cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Ahlul keyr

Ahlul keyr

Больше
Страна не указанаЯзык не указанКатегория не указана
Рекламные посты
177
Подписчики
Нет данных24 часа
Нет данных7 дней
Нет данных30 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

#INNAANILLAAHI_WAINNAA_ILEYHI_RAAJIUUN Halkantu naa bariuu dide dachitu natti dukkanaahe garatu na boorahe maal godharee. Abbaa qabsoo barsiisaa diinii nama takkaa jireenya isaanii keessatti gantuu fi yartuuf harka hin laatin. #HAAJI_HASAN_GAMMADAA Guutuu isaa dubbisuuf see more ka jedhu tuqaa👇👇👇
Показать все...
👍See more
#KAAYYOO Guddaadhaaf imala irran jira. Galmaan si haa gahuun Du'aaiin teessani. Namni kaayyo qabu galma gahuu hin dhabu.
Показать все...
👍 Share
See more....
🌿 SEENAA__AJAA'IBAA👈 ↪️Nama lama ta'anii 🤲 Duaayii kadhatan jedhan ::::• ✓Tokko yeroo mara yaa rabbi Haadha manaa gaarii naa kenni jedhee kadhata tokko ammoo yaa rabbi Duuniyaa baayyee naa kenni jedhee kadhata 🎆Jarri lamaanuu wal dhagayan yeroo tokko tokko achumaan waan jedhe kan duuniyaa naa kenni jedhee kadhatuu baayyisuu sun kan haadha namaa gaarii naa kenni jedhee kadhatuu saniin abboo ati yeroo hunda intala gaarii naa kenni jettee kadhattaa duuniyaa naa kenni hin jettuu jedhee gaafate yoo duuniyaa qabaatte kaan yoo siin gadhiiftee kan biraa fuuta jedhee gaafate ↘️Lakki obboleessa kiyya dubbiin akkasii mitii akka laafaatti hin laalin jedhee walbiraa ka'an ////Erga xiqqoo turanii booda marti isaanii waan yaadaniin wal gahanii inni qabeenyaa waan kadhate argatee inni intala kadhates waan kadhate erga argatanii booda 💫 Guyyaa tokko kan qabeenya qabu sun koottu mana gallaa jedhee salaata jumuaa irraa fudhatee gale wayta mana galu jaartin isaa ala teesse eeydiin Keessummaa ( hiriyyaa) isaa wajjin dhufee ol seene taa'anii dadhabani gadi bahe abboo maaliif waan nyaatan nuuf hin finne jedhee gaafate isiinis kunoo kan ati argaa jirtu midhaan callaa afamee ala jiru maal sii kenna duuba jettee jaarsa arrabsite !!!! Jaarsi Aaree uleedhaan jalqabe keessumman abboo jalqaba na geggeessaa jedhee biraa bahe jedhan #🌟Guyyaa biroo hiriyyaan lammaffaa ittiin gale kan qabeenya hin qabne sun ::---;;;;; 💞 Wayta duukaa galu Maashaa allaahu kaana manni citaadha bakki taa'an hin jiru garuu fuula walitti ifan walii galteen jiraatan 🍊🍒 🌿Keessummaa san haala ajaaibaatiin qorsoo( akaayii) boqqolloo tiin buna bunaa wajjin kunoo kanatu nuyiif damma jedhaati afaan wal mi'eeysaa keessummicha akka waan damma dhugeetti achi bahe garuu kan inni nyaate bunaaf akaayiidha 😂 🤝Walii galtee jaraatu akka waan damma nyaatee isa godhe sunhaallaah warra waan kana dubbiseef wallaahi duuniyaa gaarii fii intala kan siif ilmaan keetiif toltu/ tolu isinii haa kennu Share godhii ✍ Humble mam🙏 Yaada keessan naangahuuf liinkii asii gadii kana fayyadamaa✍ @ha32pines 🌟 @@Ahlul keyr @ https://t.me/Ahlulkeyr1/302
Показать все...
Ahlul keyr

