cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Jajjabeessaa

Please Subscribe To My Channel: YouTube.com/@Jajjabeessaa_ Contact Jajjabeessaa @JajjabeessaaBot Contact The Team @JajjabeessaaTeam Discussion: @JajjabeessaaChat Check out: https://www.youtube.com/@Jajjabeessaa

Больше
Рекламные посты
5 266
Подписчики
+624 часа
+447 дней
+7430 дней
Время активного постинга

Загрузка данных...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Анализ публикаций
ПостыПросмотры
Поделились
Динамика просмотров
01
Channel kana hin qabdu taanaan barreeffama armaan gadii kana irratti cuqaasuun join godhadhu!     ⇣⇣  ⇣⇣  👇👇🤜🤛👇👇   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███ Waver @BrakeIt
150Loading...
02
Channel keessaan akka gara 2k,3k,4k,5k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan      👇  Na Quunnami 👉 @BrakeIt 👉 @BrakeIt
520Loading...
03
Balbala kana banuun dhangaa gaarii jiru ilaalaa!     ╭━━━━━━━╮     ┃   ● ══  ▪️           ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃        🔘       ┃        ╰━━━━━━━
740Loading...
04
CHANNALII WAA'EE FAYYAA NI ARGATTU, NAMNI TOKKO MALLATTOO DHUKKUBA ISAA IBSACHUUN MAALUMMAA ISAA BARUU NI DANDA'A. KANAAF NAMOONNI FAYYAA ISAANIIF HAA DUBBISAN. 👇👇👇👇👇
570Loading...
05

220Loading...
06

07
Channel kana hin qabdu taanaan barreeffama armaan gadii kana irratti cuqaasuun join godhadhu!     ⇣⇣  ⇣⇣  👇👇🤜🤛👇👇   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███ Waver @BrakeIt
910Loading...
08
CHANNEL BARNOOTA GUDDAA DABARSAA JIRU ISIN AFFEERRE JIRRA JOIN GODHACHUUN ITTI FAYYADAMAA. 👇👇👇👇👇
250Loading...
09
CHANNALII WAA'EE FAYYAA NI ARGATTU, NAMNI TOKKO MALLATTOO DHUKKUBA ISAA IBSACHUUN MAALUMMAA ISAA BARUU NI DANDA'A. KANAAF NAMOONNI FAYYAA ISAANIIF HAA DUBBISAN. 👇👇👇👇👇
710Loading...
10
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi. 🤜🤛👇🤜🤛
290Loading...
11
Channel kana hin qabdu taanaan barreeffama armaan gadii kana irratti cuqaasuun join godhadhu!     ⇣⇣  ⇣⇣  👇👇🤜🤛👇👇   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███ Waver @BrakeIt
650Loading...
12
CHANNALII WAA'EE FAYYAA NI ARGATTU, NAMNI TOKKO MALLATTOO DHUKKUBA ISAA IBSACHUUN MAALUMMAA ISAA BARUU NI DANDA'A. KANAAF NAMOONNI FAYYAA ISAANIIF HAA DUBBISAN. 👇👇👇👇👇
580Loading...
13
Channel kana hin qabdu taanaan barreeffama armaan gadii kana irratti cuqaasuun join godhadhu!     ⇣⇣  ⇣⇣  👇👇🤜🤛👇👇   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███ Waver @BrakeIt
870Loading...
14
Sirna Hargansuu Waanin Amma Isiniif Qoodu Kana Guyyaan Hubadhe Baayyeen Gammade. Lubbu Qabeeyyiin Hundumtuu Jiraachuudhaaf Nyaataa fi Dhugaatii Caalaa Sirna Argansuu Ykn Qilleensa Gara Keessaatti Fudhachuu fi Qilleensa Gara Alaatti Baasuutu Isaan Barbaachisa. Jireenya Hafuura Keenyaafis Akkasuma Macaafa Qulqulluu Dubbifachuun Gara Keessaatti Fudhachuu, Kadhachuun Immoo Gara Alaatti Of Keessaa Baasuudha. Kiristaanni Kana Gochuu Hir'isaa Yeroo Dhufu Jireenya Hafuura Isaatti Dhukkubsachaa Dhufa. Kana Gochuu Yeroo Dabalu Immoo Jireenya Hafuura Isaatti Fayyaa fi Guddachaa Dhufa. Isini'oo Haala Akkamii Keessa Jirtu? Macaafa Qulqulluu Dubbifachuu fi Barnoota Akkasii Hirmaachuun Akkasumas Qofaattis Ta'e Gareedhaan Kadhachuu Keessan Itti Caalchisuun Guddina Keessan Akka Saffisiiftan Maqaa Gooftaa Keenya Yesuus Kiristoosiin Isinin Jajjabeessa. @Jajjabeessaa
5981Loading...
