cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

🕋 ISLAM

yadaf:@islamgallary ykn @islamic_school_bot nuqunamuu dandeessu youtube kiyya subscribe godha👇👇 https://www.youtube.com/channel/UCreNCbFmq0bQM1znhumSryg

Больше
Страна не указанаЯзык не указанКатегория не указана
Рекламные посты
252
Подписчики
Нет данных24 часа
Нет данных7 дней
Нет данных30 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

JOIN 👉 @yaa_adnani 👈
Показать все...
1600247015279.mp47.26 KB
🧿ISLAMIC PROFILE🧿
🎇NEW PROFILE PIC🎇
📹ISLAMIC VIDEO📹
ALL IS ONE
⚫️✨✨JOIN✨✨⚫️
1600341030577.mp47.74 KB
✨NEW NESHEDA✨
💥NEW ISLAMIC PROFILE PIC💥
🕋NEW ISLAMIC VIDEO🕋
ALL IS ONE
🕋💥💥JOIN💥💥🕋
1600341030577.mp47.74 KB
✨NEW NESHEDA✨
💥NEW ISLAMIC PROFILE PIC💥
🕋NEW ISLAMIC VIDEO🕋
ALL IS ONE
🕋💥💥JOIN💥💥🕋
JOIN 👉 @yaa_adnani 👈
Показать все...
1600247015279.mp47.26 KB
🧿ISLAMIC PROFILE🧿
🎇NEW PROFILE PIC🎇
📹ISLAMIC VIDEO📹
ALL IS ONE
⚫️✨✨JOIN✨✨⚫️
​​ (https://telegra.ph/file/a16231655402d6c9f1e74.jpg)Gaafataa : Sheekha Muuziqaan Haraamaa? Sheekha : Ee Haraama. Akka Haraam tahe siif deebisuun dura, mee Wellisaa gara Salaataa, gara Sadaqaa ka'aa jedhee Weellisu agartee? Yoo garte naaf himi. ••• Dubbiin tanuma. Namni kamuu Muuziqaa yeroo dhageeffatu qalbiin isaa garam akka dabu ni beeka. Rasuulli (Sallallaahu Aleeyhi wossallam) "qalbiikee gaafadhu. Yoo namni Fatwaa siif godhes toltuun waan qalbiinkee itti sabatte. Diliin waan nafsee keessa si hohhooqe kan qoma keessa deddeebi'ee" jedhan. (Sahiih Al Targiib 1734) Ulamaa'iin sadarkaa Ijtihaadaa gayan waan Ulamaan biroo irratti woliif galan faalleessanii Fatwaa kennuun ni mala. Yoo niyyaan isaanii haqa taate dogongara saniif mindaa tokko qaban. Yoo haqa qunnaman ammoo mindaa lama qaban. Sun akka isaan itti hubatani. Awaammiin/namni ilmii san hin qabne wolii galtee Ulamaa jala deemuu qaba. Dhimma Muuziqaa irratti wolii galteen Ulamaa Haraama tahuu ibsan. Ulamaa muraasni "yoo Muuziqaan kara hammeenyaa fi sagaggaalummaatti nama yaame Haraama, ykn Haraamaa miti" warra jedhantu jira. Isaan keessaa worri duraa ibnu Hazmi dha. Worra ammaa keessaahis Imaamu Qardaawii faadha. Ragaa fi hubannoon isaanii akkuma jirutti tahee, isaan kunneen Ulamaa sadarkaa Ijtihaadaa gayani. Akkasuma woliin Muuziqaa jaalalaa fi waan fokkataatti nama yaamu inuma morman. Haraama jedhan. Akka kamittuu Jumhuura(wolii galtee Ulmaa) jala deemuun dirqama keenna. Abbaan fedhe as utaalee waan kana Halaalchuu hin danda'u. Ragaan Haraamummaa isaa qiyaasaan guutee jira. t.me/flma61
Показать все...

