cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Urael Tech

Afaan keenyaan Teknolojii ha dubbisnu. Group kenyaaf https://telegram.me/uraeltechs Yaadaa qabdanuf= @UraelBot

Больше
Страна не указанаЯзык не указанКатегория не указана
Рекламные посты
616
Подписчики
Нет данных24 часа
Нет данных7 дней
Нет данных30 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Фото недоступноПоказать в Telegram
Google irratti lakkoofsa kana search yo gootan 241543903 namoota mataan jara firijii keessa seenee agartuu 😁 search godha ilaala.
Показать все...
🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼 🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼 🌼 🌼🌼🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼 🌼 🌼🌼 🌼🌼🌼 🌼 🌼🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼🌼🌼🌼 🌼🌼🌼🌼🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼🌼🌼🌼🌼 🌼🌼🌼🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼🌼🌼🌼 🌼🌼🌼🌼🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼🌼🌼🌼🌼 🌼🌼🌼🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼🌼 🌼🌼🌼🌼🌼🌼 🌼🌼🌼🌼🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼🌼🌼🌼🌼 🌼🌼🌼🌼🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼 🌼🌼🌼 🌼🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼🌼🌼🌼🌼 🌼🌼🌼🌼🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼🌼🌼🌼🌼 🌼🌼🌼🌼🌼🌼 🌼 🌼 🌼🌼🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼 🌼 🌼🌼 🌼🌼🌼 🌼 🌼🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼🌼🌼🌼 🌼🌼🌼🌼🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼🌼🌼🌼🌼 🌼🌼🌼🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼 🌼🌼
Показать все...
#Hararii #SafarikomItoophiyaa Naannoo Harariitti, Manneen daldalaa fi suuqiiwwan maqaan "Safaricom Ethiopia" jedhu itti maxxanfaman hundatti SIM kaardi fi Airtime bitachuu ni dandeessu jedhameera. Kana malees, wiirtuuwwan gurgurtaa lamaan naannoo #Aratagna fi #Sillaaseetti argamanitti galmee gurgurtaa SIM kaardii, bittaa bilbila harkaa fi deeggarsa adda addaa argachuun akka danda’amu ibsameera. Maamiltoonni tajaajila deeggarsa maamilaa kamiifuu Safarikom Itiyoophiyaa #call_center afaanota adda addaatiin: - Afaan Amaaraatiin, . - Afaan Oromootiin, - afaan Somaaleetiin, . - Afaan Tigriffaafi Ingiliffaan tajaajila argachuuf filannoo qabu, akkasumas hojjettoota tajaajila maamiltootaa waliin 👉 700 bilbiluun haasa'uu dandeessu. #SafaricomEthiopia #Hararii credit tikvah
Показать все...
Safaricom Itiyoophiyaan daqiiqaa tokkotti saantima 50 kaffalaa jira😡 Safaricom Itiyoophiyaan baatii saddeet dhufan keessatti magaalota 25 keessatti tajaajila akka eegaluuf ibseera. Waggaa lama dura qaama caalbaasii telekoomii idil-addunyaa ta’uun Itiyoophiyaa kan seene Safariikoom Itiyoophiyaa tajaajila telekoomii maamilaa yeroo jalqabaaf magaalaa Dirree dawaatti eegale. Dhaabbatichi qorannoo neetworkii maamiltootaa neetwoorkii 2G, 3G fi 4G magaalaa Dirree dawaatti koodii ka’umsaa 07n gaggeessee jira. Safaricom Itiyoophiyaan lakkoofsa bilbilaa maamiltoota isaa Dirree dawa manneen daldalaa keessatti argaman ifoomse, tajaajilli yaaliin neetworkicha baatii tokkoof kennuu eegalameera. Dhaabbatichi tajaajila sagalee lakkoofsa bilbilaa Safaricom irraa kaasee hanga SIM card Safaricom fi Ethio Telecom tajaajila sagalee kennuuf daqiiqaa tokkotti saantima 50 kan kaffalu yoo ta’u, birrii 10n meeggaabaayitii 120, birrii 50n meeggaabaayitii 900, birrii 100f interneetii giigaabaayitii 2 guyyoota 30f gurguraa jira . Dhaabbatichi itti dabaluudhaanis hanga Ebla bara 2015tti ji’oota saddeet dhufan keessatti magaalota Itiyoophiyaa 25 keessatti tajaajila telekoomii akka eegalu ibseera. Baatiiwwan saddeet dhufan keessatti iddoowwan gurguddoon tajaajilli kun itti eegalu Finfinnee, Bahardar, Gondar, Dese Kombolcha, Harar, Adaamaa, Hawaasaa, Jimmaa, Jigjigaa fi magaalota birooti jedhama #𝐎𝐝𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨_𝐓𝐞𝐞𝐤𝐧𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢_𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨_𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨𝐧_𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐟_𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥_𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚_𝐉𝐨𝐢𝐧_𝐆𝐨𝐝𝐡𝐚 © from kiya
Показать все...
