cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Nasri tube

Ilmi namaa nama tahee dhalatuu isaatiin wolqixa Qabeenyi ilma namaa ini guddaan wayan 4 afur qofaadha ✔ Amanttaa isaa ✔ sammuu isaa ✔ yeroo isaa ✔ hariiroo inni ummata wojjiin qabu Kunniin Afranuu waan hundda of jalatti qabatu kanaaf fayyadami 👍

Больше
Финляндия2 371Язык не указанКатегория не указана
Рекламные посты
198
Подписчики
Нет данных24 часа
Нет данных7 дней
Нет данных30 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Repost from Kebor Multimedia 1
#ISHRAQ_1FFAA #by_kebor_Multimedia_production Seenaa dubartoota Taariika kaleeysaa Addunyaan galmeesse Harra nan deebisaa Kabaja itti horee Ishraqin ceesisuuf Ilaalcha fooyya'aa Dhaloota dhaalchisuuf 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 Waltajjii dubartootaa dubartoota qofaaf Ishraq 1ffaa 03/10/2015 sanbata duraa Gamoo #bekera (abosto bekera Hall ) waan gaggeeffamuuf sagantaan kun sagantaa addaa bifa adda taheen qophaaheedha. Kanaaf hundi keessanuu affeeramtaniirtu #qopheessaan_kebor_multimedia_production
Показать все...
Repost from Kebor Multimedia 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
Shabaabban jajjabaa Goobba keessaan argee Bakka bu'aa Aadam saaddoo Harra ija kootiin argee Goobba dirree seenaa Biyya Aadam saaddoo Handhuura goototaa Balleeyssaa gadadoo #kebor_visit_gobba Harra kebor Multimedian roobee baalee keessa deemuun dhaabbata heddu ziyaare ture. #fkn 👉al risaalaa jema         👉ummu eyman charity         👉urjii rileaf foundation         👉 waa islaamaa ture #❤ xumurri ziyaaraa keennaa ✈️✈️#goobba_centeral_jem'a ture   ⚜️⚜️⚜️GALATOOMAA⚜️⚜️⚜️
Показать все...
Repost from Kebor Multimedia 1
#Nagele_Grand_iftar Iftaarri Maagaaaa Nageellee Arsii Bifa adda taheen Goolabameera #Maashallah Guyyaa Kaleessaa nagahaan Goolabameera ⚜️⚜️Hedduu Galatoomaa⚜️⚜️ #kebor_Multimedia_production

Перейти в архив постов