cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Amartii Jaalalaa

✍Walaloo 😂Baacoo 💌Asoosama ♥Dambali jaalalaa 🌠Seenaa keenya 💐profile bareeda afaan keenyaan qophaa'e fi kkf hunda karaa channel kanaa argachuu nidandeessu! Eegaa kayyoon keenya wal barsisuu fi afaan keenya dagaagsuudha. HORAA BULAA #Join & share 🙏🙏

Больше
Рекламные посты
420
Подписчики
Нет данных24 часа
+17 дней
+830 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

ɴɪɪᴛɪF _____________ ɴᴀᴍᴀᴀ ʜɪɴ ᴇʀɢɪsᴀɴ.Anonymous voting
  • ᴀʙʙᴀᴀ ᴍᴀɴᴀᴀ
  • ʙɪʟʙɪʟᴀ
  • ᴋᴇɴɴᴀᴀ ɴᴀᴍɴɪ ɴᴀᴍᴀᴀ ᴋᴇɴɴᴇ.
  • ʜᴜɴᴅᴜᴜ sɪʀʀɪᴅʜᴀ
0 votes
👍 4🥰 3
ʙᴀᴀᴄᴏᴏ Нᴀттιᴄнᴀᴀ👇 Bara tokko hattuu tokkotu re'ee hatee gabaa baha, hattuun kuni jara dhufuu isaani beekee re'ee irraa achi fagaatee dhaabatee ilaala; eegaa warri re'ee barbaacha bahaan akkuma tasaa re'ee isaani gabaatti argan. ɪsᴀᴀɴɪs:- ᴀʙʙᴀᴀ ʀᴇ'ᴇᴇ Нᴀттυυи:- 😜ᴍᴀɴᴀ ᴊɪʀᴀ ɪsᴀᴀɴ:- ᴍᴀᴀʟ ᴊᴇᴅʜᴀᴀ ? Нᴀттυυи:- 😂ʙᴇ'ᴇᴇ ᴊᴇᴅʜᴀᴀ. ɪsᴀᴀɴ:- 😡ᴍᴀᴀʟ ᴀʟʙᴀ'ᴀᴀ ɴᴀᴍɪᴄʜɪ ? Нᴀттυυи:- 🤣ʟᴀᴋᴋɪ ʙᴀxᴀxᴇᴇ ᴀʟʙᴀ. Jarri aaranii kuni sammuun sirrii miti maraateera jedhanii re'ee isaani fudhatani deeman.Нᴀттιᴄнιѕ malaan jara harkaa oole. Нσʀᴀᴀ Вυℓᴀᴀ Join & share👇 @Jaalaladhuga @Jaalaladhuga
Показать все...
👏 2👍 1😁 1
ᴊɪʀʙɪɪ ᴋɪʟᴏᴏ ᴛᴏᴋᴋᴏ ᴍᴏᴏ ᴅʜᴀɢᴀᴀ ᴋɪʟᴏᴏ ᴛᴏᴋᴋᴏᴛᴜ ɪʀʀᴀ ᴜʟfᴀᴀᴛᴀ ?Anonymous voting
  • ᴅʜᴀɢᴀᴀ
  • ᴊɪʀʙɪɪ
  • ᴡᴀʟǫɪxᴀ ʟᴀᴍᴍᴀɴ ɪsᴀᴀɴᴜᴜ...
0 votes
👍 2🤨 1
◈Mootiin tokko eegduu isaa walin adamoof bahe. Eegaa Mootiin kuni utuu kiyyoo kaa'u kiyyoon harkaa bahee harka irraa kuta. : yammuu kana eegduun isaa waan naheef ''Jabaadhu Mootii hundinuu gaarummaf!'' jedheen. kana irratti Mootiin garmalee itti aaree cituu harka kootu gaarummaafi jedhee mana hidhaatti darbate. : Guyyoota muraasa booda Mootiin qophaa isaa biyya keessa jooraa olee galgala gaafa iddoo isaatti deebi'uuf jedhu, namoota gara jabummaan nama aarsaa godhan harka bu'e. Isaanis isa aarsaa waaqi isaanif gochuuf yammuu jedhan harka isa muramaa sana argan. . Seera isaanitti aarsaa kan godhan mudaa kan hin qabnedha. Inni immoo harki muraa waan ta'eef gadhisan. . Mootiin eegduu isaa sun gaarummaaf! isa jedhetu itti yaadatameetu mana hidhaa deemee waanan sihidheef dhiifama jedheen ?..... seennicha itti hime. . eegduun isaas ''Nahidhuun kee gaarummaaf ture! Anis hidhamuun koo nafayyadeera jedheen. . Mootiin፦Akkamitti ? 