cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Gumii Afaan Oromoo sabboontota qubee (m/b qophaa'inaa Ambootti)

Kaayyoon keenya Afaan keenya Afaan Oromoo guddisuufi guddisuu qofadha. @win_the_winner

Больше
Страна не указанаЯзык не указанКатегория не указана
Рекламные посты
186
Подписчики
Нет данных24 часа
Нет данных7 дней
Нет данных30 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Dhufaa jira!
Показать все...
Показать все...
Siidaan simbirroo karra masaraa mootummaa maaliif falmii kaaste?

Siidaan simbirroo Piikook karra masaraa mootummaa irratti ijaaramte dubbii ijoo marsaalee hawaasaa ta'uu bira darbee hanga akka diigamuuf mallattoon walitti qabamuutti gaheera.

Показать все...
Gumii Afaan Oromoo sabboontota qubee (m/b qophaa'inaa Ambootti)

Kaayyoon keenya Afaan keenya Afaan Oromoo guddisuufi guddisuu qofadha. @win_the_winner

MISEENSONNI GAO SQ BAGA GAMMADAN! Akkuma beekamu GAO SQn M/B keenya qofatti osoo hin daanga'iin karaa garee Walitti Dhufeenyaa (diplomacy) Walitti dhufeenya M/B magaalaa Amboo waliin uumuun socho'aa jira. Firii dadhabbii isaas immoo arga jira. kanaaf ammas hundi keessan guyyaa Jimaataa gaafa 24/4/2012 sa'aatii 8:30 irratti M/B Liiban Maccaa sad. 2 ffaatti argamuun qophii kana akka hirmaattan affeeramtaniittu.
Показать все...
Miseensonni GAO SQ garee Sabaa Himaa guyyaa har'aa Warshaa bishaan Amboo kan daawwatan yoo ta'u, achiis gara Fincaa'aa Gudar deemuun yeroo bashannanaa gaarii dabarsaniiru.
Показать все...
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.