cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Mijuu walaloo

Kaayyoon keenya guddaan wal tumsinee wal guddisuudha oromoon akka baay'innaatti wal tumaasaa hin jiru amma wal tumsina

Больше
Рекламные посты
194
Подписчики
Нет данных24 часа
Нет данных7 дней
Нет данных30 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Share waliif godhaa
Показать все...
Фото недоступно
Obsi obboleettii tiyya Tan jirtu biyya ormaa Obsi mee hin baa'in Obsi waan hundumaa Jiruu gadaddoottu Biyyaa isin baasee Biyya ormaa keessatti Isin tatamsaasee Joordaaniif ummaan Dubaayiif beeyruutii Warri achi jirtan Ilmaan biyya kootii Su'uud arabiyaaf gadar Bahreeynii fi kuweetii Kan achi isin geesse Jiruu gabrummaatii Halkanii fi guyyaa Addaan wallaaltanii Garaa agabuutiin Hojjachaa ooltanii Anaan obboleewwan koo Jordaaniif beeyrut jirtan Haalli biyyoota kanneenii Ni ulfaataa haalaan @mijuu walaloo @mijuu walaloo @mijuu walaloo
Показать все...
Share waliif godhaa
Показать все...
Share waliif godhaa
Показать все...
02:16
Видео недоступно
7.59 MB
Jirtuu
Показать все...
fira fakkaatee nu seene (2).mp31.58 MB
Repost from Mijuu walaloo
Фото недоступно
ANI OROMOO DHA Ani Oromoo dha Ilma abbaa gadaa aadaa hedduu qaba Isa naaf caalu hunda Nuti qabna aadaa Safuudhaaf hooda Maal barbaaduuf Dhaqnaree ganda Sirna dhugaan sirnaa Isa naaf caalu hunda Sirna kootiin boona Sanuu sirna gadaa Ani kootiin boona Kan koottu kootii Of ta'een jiraadha Ilma abbaa gadaati Oromoon koo  hundi Of taanee jiraaanna Nuti yoo of taanuu Kan waliitiis taanaa Of ta'een jiraadha Ani Gama kiyyaa Isinis akkuma koo Boonsaa oromiyaa @danboobaa @danboobaa @danboobaa
Показать все...
Repost from Mijuu walaloo
Фото недоступно
Na gorfadhu ati Yoo ani balleesse Waliin tola jiruu Anuu koo dhageessee Anaaf ati foon tokko Sanuu ilma qomoo Na gorfadhu ati Badii kan koo ammoo Dhiifam siin jedha Anis yakka kaasee Ani foon keeti ilma oromtichaa Atis tiruu kiyya Dhiigni nu tokkicha Wal gorsuu nuuf wayya Nuti waliif foooni Kalee kaleessa jiru Jedha oromooni Mee maali rakkoon Jennee wal gaafachuuni Kaleessa turee bar Sirna gadaaf siinqeenii Anis si gorfadha eegaa Tiruu koo obboleessaa Dhiifama naaf godhi Qabaadhus balleessa Nuti Walitti irkannee Waliin tabba baana Dubbii xiqqoof jecha Maaliif wal gufanna Anawaariif roobaan Ilmaan haadha tokkoo Balaan fedhes dhufu Addan baanu rakkoo Roobaaf anawaariin Maaltu adda baasa Isaan fooniif dhiiga Ribuun gadaamessa Fooniif dhiiga tokko Maaltu adda baasa Harma tokko hodhan Haadha tokka keessaa
Показать все...
Фото недоступно
❇️ BAGA GARA SAAFARIKOOM NAGAAN DHUFTAN❇️ Bootii saafarikoom fayyadamuudhan yemmuu miseensa taatan qarshii 1000 badhaafamtu. 🎁 Dabalataan nama tokko yemmuu affeertan kafaltii qarshii 100 argattu! Namoonni affeertaan 25 yeroo gahan, qarshii 3500 baasii gochuu dandeessu. Liinkin affeerraa kesssani ⬇️ https://t.me/Safaricom_Afan_Oromo_bot?start=r08196774544 Join | SAFARICOM - AFAAN OROMO
Показать все...
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.