cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Jetteere.............!

Chanaalii kan banneef oduuwwaan haala yeroo wajjiin wal qabatan hatattaaman isin biraan gahuuf tahe ammas qophiilee bashanna

Больше
Страна не указанаЯзык не указанКатегория не указана
Рекламные посты
179
Подписчики
Нет данных24 часа
Нет данных7 дней
Нет данных30 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

I won a $3.00 reward from ClipClaps, open ClipClaps to share bonus with me. #eyJpZCI6IjI2NTM1MTA5IiwidHlwZSI6MX0=# https://www.clipclaps.com/?activity_spin=26535109
Показать все...
Фото недоступноПоказать в Telegram
🎁Safaricom ethiopia ሽልማት🎁 በተጠቃሚዎች ዘንድ እውቅናን ለማትረፍና ደንበኞችን ለማብዛት የቴሌግራም bot ከፍተናል በውስጡም ብዙ ሽልማቶችን አዘጋጅተናል። 🎁ለእርስዎ እና ለ2 ጓደኛዎ የ 3000 ብር ስጦታ 🎁smart phone( s21 ultra) 🎁Asus personal computer ይህንን ለጓደኞችዎ በመላክ ተሸላሚ ይሁኑ ማሳሰቢያ! ይህ ሊንክ የሚያገለግለው ለ Muaz ብቻ ነው https://t.me/Safaricom_ethiopia_new_bot?start=r03937947420
Показать все...
Hey! Come watch funny videos with me on ClipClaps! There is a $1 sign up reward. https://h5.cc.lerjin.com/propaganda/#/community?clapcode=5065289386
Показать все...
Muaz Mustefa: Galatooma channel join gochuu hin dagatinaa galatooma!https:5065289386
Показать все...
#Anis_sagaleedha! Hojjannee jijjiiramna Quban qabnu namatti Jennee hojii barbaacha Ceenee baarii gamatti! ~ Harka namaa kajeeluu Hiyyummaatti hafuu jibbaa Gammoojjii qaxxaamurree laafnee mogoleef jilbaa! ~ Gariin karaatti taanee Galaa qurxummiif naachaa Gadadoo jiruu moo'uuf Lubbuu woreega laachaa ~ Deemsaan koomee ciccinnee Aduu saafaan waadamaa Bibir'ataa as geenye Qabamuudhaaf gaadamaa! ~ Garuu....... Akka garaa ta'aaree Marqaan galaa ta'aaree? Kan yaadne faallaa ta'ee Bitaacha nutti galee Rakkoon baqanne asittis Lakkuu nurratti dhale! ~ Alagaan alaguma Jabduudha biyyi ormaa Jiraachuu nu dhorkite Kokkee nu qabde morma ~ Mankaraarree hojjannee Jijjiiramuu dharraanee Rakkoof biyyarraa baanee Gidiraatti rarraane! ~ Mirga namummaallee Nurraatii sarbanii Qabanii hidhaatti Dirqiin nu darbani! ~ Hidhaanuu hidhaadhaaree Azaaba biyya lafaa Gubaadhaan affeelamnee Kunoo ciccinne nafaa! ~ Kumaan bakka tokkotti Nutti cufan balbala Jiruun imimmaan taate Ganamaafi galgala ~ Dabareen wal gaggeessuu Taate keenya hireeni Daarree beelaan dhumanne Dhibee irbaataaf cireeni! ~ Osoo lammii qabnuu Homaa wallaalamnee Festaaliidhaan duunee Isaan awwaalamne! ~ Du'aaf guyyaa eegganna Maal jetturee yaa firaa Gidiraan biyya lafaa Kan kana caalu jiraa? ~ Dhufee nubaasa jennee Abdannee kootummaani Iyya keenya dhaga'uu Maaf dide mootummaani? ~ Dhaabbileen siyaasaa Kan bulchuuf morkatu Akkamiin lammii ofii Sagalee dhorkatu? ~ Gaafa bal'oo nu fedhaa Gaafa rakkoo nu gantaa? Meerre majilisaaf Dhaabbileen amantaa? ~ Aktiivistiin keenya Osoo arguu miixuu Dhimma lammii isaa Maaf waan tokko hin xiixu? ~ Rakkinaaf manaa baane Nutoo hin qabnuu cubbuu Firaaf aantii osoo qabnuu Wareega baafnaa lubbuu? ~ Lammileen biyya alaa Maaf nuun birmatu ka'ee Sagaleen dhageessisuu? Fuuldura embaasii ba'ee ~ Gaafa dhimma siyaasaa Dafee harki diriiraa Gidiraa keenya argaa Ummanni maaf callisa Nuuf hin ba'uu hiriira! ~ Duroo lammiif birmatee Fuudhee biyyatti galaa Maaliif ijaan nulaala Dippiloomaasiin alaa! ~ Orma dhageessuu laata Sagalee addaan footanii Rakkoof biyyarraa baanaan Alagaa nu gootanii? ~ Du'a lammii keessanii Gammadduu akka cidhaatti Abdii sinirraa kunnee Dhumnuu mana hidhaatti! ~ Lafti namaan bareeda Lammii ofiitoo biyyaa Gamaa gamanni yaa'ee Nuun dhageessisuu iyya? ~ Adaraa yaa ummataa Nuti ilmaan keessanii Hidhaa biyya ormaatti Nun laalinaa teessanii! ~ Akka isiniif birmanne Gaafa hongeefi beelaa Gurmuun nuuf birmadhaatii Nurraa dhaabsisaa eelaa ~ Hidda dhiiga keenyaatu Wiirtuu keessanii maddaa Qaamni keessan madaadha Xiqqumallee nuuf gaddaa! ~ Kunoo waggoota lamaaf Harka marannee teenyaa Rabbii guddaa gaditti Sin qofa abdiin keenya ~ Callisaan laaltu taanaan Lubbuu lammiitii baatuu Gaaffii biyya lamaanii Nama taajjabbii taatu! ~ Guyyuu lubbuu gabbaraa Dadhabneerra turmaata Tokkummaan ka'aa iyyaa Nuuf barbaadaa furmaata! ✍️... @Riyaad_Raayyaa tiin
Показать все...
​​gaaffii 1 mootummaa jechuun maalidha? deebii : mootummaa jechuun gartuu uummataa naannoo keenya keessa jiraaatan(maqaa dheeruu hin barbaaduu)birrii furdaa kan nyaatan,ofii isaaniifi haadha warraa isaaniif konkolaataa gatii guddaa kan bitan, ijoollee isaanii barnootaaf biyya alaatti kan ergan, giiftii isaanii bittaaf gara Dubaayitti kan ergan, maatii isaanii yoo mataan dhukkube illee wal'aansisuuf Indiyaatti kan ergan, mana gurguddaa kan ijaaran . yeroo uummanni #zayitiin birrii 700 gale jedhee maraatu yeroo uummanni booranaa goginsa sodaate Loon birrii kuma 50 birrii 500n gurguratu.😭😭 utuu isin ta'ee deebii kanaaf 10n keessaa meeqa kennituuf ?👍
Показать все...

qormaata kuftee aaruu dandeessa jaalalleekeen wal loltee akasuma aaruu dandeessa garuu garuu na amani bilbillikee chaarjii fixee chaarjiirra keessee hojiikee xumurtee manaa ba'uuf yeroo chaarjiinkee amma iyyuu 3% siin jedhu caaalaa wanti nama aarsu hin jiru.😡😡 😂😂😂😂
Показать все...
Показать все...
New oromo music 2022 Saartuu usmaayyoo muussaa
Показать все...