15
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi. 🤜🤛👇🤜🤛
750Loading...
16
Channel kana hin qabdu taanaan barreeffama armaan gadii kana irratti cuqaasuun join godhadhu!     ⇣⇣  ⇣⇣  👇👇🤜🤛👇👇   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███ Waver @BrakeIt
540Loading...
17
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi. 🤜🤛👇🤜🤛
1000Loading...
18
Deebii Gaaffii Keessanii | 26 Gaafficha: 𝐍𝐚𝐠𝐚𝐚 𝐰𝐚𝐪𝐪𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨 𝐢𝐬𝐧𝐢𝐢 𝐲𝐚𝐚 𝐛𝐚𝐲𝐲𝐚𝐭𝐮𝐮 𝐠𝐚𝐟𝐟𝐢𝐢 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐧𝐚𝐚 𝐝𝐞𝐛𝐛𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐦𝐞𝐞 1, 𝐲𝐞𝐬𝐮𝐬 𝐲𝐞𝐫𝐫𝐨𝐨 𝐝𝐮,𝐞𝐞 𝐝𝐮,𝐚𝐚 𝐤𝐚,𝐞𝐞 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐣𝐞𝐧𝐧𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐥𝐥𝐞𝐫𝐫𝐚𝐚? Deebii: Eeyyee, Erga Guyyaa Afurtamaaf Deddeebi'ee Bartoota Isaatti Mumul'achaa Tureen Booda Gara Mirga Abbaatti Ol Ba'e. Bakka Nuti Deemnee Jiraachuuf Jirru Qopheessuu Akka Deemu Dubbachaa Ture. Ahaa... Utuun Siif Barreessuu Gaaffiin Kee Waa Lama Natti Ta'e! Erga Du'aa Ka'ee Moo Yeroo Du'ee Ture Sana Jechuu Keeti? Ergaa Du'aa Ka'ee Yoo Ta'e Akkuma Ani Duraan Siif Barreesse Sanadha. Yeroo Du'ee Ture Sana Eessa Ture? Kan Jedhudha Yoo Ta'emmoo; Hafuurri Isaa Warra Duraan Du'anii (Hidhamanii) Turanitti Wangeela Lallabaa Akka Ture Barreeffameera. Isaanis Abdii Du'aa Ka'uu fi Jireenya Bara Baraa Argataniiru. Gaaffii Gaafachuuf: @JajjabeessaaTeam Join | Share: @Jajjabeessaa
7041Loading...
19

10Loading...
20
CHANNALII WAA'EE FAYYAA NI ARGATTU, NAMNI TOKKO MALLATTOO DHUKKUBA ISAA IBSACHUUN MAALUMMAA ISAA BARUU NI DANDA'A. KANAAF NAMOONNI FAYYAA ISAANIIF HAA DUBBISAN. 👇👇👇👇👇
800Loading...
21
Channel kana hin qabdu taanaan barreeffama armaan gadii kana irratti cuqaasuun join godhadhu!     ⇣⇣  ⇣⇣  👇👇🤜🤛👇👇   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███ Waver @BrakeIt
500Loading...
22
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi. 🤜🤛👇🤜🤛
550Loading...
23
Baayyinni Araara Waaqayyoo Kan Cubbuutti Nu Jajjabeessu Miti.
7680Loading...