👆👆👆👆👆 QAROOMA ISLAAMAA #Dubbisuun qarooma islaamati Kitaaba haaraa #Qaroomina islaamaa fii waan hedduun keessatti argamuu Daa'ii beekkama fii barmusa seeraatiin #mastarsii kan qabu ustaz #Abdunnaasir Abdi qopheesse ummataaf gumaachee jira, isinis kitaaba kana bitachuun waan hedduu irraa fayyadamaa, Faranjoonni yeroo mammaakan "afrikaa jalaa qarshii dhooysudhaaf bakki amanamaan #Kitaaba" jedhu, kanaafuu namni keenya aadaa kitaaba dubbisu godhachuu qabna. gatiin kitaabicha 150 👇👇👇👇 Ahlul keyr

#TANA_QUBA_QABDUU Beekumsaan sammuu kee cimsi ✓biyyi addunyaa keessaa______... ✓lubbu qabeeyyii lafarra jiran keessaa __.... ✓Allaattiwwan addunyaarra jiran keessaa______..... ✓Daa'imman yeroo duraatiif____'..... Bal'inaan join gochuun linki armaan gadii kana tuqaa dubbisaa saammuu keessan guddisaa.👇👇 t.me/waislaama1
Показать все...
🌲🌲 Waa islaamaa! ⭐️🌙

#(chanel waa islaama)# Argama (location ) bale-robe Creator by Hamza H/Alo Aman #KAAYYOO# 1,Odeeffannoo waaltawaa qaqqabsiisu 2, Seenaa gaggabaabaa Wal barsiisuu 3, Beekkumsa walii galaa fi kkf fedhii rabbiitiin isin biraan geenna. t.me/waislaama1

🌺 Join now 🌺
👍 As cuqaasaa✓
See more......
*📗معلومات قيمة تهم المسلم 📚* *🌳أسماء زوجات النبي صل الله عليه وسلم🌳* 👉 1. خديجة بنت خويلد 👉 2. سودة بنت زمعة. 👉 3. حفصة بنت عمر. 👉 4. عائشة بنت أبو بكر 👉 5. زينب بنت خزيمة 👉 6. زينب بنت جحش. 👉 7. جويرية بنت حارث. 👉 8. أم سلمة (هند بنت أبي أمية) 👉 9. صفية بنت حيي ابن اخطب 👉 10. أم حبيبة رملة بنت أبو سفيان 👉 11. ميمونة بنت الحارث. *🌳 أبناء النبي (صل الله عليه وسلم )🌳* 👉 1. ابراهيم 👉 2. القاسم 👉 3. عبد الله 👉 4. زينب 👉 5. رقية 👉 6. أم كلثوم 👉 7 . فاطمة. *المبشرون بالجنة 🌳* 👉 1. أبو بكر الصديق. 👉 2. عمر ابن الخطاب. 👉 3. عثمان بن عفان. 👉 4. علي بن ابي طالب. 👉 5. طلحة بن عبيد الله. 👉 6. الزبير ابن العوام. 👉 7. أبو عبيدة بن الجراح. 👉 8. عبد الرحمن بن عوف. 👉 9. سعد بن ابي وقاص. 👉 10. سعيد بن زيد. *🌳 أركان الإسلام الخمس* 👉 1. شهادة ان لا إله إلا الله وان محمدا رسول الله. 👉 2. إقام الصلاة. 👉 3. ايتاء الزكاة. 👉 4. صوم رمضان . 👉 5. حج بيت الله لمن استطاع إليه سبيلا. *🌳 أركان الإيمان:* 1. أن تؤمن بالله وحده لاشريك له. 2. وملائكته . 3. وكتبه . 4. ورسله . 5. وباليوم الآخر. 6. وبالقدر خيره وشره. *🌳 أسماء الشهور الإسلامية:* 👉 1. المحرم. 👉 2. صفر. 👉 3. ربيع الأول. 👉 4. ربيع الثاني. 👉 5. جمادى الأولى . 👉 6. جمادى الآخرة. 👉 7. رجب. 👉 8. شعبان. 👉 9. رمضان. 👉 10. شوال. 👉 11 ذو القعدة . 👉 12. ذو الحجة . *🌳 صلوات النوافل:* 👉 1) ركعتان قبل صلاة الفجر. 👉 2) 4 ركعات قبل صلاة الظهر 👉 3) ركعتان بعد صلاة الظهر 👉 4) ركعتان بعد صلاة المغرب. 👉 5) ركعتان بعد صلاة العشاء. *🌳الدال على الخير كفاعله..🌳* *ودمتم بخير☘* ✍ Hunble man🙏 Nuu erguuf👉 @Ahlul32keyr 🌟 @@Ahlul keyr @ https://t.me/Ahlulkeyr1/302
Показать все...
Ahlul keyr

