cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Oro Life

Bagaa nagaan gara channel Oro Life ttii nagaan dhuftaan isinin jechaa.... Kayyoon Channeli keenyaa ✔️ Wantota dinqisiisoo ✔️ Qoosaa ✔️ Sirbota oromiffa barrefaamaan ✖️Siyaasaa fi amantii Oomishaa, tajaajila fi channel kessan beeksiifachuf 👇 @chaanceee

Больше
Страна не указанаЯзык не указанКатегория не указана
Рекламные посты
458
Подписчики
Нет данных24 часа
Нет данных7 дней
Нет данных30 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Muciichii innii #knife isaa jedhu #kinaayif jettee dubbiftee sun Ingiliffaa wajjiin wallittii araaramtaniittuu🤔🤔😜 @orolife
Показать все...
Tokkoomo waraqaa eenyummaa bafachuu demtee sex yoo jedhaanin #Darbee_darbee_nan_godhaa @orolife
Показать все...
Gurbaa innii wajjiraa gandaa kessaa hojjetuu sun dhukkubee gafaachu yoo demnuu yoo maal nun jedhee gariidhaa #Bor_kottaa
Показать все...
Yaadettaayi Maqaan kee obsee ta'ee yeroo durbummaa kee waggaa 12tti dhabduu😂 @orolife
Показать все...
Hadhaa koo, obbolettii koo fi chiikii koo bagaa ayaanaa dubaartootaan isiin ga'ee
Показать все...
Dhiroonnii 🙍‍♂qeensaa guddifattaan bagaa guyyaa shamarraani isiin ga'ee
Показать все...
Nan fuudheem . . . . . . Mana kiraayi jechuu kotim
Показать все...
Yaadanittuu gamoon baankii daldala itiyoopiyaa gurandhaalaa 6 2014eebbifaamee Kana jechuun baankiichii akkaa innii 666 ta'ee nuttii agaarsiisaa akkamittii yoo jettaan Guraandhala jechuun ji'aa 6ffaa dha. bara 2014 isa jedhuu sana immoo 20-14=6 dha. guyyaa gafaa ja'aa dha. Kanaaf 666 dha jechuudha
Показать все...
namoonnii yeroo bilbilaa hasa'aan daqiiqaa isaan haasa'aan ♦️Dhiirri dhiiraf 00:00:59 ♦️Ilmi Haadhaf 00:00:50 ♦️Ilmi Abbaaf 00:00:30 ♦️Dhiirri Intalaf 01:23:59 ♦️Intalti dhiiraf call me back!😂😂 ♦️Intalli intalaaf 05:29:59(Ayyiiiiiiii warra kana oduun keessan hin dhumatu bar 😜) @orolife
Показать все...
Repost from Dr. Gurmeessaa
Iccitiin Shammarran keenya baayeedha Daabboos kookadhan dhiqaniiti walitti shuntuursu 😁
Показать все...