cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

SAGALEE BAHA OROMIYAA

. Oduu - SAGALEE WBO Jaal marroo xiqqaa irratti oduu, odeessaa fi taateewwan haaraa oromoo , oromiyaa fi WBO guutuu addunyaa irratti ta’an argattu. Yeroo mara sagalee WBO yadda yoo qabate @Abdu_Abdala as jalatti kanadhu lammii koo oromoo

Больше
Страна не указанаЯзык не указанКатегория не указана
Рекламные посты
3 194
Подписчики
Нет данных24 часа
Нет данных7 дней
Нет данных30 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Qileensa irraa baduu kiyaaf dhifama gaffadha lammii koo oromo 🙏🙏🙏🙏 https://t.me/Abduabdala
Показать все...
SAGALEE BAHA OROMIYAA

. Oduu - SAGALEE WBO Jaal marroo xiqqaa irratti oduu, odeessaa fi taateewwan haaraa oromoo , oromiyaa fi WBO guutuu addunyaa irratti ta’an argattu. Yeroo mara sagalee WBO yadda yoo qabate @Abdu_Abdala as jalatti kanadhu lammii koo oromoo

Фото недоступноПоказать в Telegram
Qubee Afaan oromoo miti Saba oromoo jedhamu Balleessuuf Nafxenyaan Oromoof ciisee Hinbeeku oromiyaaf Jajjabeen jira Qubee Afaan oromoof Qeerroof Qarreen jiru
Показать все...
Lolli har'a Godina Wallagga Bahaa Aanaa Sibuu Siree keessatti adeemsifamaa oole, lola uummataan dabaalamedha. Uummanni daa'imni jalaa ajjeefamu, manni irratti gubatu, oomishni isaa gubatu, qotiyyoon isaa qalamee nyaatamu obsa fixateetu har'a ijoollee isaa waliin baheetu ergamtuu lole. Daandiin Naqamtee fi Baakkoo gidduu illee sababa kanaatti danqamee oole. Uummanni dhumnee banna malee ergamtuu of keessa hin teessifnu jechuutti jira. Madaa isaatu kulkule, dirra isaatu wanjoo garbummaatiin laala'e. Bahee nagaan galuutu isa hawwisiise, daa'ima isaatu nagaan bahee galuu dheebote. Ammallee cimeetu itti fufa malee tasumaa waanti boodatti deebi'u hin jiraatu. Kaadireen uummaticha bituuf yaalaa turte hedduunis to'atamteetti. Kanneen harki ishee xurii illee gatii ishee safaratteetti. Uummatichi dhugaaf malee garaaf bitamuu hin beeku. Shaakala kee bakkuma bartetti geeffadhu gumaatam! https://t.me/Abduabdala
Показать все...
SAGALEE BAHA OROMIYAA

. Oduu - SAGALEE WBO Jaal marroo xiqqaa irratti oduu, odeessaa fi taateewwan haaraa oromoo , oromiyaa fi WBO guutuu addunyaa irratti ta’an argattu. Yeroo mara sagalee WBO yadda yoo qabate @Abdu_Abdala as jalatti kanadhu lammii koo oromoo

Godina Wallagga Bahaa Aanaa Sibuu Siree keessatti torban kana keessa l*la cimaatu waraana mootummaa fi leencicha gidduutti adeemsifamaa ture, l*la kanaan mootummaa kisaaraa guddaan mudateera. Loltoonni hedduun akka baalaatti harca'aniru. Kanaaf hospitaalonni naannichaa ragaadha. Keessumatti l*olli gaafa Bitootessa 18,2022 Ganda Dhongoboo Tarreetti ta'e ergamtootatti guyyaa dukaneesse. Guyyaan sun isaaniif guyyaa abaaramaa yoo ta'e iyyuu gootichaaf guyyaa eebbifamaa tureera. Ajajaa dhibbaa Maammoo Dajanee dabalatee reeffi konkolaataa ooraalii shan(5) gandicha keessa walitti guurameera. Aanichatti impaayerichaan lolaa kan jiru xinnaaf guddaadha. Toorri sun garbummaa baachuuf gahumsa hin qabu. Bitamuu illee hin fedhu, garboomfataan laficha akka qoreetti sodaata. Kun cimee itti fufa! https://t.me/Abduabdala
Показать все...
SAGALEE BAHA OROMIYAA

. Oduu - SAGALEE WBO Jaal marroo xiqqaa irratti oduu, odeessaa fi taateewwan haaraa oromoo , oromiyaa fi WBO guutuu addunyaa irratti ta’an argattu. Yeroo mara sagalee WBO yadda yoo qabate @Abdu_Abdala as jalatti kanadhu lammii koo oromoo

Фото недоступноПоказать в Telegram
Jajjabeen Eebbifamuu akuma itti fufettii jira torbaan torbaanittii qopha'ii Ayyoo oromiyaa martuu gala jollee ketittiif .
Показать все...
Tarkaanfii Risaa; Bitootessa 19/2022 Risaan guyyaa har'a Godina Shawa Baha Aanaa Adaamii Tulluu Jiddoo Kombolchaa Daangaa Arsii irratti kan ergamu Magaalaa Bulbulaa istaadiyoomii 01 keessatti Eebba Humna Dhiitee kufaa maqaa Gachaanaa Sirnan leenjirraa turtee Eebbifama jirtu irratti Boombii Dabraniin dhiitee Kufan 11 yoo du'an adabamtu,35 madoo dandammii hin qabnen daaroftee Hospitaalaa Baatuutti guurama oolte! https://t.me/Abduabdala
Показать все...
SAGALEE BAHA OROMIYAA

