cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Waadaa Jaalala...Daraaraa ❤💘💘🌺💝🌹🌹🌺

Jaalala dhuman qabne❤💔💘👉Atinaaf ☀Jaalala daraaraa Hunduma dararaa Hanga gootu firii Obsuman bira tarii Inuma kununsii Bu'aa isaatin of gamamachisi Yaadaf##👉 @Atinaafdamma Jion👉 @mehdiatinaaf

Больше
Страна не указанаЯзык не указанКатегория не указана
Рекламные посты
562
Подписчики
Нет данных24 часа
Нет данных7 дней
Нет данных30 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Kutaa 1ffaa Asoosama gabaabaa 🙏 👇👇👇👇👇👇👇 Ana halkaan guutuu dubbisaa buleetan ganaman hirribaa ka'ee Akkuman buleeti gara daree qormaata qajeele Akkuman achi gaheen dubartii takka arge yeroon laalu gabaabdus miti dhertuu garuu jidduu galeessa wayi bifti isii magaala, iji isii waan umaman kulamte fakkaati Anis suuta jedhetin laala ture yeroo kana dubbisus tahee waan biraa gaafachun waan natti ulfaatef sodaadhen dhabbaacha ture Osuman kanan jiruu hiriyaan kiyyaa tokko natti dhufe Anis ittin garsiiseka innis akkuma argeen wa'ee isii hunda waan beekuf natti himuu egale achuman osoo hin turin lakk isii naaf kenne Anis mirkaanessuf irraatti yeroon bilbilu dhuguma isittu Ana jaala kaste Anis isii tahuu Akkuman beekenin gara kutaa qormaataa seene qoraamuu eegale. Garuu an ajaiba kan natti tahe amma argee ammuma isii yaadu eegalu kiyya yeroon bahee isii arguuf tattaafadhus isii arguuf hin dandeenye Achuman osoo gara Dormii deemu Ammas deebi'e bilbileef garuu isin hin kastu irra deddeebiee yaalus akkasuma hin kastu Hayyee isii yaadu dhiisun qaba jedhe yaadus waan naaf danda'amu tahee natti mullaachu dide erga akkas taheefu jedhen eegaa gabaabaa barreessef ergan kiyyaa akkas je'a ture yeroo tokko qofa silkii kaasi sagalee reefu san irraa naaf deebi'i jedha ture...Akkuman irra naaf deebi'i jedhe ergaa barreessen yeroon bilbilu na jalaa kastee osoo waan bira Ana hin gaafatin eenyu ati Nan jette Anis suuta jedhetin itti hima jedhetan maqaa itti dhiise waan biraa hasawu eegale isinis Akka waan artuu taate silkii natti cufte.... @Dammessa @Harar Join us @Dammessaa
Показать все...
🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎹 🎺🎺🎺🎺🎺🎺🎺🎺🎺🎺🎺🎺🎺🎺🎺 ......#HOJII HAARAWA..... Sirboota welliftoota #OROMOO DURIR- AA HANGA AMMAA JIRAN HUNDA IS- AANII #ALBUMAA HANGA SINGLE ISA- NITTI QABANNEE ISINIIF DHIHEYSINE- E JIRRA NUTI GAHEE KEENYA BAHANNE ISINIS GEHEE KEESSAN BAHADHAN AFFEERRAA KEENYA ©CARRAA GAARI 🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸 💽💽💽💽💽💽💽💽💽💽💽💽💽💽💽
Показать все...