24
Galanni Waaqayyoof Haa Ta'u! Ayyaanni fi Araarri Gooftaa Naaf Baayyannaan Barnoota "Videography & Photography" Mana Barumsa Fiilmii Tom (@TomFilmSchool) Irraa Barachaa Kanin Ture Xummuree Eebbifameera. Kaayyoon Barnoota Kana Fudhachuu Koo Dandeetti Fiilmii Oomishuu Uumamaan Naaf Kenname Gabbifachuun; Humna Fiilmii Wangeelaaf Oolchuudha. Waaqayyos Kaayyoo Kanatti Na Milkeessaa Jira. Anis Gargaarsa Waaqayyootiin Dhaabbata Oomishaa Fiilmii @JabooFilms Jedhamuu Ijaaruu Irrattin Argama. Dhaabbanni Kun Viidiyoowwan Faarfannaa fi Fiilmii Wangeela Mootummaa Waaqayyoo Babal'isan Oomishuu Kaayyeffateera. Isinis Tumsa Yaadaa fi Kadhataan Mul'aticha Cinaa Akka Dhaabbattan Jaalala Waaqayyoon Isinin Gaafadha. Akkasumas YouTube Channel Koo SUBSCRIBE Gochuun Anaan Baayyee Jajjabeessa. Ayyaanni fi Araarri Gooftaa Hunduma Keessaniif Haa Baayyatu! Contact Me & My Team: @JajjabeessaaBot @JajjabeessaaTeam Ephrem Diriba (Jaboo) @Jajjabeessaa
1 2261Loading...
25
Deebii Gaaffii Keessanii | 25 Gaafficha: “kunoo, ani wanta ati na kadhatte siif nan godha; ani ogummaa fi hubannaa namni kanaan dura argatee hin beekne yookiis si'achi argachuu hin. dandeenye siif nan kenna.”   — 1Mot. 3:12 Kan akkana jedhuu oggumma kana namnii yoo kadhatee argachuu hin danda'uu jechuudha moo? ogumma namni argatee hin beknee sichis argachuu hin dandeenyee kan jedhuu raajii Erm keessaatti immoo naa kadhadhuu ani siif naan dhaga'aa wanta gudda ati qortee biraa gahuu hin dandeenyee sittan himaa  jedhaa #Ogumichii immoo maal  turee? Deebii: Eeyyee, Waaqayyo Akkuma Dubbate Sana Raawwateef. Ogummaa Solomoon Argate Namni Isa Dura Tures, Kan Isa Booda Ka'es Hin Arganne. Warri Duraan Hordoftoota Channel Kanaa Turtan Ni Yaadattu Yoo Ta'e Maqaan Channel Kanaa "Solomoon Ogeessicha" Ture. Ogummaan Solomoon Argatee Ittiin Kitaabota Isaa Macaafa Qulqulluutti Dabalaman Barreesse, Ammayyuu Dhaloota Kanaaf Barumsa Barbaachisaa Waan Ta'eef Isa Jalqabeen Ture. Solomoon Bara Qorannoon Dhiigaa Hin Jirretti Nama Haadha Mucaa fi Ishee Hin Ta'iin Adda Baafachuu Danda'edha. Kun Ogummaa Isaa Isa Namoota Baayyee Dinqisifachiise Keessaa Tokko Yoo Ta'u Isaan Kaan Barreessuu Mannaa Akka Dubbifattaniif Isinin Affeera. Ogummaa Kana Namni Kadhatee Argachuu Hin Danda'u? Ogummaan Dhokatee Jiru, Kan Kadhannaadhaan As Ba'u Hin Jiru. Ogummaan Inni Guddaa Inni Jalqabaa Maal Akka Ta'e Solomoon Ogeessichi Bira Ga'eera: "Waaqayyoon Sodaachuudha" Jedhee Nuuf Barreesse. Kanaafuu Ogummaa Solomoon Argate Argachuu Namni Barbaadu Macaafa Qulqulluu Haa Dubbifatu. Waaqayyo Isa Namaaf Ibsus Haa Kadhatu. Ogummichi Immoo Maal Ture? Solomoon Karaa Hundumaa Ogeessa Ture, Bara Mootummaa Isaa Keessa Israa'el Biyya Eebbifamtuu fi Namoota Baayyeen Daawwatamtu Turte. Kana Hundumaa Kan Isaaf Godhe Ogummaa Isaadha, Ogummaan Isaa Immoo Waaqayyoon Sodaachuudha. Kana Hundumaa Irra Kan Caalu Garuu Yesuusiin Beekuudha. Yesuus Solomoon Irra Baayyee In Caala'oo. Ayyaanni Hunduma Keenyaaf Haa Baayyatu! Join | Share: @Jajjabeessaa Gaaffii Gaafachuuf: @JajjabeessaaTeam
1 3101Loading...