. Oduu - SAGALEE WBO Jaal marroo xiqqaa irratti oduu, odeessaa fi taateewwan haaraa oromoo , oromiyaa fi WBO guutuu addunyaa irratti ta’an argattu. Yeroo mara sagalee WBO yadda yoo qabate @Abdu_Abdala as jalatti kanadhu lammii koo oromoo

Bosonni Tulluu Cuqqaalaa barbadaa'uu itti fufe. Yeroo darbe gabaafamaa ture. Ammas qaamni bosona kanaaf birmannaa taasise hin jiru. Sirni Abiyyi qe'ee Oromoo gubu, ammas itti fufee jira jedhame.
Показать все...
[3/16, 7:48 PM] Jajjabe Qeerroo Ganamaa: W. B. O W Woraana sabaati Woraana ummataa Irbuusabaa cabsee Hin nyaatu galfataa Woraana sabasaa Roorroo jalaa baasu Irree gabroomfataa Qawween irraa kaasu Wollaalaa barsiisee Daandii sirrii qabsiisa Dhaloota dhaalchisa Akeekaafi kaayyoosaa B. bilisummaa sabaaf Wolabummaa biyyaa bakkatti deebisuuf Daangaa oromiyaa Bilisummaaf joora Bilisummaaf kaata Roorroo qe'ee dhufte Gootummaan falmata O= Ogummaa ga'aa qaba Adduma leenjiinsaa hiddituu akka soonsaa Loltuu akka kannisaa onneen saa leencuma Sodaa hinqabu tasa Bakakkaa samiiti yoo lolu fakkiinsaa Gaara Kiilomanjaarooti fakkeenyi oolmaasaa Bilisummaa qofaan Baati gumaan isaa! [3/16, 7:48 PM] Jajjabe Qeerroo Ganamaa: ABO A/ Abba biyyaa Oromoo fi Oromiyaa Falma mirgaa dhala nama Deebisaa seenaa aadaa. Gachanaa lammii isa Itti cichaa kaayyoo Tiksee daangaa biyyaa Falmataa roorroodha. Qolataa diinaaf summii Kan lammii warqii Tiksitee sirna gadaa Duudhaa oromummaa to B. Barbaada bilisummaa Gaachanaa lammii kooti Leenjisaa Qeerroofi qarree Barsiisaa oromummaa ti Abukaattoo saba cunqurfamaa qolataa Roorroo falmuu diinnii Lammii qorqee Callisee Arga biran kutuu! Ayyaantumma oromoo Isaa faana jiraa Kanaf Oromoon tiqqaa guddan Isaa faana hiriiraa✊ O. Oromummaa tiksee Guddisee addunyatti Mullisee gad dhaaba Falasama siyaasaa Dharaa irree isaatin diiga Jaalalaa oromumma Hawaasaa barsiisee Lammii mataa ol qabachiisa Dhaloota qaree falmii Agarsiisa jaalalaa Hawaasumma siyaasaf Diingdee oromoo ijaara Kanaf itti cinnee Falmaa saba ballaa Itichuu jalqabnee Dhaloota qaroome Addunyaaf fakkeenya Barsiisee dagaagsaa. A........B...........O Jajjabe Qeerroo Ganamaa tin!💔 https://t.me/Abduabdala
Показать все...
SAGALEE BAHA OROMIYAA

. Oduu - SAGALEE WBO Jaal marroo xiqqaa irratti oduu, odeessaa fi taateewwan haaraa oromoo , oromiyaa fi WBO guutuu addunyaa irratti ta’an argattu. Yeroo mara sagalee WBO yadda yoo qabate @Abdu_Abdala as jalatti kanadhu lammii koo oromoo

Фото недоступноПоказать в Telegram
Fakeenya garumaa caltuu irraa baradha mucaa kenya dire dawa kessattii hatii isa irraa dhukkubdee kalee lamaan biyya Allaa deemte irraa jijiramuu qabdi jadhaniin cinaa qarshii kuma Afurtama ( 40, 000 ) Gumachuun harmee kenya hadha Muhammad cinaa dhabatee fakeenya garii dubartoota taate kana qofa mittii ummata kenya oromoo hongeen midhama jiruu fiis qarshii kuma digdam ( 20, 000 ) kanitee cinaa dhabachaa jirtii waan qabduun Galatoomi Galatoomi yeroo namooni cicimoon akana jiran jirachufilee hamilee horata jireenya akana kessa jirane . Gamanumaan hadha tana cinaa akka dhabatan maqa Rabbiittiin isin gaffadha hatii Muhammad tun Walanamuuf qarshii miliyyoona lama hanga sadii gafatamtee kanafuu cinaa dhabadha 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Показать все...
02:32
Видео недоступноПоказать в Telegram
Baratoonii oromo finfinnee kessaa jiran erga waraqaan moraa UNIVERSITY kessa ilmaan nafxanyaa facasanii oromoo arabsaa waliin hin baranuu jadhanii egalanii qabsoo isanii akuma itti fufanii jiru motummaan nama gocha kana godhe barbaadu dhissee baratoota oromoo dhukaasa fi ukamsee hidhu akuma itti fufe jira .
Показать все...
5.34 MB
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.