cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Gooticha Dirree kokor(Mootii)

Nan beeka ✓akkan dhugaaf lubbuu koo kennu fi ✓akkan warra dhugaaf lubbuu isaanii kennan immoo faarsu. @MootiiKoo

Больше
Страна не указанаЯзык не указанКатегория не указана
Рекламные посты
537
Подписчики
Нет данных24 часа
Нет данных7 дней
Нет данных30 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Фото недоступноПоказать в Telegram
HD-ABO❤️💚❤️ Jaal Daawud Ibsaa Ayyaanaa.
Показать все...
Фото недоступноПоказать в Telegram
Dhufaa Jirra
Показать все...
Показать все...
#PIROJEEKTII_EPISODE_#1#OROMO_COMEDY#KENNAA MEDIA

Kennaa Media-yeroo hundaa Sanbata xiqqaa 1:00 irraa eegalee Dirama prank adda addaa babbareedoo qabatee isiniif ni dhiyaata kanaf Subscribe gochuun maatii nu...

Фото недоступноПоказать в Telegram
Показать все...
Repost from Tsegaye R Ararssa
Bara dubbiin hammaattee, Oromoo humnaan cabsuuf yaaddamee lolli waraanaa karaa hundaan saba keenya irratti banamee itti jiru kanatti, WBO deeggaruun mirga uumamaa ta'uu bira darbee dirqama lammuummaa, dirqama Oromummaa, ta'eera. Kun "Shanee" nama godha taanaan, hundi keenya "Shanee dha." Eeyyen, anis "Shanee dha." Kun si dhiba taanaan, dhimma keeti. #Liqimsi!
Показать все...
Guyya 18/02/22 hari'aa gujii lixaa b/horaa gara kaabaa baka heeraa liiphistuu fi B/horaa kibbaan bakka ifata fardaatti karaa Finfinnee keeniyaa deemuu WBO gujii lixaati akka kanatti cufamee jira toonnaa WBO jala jiraa suuraan isaa akka armaan gadiiti
Показать все...
1.21 MB
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.