ru
Feedback
Abduljalil Official 📡

Abduljalil Official 📡

Открыть в Telegram

👥 Nutti dhihaadha :-Barachu:-Booharuf:-wantota dinqisisoof Nashida, Da'waale garagaraa.... 🙏 @AbduljalilRedwan 🙏 👇 SUBSCRIBE 👇YouTube https://youtube.com/channel/UCEP1CQsDo_4TUJspM0l 📼YAADA YOO QABAATTAN 🎤 @Abdulj14 @AbduljBot

Больше
9 773
Подписчики
+3224 часа
+2077 дней
+61330 дней
Архив постов
Rakkina.. Rakkoon kharaa khee cufuuf qofa sitti hin dhuftu; yeroo tokko tokko gara sadarkaa ol’aanaatti si geeysuuf dhufti.

Nama amma ONLINE irra jiru Qofaaf Badhaasa qopheessinee jirra BADHAASA qarshii 500 nama 5 Dursee deebiseef ALAABAAN KUNI KAN
Nama amma ONLINE irra jiru Qofaaf Badhaasa qopheessinee jirra BADHAASA qarshii 500 nama 5 Dursee deebiseef ALAABAAN KUNI KAN EESSAATII?

𝔹𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕞🏃‍♀️💃 Daqiiqaa 15 booda ni haqama!! 🙌 Gaaffii Badhaasa qarshii 450 qabu!! 🙌 5×5-2+10 = ? Deebisuuf "𝔸𝕟𝕤𝕨𝕖𝕣" 𝙺𝚊𝚗 𝚓𝚎𝚝𝚝𝚞 𝚝𝚞𝚚𝚊𝚊, ℝ𝕖𝕢𝕦𝕤𝕥 𝕥𝕠 𝕛𝕠𝕚𝕟 𝙺𝚊𝚗 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚞 𝚝𝚞𝚚𝚞𝚞𝚗 𝚎𝚛𝚐𝚊               👇👇

BADHAASA qarshii 100 nama 30 dursee deebiseef ni kaffalla. Dhunfaatti 100 ni kaffalla! Iddoo #JOIN jettu Sana tuquun #ADD kan
BADHAASA qarshii 100 nama 30 dursee deebiseef ni kaffalla. Dhunfaatti 100 ni kaffalla! Iddoo #JOIN jettu Sana tuquun #ADD kan jettu tuqaa badhaafamaa

Oduu gammachisaa. Sa'atii ammati kaase hangaa boruutti interneetii bilisaa fayyadamuun danda'ameera Iddoo FREE INTERNET 🛜 je
Oduu gammachisaa. Sa'atii ammati kaase hangaa boruutti interneetii bilisaa fayyadamuun danda'ameera Iddoo FREE INTERNET 🛜 jettu tuquun fayyafamaa

Gift 🎁 sa'aatii 2:40 hanga 3:10 kennaa Addaa nama online irra jiru 20 Qofaaf daddafaa Qarshii 200 hanga DATA 5GB isiniif qop
Gift 🎁 sa'aatii 2:40 hanga 3:10 kennaa Addaa nama online irra jiru 20 Qofaaf daddafaa Qarshii 200 hanga DATA 5GB isiniif qopheessinee jirra GET kan Jettu tuqii daddafii hirmaadhu

Kennaa Badhaasa addaa Qarshii 2000 gaaffii ispoortii 👉Kilabiin pirimeer liigii england amma sadarkaa 1ffaa irratti argamu ka
Kennaa Badhaasa addaa Qarshii 2000 gaaffii ispoortii 👉Kilabiin pirimeer liigii england amma sadarkaa 1ffaa irratti argamu kamii? Namoota Online irra jiran Qofaaf

kaardii 500 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ SAFARICOM 250 fi Ethiotelecom 250 Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe
kaardii 500 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ SAFARICOM 250 fi Ethiotelecom 250 Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇

Badhaasa daqiiqaa 15 Qofa turu QARSHII 500 nama 5f Itiyootelekoom moo safaricom tu dura Ethiopia dhufee?