👆👆👆👆👆 QAROOMA ISLAAMAA #Dubbisuun qarooma islaamati Kitaaba haaraa #Qaroomina islaamaa fii waan hedduun keessatti argamuu Daa'ii beekkama fii barmusa seeraatiin #mastarsii kan qabu ustaz #Abdunnaasir Abdi qopheesse ummataaf gumaachee jira, isinis kitaaba kana bitachuun waan hedduu irraa fayyadamaa, Faranjoonni yeroo mammaakan "afrikaa jalaa qarshii dhooysudhaaf bakki amanamaan #Kitaaba" jedhu, kanaafuu namni keenya aadaa kitaaba dubbisu godhachuu qabna. gatiin kitaabicha 150 👇👇👇👇 Ahlul keyr

Seena bareddu Gurba tokkotu ture abban isa jala duetii kopha isa awwaluf kara laga kessa bue osuma awwluf lafa qotu jiru gurba tokko ka re'ee.tiyyisu jiru arkee bira dhaqee namani Hin jiru jae gafate gurabn kunis isaa wajjin demee qabrii San qotee awwalee San booda mucan kun icciti Abba isa himu Hin fenee caluma jaetii iccitiidhan duaiii godheefii gurban suniis duaiii godhefii bira deeman San boda mucan kun halkan kessa manama arkee Abba isaa ka jannata kessa taee koflu jiru ajaibetiii hay Abba akkamiti jannata senetee jae gafate abbanis akkana jaen gurab re'e tiysu santi duaiii naf godhee duaii isaatu naf qeebalame jaen mucan kunis hirriba kessa dammaqeeti ganama gize tahu gurba san barbadutii senee barbadee arke akkana jaee gafatee Abban kiyya duaiii isatu naf qebalame nan jaee mal jattetii gotefi jae gafatee gurban kunis akkana jaen yaa Rabbi gabricha kee kana. Anis arjadha tanfiin dhufe wajjin awwale atii garu arjaa arjaarratii arjan hunda calauu atiii gabricha kee kan arra gama kee debiee kana ija rahmatatin laliii diliii isaa araramiif jaetiiin duaiii godhefiii Jaen Masha allah ana fi isiinis warra wal duba wal yadatee duaiii waliif godhu rabbi nu ha godhu ✍ Hunble man🙏 Nuu erguuf👉 @Ahlul32keyr 🌟 @@Ahlul keyr @ https://t.me/Ahlulkeyr1/302
Показать все...
Ahlul keyr

👆👆👆👆👆 QAROOMA ISLAAMAA #Dubbisuun qarooma islaamati Kitaaba haaraa #Qaroomina islaamaa fii waan hedduun keessatti argamuu Daa'ii beekkama fii barmusa seeraatiin #mastarsii kan qabu ustaz #Abdunnaasir Abdi qopheesse ummataaf gumaachee jira, isinis kitaaba kana bitachuun waan hedduu irraa fayyadamaa, Faranjoonni yeroo mammaakan "afrikaa jalaa qarshii dhooysudhaaf bakki amanamaan #Kitaaba" jedhu, kanaafuu namni keenya aadaa kitaaba dubbisu godhachuu qabna. gatiin kitaabicha 150 👇👇👇👇 Ahlul keyr

#Nama_Hin_Tuffatin. ➖➖➖➖➖➖➖ 🔰Dubbii Ajaa'ibaa! Namticha Lammii America tahe tokkootu Hoteela guddaa tokko seene. Akkuma ol seeneen Sagalee Isaa ol kaasee, keessummeeysaa hoteelichaatiin "Gurbaa Gurraacha Lammii Africa sana irraa kan hafe (Malee), Namoota As jiru mara nyaataa fi dhugaatiis Afeereen jira. Afrikicha malee hundaafuu dhiheysiif" Isaan jedhe. Hoggaa kana namtichi Lammii Africa kun itti seeqe. Yeroo kana namtichi kun Aaree, dallanee "maali?! Namtichi kun maaf hin Aarre. Maaf natti seeqa?!" jedhee keessummeeysaa kana gaafateen. Hoggaa kana keeysummeeysaaniis Namtichi Gurraachi kun Abbaa Hoteelichaa Akka tahe itti hime. Namtichi Ameerikaa Rifatee, Salphatee Hoteelarraa Bahe! 🙆‍♂️ 🔰Jarjartee hin murteessin. Namummaan Nama madaali! ✍ Hunble man🙏 Nuu erguuf👉 @Ahlul32keyr 🌟 @@Ahlul keyr @ https://t.me/Ahlulkeyr1/302
Показать все...
Ahlul keyr