26
Kabajamo, Tarii Isin Biratti Bifa Biraa Qabaachuu Danda'a, Ta'us Bifa Suura Irraa Argitan Kanaan Kan Barreeffaman Caqasa Macaafa Qulqulluu Qabatanii Waan Jiraniif Kutaa Macaafa Qulqulluu Barumsicha Deeggaru Dubbifachuu Yeroo Barbaaddanitti Al Tokko Itti Bu'uun Dubbifachuu Dandeessu. Ulfaadhaa! Ephrem Diriba @Jajjabeessaa
9300Loading...
27
Deebii Gaaffii Keessanii | 24 Gaafficha: Ok galatomi. Mul.11:3-12 irratti waa'ee dhuga baatota lamaa dubbataa, innaa lak.4 irratti dhuga baatonni kun muka ejersaa lamaanii fi baattuu ibsaa lamaan Waaqayyo gooftaa biyya lafaa dura dhaabatanii dha. Jedhaa. Gad bu'ee immo lak.6 “Guyyaa sadii fi walakkaa booddee immoo hafuurri jireenya kennu Waaqayyo biraa dhufee, raajota du'an sanatti gale. Isaanis ka'anii dhaabatan; Jedhaa. Dhuga baatonni kun eenyuudhaa? Deebii: Eeliyaas fi Musee Ta'uu Hin Oolu, Mee Akka Ragaatti Kutaama Ati Gaafatte Lakkoofsa Ja'a Haa Ilaallu, Akkana Jedha: “Isaan kun lamaan bara raajii dubbatan sana waaqa keessaa bokkaan akka hin roobneef cufuudhaaf aboo qabu; bishaanota dhiigatti geddaruudhaaf, yeroo barbaadanittis dha'icha waan jedhamu hundumaan biyya lafaa rukutuudhaaf aboo qabu.” — Mul'ata Yohaannis 11:6 — Eeliyaas Bara Lafa Irra Turetti Waggaa Sadii fi Ji'a Ja'aaf Waaqa Keessaa Bokkaan Akka Hin Roobneef Cufee Akka Ture Ni Yaadattu. Akkasumas Museen Bishaan Dhiigatti Akka Geeddere fi Dha'icha 10niin Mootii Gibxii Akka Rukkute Beekamaadha. Haala Kanaan Kutaan Kun Eenyu Akka Isaan Ta'an Akka Hubannuuf Nu Gargaara. Join | Share: @Jajjabeessaa Gaaffii Gaafachuuf: @JajjabeessaaTeam
1 0681Loading...
28
Deebii Gaaffii Keessanii | 23 Gaafficha: Nagaafii araarri Gooftaa siniif haa baaya'atu maatii Waaqayyoo Gaaffii tokko naaf ibsuu dandeessuu? Inni kanadha W,Yoh,19:26 irratti Yesus yeroo sanatti haadha isaa bartuu isa inni Jaallates ishee bukkee osoo dhaabbatuu argee, Haadha isaatin "Haadha ko, ilaa ilma kee!" Jedhe*27 Ergasii bartuu sanaan immoo,"Ilaa haadha kee!" Jedhe, bartichis yeroo sanaa jalqabee gara mana ofii isaatti ishee fudhate; Jedha kanaaf gaaffiin koo immoo Bartichi Maaliif Haadha Gooftaa yesus fudhatee galee? Moo Waa'ee kanaaf Sagaleen Dubbatameeru jiraa Akka raawwatamuuf yoo ta'e? Dhiifamammoo osoo sin deebistanii argeeraafan dhufe garakeessan anis sinbhordofaan jira!!!! Deebii: Tarii Yeroo Sana Guddiseen Yesuus (Abbaan Manaa Maariyaam) Lubbuudhaan Akka Hin Jirre, Macaafni Qulqulluu Ifaan Ifatti Dubbachuu Baatus Hin Caqafamiin Turuun Isaa Ragaa Nuuf Ba'a. Kana Waan Ta'eef Yesuus Rakkina Hamma Sana Keessa Ta'ee Illee Haadha Isaaf Akka Yaadu fi Yohaannisitti Adaraa Akka Kennataa Jiru Argina. Yohaannisis Adaraa Yesuus Eegee Haadha Yesuus Akka Haadha Isaatti Mana Isaatti Fudhateera. Isheenis Akka Ilma Isheetti Yohaannisiin Akka Ilaaltu Yesuus Waan Isheetti Himeef Gara Mana Isaa Dhaquu Hin Didne. Maatii Keenyaaf Kunuunsa Gochuun Nurraa Eegamu Haala Kam Keessatti Gochuu Akka Qabnu Nu Barsiisa! Join | Share: @Jajjabeessaa Gaaffii Gaafachuuf: @JajjabeessaaTeam
1 0241Loading...