✅ Data Tolan fayyadama yoo hin jiraanne #safaricom fi #ethiotelecom guyyootaaf 0.00BIRR amumma Connect bakka jedhu tuqun fayy
✅ Data Tolan fayyadama yoo hin jiraanne #safaricom fi #ethiotelecom guyyootaaf 0.00BIRR amumma Connect bakka jedhu tuqun fayyadama 👇👇

✅Badhaasa qarshii 3000 Namootaa yeroo ammaa online irra jiran qofaaf🔥🔥 Daqiqaa muraasa qofaaf kan turu, Gift bakka jedhuu t
✅Badhaasa qarshii 3000 Namootaa yeroo ammaa online irra jiran qofaaf🔥🔥 Daqiqaa muraasa qofaaf kan turu, Gift bakka jedhuu tuquun seenaa badhaasa keessan fudhaa 👇👇

BADHAASA AJAA'IBAA!! Nama 20 DURSEE deebiseef badhaasa dhunfaatti 100 ni kaffalla. MAGAALAAN GUDDOON BIYYA ETHIOPIA EENYUU?
BADHAASA AJAA'IBAA!! Nama 20 DURSEE deebiseef badhaasa dhunfaatti 100 ni kaffalla. MAGAALAAN GUDDOON BIYYA ETHIOPIA EENYUU?

Oduu gammachisaa. Sa'atii ammati kaase hangaa boruutti interneetii bilisaa fayyadamuun danda'ameera Iddoo FREE INTERNET 🛜 je
Oduu gammachisaa. Sa'atii ammati kaase hangaa boruutti interneetii bilisaa fayyadamuun danda'ameera Iddoo FREE INTERNET 🛜 jettu tuquun fayyafamaa

✅Badhaasa qarshii 3000 Namootaa yeroo ammaa online irra jiran qofaaf🔥🔥 Daqiqaa muraasa qofaaf kan turu, Gift bakka jedhuu t
✅Badhaasa qarshii 3000 Namootaa yeroo ammaa online irra jiran qofaaf🔥🔥 Daqiqaa muraasa qofaaf kan turu, Gift bakka jedhuu tuquun seenaa badhaasa keessan fudhaa 👇👇

Goooooooooool 💥 Ispeeeeen 🇪🇸 Lamin yamal Spain🇪🇸 1-0 🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿England Tapha neeshiin liigii amma taphatamaa jiru ka
Goooooooooool 💥 Ispeeeeen 🇪🇸 Lamin yamal Spain🇪🇸 1-0 🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿England Tapha neeshiin liigii amma taphatamaa jiru kallattiin ilaaluuf iddoo 🔴LIVE 🔵 jettu tuquun ilaalaa.

Namoota amma online jiran qofaaf carraa addaa! ✅ Namni dura join godhe 10f→ data 5GB ✅ Namni ADD folder godheef → Badhaasa ad
Namoota amma online jiran qofaaf carraa addaa! ✅ Namni dura join godhe 10f→ data 5GB ✅ Namni ADD folder godheef → Badhaasa addaa qarshii 500 JOIN kan Jettu tuquun hirmaadhaa

kaardii 500 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ SAFARICOM 250 fi Ethiotelecom 250 Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe
kaardii 500 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ SAFARICOM 250 fi Ethiotelecom 250 Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇

