CAAYAA ENTERTAINMENT CE
🗣Bashannanaaf 🗣Beekumsaaf 🗣Jaalalaaf 🗣Seenaawwan mimiidhagoo 🗣Odeeffanno adda addaaf 🗣Haala yaroo irrattis 🗣yoom san qofa akkasumaas taatewwan biyya keessaaf kan alaa in argattu Hudumaafuu filannoon keessan @caayaapost haa ta'u
Больше- Подписчики
- Просмотры постов
- ER - коэффициент вовлеченности
Загрузка данных...
Загрузка данных...
- A. Abbaa
- B. Soddaa
- C. Haadhaa
- D. Namaa
- A. Foon
- B. Gaala
- B. Ra'ee
- D. Tiruu
- A). Namni
- B). Lukkuun
- C). Horiin
- D). Jaartiin
#Subscribe #share #like #kofin comedy #kofin team @Kofin Tube
Ee tiya yayee ee tiyaa yee Ee tiyaa eetiyaa Chora Nonno blBunnon bayee Ilubaboor yo deemte beenyee Yoo deemte beenyee(2) Hiddinaan Hiddi malee yaa korma koo maal maqaan axanxarii Sirbinaan sirbi malee yaa daama koo maal maqaan na gabarii Gurralee sayyan boruu yaa korma koo goticho barii dule. Innan bo'uuf suma yaa daalitti dallitti kome lulee. Ilubbaabor...oooye Iluubaabor.. oooye Ilubaabor fardi booraa Ajeessan faachuma koora Ilubaabor fardi koraa Ajeessan faacha koora Koora malee hin yaabani yaa kiloolee sirbii malee Irra keessa qootannaa sangaan kenya batalli Bar sangaan kenya battalii irra kessa kofalaa garaan kenya gargarii Garaa dhiraa hin beekanii Kannisi farsoo hin sortuu yaa dama kooyee Damma bifaatti sontii Mancuufeen daamaa irraa hin tessuu korma koyyee Eeraquuf daamaa kortii Borrii hin booraa Ajeesan faacha kooraa Abbaan koo duru jagnaa sagliin durba hin muudanii Afaan kee duruu dammaa maa soogidda cuubanii Abbaan koo duru jagnaa sagliin durba hin muudanii Afaan kee duruu dammaa…
Keekiyyaa Badhaadhaa - MADAQOO | *Oromo Music 2021* (Official Video) Streaming on Spotify:
https://open.spotify.com/artist/0SbnwtlcAHtKAN7ylBs7Yn?si=232Q2WvGSmqdqmJTj7aoCw&dl_branch=1#Keekiyyaa#Badhaadhaa #OromoMusic Unauthorised use, distribution and/or re-upload of this content is strictly prohibited. Copyright © 2021 Keekiyyaa Badhaadhaa