Фото недоступноПоказать в Telegram
Giraafiksiin yeroo jalqabaaf hojjetame kana fakkaata. akkuma beekamu Company NIVIDIA jedhamutu hojjete
Показать все...
Magaalaa Finfinneetti torbaan Tuurizimii fi Teeknooloojii Hagayya 4 hanga Hagayya 7tti ni gaggeeffama. "Torbaan Tuurizimii fi Teeknooloojii" Komishiniin Tuurizimii Oromiyaa qopheesse Hagayya 4 irraa eegalee Finfinnee Hoteela "Skylight" keessatti akka gaggeeffamu ibsameera. Waltajjiin kun biyya keenyatti seektaroota gurguddoo lamaan kan hammatee yoo dhihaatu kan jalqabaa yoo ta’u, hirmaattota ijoo damichaa mootummaafi dhaabbilee dhuunfaa irraa ni hirmaachisa. Sagantaa guyyoota afuriif turu kana keessatti Agarsiisni Tuurizimii; Waltajjiin Tuurizimii; Haakkaatoonii Tuurizimii 2014 (Hackthon 2022); Waltajjii teeknooloojiin turizimii fi furmaata dijitaalaa itti dhiyaatu yoo ta’u, akkasumas qooda fudhattoota ijoo turizimii fi mootummaa waliin walqunnamtii uumuuf haala mijeessa. Keessattuu turizimiin, teeknooloojii waliin walitti dhufeenya gadi fagoo waan qabuuf; Dameen kun carraa hojii uumuu bal’aa kan qabu yoo ta’u; Bu’uura dinagdee maakroo keessatti gahee damichaa akkasumas gahee geejjibaa, bu’uuraalee misoomaa fi misooma invastimantii irratti mariin paanaalii ni gaggeeffama jedhameera. Imaammata turizimii irrattis bu'aa gatii guddaa qabu irraa argama jedhamee eegama. Komishiniin Tuurizimii Oromiyaa Odeeffannoo Tikvah Itiyoophiyaaf erge keessatti akka ibsetti, namoonni fedhii qabanii fi qooda fudhattoota damichaa waliin wal arguu barbaaddan hundi agarsiisa guddaa Hagayya 4 hanga Hagayya 7tti Hoteela "Skylight" keessatti gaggeeffamu kana irratti hirmaachuu akka danda’an ibseera. ©Tikvah
Показать все...
Фото недоступноПоказать в Telegram
Jappan keessatti akka photo irratti arga jirtanu awwaala nama hunda irratti QR CODE kahama kunis kan fayyaduuf seenaa namicha hunda baruufi😳
Показать все...
Фото недоступноПоказать в Telegram
AMD yeroo jalqabaaf ''processor'' hedduu gurguruun intel caaleera.
Показать все...
Indaastiriin Kawaasaakii Jaappaan roobootii miila afurii maanguddoota tumsu hojjechuun beeksise. © Fana – Indaastiriin Kawaasaakii Jaappaan kutaalee hawaasaa umriidhaan dullooman kan gargaaruu danda’u roobootii miila afurii hojjechuu beeksiseera. Moggaasa maqaa “Beeksi” kan qabu roobootiin kun miilaa afuriin socho’uu fi lafarraa saffisaan imaluu danda’a jedhameera. Roobootichi sababa dullumaan namoota bakkaa bakkatti socho’uu hindandeenye tumsuuf garagaara jedhameera.
Показать все...
#Urael_𝐓𝐞𝐜𝐡_𝐍𝐞𝐰𝐬 Kuufama Interneetaa hin daangeeffamne Guyyaa tokkoof Qarshii 55 akkasumas ammoo kuufama interneetaa sa'aatii tokkoof hin Daangeffamne Qarshii 12 bitachuu dandeessu jedha Ethiotelecom *999# fi akkasuma Tele birr dhaan bitatanii itti fayyadamuu dandeessu #𝐎𝐝𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨_𝐓𝐞𝐞𝐤𝐧𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢_𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨_𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨𝐧_𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐟_𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥_𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚_𝐉𝐨𝐢𝐧_𝐆𝐨𝐝𝐡𝐚 @uraeltech
Показать все...