👆👆👆👆👆 QAROOMA ISLAAMAA #Dubbisuun qarooma islaamati Kitaaba haaraa #Qaroomina islaamaa fii waan hedduun keessatti argamuu Daa'ii beekkama fii barmusa seeraatiin #mastarsii kan qabu ustaz #Abdunnaasir Abdi qopheesse ummataaf gumaachee jira, isinis kitaaba kana bitachuun waan hedduu irraa fayyadamaa, Faranjoonni yeroo mammaakan "afrikaa jalaa qarshii dhooysudhaaf bakki amanamaan #Kitaaba" jedhu, kanaafuu namni keenya aadaa kitaaba dubbisu godhachuu qabna. gatiin kitaabicha 150 👇👇👇👇 Ahlul keyr

#Badaa_Har'aa_Hin_tumsiin! (Don't support today's evil!) Bara durii mootummaa bineensotaa keessatti, leenca holqa tokko keessaa bahuu dadhabeefi hoolaa holqicha fuuldura deemtu tokkotu wal argee ture. Leenci kun, hoolittiin qabdee keessaa akka isa baaftuuf kadhate. Isheenis, sodaachuu irraan kan kaate ni diddeen. Boodarra, achi keessaa bahe akka ishee hin nyaannee leencichi waadaa galeefii. Hoolaan kunis daftee amanuushee irraan kan ka'e, qabdee holqicha keessaa isa baafte. Guyyoota hedduu nyaatarraa fagaatee waan tureef, leecichi baay'ee beela'ee jira. Kanarraan kan ka'ee, hoolittiitti ija babaasee afaan isaa arraabuu eegale. Nyaachuu fedhuusaati. Waadaa waliif galanii turan hoolaan kun yaadachiiftus, dhagahuu hindandeenye. Bineensonni biroon karaa sanarra darban, mormii isaanii kana dhageeffachuuf itti siqanii ilaaluu eegalani. Hoolaafi leenci dabaree isaanii eeganii waan ta'e hundumaa bineensota kanaaf seenessuutti fufani. Sodaachuu irraan kan ka'an, bineensonni hundi qocaa irraa kan hafe, gara leencaa goruun dubbachuutti ka'ani. Qocaan gara lamaaniyyuu osoo hingoriin, haala jiru hunda sirnaan hubachuu feete. Osoo hoolittiin isa hin baraariin dura, leencichi eessaa akka ture qocaan gaafatte. Leencichis gara holqa sanaattii akeeke. Qocaan leenca kanaan, "Holqa kana keessaa bahuuf akkam akka ulfaatu ilaaluu waan qabnuuf mee takkaa seeni!" jetteenii. Innis utaalee keessa bu'e. Sanaan booda, cufaa holqa kanaa qocaan leencichatti cufte. Bineensonni hedduun itti marsanii ilaalan, haala nama ajaa'ibuun, maaliif qocaan kana akka goote gaafachuutti ka'ani. Qocaanis, " Yoo har'a hoolaan kun akka nyaatamtuuf itti dhiifne, boru nu keessaa dabareen nyaatamuu kan eenyuu akka ta'e hinbeeknu." Seexaa: Badaa har'aa hintumsiin; har'a kallattiidhaan si miidhuu baatus, bor dabareen kankee ta'a. Ejjennoo irratti fudhadhu ✍ Hunble man🙏 Nuu erguuf👉 @Ahlul32keyr 🌟 @@Ahlul keyr @ https://t.me/Ahlulkeyr1/302
Показать все...
Ahlul keyr

