данных7 дней
Нет данных30 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Wa'ee walaloo caalaan namarra hatee jedhamee namoota baayyeen ofamaa Jira fuula social midia irraa. Hubadhaa. Seeraa Artii keessaa abbaan fedhee walaloo itti hin jojjatamin irratti hojjatuu mirga qaba. Hojii Artii keessaa barbaada artistoonni baayyee hojumaa wali fayyadamuu. Caalaa bultumee kitaaba irratti arge fayyadamee Kun wan baayyee namatti tolu. Walaloo barra'ee lafa Jiru yedalaa bareeda kana itti godhee hojjatuun caalaa bultumee ciminaa caalaa bultumee garsisaa male laafinaa isa hin garsisuu. Yoo caalaan maf kitaabaa namarraa walaloo fudhataa jedhamee abbaan walaloo maf barreessee kitaabaan dhalootaaf gumaacha godhee duubaa. Akkumaa dhaloonni itti fayyadamuuf barreessee natti fakkaate Sanif caalaa bultumee ciminaa isa garsisaa male laafinaa isaa hin garsisuu. Artii keessaatti walaloo fi yadaloon nama tokko walleedhaan hojjatamee hanga waggaa kudhaani qofa abbaan wallee, walaloo fi yedaloo sani mirga gaafatuu qaba. Achii booda mirga itti hin qabu. Abbaan fedhee hojjatuu ni danda'aa Akka yaadaa koottu
Показать все...
#OduuAmmee Firiin qormaata kutaa 12ffaa ifoomeera. Firiin qabxiin barattootaa kutaa 12ffaa guyyaa har'aa halkan sa'a 5:30 irraa kaasuun akka ifoomu eejensiin madaallii barnootaafi qormaataa biyyaalessaa beeksiseera. Barattoonni sa'atii himame irraa kaasuun karaawwan armaan gadii fayyadamuun qabxii keessan ilaallachuu ni dandeessu. 1. eaes.edu.et 2. Telegram 👉 @EAESbot 3. SMS 6284 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA 📡MIIDIYAA📡JOIN👇SHARE @ABDII_SABAA1 @ABDII_SABAA1 📚KITAABA BARATAA📚 https://t.me/Barataadhaaf_1 @Galaana_kitaabaa
Показать все...
#OduuAmmee Firiin qormaata kutaa 12ffaa ifoomeera. Firiin qabxiin barattootaa kutaa 12ffaa guyyaa har'aa halkan sa'a 5:30 irraa kaasuun akka ifoomu eejensiin madaallii barnootaafi qormaataa biyyaalessaa beeksiseera. Barattoonni sa'atii himame irraa kaasuun karaawwan armaan gadii fayyadamuun qabxii keessan ilaallachuu ni dandeessu. 1. eaes.edu.et 2. Telegram 👉 @EAESbot 3. SMS 6284 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA 📡MIIDIYAA📡JOIN👇SHARE @ABDII_SABAA1 @ABDII_SABAA1 📚KITAABA BARATAA📚 https://t.me/Barataadhaaf_1 @Galaana_kitaabaa
Показать все...
Фото недоступноПоказать в Telegram
Fayyuuf yaallus nuuf hin danda'amne. Ittiin rakkachaa jiraanna madaa  kee Hacee koo!😥💔
Показать все...
01:23
Видео недоступноПоказать в Telegram
MEESII 3.0
Показать все...
13.69 MB
00:15
Видео недоступноПоказать в Telegram
😭😭😭😭 hacee ko video Guutuu issaa Argachuuf Youtube kana jalaa seenaa Subcireb Godhaa Hundii keessan lallaa Amummaa https://youtube.com/@jawar-maha961firoo-kadir-martu
Показать все...
1.52 MB
00:12
Видео недоступноПоказать в Telegram
1.44 MB
Enyuu akka injiifatuu barbaadu me filadhaaAnonymous voting
  • Argentina 🇦🇷
  • Saudi Arabia 🇸🇦
0 votes
Фото недоступноПоказать в Telegram
ODU #Gaddaa Guyyaa arraan tanaa Biyya Sa'udii Arabia keessatti Aduun Kusuufuu argan. Saniifuu mootummaan Sa'udii salaata Kusuufaa akka salaatamu labsee jira. Kanaafuu Sunnale Isii tan armaan gadii tana Akka Hin Daganne ➡️ Salaata Kusuufaa Salatu, ➡️ Du'aa'ii, ➡️ Zikrii fi ➡️ Sadaqatu Aduu fi Jiini Kusuufun Aayyat Rabbiti Gama Rabbii Keenya Haa Deebinu. Ergamaan Rabbii ﷺ Akkana jechuun dubbataniiru. Aduunii fi jiini aayatoota Rabbii irraayyi; du'a nama tokkoofis ta'ee jireenya isaatiif jecha hin haguugaman; Yeroo waan kana argitan gara zikrii Rabbiitii fi gara salaataatti dafaa’ jedhan” Rabbiin Diliiteenya Nuuf ha Araaramu Nasir Hamza http://telegram.me/Argadhageetiiwboforce
Показать все...
Фото недоступноПоказать в Telegram
Subhaanallaah yaa rabii ijaa ramatatiin nuu lallii Nuuf araramii http://telegram.me/Argadhageetiiwboforce S. A. W😭😭😭😭😭😭
Показать все...