cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Obsi Ulee Hayyuuti-OUH

Chanala kanarraa beekumsa walii galaa gorsa gaggaarii seenaawwan garagara waan haala yerootiin wal qabatu argattu. YOU TUBE https://youtube.com/@qarnyotub FACE BOOK👉http://www.ObsiUleeHayyuuti-OUH.com Telegram👉 @kingobsi Yaada nu keennuuf👉 @obsibot

Больше
Рекламные посты
548
Подписчики
Нет данных24 часа
+17 дней
-530 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

EID MUBARAK : WARRA BARANAA KAN BARA HEGEREE ••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••• Obboleeyyan kiyya kan Islaamaa kan Xiqqaa fii Guddaa Kan Dhiiraa fii Dhalaa Kan Biyya Keessaa fii Biyya alaa Jirtan Hundi keessannuu warri guyyaa arraa geessanii iida Arafaa godhaa jirtan  baga rabbiin Guyyaa iidaa kanaan isin gaheen isiniin jachuun barbaada. iidni kun iida gammachuu iida milkii kan badhaadhinaa kan yaadaa fii muraadni keenya hundi keessa nuuf guutamu rabbiin nuuf haa Godhuu. Ibaadaa dalagaa baane hunda isii rabbiin nurraa qeebalee addunyaa fii aakhiratti ittiin nu Haa qananiisuu. Warra barana Hamdii kan bara Dhufu abdii Warra Baranaa kan bara hedduu rabbiin nu haa godhuu Warra amatuu soomanee akkanatti iidu rabbiin nu haa taasisuu. Eid Mubarak Warra Baranaa Kan Bara Hegeree Rabbiin Nu Haa Godhu عيدكم مبارك تقبل الله منا ومنكم صالح الاعمال  وكل عام وانتم بخير
Показать все...
Darsii 28ffa.mp32.60 MB
Darsii 29ffa.mp33.39 MB
Darsii 30ffa.mp31.55 MB
Darsii 31ffa.mp32.46 MB
Darsii 32ffaa.mp33.05 MB
Darsii 33ffa.mp31.56 MB
Zaka Fixri-1.mp34.03 MB
Zaka Fixri-2.mp33.73 MB
Zaka Fixri-3.mp33.25 MB
Zaka Fixri-4.mp33.46 MB
Darsii ramadaana partiin 7ffaan kunooti buufadhaa dhaggeeffadhaa obbaleeyyan keessaniif share godha. #Join & Share waliif godha 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 @kingobsi @kingobsi @kingobsi @kingobsi
Показать все...
Darsii waa'ee zakka fixrii kutaa1-4 kunooti buufadhaa dhaggeeffadhaa obbaleeyyan keessaniif share godha. #Join & Share waliif godha 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 @kingobsi @kingobsi @kingobsi @kingobsi
Показать все...
Darsii 23ffaa.mp33.24 MB
darsii 24ffa.mp33.35 MB
Darsii 25ffaa.mp33.10 MB
Darsii 26ffa.mp33.05 MB
Darsii 27ffaa.mp32.67 MB
Darsii ramadaana partiin 6ffaan kunooti buufadhaa dhaggeeffadhaa obbaleeyyan keessaniif share godha. #Join & Share waliif godha 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 @kingobsi @kingobsi @kingobsi @kingobsi
Показать все...
Darsii 18ffaa.mp33.40 MB
Darsii 19ffaa.mp31.55 MB
Darsii 22ffa.mp32.31 MB
Darsii 21ffa.mp33.71 MB
Darsii 20ffaa.mp32.72 MB
Darsii ramadaana partiin 5ffaan kunooti buufadhaa dhaggeeffadhaa obbaleeyyan keessaniif share godha. #Join & Share waliif godha 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 @kingobsi @kingobsi @kingobsi @kingobsi
Показать все...
نصيحة في رمضان => { GORSA RAMADAANAA } شهر الرحمة والغفران “Ramadaanni ji'a rahmataa fi araaramaati. أوصيك بوصية رسول الله صلى الله عليه وسلم Dhaamsa ergamaa rabbii  tokkon siif dhaama: 💥اتق الله حيثما كنت💥 "Bakka jirtu hundatti rabbi sodaadhu" تجنب مخالفة أوامر الله  بقلبك وبلسانك وبجوارحك وبدنك Qalbii keetiin, arraba keetiin, humnoota qaamaa fi qaamota kee maraan ajajoota rabbii kaallafuu (faallessuu) irraa fagaadhu. الزم طاعة الله أينما كنت Bakka jiraattu hundatti ibaadaa rabbii jabeeffadhu /qabadhu. فالزم أداء الفرائض التي فرضها الله عليك Dirqamoota rabbiin sirratti dirqama  taasise qabadhu /gaggeessi /raawwadhu. واجتنب المحرمات التي