29

30
Deebii Gaaffii Keessanii | 22 Gaafficha: Nagaan siif haa ta'u! "Ani saba Israa'el oolchufi malee isiniif hin dhufne yaadni jedhu maal ibsaa Macaafa keessatti?" Deebii: Waaqayyo Ilma Isaa Karaa Isaanii Gara Biyya Lafaatti Fiduuf Waan Jiruuf Saba Israa'el Saba Warra Kaan Hundumaa Irraa Adda Godhee Ilaala Ture. Akka Isaan Qulqullummaa Isaanii Eeganii Jiraatanifis Karaa Musee Seera Isaaniif Kennee Ture. Yesuusis Yeroo Dhufee Dhalatu Kakuun Haaraa Inni Dhiiga Isaatiin Hundeeffame Waan Hin Raawwatamiiniif Kakuu Moofaa (Seera) Jala Galee Jiraachaa Waan Tureef Isaan Qofa Barsiisaa (Tajaajilaa) Ture. Hamma Du'uu fi Du'aa Ka'uun Isaa Raawwatamutti Nu fi Waaqayyo Gidduu Diinummaatu Ture. Du'uu Isaatiin Maatii Waaqayyotti Dabalamnee Jireenya Bara Baraa Arganne. Nagaan Isin Warra Kan Kristos Taatan Hundumaaf Haa Ta'u. Ameen! Join | Share: @Jajjabeessaa Gaaffii Gaafachuuf: @JajjabeessaaTeam
1 0071Loading...
31
Deebii Gaaffii Keessanii | 21 Gaafficha: Amantaan namoota bara kakuu moofaa maal ture ? Jechuun kiristaana jechi jedhu hundeen isaa kiristoosidha. Eegasuu namoonni bara kakuu moofaa fakkeenyaaf Qomoo Addaam irraa yoo kaane Abrahaam fa'aas dabalatee jechuu kooti sababni isaas namoonni amantii gara jaarraa 4ffaa eegalan maqaa namootaa kanaas fayyadamuun amantiin isaanii Islaama jedhu waan ta'eef kana akkamitti ilaaltu ?? Deebii: Bara Addaam Amantaa Waanti Jedhamu Iyyuu Jiraaree? Waaqayyo Isa Isa Uume Malee Waaqni Biraan Akka Hin Jirre Ijoolleen Addaam Iyyuu Waan Beekaniif Aarsaa Isaaf Dhiyeessaniiru. Bara Abrahaamfa Immoo Qomoo Abrahaam Dabalatee Namoonni Waaqa Mataa Isaanii Tolfachuu Jalqabani Turan. Waaqayyo Gaafa Abrahaamiin Waame Gara Amantaa Ta'e Tokkootti Utuu Hin Ta'iiin Gara Kaayyoo Karaa Isaa Raawwatachuu Barbaadeetti (Saba Lafarraa Hundumaa Karaa Isaa Eebbisuuf) Akka Ta'e Macaafni Qulqulluun Nu Hubachiisa. Abdiin Waaqayyo Abrahaamiin Abdachiises Karaa Yesuus Kiristoos Raawwatame, Namni Isatti Amanu Hundinuu Jireenya Bara Baraatiin Eebbifamaniiru. Inumaayyuu Amantiin Abrahaam Kiristoosiin Abdiidhaan Eeggachuu Waan Tureef Kiristaana Yoo Jenne Salphata Malee Islaama Jechuuf Sababni Keenya Maaliree?! Walumaa Gala, Abrahaam fi Warri Akka Isaa Waaqayyoof Jiraachaa Turan Amantii Malee Amantaa Hin Qabani. Ayyaanni Gooftaa Yesuus Hunduma Keessan Wajjin Haa Ta'u. Ameen! @Jajjabeessaa | @JajjabeessaaBot
1 3394Loading...