Oduu dajjaal quba qabduu Ganama tokko ergamaan Rabbii (Nagayaa fii Rahamanni isarratti Haajiraattu ) wa'ee dajjaalirraa gorsee akka waan isaan bira jiruu itti fakkeesse . eegas booda dubbii tana irraa rifachuu isaanii hubannaan "ani amman tana dajjaal isinirraa hinsodaadhu waan birootiin isinirraa sodaadha malee yooniin isin keessa jiraadhe isinirraahiin deebisaa yooniin isin keessa hinjiraanne haala isaatirraahu nibeeytan. Rabbiin nama islaamaa hundarraa nitiiysa bifti isaatiis:- inni nama dardaraati rifeensi isaatiis jajjabaadha ijji isaa balooqaa akka ey naba buruuyxeeti fakkaatti warra isin beeytanirraa namni inni fakkaatu Abduul Uzzaa Ibnu Qaxxaan fakkaata. namni isa dhaqqabe Suuraa AL-Kahaf haa qara'uu (dubbisuu) humaa isa godhuu hin dandayuu je'een . bakki inni bahuun karaa Shaam fii Iraaq jidduu bahaa san booda waraana isaa ni erga yaroo san yaa gabroottan Rabbii if booda hin deebi'inaa "je'een . yaa ergamaa Rabbii hangam takka tura? ja'anii gaafatan "guyya afuurtam (40)" ja'een guyyaan san kanuma akka keenyaati moo dheeraa dhaa? " ja'ani gaafatan guyyaa sanirraa guyyaan tokko akka amataati tokko akka ji'aati fii tokko akka torbaanitii guyyaalleen hafan akka guyyaa keessaniiti je'een. guyyaa dheeratu san akkamitti salaanna? yaroo ja'aniin hisaabbadhaa salaataa je'een. haala kamiin lafa keessa deema ja'ani gaafatan ? akka Rabbiin qilleensa oofutti lafa waliin geha. . ummata tokko bira dhaqeeti ani Rabbii keessanii nagabbaraa ja'aan hayyama isaa godhanii yaroo itti amanan duumeeysaan roobi ja'eenii roobni niroobaaf lafa ajajee yaruma san biqileefii oomishatan . beeyladaan isaanii hanga duraanii caalaa gabbatanii aananillee isaaniif cophxiif haala saniin yaroo qanani'an ammallee gara ummata biraa deemeeti ani Rabbii keessanitii natti amanaa ja'een, itti amanuu didan yaroo san itti dhiisee biraa deeme qabeenyi isaanii hundi duraa dhabama isa jala duraa deema qullatti hafan ammallee lafa onaatirra yaroo dabru lafaan ziqeya sikeessa jiru hunda baasi je'een Ziqeeyni hundi isa jala deeman akka kanniisni mooti isaa jala deemutti . San booda mucaa dardaraa tokkowaliin walitti dhufanii natti amani je'een yaroo mucaan amanuu dide Habaleedhaan dhawee bakka lamatti baasee walitti deebi'i je'een, walitti deebi'e, ammalle natti amani je'een mucaan lafaa ka'ee haala fulli isaa ifuun akkana je'een " duraan daran ammaan sibeeke akka ati kijibaa taate waa'ee keetirraa ergamaan keenya Muhammad (Nagayaa fii Rahamanni irratti Haajiraatuu) nuuf himeeti jira ati kijibaadha je'ee lamada deebi'ee niin ajjeesa yeroo ja'u ajjeesuu dadhabbe Rabbiin akka inni hin ajjeefne godhe osoo wajjiin muggudu jiruu nabi Iissaan ilmi Maryam gadi bu'a minaaraa adii baha Dimashqitti jirturratti huccuu halluu (jalaa gubbaan gosa takkaa) uffatee gadi bu'a, harka (shanacha ) isaa goblaa ( kooluu ) malaaykaa lamaa irra kaayyatee yaroo mataa isaa gadi qabu bishaanituu irraa dhimmisa yaroo mataa isaa ol qabatu shittoo akka miskiituu irraa urgaawa warri kaafiraa yaroo foolee (urgaa) san dhagayan nidhamahan san booda Dajjaal barbaadee bakka Baabu Luddi ja'amtutti dhaqqabee ajjeesa. . eega inni du'ee booda Nabi Iissaan warra Rabbiin sharrii ( hamtuu ) Dajjaal irraa nagaya baase sadarkaa Rabbiin Jannata keessatti qoopheyseef odeeysaaf oso inni akkasitti gorsuu Rabbiin gara isaa wahyii (dhaamsa) godhe. gabroottan kiyya gara gaara "Xuur "ja'amu geessi ja'een waan gabroota kiyya warra nam tokkoolleen ifirraa dhorkuu hin danddeenye gadi lakkiseef jacha, isaaniis "Ya'ajuujii fii Ma'ajuuj " ja'aman, isaaniis lafa waliin gayan bakka 'Xabariyyaa ja'amtu yaroo gayan bishaan achi jiru warri dura bahe dhugeeti fixa, warri itti aanu dur bakka tana bishaaniitu ture ja'aniti wal agarsiisan. Nabi Iissaa fii warri isaa wajjiin jiru bakka(gaara) sanitti hedduu cinqaman hanga waan nyaatan dhabanii diinaara dhibba sahaabaan gaafa san qabduun hanga mataa looniitiin bitatanitti . yaroo san nabi Iissaan " Rabbii keessanitti irkadhaa "je'een. warra san (ya'ajuujii fii ma'ajuuj)akkasitti Rabbiin Raammoo itti buusee bakka takkatti isaan fixe. . t.me/flma6
Показать все...
🕋 ISLAM