💽💽AADAM HAARUN💽💽
💽💽Abdii ibraahim💽💽
💽💽Abdii Gophee💽💽
💽💽Ahmad kabiiraa💽💽
💽💽Ahmad Yaasin💽💽
💽💽Alii Birraa💽💽
💽💽Aliyyii Saabit💽💽
💽💽Abduselaam Haajii💽💽
💽💽Abraahim Baadiyyaa💽💽
💽💽Almaaz Tafarraa💽💽
💽💽Ababaa Kafanii💽💽
💽💽Abitow Kabadaa💽💽
💽💽Ahmed ibrooshee💽💽
💽💽Alii shabbo💽💽
💽💽Andualem Gosaa💽💽
💽💽Abdishuu Ammaa💽💽
💽💽Abbush Zallaqaa💽💽
💽💽Abbabaa Abbishuu💽💽
Alemituu simee
💽💽Addisuu Furgaasaa💽💽
🎵Addisuu Karrayyuu🎵
🎵🎵Alii Momadiima(asaboot)🎵🎵
💽💽Adinaan Mahammad🎵🎵
🎵🎵Abarraa warquu🎵🎵
💽💽Afren Barkoo(Odaa Jamaal)💽💽
💽💽Athem Haddis(Habluul)💽💽
🎵🎵Afroo gishoo🎵🎵
🎵🎵Amiin Huseen🎵🎵
💽💽Afandi Siyyoo💽💽
💽💽Beetij Jamaamaa💽💽
Bohaaraa Birhaanu
Birhaanee Teferraa
🎸🎸Caalaa Bultumee🎸🎸
💽💽Caalaa Daggafaa🎹🎹
💽💽Daagim Mokonin💽💽
💽💽Daawwitee Mokonin💽💽
💽💽Dababe Adame💽💽
💽💽Daadhii Galaan💽💽
🎸🎸Dessaaleny Beekkamaa🎸🎸
💽💽Eebbisaa Addunyaa💽💽
💽💽Eliyaas Kiflu💽💽
💾💾Falmataa Kabbadaa💾💾
💾💾Falmataa Ashabbir💾💾
💽💽Falmataa Roorroo💽💽
💽💽Farhaan Baddeysaa(sulee)💽💽
💽💽Faaxumaa Ahmadiin💽💽
💽💽Fayyisaa Furii💽💽
💽💽Farhaan Dhamala💽💽
💽💽Gaaddisaa 💽💽
💽💽Giiftii Daadhii💽💽
Isaan hafan marsaa 2ffarratti Qabanne dhihaanna hangasittuu #CARRAA_GAARII
💽💽Galaanaa Gaaromsaa💽💽
💽💽Gaaddisee Shamshudiin💽💽
#ODUU_AGAA Ijaan na millattee Nyaara wal lolchiiftaa Milluu tee takkumaan Qaama na laaffistaa Funyaan kee naaf ragaa Afaan kiyyaas arkee Akka wal jaalannuus Kunoo namuu beekee Soddomman ilkaan kee Cinaa qubaan qabaa Warra fuula duraa Kanaatu na qabaa Arraba kee heluuf Isaanii na dhoorkaa Yeroon si dhuungadhuus Humaa een na arkaa 😘😘 Join us 👇👇👇 @Dammessaa
Показать все...
#Hin_Barbaadu Jiraachuun barbaadu Jireenya siin Addaa Ifirraahiis si tuqee Ofin naquus gadda Jaalalti tee gaariin Ati naaf kannituu Tan akka haadhaatii Yoomuu nan jibbituu @Dammessaa
Показать все...
#Hin_Qabu Jaalalti abiyyii Ana keysaa baatee Jiwari fi lammaaf Onneen bojihamtee Warra dhugaa malee Sobuun beyne takkaa Nafxanyaan yoomiyyuu Sin tuyxu na harkaa Dhugaaf umamtanii Dhugumaan jiraadhaa Sabaaf jiraattanii Barcuma argadhaa Ijaan isin arguun Media irratti Hin badinaa marti Kan na ajaaibuun Garaa naballeysu Anaaf yaaduun keysan Tokkummaa ko cimsu Baga naaf dhalatan Lammaa fi jawaar koo Umrii koon siif laadhee Hin arkinaa rakkoo Hiika maqaa keysanii Namuutuu yoo beeke Lammaan nuuf lambaadha Kan dukkanaas hiike Isa gaafa rakkoo Balloo nu garsiisee Hiika maqaa keetii Ani yoon hir,isee Sabni koo haa guutu Hanqina koo maraa Lammaan kan naaf tahe Sammuu koo dararaa Hiikni isa leencaa Jawaari silaahuu Jawaar ko jawweedha Soba hin haasawuu Soba yoo dhagahuus Surriitu faca,aa Dhugaa boodaan fidee Soba baasa caayaa Inni yoo dallanuus Samiin rooban qabdu Dacheen nama kaaftii An hirriiban qabu Tuqamuusaa rabbiin Hin jaalatu yoomuu Kan akka jawar kun Hin dhalatu lammuu Dhiifama naaf godhaa Onnee kootu aaree Harkiis na hollateen Barreysuu wallaalee Dogoggora kiyyaas Ati naaf sirreeysii Yaada ko hanganaa Obsumaan dubbisi Join 👉 @Dammessaa
Показать все...
Kan siif beeku dhiiftee Kan siin beekne ooftaa Amala keen beekuu Akkam tahuu feeta Siin jaaladha jechaa Afaan natti tuultaa Jaalala keetirraas Jibbaatu naaf furmaataa Join @Dammessaa
Показать все...
#Maaliin_Godhe 😨😦😧😥😰😓😫 Siin jiraachuuf ja'een Abdii si goradhee Ba'aa jaalala kees Qomatti baadhadhee Gantuu taatee dhuftee Namaan na jijjiirtee Haadha si godhannaan Dirreetti na gattee?? haaaaaayaa Aniis yoon si dhabees Rabbii kiyyan dhabuu Garuu kanaan booda Jaalachuun dhaqqabuu Sirratti naaf jiilaa Jaalalli kan dhumaa Ergaan siin hiyyoome Nan fudha hiyyummaa Dhugaa hin amannee Nillee hin shakkinee Jiruudhaan wal dhabna Ja'ee takkaan yaannee Maalumaan balleysee Furmaata na dhoorkee Rabbiin humna saatiin Kan rakkoo too arkee Moo uumama kiyyaatu Kan jaalalaan taanee? Tanumaafi atillee Har'a addaan baanee? Gaafii kiyyaaf garuu Rabbiiniin dararaa Kan fuldura dhufuus Isaatu agaraa Maaf naaf himuu dhabee Natti jabaate garaa Yoo waliif nu qoodees Deebiin eega irraa Yaa waaqa Yaa waaqa Mee Naaf Tolchi bara 👇👇👇 JOIN 👉 @Dammessaa
Показать все...