😳 _ Eegduun፦Utuun hidhamuu baadhee siwaliin deemee ati harka muraa ta'uu kee gaafa argan, sigadhisani ana ajjeessu turan jedheen. Jedhama! ____ ᴍᴇᴇ ᴏfɪ ɪʟᴀᴀʟɪ ᴀᴅᴅᴀ ʙᴀʜᴜᴜɴ, ᴡᴀʟ ᴀʀɢᴜᴜɴ, ᴀᴅᴅᴀ Fᴀɢɢᴀᴀᴄʜᴜᴜɴ, ᴅʜᴀʙᴜᴜɴ, ᴀʀɢᴀᴄʜᴜᴜɴ, fɪ ᴋᴋf ɢᴀᴀʀᴜᴍᴍᴀᴀf ᴛᴀ'ᴜᴜ ɪsᴀᴀ ᴍᴇᴇǫᴀᴀ ᴋᴇᴇɴʏᴀᴛᴜ ʜᴜʙᴀᴛᴇ ??? Join & share👇 @Jaalaladhuga @Jaalaladhuga
Показать все...
👍 3
ɴᴇʟsᴀɴ ᴍᴀᴀɴᴅᴇᴇʟʟᴀᴀ... Nelsan Maandeellaan yuunvarstii keesaatti barumsa Seeraa yeroo baratanitti barsisaa piroofesara adii qabu turan. Maqaan isaas ᴘɪᴛᴀʀ jedhama. Guyyaa tokko piroofesar ᴘɪᴛᴀʀ mana nyaataa tokkotti utuu nyaata nyaatanii akkuma tasaa ᴍᴀᴀɴᴅᴇᴇʟʟᴀᴀɴ nyaata qabatani cinaa isaanii taa'u. Qooddun sanyii ᴘɪᴛᴀʀɪs '' Obboo ᴍᴀᴀɴᴅᴇᴇʟʟᴀᴀ! Boyyeefi Simbirri nyaataaf iddoo tokko hin taa'an!'' jedheen; ᴍᴀɴᴅᴇᴇʟʟᴀᴀɴɪs... ''Hin dhiphatinaa piroofesar barareen adeema'' jedhee barcuma biraa irra ta'e. Jechaa isaatti kan aare ᴘɪᴛᴀʀ guyyaa biraa haalo isaa kana baafachuuf yaada. Guyyaa tokkos piroofesarri class keessatti utuu barsisuu... ''ᴍᴀᴀɴᴅᴇᴇʟʟᴀᴀ utuu karaa deemtuu qalqalloo lama utuu argitee, Tokko keessa ᴍᴀᴀʟʟᴀǫᴀ qalqalloo biraa keessa immoo ᴏɢᴜᴍᴍᴀᴀɴ utuu jiraatee jalqabaratti kam fudhata ?'' jedhee ᴍᴀᴀɴᴅᴇᴇʟʟᴀ gaafate; innis '' ᴍᴀᴀʟʟᴀǫɪᴄʜᴀɴ fudha'' jedhee deebiseef. Piroofesarri gaarreeffachaa ''Ati gowwaadha, ani utuun sita'ee qalqalloo ᴏɢᴜᴍᴍᴀᴀ qabun fudhan ture'' jedheen; garuu beekaan ᴍᴀᴀɴᴅᴇᴇʟʟᴀᴀ seeqaa'' Sirrii jette eenyuullee waan hin qabne fudhata'' jedhee deebiseef; wanta kana hundatti kan aare Piroofeesarri qormaata isaa irratti 'raatu' jedhee barreessa. Baratoonni biroo qormaata soroorameef yammuu ilaalan ᴍᴀᴀɴᴅᴇᴇʟʟᴀᴀɴ immoo waraqaa isaa irratti 'raatuu' kan jedhu argee raajjeefate; sana booda kara Piroofeesraa deemee'' dhiifama barsiisa mallattoo keessan duwwaa naakkeessan qabxii koo naabarreessaa jedhe jedhama. Join & share👇 @Jaalaladhuga @Jaalaladhuga
Показать все...
👍 3👏 2
ᴇᴇɴʏᴜᴜɴ ɴᴀᴍᴀᴅᴀᴀʟɪɴ... Giiftii koo yaa ishee bareedduu Gaafan si arguu kan lapheen nanaatuu Utubduu yaada koo galmee jiruu kootii Si keessaan of laalaa naaf taatee daawitii Abdii hin kutadhu si'ii jiruu cinaa Atoo nan dhiisinii jiruun tiyya sumaa gaafa sinargannee fayyaan dhukkubsadhaa Qoosa hin sa'inii dhugaan jechaa jiraa Eenyuun namadaaliin erga najaallatee Eenyuun simadaluu takkaan sijaalladhee Eenyuun naaf hin gittuu hundumaa naaf caaltaa Isa kan kee beekuu kan koo sitti himadhaa... ʜᴏʀᴀᴀ ʙᴜʟᴀᴀ Join & share👇 @Jaalaladhuga @Jaalaladhuga