حرمها الله عليك Wantoota rabbiin  haraama sirratti godherraa fagaadhu. فتعلم علم الدين حتى تصير من المتقين Barnoota diin-islaamaa baradhu, akka warra rabbiin sodaatanu rraa taatuuf jecha. فاتق الله عندما تتكلم Yeroo waa haasoftu rabbiin sodaadhu. فتعلم قبل أن تتكلم Osoo hin haasa'in dura, wanta haasa'uu barbaaddu sana baradhu. فتكلم بخير تغنم Waan gaarii haasa'i, galata booji'attaa /miindaa argattaa. واسكت عن شر تسلم Waan hamaa ta'erraa callisi, nagaha baataa. واتق الله بنظرك فلا تنظر إلى ما حرم الله Agartuu keetiin rabbi sodaadhu, waan rabbiin haraam godheen hin ilaalin. واتق الله بقلبك فأخلص نيتك بعمل الطاعة Qalbii keetiin rabbi sodaadhu, yeroo wanta gaarii ta'e (ibaadaa) hojjattu niyyaa kee qulqulleessi. وإياك والرياء والعجب Of agarsiisuu fi of ajaa'ibuu rraa lubbuu kee fageessi. فأدم النية لله في عمل الطاعات Hojii ibaadaa keessatti niyyaa kee rabbitti tolfachuu rraa hin deemin. وعند اجتناب المحرمات لتقبل منك الحسنات Akkasumas: Yeroo wantoota haraama ta'an irraa fagaattus niyyaa kee tolfadhu, akka toltuun kee fudhatama siif argatuuf jecha. واتق الله بمشيك فلا تمش إلى معصية Adeemsa kee keessatti rabbi sodaadhu, gara wanta haraam ta'ee hin adeemin. الزم طاعة الله بأقوالك وأفعالك Jechootaaf gochoota keetiin amrii rabbii qabadhu. وتذكر دائما أن الله يراك ويسمعك Yeroo hunda akka rabbiin si arguu fi si dhagahu yaadadhu, وعالم بما في قلبك Waan qalbii kee keessa jirus akka inni beeku  yaadadhu. وهو أحياك وهو يميتك Rabbiin hanga fedhe si jiraachisee, yeroo fedhetti si ajjeesa. أنت عبد مملوك لله Ati rabbiif gabricha mallakamaadha. يملك جسدك وروحك Qaamaa fi ruuhii keetis isatu mallakatee jira. ويفعل بك ما يريد Rabbiin wanta fedhe sitti hojjata. وهو يبعثك من قبرك Rabbiin qabrii keetirraa si kaasuuf jiraata. وهو يحاسبك ويثيبك أو يعذبك Rabbiin si qorata, yoo tolte jannataan si galateessa; yoo hammaatte /badde mmoo azaabaan si bobeessa. فانظر ماذا تقدم في دار العمل لدار الجزاء على العمل Kanaaf: Biyya hojii kana keessaa, waan biyya galataatiif  dabarfattee jirtu mee of ilaali ykn adduniyaa kanarraa maal akka aakhiraaf dabarfattee jirtu of qoradhu. فما عملته تلاقيــــه Wanta hojjatte tokko, itti dhufuuf jiraatta”. Madda: Fuula Fb. Abuu Nizaar Ganaa: ↓👇👇👇 نصيحة في رمضان => { GORSA RAMADAANAA } شهر الرحمة والغفران “Ramadaanni ji'a rahmataa fi araaramaati. أوصيك بوصية رسول الله صلى الله عليه وسلم Dhaamsa ergamaa rabbii  tokkon siif dhaama: 💥اتق الله حيثما كنت💥 "Bakka jirtu hundatti rabbi sodaadhu" تجنب مخالفة أوامر الله  بقلبك وبلسانك وبجوارحك وبدنك Qalbii keetiin, arraba keetiin, humnoota qaamaa fi qaamota kee maraan ajajoota rabbii kaallafuu (faallessuu) irraa fagaadhu. الزم طاعة الله أينما كنت Bakka jiraattu hundatti ibaadaa rabbii jabeeffadhu /qabadhu. فالزم أداء الفرائض التي فرضها الله عليك Dirqamoota rabbiin sirratti dirqama  taasise qabadhu /gaggeessi /raawwadhu. واجتنب المحرمات التي حرمها الله عليك Wantoota rabbiin  haraama sirratti godherraa fagaadhu. فتعلم علم الدين حتى تصير من المتقين Barnoota diin-islaamaa baradhu, akka warra rabbiin sodaatanu rraa taatuuf jecha. فاتق الله عندما تتكلم Yeroo waa dubbattu rabbiin sodaadhu. فتعلم قبل أن تتكلم Osoo hin dubbatin dura, wanta dubbachuu barbaaddu sana baradhu /hubadhu.
Показать все...
Obsi Ulee Hayyuuti-OUH

Chanala kanarraa beekumsa walii galaa gorsa gaggaarii seenaawwan garagara waan haala yerootiin wal qabatu argattu. YOU TUBE

https://youtube.com/@qarnyotub

FACE BOOK👉http://www.ObsiUleeHayyuuti-OUH.com Telegram👉 @kingobsi Yaada nu keennuuf👉 @obsibot