yadaf:@islamgallary ykn @islamic_school_bot nuqunamuu dandeessu youtube kiyya subscribe godha👇👇

https://www.youtube.com/channel/UCreNCbFmq0bQM1znhumSryg

Nabi Iisaan yaroo gaara irraa gara lafaa gad bu'u bakka miila isaa kaayu dhaba, waan reefki isaanii lafa guutee ajaawuuf jacha. eegas Rabbi kadhatanii gooytaan shinbirroo gurguddinni isii morma gaalaa gayu itti ergee shinbirroon san reefka isaanii guurti. eegas booda Rabbiin rooba roobsee lafa hunda dhiqa, lafaan meeyra kee baasi ja'aan hanga firiin rummaanaa takka namni hedduun nyaatu hanga sollonqee isaa jalatti gaddiseeyfatanitti akkasumatti gaalli aanan qabu tokko nama heedduu gayuutti osoo namni lama wal hin lolletti hanga amata torbaatiif jiraatan. Rabbiin qilleensa urgaawu tokko erguudhaan ummata islaamaa hunda bobaa isaanii senuudhaan lafarraa isaan fixa warra hamoota qofa lafa tana irratti hafa, warra akka harreetti karaa irratti walqunnamtii godhan isaanirratti qiyaamaan taati. Yaa obbaleeyyan islaamaa kan dhiraa kan dhalaa waan armaa oli dubbatame kanaaf qophoynee jirraa ? osoo yaroon san hin dhufne haaqophooy-nuu t.me/flma61
Показать все...
⸙ꠋꠋꠋꠋꠋꠋꠋꠋꠋꠋꠋꠋꠋꠋꠋꠋꠋ ❤⸙ꠋꠋꠋꠋꠋꠋꠋꠋꠋꠋꠋꠋꠋꠋꠋꠋꠋ🔥|⚡️ʟɪᴍᴀᴍᅠࣩࣩࣩࣩࣩࣩࣩࣧࣧࣧࣧࣧᅠ

ᴘʟᴇᴀSᴇ ᴊᴏɪɴ➱➱➱ @yaa_adnani

Dhiyoo kanaa hojji dhabne jiraa ammaa moo itti debbinee jiraa bagaa nagayan debinee
Показать все...
As wr wb
Показать все...
Показать все...
🕋 ISLAM

yadaf:@islamgallary ykn @islamic_school_bot nuqunamuu dandeessu youtube kiyya subscribe godha👇👇

https://www.youtube.com/channel/UCreNCbFmq0bQM1znhumSryg

Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.