Bagan siif moo'ame! Dhugaatti namooteem Fudhattee onnee koo Moo'eera jetteetoo Nan miidhiin kiyyaako ~~~~~~~~~ Dhukaasa tokko malee Moo'icha kee labsattee Ana Nama cimaa of se'uu Na jilbeeffachiiste. ~~~~~~~~~ Egaa harka kenneera Moo'amuu koo hin haluu Kaanetu labsinaa Akka kankoo taate Namni hunduu haa baru. ~~~~~~~~ Maarree sin gorfadha Dhagayi yaa tiru Namoonni nutti inaafan Hedduun isaanii jiru Ammumaa kaasii dhaabi Gurra isaaniif hiruu. ✍ @mehdiatinaaf
Показать все...
🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎹 🎺🎺🎺🎺🎺🎺🎺🎺🎺🎺🎺🎺🎺🎺🎺 ......#HOJII HAARAWA..... Sirboota welliftoota #OROMOO DURIR- AA HANGA AMMAA JIRAN HUNDA IS- AANII #ALBUMAA HANGA SINGLE ISA- NITTI QABANNEE ISINIIF DHIHEYSINE- E JIRRA NUTI GAHEE KEENYA BAHANNE ISINIS GEHEE KEESSAN BAHADHAN AFFEERRAA KEENYA ©CARRAA GAARI 🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸 💽💽💽💽💽💽💽💽💽💽💽💽💽💽💽
Показать все...
💽💽AADAM HAARUN💽💽
💽💽Abdii ibraahim💽💽
💽💽Abdii Gophee💽💽
💽💽Ahmad kabiiraa💽💽
💽💽Ahmad Yaasin💽💽
💽💽Alii Birraa💽💽
💽💽Aliyyii Saabit💽💽
💽💽Abduselaam Haajii💽💽
💽💽Abraahim Baadiyyaa💽💽
💽💽Almaaz Tafarraa💽💽
💽💽Ababaa Kafanii💽💽
💽💽Abitow Kabadaa💽💽
💽💽Ahmed ibrooshee💽💽
💽💽Alii shabbo💽💽
💽💽Andualem Gosaa💽💽
💽💽Abdishuu Ammaa💽💽
💽💽Abbush Zallaqaa💽💽
💽💽Abbabaa Abbishuu💽💽
Alemituu simee
💽💽Addisuu Furgaasaa💽💽
🎵Addisuu Karrayyuu🎵
🎵🎵Alii Momadiima(asaboot)🎵🎵
💽💽Adinaan Mahammad🎵🎵
🎵🎵Abarraa warquu🎵🎵
💽💽Afren Barkoo(Odaa Jamaal)💽💽
💽💽Athem Haddis(Habluul)💽💽
🎵🎵Afroo gishoo🎵🎵
🎵🎵Amiin Huseen🎵🎵
💽💽Afandi Siyyoo💽💽
💽💽Beetij Jamaamaa💽💽
Bohaaraa Birhaanu
Birhaanee Teferraa
🎸🎸Caalaa Bultumee🎸🎸
💽💽Caalaa Daggafaa🎹🎹
💽💽Daagim Mokonin💽💽
💽💽Daawwitee Mokonin💽💽
💽💽Dababe Adame💽💽
💽💽Daadhii Galaan💽💽
🎸🎸Dessaaleny Beekkamaa🎸🎸
💽💽Eebbisaa Addunyaa💽💽
💽💽Eliyaas Kiflu💽💽
💾💾Falmataa Kabbadaa💾💾
💾💾Falmataa Ashabbir💾💾
💽💽Falmataa Roorroo💽💽
💽💽Farhaan Baddeysaa(sulee)💽💽
💽💽Faaxumaa Ahmadiin💽💽
💽💽Fayyisaa Furii💽💽
💽💽Farhaan Dhamala💽💽
💽💽Gaaddisaa 💽💽
💽💽Giiftii Daadhii💽💽
Isaan hafan marsaa 2ffarratti Qabanne dhihaanna hangasittuu #CARRAA_GAARII
💽💽Galaanaa Gaaromsaa💽💽
💽💽Gaaddisee Shamshudiin💽💽
Atuu jaalala keef Nan gaafannee mindaa An maafin if cinqee Mukatti if hidha??? ✍️ @fileebar18 JOIN 👉 @hacefunny
Показать все...
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.