cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Qo'annaa Macaafa Qulqulluu

Yeroo hundumaa sagalee @Waaqayyoo_keessatti_of_eeguu. @Sagalee_dhugaa_karichaa_fi_buddeena_jireenya_barabaraa barbaaduu.

Больше
Рекламные посты
1 441
Подписчики
Нет данных24 часа
+397 дней
+9830 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Siilo'am" jechuun ______ jechuu dha. Anonymous voting
  • A. Isa ergame
  • B. Isa gargar cabe.
  • C. Tuffatamuu
  • D. Deebii hin qabu.
0 votes
👍 1
["Ebeen-Ezer" jechuun, ______ jechuu dha].”Anonymous voting
  • A. Mo'ichaan galuu
  • B. Dhagaa gargaarsaa
  • C. Isa ergame
  • D. Gargaaramuu
0 votes
Barsiisonni seeraatii fi Fariisonni dubbartii ejja irratti qabamte yeroo fidan. Yesus gad jedhee lafatti caafee ture , wanti inni caafe sun maal ture?Anonymous voting
  • A. " Isin keessaa namni cubbuu hin qabne, duraan dursee dubartii kanatti dhagaa haa darbatu" jedhe
  • B." Museen mata jabina keessaniif kana caafe " isaaniin jedhe
  • C. " Warri si hadheessa eessa jiru ? "
  • D. Hin beekamu.
0 votes
Saa'ol mootichi luboota mandara Nob yeroo ficcisiise akka lubaatti kan hojjetaa ture eenyu dha?Anonymous voting
  • A. Ahiimelek
  • B. Do'eeg
  • C. Abiimelek
  • D) Hunda.
0 votes
Yesus lafatti tufee, hancufa isaatiinis biyyoo dhoqqeessee, dhoqqicha ija namichaatti dibe. ⁷ Namichaanis, "Dhaqi _____bishaan kuufamaatti dhiqadhu!" jedhe;Anonymous voting
  • A. Yordaanos.
  • B. Gihoon.
  • C. Siilo'am
  • D. Efiraaxis.
  • E. D fi B
0 votes
👍 1
1. Daawit yeroo Saa'ol jalaa   mootii warra Gaatitti baqatee ture innimmoo ajjeesuu barbaannaan Daawit hojjettoota isaa duratti maraatuu of fakkeesse. Mootiin warra Gaati sun eenyu jedhama?Anonymous voting
  • A. Do'eeg
  • B. Ahiimelek
  • C. Akiish
  • D. Hin beeku
  • E. Deebii hin qabu
0 votes
Waaqayyo kan jajamuun isaaf maludha. Warri Waaqayyoof hojjetan isa jajachuu fi galateeffachuu beeku. Yeroo hundumaa fuula isaa duratti kan dhihaatan ijoollee Waaqayyoo jedhamu.
Far. 113 ¹ Waaqayyoon jajadhaa! Isin yaa hojjetoota Waaqayyoo, jajadhaa, maqaa Waaqayyoo jajadhaa! ² Ammaa jalqabee hamma bara baraatti, maqaan Waaqayyoo eebbifamaa haa ta'u! ³ Ba'a-biiftuutii jalqabee hamma lixa isheetti, maqaan Waaqayyoo jajamaa haa ta'u! ⁴ Waaqayyo saba lafa irraa hundumaa gararraa dha; ulfinni isaas bantiiwwan waaqaa bira ol in darba! ⁵ Kan akka Waaqayyo gooftaa keenyaa eenyu? Inni ol gararraa teessoo isaa irra in taa'a; ⁶ gara bantiiwwan waaqaatti, gara lafaattis gad fageessee in ilaala. ⁷ Isa gad-deebi'aa awwaara keessaa ol in kaasa, isa dhabaa kosii keessaa ol in fuudha; ⁸ warra gurguddootaa wajjin, gurguddoota saba isaa wajjinis akka taa'u in godha. ⁹ Isheen dhabduun haadha ijoollee taatee gammaddee, mana keessa akka jiraattu inni in godha. Waaqayyoon jajadhaa!
Ameen ❤️❤️❤️❤️
Показать все...
👍 4
Фото недоступноПоказать в Telegram
👍 1
Kiristoos Uumama hundumaa gararraa dura ture !! Qol. 1 ¹⁷ Inni wanta hundumaa dura ture; karaa isaa wanti hundinuu iddoo godhatee in jiraata. ¹⁸ Inni mataa waldaa kristiyaanaa isa dbagna isaa jedhamee waamamee ti; inni jalqaba waan hundumaa ti; waan hundumaatti isa duraa akka ta'uuf; inni warra du'an keessaa dura ka'e. ¹⁹ Waaqayyo guutummaa waaqayyummaa isaatiin, isa keessa jiraachuutti gammadeera. ²⁰ Waaqayyo wanta hundumaa karaa isaa ofitti araarse; dhiiga Kristos isa fannoo irratti dhangala'eenis lafa irratti, waaqa irratti nagaa buuseera. ²¹ Isin dur hamaa yaaduu keessaniin, hojjechuu keessaniinis orma, diina Waaqayyoos taatanii turtan. ²² Amma garuu Waaqayyo du'a namummaa ilma isaatiin isin araarsee, warra isaaf qulqullaa'an, warra mudaa hin qabne,warra balleessaa hin qabnes gohbee, of dura isin dhaabachiiseera. ²³ Haa ta'u iyyuu malee, amantii keessatti hafuun, hundee keessan irratti jabaattanii dhaabachuun abdii isa karaa wangeelaa dhageessan irraa socho'uu dhiisuun isin irra jira. Wangeelichi waaqa jalaa uumama hundumaatti lallabamee jira; ani Phaawulosis hojjetaa isaa ta'eera.
Показать все...
6👍 2
Фото недоступноПоказать в Telegram
1
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.