cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Infoo-Times 📡🌍

Chanaalli kun Oduu haaraya dafee isiniin dhaqqabuurratti hojjata.

Больше
Рекламные посты
1 404
Подписчики
Нет данных24 часа
-97 дней
-1830 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Фото недоступноПоказать в Telegram
Фото недоступноПоказать в Telegram
Curriculum Bara 2016 irraa jalqabee hojiirra ooluuf deemuudha.
Показать все...
Curriculum Fram Work.pdf8.72 KB
Фото недоступноПоказать в Telegram
#Oduu_Ammee!!👇👇 ======================= Qormaatni Kutaa 8ffaa Naannoo Oromiyaa Guyyaan Beekameera. 03/10/2015 ---------------- Qormaatni Kutaa 8ffaa Naannoo Oromiyaa Waxabajjii 26/2015 irraa eegale akka naannootti kan kennamu ta'uu, Biiroo Barnootaa Oromiyaatti Daayirektarri Qormaataafi Madaalli Barnootaa obbo Huseen Qaasiim himaniiru. Kanuma bu'uura gochuun manneen barnootaa, barsiisotniifi maatiin barattootaa deeggarsi barattoota keenyaaf taasisaa jirtan cimee akka itti fufu gaafachaa, barattootni bara 2015 qormaata kutaa 8ffaa fudhattanis qophii barbaachisaa akka gootan Biiroon Barnootaa Oromiyaa dhamsa dabarseera. Hub:- #odeeffannoo dabalataa yeroo dhihoo keessatti qabannee dhihaanna. Carraa Gaarii !
Показать все...
Kitaaba Og-Aartii kutaa 6ffaa
Показать все...
Grade 6 TB.pdf9.53 MB
Barattootaa fi Barsiisoota akkasumas maatiiwwan barattootaa hundaaf kanneen armaan olitti maxxanfaman kun kitaaba barataa sirna barnootaa haaraan qophaa'ee kan kutaa 2ffaa, 4ffaa fi 6ffaa sagantaa Afaan Oromooti.
Показать все...
Kitaaba Og-Aartii kutaa 4ffaa
Показать все...
Grade 4 TB.pdf21.03 MB
Kitaaba Og-Aartii kutaa 2ffaa
Показать все...
Grade 2 TB.pdf36.59 MB
Kitaaba Herregaa Kutaa 2ffaa
Показать все...
Grade 2 TB.pdf8.67 MB
Kitaaba Herregaa kutaa 4ffaa
Показать все...
Grade 4 TB.pdf7.05 MB