👆👆👆👆👆 QAROOMA ISLAAMAA #Dubbisuun qarooma islaamati Kitaaba haaraa #Qaroomina islaamaa fii waan hedduun keessatti argamuu Daa'ii beekkama fii barmusa seeraatiin #mastarsii kan qabu ustaz #Abdunnaasir Abdi qopheesse ummataaf gumaachee jira, isinis kitaaba kana bitachuun waan hedduu irraa fayyadamaa, Faranjoonni yeroo mammaakan "afrikaa jalaa qarshii dhooysudhaaf bakki amanamaan #Kitaaba" jedhu, kanaafuu namni keenya aadaa kitaaba dubbisu godhachuu qabna. gatiin kitaabicha 150 👇👇👇👇 Ahlul keyr

#Waadaa_Fi_ummata_Arabaa #Dubbisaa👇 Guyyaa tokko namtichi maqaan isaa #Haaris jedhamu tokko dirree waraanaa keessa osoo jiranuu, nama maqaan isaa Adiyyi_binu_Rabii'aa jedhamu tokko ajjeesuu barbaade. Garuu Adiyyii kana gurraan dhaga’e malee argee hin beeku waan taateef namticha tokko qabee booji'ee akkana jedheen; "Si ajjeesa moo? Bakka Adiyyi jiru na geessita? " jedheen. Achumaa namtichi booji'ame sunis "𝚈𝚘𝚘 𝚊𝚗𝚒 𝚋𝚊𝚔𝚔𝚊 𝙰𝚍𝚒𝚢𝚢𝚒 𝚓𝚒𝚛𝚞 𝚜𝚒𝚒𝚏 𝚎𝚎𝚛𝚎 𝚐𝚊𝚍𝚒 𝚗𝚊 𝚕𝚊𝚔𝚔𝚒𝚜𝚝𝚎𝚎..𝚗𝚊𝚐𝚎𝚎𝚗𝚢𝚊 𝚔𝚘𝚘 𝚗𝚊𝚊𝚏 𝚗𝚒 𝚎𝚎𝚐𝚍𝚊𝚊? Jedhee gaafate. Haarisis Eeyyan jedheen. Achumaa namtichis Adiyyiin ati barbaachaaf deemtu sun Ana jedheen😁😁 Haarisis waadaa isaa guutuuf jecha erga harkaan gahatee booda gadi dhiise jedhan. asumaan arabni nuti baannu ta durii akka taate hin dagatinaa kaa!. ➬#Osoo_keenya_taatee_hoo_hangamamanamalaata ? ✍ Hunble man🙏 Nuu erguuf👉 @Ahlul32keyr 🌟 @@Ahlul keyr @ https://t.me/Ahlulkeyr1/302 keyr
Показать все...
Ahlul keyr

👆👆👆👆👆 QAROOMA ISLAAMAA #Dubbisuun qarooma islaamati Kitaaba haaraa #Qaroomina islaamaa fii waan hedduun keessatti argamuu Daa'ii beekkama fii barmusa seeraatiin #mastarsii kan qabu ustaz #Abdunnaasir Abdi qopheesse ummataaf gumaachee jira, isinis kitaaba kana bitachuun waan hedduu irraa fayyadamaa, Faranjoonni yeroo mammaakan "afrikaa jalaa qarshii dhooysudhaaf bakki amanamaan #Kitaaba" jedhu, kanaafuu namni keenya aadaa kitaaba dubbisu godhachuu qabna. gatiin kitaabicha 150 👇👇👇👇 Ahlul keyr

#Seeqi Seequn Sunnaadha !! 》Namichi 1 roobooti yommuu namni khijibu (Sobu) nama kabalu 👋 bitee yaalidhaf fudhatee mana geeyse ..ilma isaatin... Abbaa... hardha maal hojjechaa oolte? Ilma... hiriyyoota ko waliinin qayyabachaa oole 👋👋 roobootiin kaballaa itti cufe mucaatti ilma... baqaa fiilmii ilaalan ture abbaa... fiilmii akkamii ilma... #Barbarlose 👋 roobootiin kaballaa itti cufe mucaatti Ilma... baqaa #Usmaan nin laala ture abbaa... he he he ani umrii kee kanarra yoommuun ture waa'ee #Usman hin beeku... 👋👋 roobootiin kaballaa itti cufe abbaattis Haadha... kt kt kt itti hin faradin ilmi khees sitti baheetuuma... 👋 roobootiin kaballaa itti cufe haadhattis. Sitti toleeraa Sher godhi ✍ Hunble man🙏 Nuu erguuf👉 @Ahlul32keyr 🌟 @@Ahlul keyr @ https://t.me/Ahlulkeyr1/302 keyr