Repost from Muhsiin Khan™©
✅ Ayyaana irreechaa ilaalchisee,
Ergaa Muslimtoonni hundi dubbisuu fi waliif qoodu qabnudha.
1️⃣ Ayyaanni irreecha maali?
Irreecha jechuun hikkaan isaa Ibaadaa ykn gabbartii yoo tahu iddoon itti irreeffatamu Haroo, Malkaa, tulluu, lagatti bahanii rabbiin gabbaran jechuu dha. Ayyaanni Irreechaa kuni akka hiikkaa isaa irraa hubannutti ayyaana ibaadaa/Gabbartii itti godhan kan rabbiif galata itti galchan ka ittiin isa gabbaran jechuudha. Hub Hiikkaa isaa kana qofaa yoo laalle akkaataan islaamummaan rabbiin gabbaruutti nu ajajjeefii ka Irreechaa kuni wal faalleessa.
2⃣ Irreecha eessatti kabajama?
Iddoon Irreechi itti kabajamu akkuma gubbaatti ibsuuf yaalleetti Haroo, Malkaa, Laga, Tulluu, yoo tahu Iddoon beekkaman amma itti kabajamaa jiru Bishooftuu Hora Aarsadi bakka jedhamutti. Jal qabni ayyaana kanaa akka jedhamutti Namni Aarsadee jedhamu kan gosa Oromoo liiban hedduu rakkatee osoo waa hin nyaatiin waa hin dhugin haroo amma maqaa isaatiin moggaafamte tana cinaa taa'ee rabbiin kadhatee waan kadhate san argatee jiraate jedhama. Haalli kuni ummata naannoo sanii dinqisiisee jennaan maanguddoonni ummata walitti qabdee iddoon kuni iddoo kadhannaa iddoo waaqeeffannaa akka ta'u murteessan.
3⃣ IRREECHI AMANTIIMOO AADAA DHA?
Irreechi aadaa osoo hin taane amantii tahuu wanti nama wal mormisiisu tokkollee hin jiru. Ummanni Oromoo amantii gara garaa hordofa Islaama, Kiristaana... warri irreecha kana kabajus amantii addaa qabu Amantiin isaanii Waaqeeffataa jedhama. IRREECHI Aadaa dha osoo jeenneeyyuu Aadaan yoo amantiin wal faalleessite Aadaa san hordofuu ykn itti dalagachuu irraa amantiin islaamaa nu dhoorgee jira.
4⃣ IRREECHI AKKAMITTI KABAJAMA ?
Irreechi kan kabajamu ummata Oromoo amantii waaqeeffataa hordofuun yoo tahu yeroon isaa erga birraan bari'ee booda iddoowwan gubbatti duubbanne sanitti marga jiidhaa harkatti qabatanii bahuun bishaan ofitti facaasuun waaqaaf galata galchuun kabajama. Aakka waaqeeffattoonni jedhanitti " Ayyaana oromoofii waaqa walitti hidhu kan waaqa waan dabreef isa galatoomfatan kan waan dhufu isa kadhatan " jechuun dubbatu. Barreessaan kitaabaa Asaba Raggaasaa jedhamu tokko kitaaba isaa keessatti " Namni ayyaana Irreechaa kana hin kabajne Mallattoo Oromummaa guddittii san didee jira " jedhee kitaaba isaa keessatti barreesse Oromummaan dhiiga keenna irreecha kabajjeef dhiisteef siif hin kennamtu sirraa hin mulqamtu.
5⃣ AMANTIIN ISLAAMAA IRREECHA AKKAMITTI LAALA?
Nuti muslimtoonni akkaataa Rabbiin keenna (SW) akkasuma Rasuulli keenna (Sallaallahu Aleeyhi Wassallam) karaa nuu godhanii ittis nu ajajanitti rabbiif galata galchina rabbiinis kadhanna malee karaa ofii keennaa baafanneenii miti. Amantiin islaamaa amantii guutuudha amantii hir'inni takka keessa hin jirre Alhamdulillaah akkaataa kadhannaa akkaataa faarfannaa Qur'aanni kabajamaafii haadisni rasuula keenna (Sallaallahu Aleeyhi Wassallam) lafa nuuf kaahee jira kan kanaa achii hundi isaatuu Bid'aadha jallina jallinni ammoo jahannamitti nama geessa. Namni islaama tahe tokko Irreecha dhaquu irraa fagaatuu qaba of qusatuu qaba Hojiiwwan shirkii hedduun waan keessa jirtuuf jecha. Sheek Aadam Tuulaa rabbiin Rahmata isaanif haa godhu akkana jedhan "Namni irreecha dhaqee towbatee irra deebi'ee Shahaadaa qabachuu qaba" jedhan. Namni muslima tokko irreecha dhaqe taanaan islaamummaa irraa bahera, Rabbitti shaarake jira jechuudha.kanaafi ammoo deebi'ee shahaadaa qabachuu qaba jechuudha. Yaa obboleeyyan islaama rabbiin shirkii irraa nuhaa eegu, Dhaamsa kana waliif qodaa.
✍️ Share Waliif Godhaa ‼️
YOU TUBE  MUHSIIN KHAN  || 👇👇 https://youtube.com/@muhsiinmb 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @MUHSIINKHAN11 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @MUHSIINKHAN11