32

33
Barabbaan Nama Cubbuun Isaa Du'a Itti Farachiisu Waan Tureef, Mana Hidhaa Taa'ee Guyyaa Fannifamee Du'uu Isaa Nama Eeggatu Ture. Garuu Guyyaan Tokko Waan Inni Hin Abjootiin Isaaf Fiddee Dhufte. "Bilisaan Gadhiifamteetta" Kan Jedhu Dhaga'uun Isaaf Waan Hin Eegamiin Ture. Garuu Namni Bakka Isaa Du'u Waan Argameef Barabbaan Namichi Yakki Isaa Safara Hin Qabne Bilisa Ba'e. #AkkumaKee #AkkumaKoo Liinkiin Kun Walaloo Gabaabaa #Barabbaa Jedhu Qabatee Jira. Cuqaasaa Ittiin Eebbifamaa: https://youtu.be/pagUlLXTRiE?si=dBDPnUzgNbSyswwn Ephrem Diriba @Jajjabeessaa
1 2421Loading...
Channel keessaan akka gara 2k,3k,4k,5k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan      👇  Na Quunnami 👉 @BrakeIt 👉 @BrakeIt
Показать все...
CHANNALII WAA'EE FAYYAA NI ARGATTU, NAMNI TOKKO MALLATTOO DHUKKUBA ISAA IBSACHUUN MAALUMMAA ISAA BARUU NI DANDA'A. KANAAF NAMOONNI FAYYAA ISAANIIF HAA DUBBISAN. 👇👇👇👇👇
Показать все...
Fayyaa sammuu
Maalummaa dhibee sammuu
Mallattoolee dhibee sammuu
Yaala dhibee sammuu
Rakkoolee saalquunnamtii
Waa'ee Gaa'elaa
👆👆🖕🖕Join us
CHANNALII WAA'EE FAYYAA NI ARGATTU, NAMNI TOKKO MALLATTOO DHUKKUBA ISAA IBSACHUUN MAALUMMAA ISAA BARUU NI DANDA'A. KANAAF NAMOONNI FAYYAA ISAANIIF HAA DUBBISAN. 👇👇👇👇👇
Показать все...
Fayyaa sammuu
Maalummaa dhibee sammuu
Mallattoolee dhibee sammuu
Yaala dhibee sammuu
Rakkoolee saalquunnamtii
Waa'ee Gaa'elaa
👆👆🖕🖕Join us
CHANNALII WAA'EE FAYYAA NI ARGATTU, NAMNI TOKKO MALLATTOO DHUKKUBA ISAA IBSACHUUN MAALUMMAA ISAA BARUU NI DANDA'A. KANAAF NAMOONNI FAYYAA ISAANIIF HAA DUBBISAN. 👇👇👇👇👇
Показать все...
Fayyaa sammuu
Maalummaa dhibee sammuu
Mallattoolee dhibee sammuu
Yaala dhibee sammuu
Rakkoolee saalquunnamtii
Waa'ee Gaa'elaa
👆👆🖕🖕Join us
CHANNEL BARNOOTA GUDDAA DABARSAA JIRU ISIN AFFEERRE JIRRA JOIN GODHACHUUN ITTI FAYYADAMAA. 👇👇👇👇👇
Показать все...
Jechoota sammuu bohaarsan
Jechoota hayyootaa
Barnoota guddina dhuunfaa keenyaaf
Seenaa
Mudannoo
Walaloo jaalala
Bashannana Hundumaaf
Join godhachuun irraa baradha
CHANNALII WAA'EE FAYYAA NI ARGATTU, NAMNI TOKKO MALLATTOO DHUKKUBA ISAA IBSACHUUN MAALUMMAA ISAA BARUU NI DANDA'A. KANAAF NAMOONNI FAYYAA ISAANIIF HAA DUBBISAN. 👇👇👇👇👇
Показать все...
Fayyaa sammuu
Maalummaa dhibee sammuu
Mallattoolee dhibee sammuu
Yaala dhibee sammuu
Rakkoolee saalquunnamtii
Waa'ee Gaa'elaa
👆👆🖕🖕Join us
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi. 🤜🤛👇🤜🤛
Показать все...
Soorata sammuu
Leenjii walitti fufaa
Soorata fooniif
JOIN