Показать все...
4
ʜᴏʟǫᴀ sᴏᴏf ᴜᴍᴀʀ... Holqi Soof Umar Godina Baalee Bahaa, aanaa Daawwee Qaaccanaa Oromiyaa keessatti argama. Moggaasni maqaa Holqa kanaas ɴᴀᴍᴀ sʜᴇᴇᴋ sᴏᴏf ᴜᴍᴀʀ ᴀʜɪᴍᴀᴅ jedhamu naannoo jaarraa 11ffaa keessa nama achi jiraachaa ture irraa kan dhufedha. Holqi kuni qilee lafa jalaa dheeraa qabaachuu isaatin ᴀfrikaarratti sᴀᴅ 1ffaa irraatti argama. Sababni isaas ᴅʜᴇᴇʀɪɴᴀ sᴇᴇɴsᴀᴀ hanga ʙᴀʜɪɴsᴀᴀᴛᴛɪ (16.5 ᴋᴍ) waan ta'eef. Holqa kana Lagni ᴡᴇʏɪʙ ʏᴇʀᴏᴏ 7 ǫᴀxᴀᴀᴍᴜʀᴀ. Yaadaf qeeqa qabdan karaa @orootokkoomi nubiraan gahuu dandeessu. ʜᴏʀᴀᴀ ʙᴜʟᴀᴀ jion & share👇 @Jaalaladhuga @Jaalaladhuga
Показать все...
👏 2 1
ʙᴀᴋᴋᴀʟᴄʜᴀ ʙᴀʀɪɪ... 🌕ᴘilaaneetii aduurraa fageenya 2ffaa irratti argamuu fi hammaan lafatti waan dhiyaattuuf ᴏʙʙᴏʟᴇᴇᴛᴛɪɪ ʟᴀfᴀᴀs jedhamuun kan beekamtudha. 🌕Pilaaneeti kun veenus jedhamee waamama, Utuu aduun hin bahiin duratti yoo mul'ate Bakkalcha barii jennaan, lixa aduutiin boodatti dhihatti argamtu ammoo ᴜʀᴊɪɪ ɢᴀʟɢᴀʟᴀᴀ jennan. 🌕Halkan walkaaa ammoo samii irratti hin mul'atu. 🌕Hoo'i ishee duumessaafi baqqaana kaarboondaayoksaayidiin alatti hin bahu. Pilaanetoota hundumarraayyuu hoo'itudha. ᴛᴇᴇᴍᴘɪʀᴇᴇᴄʜᴀʀʀɪ ɢᴜʏʏᴀᴀ ɪsʜᴇᴇ 460⁰ᴄ ʜᴀɴɢᴀ 417⁰ᴄ gaha. 🌕Pilaaneetoota jiran keessaa Meerikurii fi Veenuus addeessa hin qaban. HORAA BULAA join & share👇 @Jaalaladhuga @Jaalaladhuga
Показать все...
🔥 3
ʙᴀɢᴀ ɢᴀᴍᴍᴀᴅᴀɴ ʙᴀʀᴀᴛᴏᴏɴɴɪ ᴋᴜᴛᴀᴀ 12ffaa ᴍᴀʀᴛɪ, ʙᴏʀᴀ ɢᴀɴᴀᴍᴀ Fiʀɪɪ ǫᴏʀᴍᴀᴀᴛᴀ ᴋᴇᴇssᴀɴɪ ᴋᴀʀᴀᴀ.... ʟɪɴᴋɪ ᴋᴀɴAᴀ ɢᴀᴅɪɴ ɪʟᴀᴀʟᴀᴄʜᴜᴜ ᴅᴀɴᴅᴇᴇssᴜᴜ👇👇 👉 http://result.neaea.gov.et 👉 http://result.ethernet.edu.et 👉 SMS 9444 Нσяα вυℓαα Ʝʝσιи & ѕнαяє👇👇 @Jaalaladhuga @Jaalaladhuga
Показать все...
MoE - Exit Exam Result

Instantly access your exam results on our user-friendly website.

👍 1👏 1
Показать все...
🌼Amartii Jaalalaa🌼

✍Walaloo 😂Baacoo 💌Asoosama ♥Dambali jaalalaa 🌠Seenaa keenya 💐profile bareeda afaan keenyaan qophaa'e fi kkf hunda karaa channel kanaa argachuu nidandeessu! Eegaa kayyoon keenya wal barsisuu fi afaan keenya dagaagsuudha. HORAA BULAA #Join & share 🙏🙏

3
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.